cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

FAYYAA OROMOO 👨‍⚕️

Odeeffannoo//Gorsaa // Barnoota Fayyaa. Yaadaaf gaaffii 📩 👉 @gaaffiikoo_bot irratti naaf barreessaa! Garee 👉 @drmoii JOIN godhaa!

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 194
Obunachilar
+224 soatlar
+137 kunlar
+8730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Sirni baay’ina ofumaan EU ofumaan gatii gurgurtaa maallaqa dijitaalaa kan akka BTC, ETH, USDT isa gadi aanaa ta’e jijjiirraa irratti barbaada, sekondii muraasa keessattis ni bita. 1. Galmaa'aatii 9999 USDT argadhaa, deebiin guddaan %10 kuufama. 2. USDT quantification, maallaqni ofumaan galfamee baafama. 3. Baay’ina VIP1-VIP8, galii baay’inaan 3%-13% . 4. Maallaqa hedduu deeggaru, lakkoofsa idilee 1.5%-6.0% . 5. Quantification sa'aatii 24 keessatti al tokko reset kan godhamu yoo ta'u,quantification ammoo guyyaatti al tokko ta'a. 6. Ergamtoota daldalaa baay’inaan sadarkaa sadii (A5%+B2%+C1%=8% badhaasa) guddisuu . Tajaajila maamiltootaa Telegiraamii: https://t.me/eu_online_service1 Hidhaa galmee miseensotaa: https://euexchange.cc/#/register?i=413187 Chaanaalii ofiisaa Gamtaa Awurooppaa: https://t.me/EUExchangevip Gareen ofiisaa Gamtaa Awurooppaa: https://t.me/EUExchangeVipGroup
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Sirni baay’ina ofumaan EU ofumaan gatii gurgurtaa maallaqa dijitaalaa kan akka BTC, ETH, USDT isa gadi aanaa ta’e jijjiirraa irratti barbaada, sekondii muraasa keessattis ni bita. 1. Galmaa'aatii 9999 USDT argadhaa, deebiin guddaan %10 kuufama. 2. USDT quantification, maallaqni ofumaan galfamee baafama. 3. Baay’ina VIP1-VIP8, galii baay’inaan 3%-13% . 4. Maallaqa hedduu deeggaru, lakkoofsa idilee 1.5%-6.0% . 5. Quantification sa'aatii 24 keessatti al tokko reset kan godhamu yoo ta'u,quantification ammoo guyyaatti al tokko ta'a. 6. Ergamtoota daldalaa baay’inaan sadarkaa sadii (A5%+B2%+C1%=8% badhaasa) guddisuu . Tajaajila maamiltootaa Telegiraamii: https://t.me/eu_online_service1 Hidhaa galmee miseensotaa: https://euexchange.cc/#/register?i=413187 Chaanaalii ofiisaa Gamtaa Awurooppaa: https://t.me/EUExchangevip Gareen ofiisaa Gamtaa Awurooppaa: https://t.me/EUExchangeVipGroup
Hammasini ko'rsatish...
Baakteeriyaan "foon nyaatu" Jaappaan keessatti haala yaaddessaan babal'achaa jira Baakteeriyaan foon nyaatu kun Group A hemolytic streptococcus kan jedhamu yoo ta'u, kunis gogaa keessa seenun, foon kan nyaatuu fi tishuu kan ajjeesuun qaamni namaa akka dadhabu taasisa. Baakteeriyaan kun dhibee kanaan ala bal'inaan dhukkuba tonsilii fiduudhaan kan beekamudha. Jalqaba bara 2024 irraa eegalee namoonni baakteeriyaa kanaan qabaman 977 yoo ta'u, rikoordii bara darbe ji'oota jaha keessatti namoota 941 qabaman cabseera.
Hammasini ko'rsatish...
👍 8
Photo unavailableShow in Telegram
Repost from Bohaartii Media
Kan suura isaa asiin gaditti argamu Walter summerfold jedhama. Yeroo waraana addunyaa 1ffaa qondaala waraana Biriteyin ta'ee tajaajileera. Akka seenaa isaa himutti namni kun irra deddeebiin Bakakkaadhaan rukutamuu isaa agarsiisa. Kan jalqabaa bara 1918 biyya Beeljiyeem keessatti fardaan osoo adeemuu bakakkaan isa dhahuun mudhii isaatii gaditti laamsha'e. Sababa kanaanis loltummaa keessaa hir'ifamee ture. Dhibee kanaaf yaalii taasifamaafii tureenis dandamatee deebi'ee miilla isaan adeemuu danda'ee ture. Haa ta'uu garuu hireen jalqabaa sun waggaa 6 booda isa mudattee bara 1924tti si'a lammaffaa osoo qurxummii kiyyeessuu boqonnaaf muka jala boqote jalatti Bakakkaan rukutamee qaamni isaa gara mirgaa guutuutti laamsha'e. Kanaan osoo hin dhaabatiin; balaa isa lammaffaa booda waggaa 6ffaa isaatti ammas balaan wal fakkaata isa mudachuun haala hamtuun miidhamee, qamni guutuun laamsha'e sireetti gale. Waggaa lamaaf yaaliirra turus sababa dhibee kanaan lubbuun isaa dabarteetti. Kanaan hin xumuramne erga du'een booda waggaa 4tti, jechuunis bakakkaan si'a sadaffaa isa rukutee waggaa 6ffaatti ammallee balaan isa mudateera. Yeroo kana garuu siidaa awwaalchasaarra ture kan bu'e. Seenaa kana yeroo ilaalluu irra deddeebiin balaa walfakkaataan hubamuu isaa qofa osoo hin tahiin turtiin taateewwan sana gidduu jiru walqixxaachuun (waggaa 6) yaada namaa kan hatudha. Odeeffannoo bohaarsaniif barsiisan argachuuf.... 👉 t.me//Jechama1 Gorsa fayyaaf 👉 t.me//fayyaaoromoo
Hammasini ko'rsatish...
Bohaartii Media

