uz
Feedback
Nuraddin Sham - FHS

Nuraddin Sham - FHS

Kanalga Telegram’da o‘tish

Seera wallaaluun itti gaafatamummaa seeraa jalaa nama hin baasu! Ignorance of law does not excuse!

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali Nuraddin Sham - FHS analitikasi

Nuraddin Sham - FHS (@nuraddinfhs) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 11 646 obunachidan iborat bo'lib, Qonun toifasida 737-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 2 849-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 11 646 obunachiga ega bo‘ldi.

29 Iyun, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -61 ga, so‘nggi 24 soatda esa -9 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 40.56% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 12.78% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 4 725 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 1 489 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 23 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
Seera wallaaluun itti gaafatamummaa seeraa jalaa nama hin baasu! Ignorance of law does not excuse!

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 30 Iyun, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Qonun toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

11 646
Obunachilar
-924 soatlar
-277 kunlar
-6130 kunlar
Postlar arxiv
#Madda_Galii_Mana_Marii_Ispoortii fi Hanga Kafaltii Wagga waggaan kafalamuu Galiin Mana Maree Ispoortii madda galii armaan gadii irraa kan argamu ta’a. 👉🏻Deeggarsa baajata mootummaa ramaduu irraa; 👉🏻Deeggarsa Miti-Mootummaa irraa; 👉🏻Galii deeggarsa fi kennaa irraa; 👉🏻Galii dirree Ispoortii fi iddo bashannanaa garaagaraa irraa argamu irraa; 👉🏻Galii madda adda addaa kan manni marichaa tattaafi isaatiin maddisiisu irraa; 👉🏻Baazaarii adda addaa qophessuu; 👉🏻Hawwisoo fi Siinimaa agarsiisuun 👉🏻Ispoonsara fi beeksiisa 👉🏻 Gurgurtaa qabeenya kan Mootummaa hin taane Manni Marichaa argate 👉🏻Tajaajila adda addarraa 👉🏻 Galii dorgommii adda addaa irraa 👉🏻 Qophii afeerraa irbaata fi calbaasii adda addaarraafi kkf. 👉🏻 Galii Buusii Hojjataa Mootummaa, Qotee bulaa, Horsiisee bulaa,Daldaltoota, Jiraattoota Magaalaa irraa argamana ta’a. #Hanga Kanfaltii Waggaa waggaan Kanfalamuu ilaalchisee;- 👉🏻Kaartaa lafaa--------------------------------------------Qarshii 20 👉🏻 Jijjirraa maqaa mana jireenyaa----------------------- Qarshii 3,000 👉🏻Jijjirraa Invastimantii ---------------------------------- Qarshii 3,000 👉🏻Jijjirraa konkoolaataa----------------------------------- Qarshii 3,000 👉🏻Buufata Konkolaataa Geejjiba irraa------------------ Qarshii 5 👉🏻Qaraxa Keellaa Konkolaataan tokkoon qarshii --- Qarshii 20 (Fkn.Cirracha, Dhagaa, Biyyoo, Buna,Jimaa, Sukaara…KKF) 👉🏻Daldalaa Kaffalaa Gibiraa sadarkaa A. ---Qarshii 500 👉🏻Daldalaa Kaffalaa Gibiraa sadarkaa B. ----Qarshii 400 👉🏻Daldalaa Kaffalaa Gibiraa sadarkaa C.----Qarshii 300 👉🏻 Jiraataa Magaalaa, Qoteebulaa fi Horsisee bulaan qar.100. 👉🏻Hojjataa Mootummaa irraa ---------------------2 % Qajeelfama Sassaabbii , Itti Fayyadamaa fi To’annaa Galii Mana Maree Ispoortii Oromiyaa Foyya’ee Bahe- Lakk 3/2015 https://t.me/NuraddinFHS

Share Qajeelfama Galii Mana Maree Ispoortii Oromiyaa.pdf

Digital-Ethiopia-2025-Strategy-english.pdf5.78 MB

Repost from Kidane Law Office.
pp Lafa Baadiyyaa fi Magaalaa

Simannaa nuuf taasifame viidiyoon. hunduu galatoomaa👍🏻

WAAAM raawwii hojii bara 2018n Sadarkaa 3ffaan Xumuruun badhaafamaa waancaa tahee jiran. Baga gammanne baga gammaddan🙏🏻🙏🏻
+1
WAAAM raawwii hojii bara 2018n Sadarkaa 3ffaan Xumuruun badhaafamaa waancaa tahee jiran. Baga gammanne baga gammaddan🙏🏻🙏🏻

