cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Faana Sinbiraa

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
25 941
Obunachilar
-2824 soatlar
+267 kunlar
+35330 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Eeruu Toyota 5 fi ooraalii 2'n ZU 23 fe'attee Naqamtee gara Giddaa Ayyaanaatti deemaa jirti.
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 37๐Ÿ‘Ž 8๐Ÿ”ฅ 2
Photo unavailableShow in Telegram
WBO'n Uummatasaa waliin akkasiin marii gaggeesseera. ๐Ÿ‘‰ Mootummaa jechuun qaama masaraa qabate osoo hin taane; qaama uummata qabatedha! ๐™Š๐™ง๐™ค๐™ข๐™ž๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ ๐˜ฝ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–
Hammasini ko'rsatish...
โค 23๐Ÿ‘ 12โšก 3๐Ÿ”ฅ 2
Photo unavailableShow in Telegram
#Injifannoo Caancoo WBOn Zoonii G/G Tarkanfiiย  Bulchiinsa Magaalaa caancoo kessaattiย  fudhateen! ๐Ÿ‘‰Akm 6 ๐Ÿ‘‰Sks 1 Dugda diinaa irraa hiikun Mooraa WBO galii taasiseera! Injifannoon kan ummata oromooti! ๐™Š๐™ง๐™ค๐™ข๐™ž๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ ๐˜ฝ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–
Hammasini ko'rsatish...
โค 20๐Ÿ‘ 5๐Ÿ‘ 4
Birgeedin Ibiddaa Diina Watwaachiisa Jira. =======================/==/==== Birgeedin Ibiddaa Kaampi diinaa Ganda Garjeeda Tarree barii obboroon itti seenuun bittimse ijoollen biraanu Juulaa fi Fayyiisa Leellisa leenjisan kotte na basiin gara magaalaa Aannoo fi Billoo Bosheeti baddetti. IUOf
Hammasini ko'rsatish...
โค 14๐Ÿ‘ 8๐Ÿ”ฅ 1
Milkeessi Waaqa =============โ‰ˆ= Birgeediin Bakakkaa ganamaan Oli fi gadi oofee tumaa jira.
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 104โค 26๐Ÿ”ฅ 10๐Ÿฅฐ 9
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Harsadee Birgeediin Caffee Tumaa Cibraan Heerer Kormaa fi Malkaa Hawaas aanaa Dugdaatti tarkaanfii diina irratti fudhachuun diina adaban. ONM-ABO Waxabajjii 29,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBO'n godina Baha Shaggar aanaa Dugdaatti waarana faashistii PP magaalaa bulchiinsa aanaa irraa fageenya miilaan daqiiqaa 30 irratti mooraa 3 buufattee uummaata Oromoo darartuu fi saamicha irratti raawwattu akkasuma guyyaa guyyaan ajjeechaa fi gudeeddaa geggeessaa turteef adabbii barbaachisaa kennee jira. Waxabajji 28,2024 kaleessa galgala Sa'a 10:00 -12:00tti Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Bobbaa Irbuu Shinniggaan itti seenuun mooraa sadan : Gamoo, Waajjira ganda Waldaa Qal'inaa akkasuma mooraa Waldaa Qal'inaa jedhamu irratti lola sa'atii 2f walitti fufiinsaan geggesseen loltoota sirnichaa farra riphee lolaa ofiin jettu hedduu du'aa fi madoon adabeera. Mooraa Waldaa Qal'inaatti loltoota sirnichaa 47 du'aan yoo adabu 19 ammoo madoo cimaan adabee jira. Bakka addaa Kooraa Waldaa Qal'inaa jedhamutti ammoo loltoota sirnichaa 23 yeroo ajjeesu 16 madoo cimaan geggeessee jira Dabalataanis mooraa Gamoo jedhamutti ammoo loltoota 16 yeroo ajjeesu 19 madoo cimaan adabee jiraachuu gabaasni achii nu qaqqabe ni addeessa. Waxabajji 27 Bahuma Shaggar aanaa Abuu Seeraa bakka Dooroo jedhamu magaalaa Dukamitti dhiyoo kan taate irratti WBO'n zoonii Harsadee Birgeediin Caffee Tumaa Cibraan Malkaa Hawaas Tarkaanfii loltoota Biraanuu Juulaa irratti fudhateen loltoota nageenya gaanfa Afrikaa ni tiksu jedhamee ololamuuf haxxee itti hidhuun 21 irraa ajjeesuun 15 madoo cimaan adabee jira. Meeshalee waraanas irraa hiikuun galii dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof oolcheera. Lola guyyoottan lamaan darban kana Bahaa Shaggar bakkoota adda addaatti gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo waraana faashistii PP irratti taasiseen injifannoon boonsaan galmaa'eera. Bobbaan Irbuu Shinniggaa itti fufa โ— Injifannoon Uummata Oromoof โ—
