fa
Feedback
Maths Group11

Maths Group11

رفتن به کانال در Telegram

The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!

نمایش بیشتر
5 087
مشترکین
+324 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
-3830 روز
آرشیو پست ها
Which one of the following is correctly matched
Anonymous voting

Which of the following is true about zero(s) of a function f(x)?
Anonymous voting

#MOE Ministeerri Barnootaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 'online'n kennamu ilaalchisee ibsa kenneera. Liinkiiwwan kilaastaroota jalatti eeraman cuqaasanii shaakaluun akka danda’amus ibseera. Barataan hanga ammaatti ‘username’ fi ‘password’ kan hinarganne yoo jiraate, biiroowwan barnootaaf waan ergameef qindeessitoota manneen barnootaasaaniirraa argachuu akka danda’anis beeksiseera. Hojiin kunis kilaastaraan qoodamuu himeera. Haaluma kanaan: Kilaastara 1ffaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee https://c2.exam.et Kilaastera 2ffaa keessatti Naannoo Gaambeellaa https://c3.exam.et Naannoo Amaaraa   https://c3.exam.et Kilaastera 3ffaa Naannoo Beenshaangul Gumuz   https://c4.exam.et Naannoo Hararii  https://c4.exam.et Naannoo Affaar https://c4.exam.et Naannoo Oromiyaa 1  •Magaalaa Adaamaa: https://c4.exam.et Magaalaa Aggaaroo https://c4.exam.et Magaalaa Amboo https://c4.exam.et • Godina Arsii https://c4.exam.et •Godina Arsii Lixaa  https://c4.exam.et • Magaalaa Asallaa  https://c4.exam.et Baalee  https://c4.exam.et • Magaalaa Baatuu https://c4.exam.et •  Magaalaa Bishooftuu  https://c4.exam.et •Boorana https://c4.exam.et • Magaalaa Bulee Horaa https://c4.exam.et • Buunnoo Beddllee https://c4.exam.et • Magaalaa Dodolaa https://c4.exam.et • Baalee Bahaa  https://c4.exam.et • Boorana Bahaa https://c4.exam.et •Gujii  https://c4.exam.et • Harargee Bahaa  https://c4.exam.et • ኀarargee Lixaa  https://c4.exam.et • Magaalaa Hoolataa https://c4.exam.et • Horroo Guduruu Wallaggaa https://c4.exam.et • Iluu Abbaa Boor https://c4.exam.et Kilaastera 4ffaa Magaalaa Dirree Dhawaa https://c5.exam.et Naannoo Oromiyaa -2 • Jimma: https://c5.exam.et • Magaalaa Jimmaa: https://c5.exam.et • Qeellem Wallaggaa: https://c5.exam.et • Magaalaa Maayaa: https://c5.exam.et • Magaalaa Mattuu: https://c5.exam.et • Magaalaa Mojoo: https://c5.exam.et • Magaalaa Mooyyalee https://c5.exam.et • Magaalaa Najjoo: https://c5.exam.et • Magaalaa Naqamtee: https://c5.exam.et • Magaalaa Roobee: https://c5.exam.et • Sandaafaa Bakkee: https://c5.exam.et • Magaalaa Shaakkisoo https://c5.exam.et • Magaalaa Shaashamannee ከተማ: https://c5.exam.et • Magaalaa Shaggar https://c5.exam.et • Magaalaa Shanoo: https://c5.exam.et • Shawaa Bahaa: https://c5.exam.et • Shawaa Kaabaa: https://c5.exam.et • Shawaa Kibba Lixaa: https://c5.exam.et • Shawaa Lixaa፡ https://c5.exam.et • Wallagga Bahaa፡ https://c5.exam.et • Wallagga Lixaa፡ https://c5.exam.et • Gujii Lixaa፡ https://c5.exam.et • Magaalaa Walisoo፡ https://c5.exam.et @maths_grouo11 @maths_group11 @maths_group11

What is the sum of first five odd natural numbers?
Anonymous voting

The average of X, Y and Z is 14. Twice the the sum of Y and Z is 30. What is the value of X?
Anonymous voting

