uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling

ORO ISPOORTII

ORO ISPOORTII

Yopiq kanal

༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Request jo

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali ORO ISPOORTII analitikasi

ORO ISPOORTII kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 58 419 obunachidan iborat bo'lib, Texnologiyalar & Aralashmalar toifasida 2 261-o'rinni va Hindiston mintaqasida 5 667-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 58 419 obunachiga ega bo‘ldi.

23 Noyabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -780 ga, so‘nggi 24 soatda esa -48 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 0.51% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 0.26% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 300 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 151 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 2 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Reque...”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 24 Noyabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Texnologiyalar & Aralashmalar toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

58 419
Obunachilar
-4824 soatlar
-777 kun
-78030 kun
Postlar arxiv
#Ammee qormaanni Kutaa 12ffaa ifoomeera dursitanii bakka CHECK MY RESULT jedhu tuquun ammuma ilaallachuu dandeessu 👇👇👇👇👇
#Ammee qormaanni Kutaa 12ffaa ifoomeera dursitanii bakka CHECK MY RESULT jedhu tuquun ammuma ilaallachuu dandeessu 👇👇👇👇👇👇
25 Avg, 13:33
25 Avg, ~14:26

Repost from N/a

25 Avg, 13:02
25 Avg, ~14:27

#Ammee qormaanni Kutaa 12ffaa ifoomeera dursitanii bakka CHECK MY RESULT jedhu tuquun ammuma ilaallachuu dandeessu 👇👇👇👇👇
#Ammee qormaanni Kutaa 12ffaa ifoomeera dursitanii bakka CHECK MY RESULT jedhu tuquun ammuma ilaallachuu dandeessu 👇👇👇👇👇👇
25 Avg, 12:33

25 Avg, 12:30
25 Avg, ~15:50

25 Avg, 11:44
29 Avg, ~09:46

25 Avg, 11:36
25 Avg, ~15:50

🟢Oduu ammee Qormaatnii kutaa 12ffaa Gad dhiifameera ammaa kaatanii qabxii keessan ilaallachuu dandeessu! Link👇👇 🔗https://
🟢Oduu ammee Qormaatnii kutaa 12ffaa Gad dhiifameera ammaa kaatanii qabxii keessan ilaallachuu dandeessu! Link👇👇 🔗https://result.eaes.et Start Bot 👇👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok
25 Avg, 11:26
29 Avg, ~09:46

#Ammee qormaanni Kutaa 12ffaa ifoomeera dursitanii bakka Check Result jedhu tuquun ammuma ilaallachuu dandeessu 👇👇👇
#Ammee qormaanni Kutaa 12ffaa ifoomeera dursitanii bakka Check Result jedhu tuquun ammuma ilaallachuu dandeessu 👇👇👇
25 Avg, 10:51
25 Avg, ~15:50

✅Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara kanaa kan barattoota meeqaatu haqame? ➡️Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018
✅Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara kanaa kan barattoota meeqaatu haqame? ➡️Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 Naannooleen fi Manneen Barnootaa barattoota meeqa dabarsan (lakkoofsaan) ➡️Ibsa Ministeerri Barnootaa waa'ee bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa irratti kenne irratti bara kana barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhattan keessaa barattoonni parsantii 12.8 jechuunis barattoonni 70,544 darbaniiru. ➡️Kanas naannolee dhaan qoodnee yeroo ilaallu; ➡️• Oromiyaa - 20,807 ➡️• Finfinnee - 18,646 ➡️• Amaaraa - 15,225 ➡️• Tigiraay - 3,146 ➡️• Kibba Itoophiyaa - 3,011 ➡️• Giddu Galeessa Itoophiyaa - 2,800 ➡️• Sidaamaa - 1,827 ➡️• Somaalee - 1,616 ➡️• Kibba Lixa Itoophiyaa - 835 ➡️• Affaar - 705 ➡️• Beenii Shaan Gul Gumuz - 457 ➡️• Dirree Dawaa - 410 ➡️• Gaambeellaa - 280 dabarsaniiru. Bara darbe Manneen Barnootaa barataa tokkoyyuu hin dabarsine 1,232 kan turan yoo ta'u, bara kana ammoo 565 dha. Manneen Barnootaa barattoota homaayyuu hin dabarsine naannolee irraa meeqa meeqa? - Oromiyaa 156 - Amaaraa 98 - Kibba Itoophiyaa 86 - Kibba Lixa Itoophiyaa 69 - Tigiraay 48 - Beenii Shaan Gul Gumuz 29 - Giddu Galeessa Itoophiyaa 22 - Affaar 21 - Sidaamaa 16 - Somaalee 9 - Dirree Dawaa 5 - Hararii 3 - Gaambeellaa 2 - Finfinnee 1 Barattoota isaanii guutummaa guutuutti kanneen dabarsan ammoo bara darbe Manneen Barnootaa 62 turan, bara kana ammoo 88 dha. Naannolee irraa Manneen Barnootaa meeqatu barattoota hunda dabarse? • Oromiyaa 37 • Finfinnee 24 • Amaaraa 8 • Kibba Itoophiyaa 4 • Tigiraay 4 • Giddu Galeessa Itoophiyaa 3 • Sidaamaa 2 • Affaar 1 • Dirree Dawaa 1 • Hararii 1 • Somaalee 1 • Kibba Lixa Itoophiyaa 1 Barattoonni karaa online qoroman parsantii 18.3 darbaniiru. Karaa waraqaa ammoo kan qoroman parsantii 4.2 qofti darbaniiru. Bara kana karaa online qormaata kan fudhatan parsantii 60 yoo ta'u, bara itti aanu guutummaa guutuutti karaa online akka ta'u ibsameera. Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara kanaa irra barattoonni 265 kan bilbila qabatanii argaman bu'aan isaanii haqameera. Kompiitara irratti gocha agarsiisaniin bu'aan isaanii qoratamaa kan jiran jiru. Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa akkuma ifoomeen argachuuf akkasumas karaalee ittiin ilaaltan fi kanneen biroo odeeffannoo ariitiin argachuuf link comment irra jiruun Channel keenya Telegram join taasisaa! Barattoota qormaata biyyaalessaa fudhattaniif Carraa Gaarii! ✅Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok
25 Avg, 07:07
06 Sen, ~06:42

