ch
Feedback
Nuraddin Sham - FHS

Nuraddin Sham - FHS

前往频道在 Telegram

Seera wallaaluun itti gaafatamummaa seeraa jalaa nama hin baasu! Ignorance of law does not excuse!

显示更多

📈 Telegram 频道 Nuraddin Sham - FHS 的分析概览

频道 Nuraddin Sham - FHS (@nuraddinfhs) 是活跃参与者。目前社区聚集了 11 631 名订阅者,在 法律 类别中位列第 740,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 880

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 11 631 名订阅者。

根据 12 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -95,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 32.61%。内容发布后 24 小时内通常能获得 16.02% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 3 793 次浏览,首日通常累积 1 863 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 14

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Seera wallaaluun itti gaafatamummaa seeraa jalaa nama hin baasu! Ignorance of law does not excuse!

凭借高频更新(最新数据采集于 13 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 法律 类别中的关键影响点。

11 631
订阅者
无数据24 小时
-67
-9530
帖子存档
photo content

#Dhaaltummaa Qooda qabeenya Dhaalaa Du'aatti Hirmaachuuf Qabeenya Osoo Du’aan lubbuun Jiruu Fudhatame Deebisuun Dirqamaa (collation) ? ================================== Seera Dhaalaa kwt 1065 - 1067; Murtii Dhadhacha Ijbt Glm Lkk 113247, 160761, 162475 fi Murtii haaraa glm lkk 249367 ta’errattti gaafa 28/05/2017 kenname waliin kan ilaalame =========================== ✍🏻Qabeenya Dhaalaa kennaan otuu dhaalchisaab jiru fudhatame du’a isaa booda qabeenya dhaalaatti deebisuun (collation) yaadama seeraa gama tokkoon mirga dhaaltota kennaan fudhatan hinqabnee eeguu fi akkasumas gama biraan dhaalaan kennaa fudhate dabalataan hanga kennaa fudhateen alatti qooda isa dhaqqabuu qabu akka hindhabne eeguuf diriirfamedha. Kanaaf collation dhaaltota kennaa hinqabne qofa otuu hintaane Dhaalaa kennaa fudhates mirga isaa eeguun haqummaan akka jiraatu kan godhu yoo ta’u Seera Hariiroo Hawaasaa Kwt 1065 - 1067 jalatti bal’inaan diriirfamee jira. ✍🏻Dhaddachi ijbt MMWF glm Lkk 113247, 160761 fi 162475 ta’an irratti dhaalaan qabeenya du’aa otuu du’aan jiru kennaan fudhate du’a booda qixa qabeenya fudhateen qooda qabeenya dhaalaa keessaa bahuu akka qabu murteessuun hiikkoo dirqisiisaa kan kenne yoo ta’u kunis dhaaltuun kennaa fudhate gonkuma dhaala du’aa keessatti hirmaachuu hinqabu hiikkoo jedhu otuu hintaane hanga qabeenya kennaan fudhatee qooda qabeenya dhaalaa keessatti makamuun shalagamee hangi kennaan fudhate hanga hanga qooda dhaalaan isa gahuu ol yoo ta’e kan fudhate qabatee qooda keessatti hirmaachuu irraa akka hafuu fi hangi fudhate hanga qooda silaa argachuu qabuu gad yoo ta’e immoo garaarummaa hafe dhaaltota kaan waliin qooddachuu akka qabu hiikkoo agarsiisudha. ✍🏻Dhimma murtii haaraa glm Lkk 249367 ta’erratti gaafa 28/05/2017 kennameenis iyyataan gama tokkoon qabiyyee iddoo lamaa otuu dhaalchisaan jiru kennaan fudhate akkuma jirutti qabachuun gama kaaniin immoo qabeenya dhaalchisaa hafe dhaaltota kaan waliin hirmaachuuf gaaffiin dhiyeesse seeraan ala akka ta’ee fi yoo dhaala keessatti hirmaachuu barbaade qabiyyeewwan kennaan dursee fudhate deebisee dhaalatti makuu ykn immoo qabiyyee lamaan isaa qabatee dhaala du’aan ala ta’uu qaba jechuun murteessee jira. ✍🏻Gabaabumatti karaa lama fayyadamuun akka hindanda’amne murtiin haaraan kun ifatti hiikkoo kan kenneedha.Jamaal Q. Qawweetti https://t.me/NuraddinFHS