If 25a+25b = 115 then what is the average of a and b
Anonymous voting

What is the domain infinite sequence?
Anonymous voting

What's reciprocal of sine teta?
Anonymous voting

What is the value of cos(60°)?
Anonymous voting

Let R be a relation defined by R= {(x,y):y= x²-2 and x an element of {0,2,3,4,5}} then what are the range of R?
Anonymous voting

If 2x-4= 0 then the value of x is_____?
Anonymous voting

Which one of the following is the domain of y = sign(x)
Anonymous voting

Mathematics Question! What's the 31th term of the sequence 1,4,7,10,...
Anonymous voting

A die is thrown once what is the probability the number appearing will be a number less than 4?
Anonymous voting

If f(x) = x² +px + 1 where f(0) and f(1) have opposite signs so that f has a root in (0,1), then which one of the following number is a possible value p?
Anonymous voting

Given that vector A=5i+4j-3k and B=2i+3j+4k. Find scalar projection B on to A.
Anonymous voting

22/09/2016 #Hubachiisa #Qormaata_kutaa_6ffaafi_8ffaairratti dhimmoota #xiyyeeffannoo_barbaadan:- ---------------------- Biiroon Barnootaa Oromiyaa seenaa keessatti isa jalqabaafi adda ta'e barattoota miiliyoona 1.4 ol ta'aniif qormaata Naannoo kennuuf qophii xumureera. Qormaata Naannoo kan fudhatan barattoota #kutaa_6ffaa 731,955  #kutaa_8ffaan immoo, 672,500, #walitti_barattoota 1,404.455 yoo ta'an, #Caamsaa 29-30/2016fi #Waxabajjii 4-5/2016tti walduraa duubaan qormaata kan kennu ta'uun beekameera. #Baay'inni #barattoota_qormaata_fudhachuuf_qophaa'anii (kutaa 6fi 8 qofti) lakkoofsa biyyoota addunyaa hedduu(#Jibuutii_dabalatee_baay'ina #ummata_biyyoota_70 ol ta'an  kan caaludha. Akka naannootti barattoota heddummina hanganaa qaban qoruu jechuun humna namaa, maallaqaafi meeshaalee hedduun kan irratti dhangala'e ta'uun beekamaadha. Kanaafuu, Qormaatni kun akka galma gahu hawaasni, maatiin baratttootaa, caasaan mootummaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaa sadarkaan jiru, abbootiin Gadaa, haadholiin Siinqee, abbootiin amantii, caasaan barnootaa sadarkaan jiru, qaamni waraqaa qormaataa geejjibsaa jiru, qaamni waraqaa qormaataafi iddoo qormaataa hordofu hundi #firiin_barattoota_keenyaa_akka_jalaa_hin_qisaasamne qormaatni raabsamee, kennameefi waraqaan deebii qormaataa hanga Biiroo Barnootaatti deebi'utti, #keessattuu_Gumiin_Tiraansiformeeshiinii_Barnootaa_Oromiyaa_sadarkaan_jirru_hundi_xiyyeeffannoo_olaana_kennuun_hordofuu qabna. #Xiyyeeffannoowwan; #Waraqaan_qormaataa_yeroo geejjibamu_konkolaataa irratti/bakka kuufamutti roobni akka hin tuqne, bakka wanti waraqaa nyaatu hinjirre(hantuuta),fi kkf hin jirre taa'uu qaba. #Qormaatni_hannaaf_akka_hin-saaxilamne, #Iddoon_Qormaatni_itti_kennamu nagaa kan qabuufi waca hin qabne. #Qormaata_booda,_waraqaan_deebii of eeggannoon saamsamee gara BBO akka dhufu hordoffii wal irraa hincinne gochuu milkaa'inaaf haa hojjannu.. #CARRAA_GAARII ! -BBO- @maths_group11 @maths_group11 @maths_group11

Two dice are rolled and the numbers on top are added. What is the probability that the sum is less than 4?
Anonymous voting

If f(x) = x² -5x +1, then f(x+2) is equal to:
Anonymous voting

Which one of the following is equal to antilog (-2)?
Anonymous voting

Maths Group11 - آمار و تحلیل کانال تلگرام @maths_group11