Maths Group11
Kanalga Telegram’da o‘tish
The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!
Ko'proq ko'rsatish5 083
Obunachilar
+124 soatlar
-77 kunlar
-3930 kunlar
Postlar arxiv
5 087
#MOE
Ministeerri Barnootaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 'online'n kennamu ilaalchisee ibsa kenneera.
Liinkiiwwan kilaastaroota jalatti eeraman cuqaasanii shaakaluun akka danda’amus ibseera.
Barataan hanga ammaatti ‘username’ fi ‘password’ kan hinarganne yoo jiraate, biiroowwan barnootaaf waan ergameef qindeessitoota manneen barnootaasaaniirraa argachuu akka danda’anis beeksiseera.
Hojiin kunis kilaastaraan qoodamuu himeera.
Haaluma kanaan:
Kilaastara 1ffaa
Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee https://c2.exam.et
Kilaastera 2ffaa keessatti
Naannoo Gaambeellaa https://c3.exam.et
Naannoo Amaaraa https://c3.exam.et
Kilaastera 3ffaa
Naannoo Beenshaangul Gumuz https://c4.exam.et
Naannoo Hararii https://c4.exam.et
Naannoo Affaar https://c4.exam.et
Naannoo Oromiyaa 1
•Magaalaa Adaamaa: https://c4.exam.et
Magaalaa Aggaaroo https://c4.exam.et
Magaalaa Amboo https://c4.exam.et
• Godina Arsii https://c4.exam.et
•Godina Arsii Lixaa https://c4.exam.et
• Magaalaa Asallaa https://c4.exam.et
Baalee https://c4.exam.et
• Magaalaa Baatuu https://c4.exam.et
• Magaalaa Bishooftuu https://c4.exam.et
•Boorana https://c4.exam.et
• Magaalaa Bulee Horaa https://c4.exam.et
• Buunnoo Beddllee https://c4.exam.et
• Magaalaa Dodolaa https://c4.exam.et
• Baalee Bahaa https://c4.exam.et
• Boorana Bahaa https://c4.exam.et
•Gujii https://c4.exam.et
• Harargee Bahaa https://c4.exam.et
• ኀarargee Lixaa https://c4.exam.et
• Magaalaa Hoolataa https://c4.exam.et
• Horroo Guduruu Wallaggaa https://c4.exam.et
• Iluu Abbaa Boor https://c4.exam.et
Kilaastera 4ffaa
Magaalaa Dirree Dhawaa https://c5.exam.et
Naannoo Oromiyaa -2
• Jimma: https://c5.exam.et
• Magaalaa Jimmaa: https://c5.exam.et
• Qeellem Wallaggaa: https://c5.exam.et
• Magaalaa Maayaa: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mattuu: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mojoo: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mooyyalee https://c5.exam.et
• Magaalaa Najjoo: https://c5.exam.et
• Magaalaa Naqamtee: https://c5.exam.et
• Magaalaa Roobee: https://c5.exam.et
• Sandaafaa Bakkee: https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaakkisoo https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaashamannee ከተማ: https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaggar https://c5.exam.et
• Magaalaa Shanoo: https://c5.exam.et
• Shawaa Bahaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Kaabaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Kibba Lixaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Wallagga Bahaa፡ https://c5.exam.et
• Wallagga Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Gujii Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Magaalaa Walisoo፡ https://c5.exam.et
@maths_grouo11
@maths_group11
@maths_group11
5 087
The average of X, Y and Z is 14. Twice the the sum of Y and Z is 30. What is the value of X?
5 087
Let R be a relation defined by R= {(x,y):y= x²-2 and x an element of {0,2,3,4,5}} then what are the range of R?
5 087
Mathematics Question!
What's the 31th term of the sequence 1,4,7,10,...
5 087
A die is thrown once what is the probability the number appearing will be a number less than 4?
5 087
If f(x) = x² +px + 1 where f(0) and f(1) have opposite signs so that f has a root in (0,1), then which one of the following number is a possible value p?
5 087
Given that vector A=5i+4j-3k and B=2i+3j+4k. Find scalar projection B on to A.
5 087
22/09/2016
#Hubachiisa
#Qormaata_kutaa_6ffaafi_8ffaairratti dhimmoota #xiyyeeffannoo_barbaadan:-
----------------------
Biiroon Barnootaa Oromiyaa seenaa keessatti isa jalqabaafi adda ta'e barattoota miiliyoona 1.4 ol ta'aniif qormaata Naannoo kennuuf qophii xumureera.
Qormaata Naannoo kan fudhatan barattoota #kutaa_6ffaa 731,955 #kutaa_8ffaan immoo, 672,500, #walitti_barattoota 1,404.455 yoo ta'an,
#Caamsaa 29-30/2016fi #Waxabajjii 4-5/2016tti walduraa duubaan qormaata kan kennu ta'uun beekameera.
#Baay'inni #barattoota_qormaata_fudhachuuf_qophaa'anii (kutaa 6fi 8 qofti) lakkoofsa biyyoota addunyaa hedduu(#Jibuutii_dabalatee_baay'ina #ummata_biyyoota_70 ol ta'an kan caaludha.
Akka naannootti barattoota heddummina hanganaa qaban qoruu jechuun humna namaa, maallaqaafi meeshaalee hedduun kan irratti dhangala'e ta'uun beekamaadha.
Kanaafuu, Qormaatni kun akka galma gahu hawaasni, maatiin baratttootaa, caasaan mootummaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaa sadarkaan jiru, abbootiin Gadaa, haadholiin Siinqee, abbootiin amantii, caasaan barnootaa sadarkaan jiru, qaamni waraqaa qormaataa geejjibsaa jiru, qaamni waraqaa qormaataafi iddoo qormaataa hordofu hundi #firiin_barattoota_keenyaa_akka_jalaa_hin_qisaasamne qormaatni raabsamee, kennameefi waraqaan deebii qormaataa hanga Biiroo Barnootaatti deebi'utti, #keessattuu_Gumiin_Tiraansiformeeshiinii_Barnootaa_Oromiyaa_sadarkaan_jirru_hundi_xiyyeeffannoo_olaana_kennuun_hordofuu qabna.
#Xiyyeeffannoowwan;
#Waraqaan_qormaataa_yeroo geejjibamu_konkolaataa irratti/bakka kuufamutti roobni akka hin tuqne, bakka wanti waraqaa nyaatu hinjirre(hantuuta),fi kkf hin jirre taa'uu qaba.
#Qormaatni_hannaaf_akka_hin-saaxilamne,
#Iddoon_Qormaatni_itti_kennamu nagaa kan qabuufi waca hin qabne.
#Qormaata_booda,_waraqaan_deebii of eeggannoon saamsamee gara BBO akka dhufu hordoffii wal irraa hincinne gochuu milkaa'inaaf haa hojjannu..
#CARRAA_GAARII !
-BBO-
@maths_group11
@maths_group11
@maths_group11
5 087
Two dice are rolled and the numbers on top are added. What is the probability that the sum is less than 4?
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 — yilning asosiy insaytlari 