#Madda_Galii_Mana_Marii_Ispoortii fi Hanga Kafaltii Wagga waggaan kafalamuu Galiin Mana Maree Ispoortii madda galii armaan gadii irraa kan argamu ta’a. 👉🏻Deeggarsa baajata mootummaa ramaduu irraa; 👉🏻Deeggarsa Miti-Mootummaa irraa; 👉🏻Galii deeggarsa fi kennaa irraa; 👉🏻Galii dirree Ispoortii fi iddo bashannanaa garaagaraa irraa argamu irraa; 👉🏻Galii madda adda addaa kan manni marichaa tattaafi isaatiin maddisiisu irraa; 👉🏻Baazaarii adda addaa qophessuu; 👉🏻Hawwisoo fi Siinimaa agarsiisuun 👉🏻Ispoonsara fi beeksiisa 👉🏻 Gurgurtaa qabeenya kan Mootummaa hin taane Manni Marichaa argate 👉🏻Tajaajila adda addarraa 👉🏻 Galii dorgommii adda addaa irraa 👉🏻 Qophii afeerraa irbaata fi calbaasii adda addaarraafi kkf. 👉🏻 Galii Buusii Hojjataa Mootummaa, Qotee bulaa, Horsiisee bulaa,Daldaltoota, Jiraattoota Magaalaa irraa argamana ta’a. #Hanga Kanfaltii Waggaa waggaan Kanfalamuu ilaalchisee;- 👉🏻Kaartaa lafaa--------------------------------------------Qarshii 20 👉🏻 Jijjirraa maqaa mana jireenyaa----------------------- Qarshii 3,000 👉🏻Jijjirraa Invastimantii ---------------------------------- Qarshii 3,000 👉🏻Jijjirraa konkoolaataa----------------------------------- Qarshii 3,000 👉🏻Buufata Konkolaataa Geejjiba irraa------------------ Qarshii 5 👉🏻Qaraxa Keellaa Konkolaataan tokkoon qarshii --- Qarshii 20 (Fkn.Cirracha, Dhagaa, Biyyoo, Buna,Jimaa, Sukaara…KKF) 👉🏻Daldalaa Kaffalaa Gibiraa sadarkaa A. ---Qarshii 500 👉🏻Daldalaa Kaffalaa Gibiraa sadarkaa B. ----Qarshii 400 👉🏻Daldalaa Kaffalaa Gibiraa sadarkaa C.----Qarshii 300 👉🏻 Jiraataa Magaalaa, Qoteebulaa fi Horsisee bulaan qar.100. 👉🏻Hojjataa Mootummaa irraa ---------------------2 % Qajeelfama Sassaabbii , Itti Fayyadamaa fi To’annaa Galii Mana Maree Ispoortii Oromiyaa Foyya’ee Bahe- Lakk 3/2015 https://t.me/NuraddinFHS

Share Qajeelfama Galii Mana Maree Ispoortii Oromiyaa.pdf

Digital-Ethiopia-2025-Strategy-english.pdf5.78 MB

Repost from Kidane Law Office.
pp Lafa Baadiyyaa fi Magaalaa

Simannaa nuuf taasifame viidiyoon. hunduu galatoomaa👍🏻

WAAAM raawwii hojii bara 2018n Sadarkaa 3ffaan Xumuruun badhaafamaa waancaa tahee jiran. Baga gammanne baga gammaddan🙏🏻🙏🏻
+1
WAAAM raawwii hojii bara 2018n Sadarkaa 3ffaan Xumuruun badhaafamaa waancaa tahee jiran. Baga gammanne baga gammaddan🙏🏻🙏🏻