- Oduu haaraa. - Jecha namoota beekamoo - Makmaaksa . - Qoosaa kofalchiisoo - Seenaa gaggabaaboo fi barsiisoo ta'an argachuuf nu hordofaa! Isinis @jechabot irratti nuuf ergaa. Garee @oromiyaaharmee Join godhaa

👍 8
Repost from Bohaartii Media
Fuula nama baratee! Caamsaa 20 guyyaa yaadannoo sirni Dargii itti kufee wayyaaneen aangoo itti qabate sababeeffachuun waajjiraaleen mootummaa danuu cufaa turan. Akka har'aa kabajamamoo hin kabajamuun shakkii keessa otuu hin galiin; waggoota 25nii oliif walitti fufee kabajameera. Guyyaa kana turee egaa akka hojjetaa mootummaa tokkotti boqonnaakoo dabarsuuf akkasumaas laaqanakoo nyaachuuf  mana nyaataa kanaan seene. Namoota danuutu  ture. kaan nyaachuuf eeggata, Kaan nyaataa jiraa, kaan nyaatee taa'ee boqota. Kaan yaadaan badee kan darbeef kan dhufu gidduutti cinqama. Kaan hunda dagatee haasaa fi kolfaan of wal'aana. Kana keessa ture kan ijikoo waa irra bu'e, fuula nama baratee. Namni baratee danuun hojjetaa mootummaati jechuunis qacarameetu mana mootummaa ykn dhuunfaa keessaa dalaga. Fuulli nama baratee ifee kan ibsuu qabu, kolfee gammachiisuu kan qabu, bareedee hawwatamuu kan qabu ture. Tureen garuu ta'ee miti. Tureen garuu tureen hafe. Kan kolfee taphatu keessaa, kan gammadee dhichiisu, keessaa fuula nama barateen dhabe. Fuulli nama baratee mana nyaataa sana keessaa gara hin mul'anneen dhokatee, keenyaan manichaatti siiqeetu jira. Nyaarri akka foo'aa harkifameetti guduunfamee, iji akka dubartii dhabduu keessatti cabee, maddiin coligee simboo dhabee, hiidhiinis silaa nyaatee hin dhugnee, yookaan nyaatee yookaan dhugee, kan irraa yoo jiidhe kan jala goge fakkaatee ta'aa nama gadda dhaqe. Qaamni itti tolee kan dhiichisu, nyaanni garaa guutee, dhugaatiin kan deefachisuu, keessaa fuulli nama baratee darbee darbee qofa argama. qubaan lakkaa'ama. Barumsamoo kan barateetu gatii dhabe, essatti barnoonni kan cabe? Biyya beekaa fi beekumsi keessa hin jirre dhabbattee ni turtiiree? Dhaloota keessatti fedha barnoota ajjeesaa essa gahama? @jechama1 tti dabalamuun bashannanaa baradhaa! Yaada qabdan 👉📩 @jechabot
Hammasini ko'rsatish...
👍 6
Photo unavailableShow in Telegram