#MOBILE_BANKING #Dogoggoraan_Mobile_Baankiingiin_Maallaqa_Yoo_Namaa_biroof_Ergitan👇👇👇👇 Murtii Mana Murtii Dhaddachaa Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Lakk. Galmee 175660 dubbisaa ‎Namoonni hedduun yeroo mobile banking fayyadaman dogoggoraan maallaqa nama biraatti erguu danda’u. ‎✅Dhaddachi ijjibaata Feederaalaa waa'ee kana irratti akkana jedhe: ✔️‎Namni maallaqa kaffaluu hin qabne yoo kaffale akka deebi'uuf gaaffachuun mirga ta'ullee garuu dogongorri tokko osoo hin jiraatin Waliigaltee fi dirqamni seeraa isa kaffalchiisu akka hin jirre osoo beekuu maqaa fi lakkoofsa herreegaa (Account) barreessuun maallaqa yoo erge ✔️ itti yaadeefi fedhinnaan akka ergeetti waan fudhatamuuf maallaqa siif ergamuu hin qabneen siif ergee naaf deebisi jedhee gaafachuu hin danda'u" DH/IJ/MMWF lakk.175660 Jildii 26ffaa murtiii kenname ture. ✔️‎Baankiin garuu yeroo dogoggorrii akkanaa uumamee komiin maammila irraa dhufe waanti godhu: ‎● Yoo dhugumaan sitti amane nama maallaqa fudhateen wal si qunnamsiisee akka ati wal dubbiftee maallaqa kee akka siif deebisuu itti gaafattu haala siif mijjeessa, ‎Garuu ofumaan account irraa hir’isuu ykn maallaqa deebisuu hin danda’u yoo adeemsi seeraa hin jirre ykn mana murtiin ajajame malee. ‎Kanaaf yeroo mobile banking fayyadamtan: ‎● Maqaa namaa sirriitti mirkaneessaa ‎● Lakkoofsa account ykn bilbilaa yeroo 2 fi isaa ol ilaalaa ‎● Saffisaan Maallaqa hin dabarsinaa. ‎● Yoo wannii akkasii isin mudate ammoo damee naanno keessan jiru dubbisaa dhimma keessaan karaa seeratin akka isiniif furamu isin gargaaruu danda'u waan taatef.

Qabeenya Beeksisuu fi Galmeessisuu Dirqama qabeenya galmeessisuu eennu fa’atu qaba? Bu’uura labsii lakk. 169/2003 keewwata 5 tiin filatamaan muudamaan ykn hojjataan mootummaa kamiiyyuu: a) Qabeenya abbaa qabeenyummaa ykn qabiyyummaa isaa fi maatii isaatiin jiruu fi b) Madda galii isaa fi maatii isaa beeksisuu fi galmeessisuuf dirqama qaba. Qabeenyi Qabeenya Galmeessisuu Dhabuun Maal Hordofsiisa? Bu’uura Labsii lakk. 169/2003 keewwata 14 tiin qabeenyi filatamaa, muudamaa ykn hojjataa mootummaa bu’uura Labsii kanaatiin hin galmaa’in kamiiyyuu, ragaan faallaan yoo dhiyaate malee, raawwii Seeraa Yakkaa Keewwata 419 (2) tiif jecha akka qabeenya maddi isaa hin beekamneetti laakkawama. Faayidaan Qabeenya Beeksisuu fi Galmeessisuu Maalii? Qabeenya Galmeessisuu fi Beeksisuun Faayidaawwan Ijoo Armaan Gadii Qaba. I. Iftoominnaa fi itti gaafatamummaa mirkaneessuudhaan yakka malaammaltummaa ittisa II. Qorannoo yakka malaammaltummaa salphisa III. Wal amantaa uummataa fi mootummaa jidduu jiru cimsa Kanaafuu qaamotni dirqama qabeenya galmeessisuu qaban hundi moosaajii Komishiinichi qopheesseen karaa ogeessota Deeggarsaa fi Hordoffii Dhimmoota Naamusaa fi Farra Malaammaltummaatiin qabeenyaa fi madda galii keessan isa sirrii galmeessuudhaan dirqama keessan bahuudhaan itti gaafatamummaa galmeessuu dhabuun hordofsiisu jalaa bahaan dhaamsa keenya. Dhaloota Safuun Ijaaruun; Kenna Tajaajilaa Hojimaataan!

photo content

photo content

photo content

photo content

Share Qajeelfama Addaa Ramaddii H M Mag.Shagar.pdf

photo content

⚖️𝐃𝒉𝐚𝐝𝐝𝐚𝒄𝒉𝒊 𝒊𝒋𝒊𝒃𝒃𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝐌𝒂𝐧𝒂 𝐌𝐮𝐫𝒕𝒊𝒊 𝑾𝒂𝒍𝒊𝒊𝒈𝒂𝒍𝒂 𝐅𝐞𝐝𝒆𝒓𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝙟𝙞𝙡𝙙𝙞𝙞 2ffaa Dhimmoota Daa'imanii 𝙂𝙖𝙡𝙢𝙚𝙚 𝙡𝙖𝙠𝙠. 225872 Irratti ''Daa'imni guddifachaan kenname maatii dhiigaa kan isa dhalchee fi maatii guddifachaan isa fudhatees dhaaluu ni danda'a.'' jechuun Murtii Dirqisiisaa kennee jira.

photo content

photo content

photo content

Iyyatta Jijjiirraa Maqaa
+1
Iyyatta Jijjiirraa Maqaa

photo content