#MOBILE_BANKING #Dogoggoraan_Mobile_Baankiingiin_Maallaqa_Yoo_Namaa_biroof_Ergitan👇👇👇👇 Murtii Mana Murtii Dhaddachaa Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Lakk. Galmee 175660 dubbisaa ‎Namoonni hedduun yeroo mobile banking fayyadaman dogoggoraan maallaqa nama biraatti erguu danda’u. ‎✅Dhaddachi ijjibaata Feederaalaa waa'ee kana irratti akkana jedhe: ✔️‎Namni maallaqa kaffaluu hin qabne yoo kaffale akka deebi'uuf gaaffachuun mirga ta'ullee garuu dogongorri tokko osoo hin jiraatin Waliigaltee fi dirqamni seeraa isa kaffalchiisu akka hin jirre osoo beekuu maqaa fi lakkoofsa herreegaa (Account) barreessuun maallaqa yoo erge ✔️ itti yaadeefi fedhinnaan akka ergeetti waan fudhatamuuf maallaqa siif ergamuu hin qabneen siif ergee naaf deebisi jedhee gaafachuu hin danda'u" DH/IJ/MMWF lakk.175660 Jildii 26ffaa murtiii kenname ture. ✔️‎Baankiin garuu yeroo dogoggorrii akkanaa uumamee komiin maammila irraa dhufe waanti godhu: ‎● Yoo dhugumaan sitti amane nama maallaqa fudhateen wal si qunnamsiisee akka ati wal dubbiftee maallaqa kee akka siif deebisuu itti gaafattu haala siif mijjeessa, ‎Garuu ofumaan account irraa hir’isuu ykn maallaqa deebisuu hin danda’u yoo adeemsi seeraa hin jirre ykn mana murtiin ajajame malee. ‎Kanaaf yeroo mobile banking fayyadamtan: ‎● Maqaa namaa sirriitti mirkaneessaa ‎● Lakkoofsa account ykn bilbilaa yeroo 2 fi isaa ol ilaalaa ‎● Saffisaan Maallaqa hin dabarsinaa. ‎● Yoo wannii akkasii isin mudate ammoo damee naanno keessan jiru dubbisaa dhimma keessaan karaa seeratin akka isiniif furamu isin gargaaruu danda'u waan taatef.

Qabeenya Beeksisuu fi Galmeessisuu Dirqama qabeenya galmeessisuu eennu fa’atu qaba? Bu’uura labsii lakk. 169/2003 keewwata 5 tiin filatamaan muudamaan ykn hojjataan mootummaa kamiiyyuu: a) Qabeenya abbaa qabeenyummaa ykn qabiyyummaa isaa fi maatii isaatiin jiruu fi b) Madda galii isaa fi maatii isaa beeksisuu fi galmeessisuuf dirqama qaba. Qabeenyi Qabeenya Galmeessisuu Dhabuun Maal Hordofsiisa? Bu’uura Labsii lakk. 169/2003 keewwata 14 tiin qabeenyi filatamaa, muudamaa ykn hojjataa mootummaa bu’uura Labsii kanaatiin hin galmaa’in kamiiyyuu, ragaan faallaan yoo dhiyaate malee, raawwii Seeraa Yakkaa Keewwata 419 (2) tiif jecha akka qabeenya maddi isaa hin beekamneetti laakkawama. Faayidaan Qabeenya Beeksisuu fi Galmeessisuu Maalii? Qabeenya Galmeessisuu fi Beeksisuun Faayidaawwan Ijoo Armaan Gadii Qaba. I. Iftoominnaa fi itti gaafatamummaa mirkaneessuudhaan yakka malaammaltummaa ittisa II. Qorannoo yakka malaammaltummaa salphisa III. Wal amantaa uummataa fi mootummaa jidduu jiru cimsa Kanaafuu qaamotni dirqama qabeenya galmeessisuu qaban hundi moosaajii Komishiinichi qopheesseen karaa ogeessota Deeggarsaa fi Hordoffii Dhimmoota Naamusaa fi Farra Malaammaltummaatiin qabeenyaa fi madda galii keessan isa sirrii galmeessuudhaan dirqama keessan bahuudhaan itti gaafatamummaa galmeessuu dhabuun hordofsiisu jalaa bahaan dhaamsa keenya. Dhaloota Safuun Ijaaruun; Kenna Tajaajilaa Hojimaataan!

photo content

photo content

photo content

photo content

Share Qajeelfama Addaa Ramaddii H M Mag.Shagar.pdf

photo content

⚖️𝐃𝒉𝐚𝐝𝐝𝐚𝒄𝒉𝒊 𝒊𝒋𝒊𝒃𝒃𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝐌𝒂𝐧𝒂 𝐌𝐮𝐫𝒕𝒊𝒊 𝑾𝒂𝒍𝒊𝒊𝒈𝒂𝒍𝒂 𝐅𝐞𝐝𝒆𝒓𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝙟𝙞𝙡𝙙𝙞𝙞 2ffaa Dhimmoota Daa'imanii 𝙂𝙖𝙡𝙢𝙚𝙚 𝙡𝙖𝙠𝙠. 225872 Irratti ''Daa'imni guddifachaan kenname maatii dhiigaa kan isa dhalchee fi maatii guddifachaan isa fudhatees dhaaluu ni danda'a.'' jechuun Murtii Dirqisiisaa kennee jira.

photo content

photo content

photo content