🟢Kutaa 12ffaa Qormaatni biyyoollessaa Kutaa 12ffaa rakkoo system irraa kan kahe hangaa yonaatti kan hin gadhifamiin jiru tah
🟢Kutaa 12ffaa Qormaatni biyyoollessaa Kutaa 12ffaa rakkoo system irraa kan kahe hangaa yonaatti kan hin gadhifamiin jiru tahu isiin beksiisuu barbaanna Yaddoo fi burjaajii tokko male obsaan akka fiirii keessaan eegdaan isiiniif dhaamna Oddeffanno dhugaaf chaanali keenya hordoofaa ✅Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok
25 Avg, 05:35
06 Sen, ~06:42

🟢yeroo bu'aan qormaata gadhiifamu website armaan gadii irratti ilaallachuu dandeessu 1. https://result.eaes.et/ 2. https://t.me/EAESbot ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok
25 Avg, 03:05
06 Sen, ~06:42

🟢 Bu'aan Qormaata Kutaa 12ffaa Akkuma Gadhiifameen Ilaallachuu Warri Barbaaddan ✔️ Booda Connection Akka Isin Hin Rakkisneef
🟢 Bu'aan Qormaata Kutaa 12ffaa Akkuma Gadhiifameen Ilaallachuu Warri Barbaaddan ✔️ Booda Connection Akka Isin Hin Rakkisneef Ammuma Link Kana Fayyadamuun Code Keessan Itti Barreessaa ➡️ Hubachiisa Code Malee Maqaa Itti Hin Ergiinaa ✔️ Ilaallachuuf 👉 START
25 Avg, 03:02
31 Avg, ~17:41

Repost from N/a
#Oduu_Ammee ✔️ Bu'aan Kutaa 12ffaa ifoomee 🔥 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun ID kee
#Oduu_Ammee ✔️ Bu'aan Kutaa 12ffaa ifoomee 🔥 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun ID keessan qofaa itti ergaa 👇👇👇👇👇👇
25 Avg, 02:04
29 Avg, ~09:46

#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇
#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇
24 Avg, 17:49
24 Avg, ~18:27

#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇
#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇
24 Avg, 16:09
24 Avg, ~17:31

Qabxii Olaanaa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Barattoonni Oromiyaa Sadarkaa 1ffaa Biyyaalessaa Qabatan! Bu'aa qormaata
Qabxii Olaanaa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Barattoonni Oromiyaa Sadarkaa 1ffaa Biyyaalessaa Qabatan! Bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ifoomeen, barattoonni manneen barnootaa bultii addaa Oromiyaa keessaa qoraman qabxii ajaa'ibsiisaa galmeessisuun sadarkaa duraa qabataniiru. Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO) Adaamaa kan ta'e Barataa Jaalal Girmaa qabxii 591.6 fiduudhaan sadarkaa biyyaalessaatti tokkoffaa ta'eera. Haaluma walfakkaatuun, damee Saayinsii Hawaasaatiin (Social Science) immoo, barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Iifaa Boruu Dodolaa kan ta'e Barataa Saadaam Abdulaaziiz Umar qabxii 576.25 galmeessisuun guutummaa biyyattii keessaa sadarkaa 1ffaa irra taa'eera. Milkaa'inni guddaan barattoota kanaa ciminnaa fi qulqullina barnootaa manneen barnootaa bultii addaa keessa jiru ragaa kan ba'uu fi hawaasa mara kan boonse dha. Baga gammadanii, baga gammanne! ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok
24 Avg, 15:59
06 Sen, ~06:42

🕹️ Urjii dirree barnootaa! 🔰 Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa Mana barumsaa WMO Adaamaa irraa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffa
🕹️ Urjii dirree barnootaa! 🔰 Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa Mana barumsaa WMO Adaamaa irraa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Akka Biyyaatti Qabxii Olaanaa 591.6/600 Galmeesseera ! 🔰 Bu’aan hunda kessaanii halkan kana sa’aatii 6 irratti Yeroo Gadhifamuu Rakko connection mudachuu waan maluuf Barattoota bayyeef nii ilaalla kanaaf yaaddo hin qabatiina Chanalii keenyaa Kana Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf Share taasisaa Rection hin jiru family 🫣 ♥️💙 ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok
24 Avg, 15:41
06 Sen, ~06:42

Kutaa 12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom gadhifaama bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇
Kutaa 12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom gadhifaama bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇
24 Avg, 15:20
24 Avg, ~18:55

Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???
24 Avg, 15:01
24 Avg, ~15:42

Repost from N/a
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma REQUEST Gochuun seenaa 👇👇👇👇
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma REQUEST Gochuun seenaa 👇👇👇👇
24 Avg, 14:36
29 Avg, ~09:46