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 63โค 9๐Ÿ”ฅ 2๐Ÿ˜ 2
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ‘ 52โค 22
Karoorri PP 100% Fashalaa'eera. ========================== Humni PP daangaa Oromiyaa biyyoota ollaan Waldaangessan kan akka Keeniyaa, Sudaan, akkasumas naannolee Oromiyaan Waldaangessan kan akka Beneshaangul Gumuz, Gambeellaa, Sumaalee, Kibba Itoophiyaa fi Amaaraatti dhiimma bahee WBO rukutuuf ture achumaan dhidhiima. Kaan immoo giddu galeessa Oromiyaatti ni barbadeeffama. Qubsumni humna diinaa irra guddaan gama daangaa fi giddu galeessa Oromiyaa jira. Kunis waan lamaafi. 1ffaan humni gama daangaa jiru WBO duubaan rukutuuf seene. Akkuma ppn humnashee gama daangaatti ergiteen nutis gama daangaatti sossoone humna dudduubaan nutti duuluuf dhufe biyyoo nyaachisaa jirra. kanaafuu humnichi gara itti goru wallaaleera. Dhumarratti gara biyyoota ollaatti baqachuun isaa hin hafu. 2ffaa humni giddu galeessa jiru teessoo mootummaa pp eeguudhaaf kan qubsiifameedha. Humni kunis baha Shaggar, lixa Shaggar, kibba lixa Shaggarii fi Kaaba Shaggari. Humni kun gara tokkoon teessoo mootummaa pp eegaa gama biroon immoo WBO ofirraa achi lolaa gara daangaatti dhiibuun humni daangaa irra jiru immoo duubaan loluun barbadeessu turan. Kana milkeessuuf humna 3ffaa magaalota godinaalee Oromiyaa mararra qubsiisuun gandoota baadiyyaa keessatti qubsuma kaampii waraana ijaarsisaa turte. Mooraan diinaa kunis hedduun isaa tarkaanfii WBOn duula Irbuu Shinniggaan irratti fudhateen barbadaa'uun buqqa'eera. Amma humni baadiyyaatti kaampii ijaaraa turte gara magaalota aanaa fi godinatti baqachaa jirti. Humni giddu galeessa qubates godinaalee shaggar maratti barbadeeffamaa jira. Walumaa galatti karoorri diinaa fashalaa'eera. Duulli Irbuu Shinniggaas Milkiin Itti Fufeera. IUOf.
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 64โค 10๐Ÿ”ฅ 6๐Ÿ† 2
Photo unavailableShow in Telegram
Ibidda TPLF aanaa xiqqishoo Affaar fi Somaale giddu jirtu irratti qabsiiste badde utuu hin badiin yoon gahuun Jeneraaloni PP bulchiitota naannole qabachun dabaree isaan itti dabruun gamaaf gamana dhaabbatan lubbu kumootan itti baasisun kumooti dhibbaa ol akka buqqifaman gochaa jiru. Sababa lola kanaan Ollaan Impayeeratti kana ta'an Eritrea ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ท fi Somalian ๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ด waraana isaan qubsiisa akka jiran gabafamaa jira. Gaanfa Afrikaati Nagaa Waaran Kan Dhufu Yoo Lafti Warra Kuushi Oromiyaan Walabomte Qofa. Oromoon Kana Jala Sarare Beeku Qaba. ๐™Š๐™ง๐™ค๐™ข๐™ž๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ ๐˜ฝ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 40โค 6๐Ÿ‘Ž 3๐Ÿ”ฅ 3๐Ÿ‘ 3
Oduu Gammachiisaa ~~~~~~~~~~~~~~~~ Ijoolleen kuush Wal barbaaduu qabdi! Ijoolleen dhalootaan Agawuu taate Kan waraana PP keessa hidhannoo waliin WBOtti harka kennatan! Ijoolleen sadan Kun fuula ifaadhaan Simataman! Simannaan ho'aan godhameefii jira! Kush united!
Hammasini ko'rsatish...
โค 57๐Ÿ‘ 21๐Ÿ‘ 9๐Ÿ‘Ž 3
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.