#Boosatitti dhibee koleeraan lubbuun namootaa darbe Tamsa’ina dhibee koleera godina #Shawaa_Bahaa aanaa Boosat keessatti mudateen lubbuun namoota sadii yammuu darbu, namoota 200 ol irratti argamuusaa BBCn gabaaseera. Itti Gaafatamaan Waajjira Fayyaa Aanaa Boosat Obbo Mokonnin Asaffaa dhibichi ALI Caamsaa 14, 2016 aanicha keessatti mul’achuu eeruun, namoota 240 irratti argamuusaafii isaan keessaa 179 fayyanii manatti deebi’uu himaniiru. Adaadaan isaanii dhibee koleeraan qabamanii yeroo ammaatti buufata fayyaa magaalaa #Boolee keessatti yaalamaa akka jiran kan himan jiraataan tokko, hanga ammaa daa’imman afur dhibichaan lubbuun darbuu dubbatan. “Olluma kiyyaayyuu ijoolleen afur lubbuun dabartee jirti. Daa’imman kun waggaa tokko hanga kudhanii gidduu kan jiranidha” jedhan. Haata’u malee, Itti Gaafatamaan Waajjira Fayyaa Aanaa Boosat Obbo Mokonnin daa’ima tokko kan umriin wagga saddeet ta’en ala kan lubbuun darbe umuriin wagga 15 fi 23 akka ta’an eeran. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c4nnry62k67o
Hammasini ko'rsatish...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Amaloota ONNEE keenya miidhan Kudhan (10) !! 1. Yeroo dheeraaf taa'uu ( fknf. TV ilaaluudhaan, fiilmiiwwan adda addaa irraa taa'aa oolu). 2. Yeroo halkan rafan kurruufuu cimaa (qoquu) (snoring) osoo qabanii yaalamuu ykn ilaalamuu dhiisuu. 3. Sababoota adda addaan hirriba ga'aa raguu dhabuu. 4. Ilkaan keenyaa sirriitti qulqulleeffachuu dhiisuu. 5. Sammuun baay'ee dhiphachuu (Stress). 6. Araada akka tamboo fi alkoolii fayyadamuu. 7. Nyaata cooma hedduu of keessaa qabu nyaachuu. 8. Nyaata ashaaboo itti guddisanii nyaachuu. 9. Dhiibbaa dhiigaa osoo qabanii (osoo akka qaban hin beekiinis ta'uu mala) yaalamuu dhiisuu. 10. Ulfaatina qaamaa olka'aa qabaachuu. Fayyaan Faaya Dr. Gurmeessaa (Speeshaalistii Dhibee Keessaa)
Hammasini ko'rsatish...
👍 11 3
Repost from Bohaartii Media
Photo unavailableShow in Telegram
Dhukkubsataan jalqabaa sammuu isaa keessatti chiip Neuralink qabu jireenyi isaa akkamitti akka jijjiirame ibse. Noland Arbaugh, ganna 29, guyyaa hundumaa chippii kana akka fayyadamu ni dubbata. Marsaa hawaasaa irratti ergaa akka barreessu, iimeelii akka deebisu, tapha viidiyoo akka taphatu, barruulee qoosaa akka dubbisu fi afaan Jaappaan akka baratu isa dandeessiseera. Chippiin kun karaa Bleutooth kompiitara waliin wal qunnamsiisa. Baatiriin meeshaa kanaa sa'aatii muraasa qofa kan turu yoo ta'u, sana booda chaarjii gochuuf barcuma addaa irra ciisuu qaba. Gara fuulduraattis dandeettiin baatirii ni dabala jedhama jira. Insider news
Hammasini ko'rsatish...
👍 4
👍 1 1👏 1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.