DAMBAlii WAAMARAA
WAAMARRI WAAMARAA; WALALOO KAN NAMOTA GARAAGARA, BARNOTAF ,BARATOTAF, AKKASUMAS SEENAA FI BACCOO GARAGARA CORRE ISININ GENYAA. WAAMARII WAAMARAA! @ Technologytechđť @ seenaa @ Asoosama Yaada vs qeeqaa @yaadashowbot
Ko'proq ko'rsatish- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Ma'lumot yuklanmoqda...
Yomiyuu sin dangessin Gufuun dandii ke gubba Jechii namas sin dhaabin kayyof Karoora kerra be inspire yourselve onnachiisi ofii Kee umaa kettis hirkadhu Milkefadhuu Abjuu kee Amanti kamu hordofii Rabii kanke kadhadhu Milka'inaa jiruu keef halkanif Guyya kaadhuu . Sababa guutuf male milkesano Rabuma qooda sif jedhe ka'e hin nyachisu nama orma âAbbas NasiirÂ
FAAYIDAA TIMAATIMAA ========================== Timaatimni soorata Vitaminoota A, C, K fi B6 akkasumas kanneen akka folate, magnesium, copper fi phosphorus 'n kan badhaadhe dha. Faayidaa Timaatimni qabu keessaa muraasni: 1. Fayyaa gogaa keenyaaf 2. Fayyaa lafee keenyaaf 3. Iji keenya qulqulleessee waa arguu akka danda'u ni fayyada. 4. Bubbuqa'uu rifeensa keenyaa ni ittisa. 5. Shukkaara dhiiga keenya keessaa ni xiqqeessa. 6. Dhibee kaanserii nurraa ittisa. 7. Furdina gar malee nurraa ittisa. 8. Hirriba keessaâŚ