Milki Network
Welcome To Muldhata Dhaloota Hello Guys Let's....
Ko'proq ko'rsatish739
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-27 kunlar
-1430 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Repost fromย Milki Network
"Namni akkamitti of dhokatee
Miira isaa sobee jiraataa
Dhugaa simachuu dadhabee
Of miidhee jiruu filataa"๐
"Namni akkamitti of dhokatee
Miira isaa sobee jiraataa
Dhugaa simachuu dadhabee
Of miidhee jiruu filataa"๐
Repost fromย Sanyii Guddataa
Photo unavailableShow in Telegram
Samsung Galaxy A04
SM-A045F/DS(Dual SIM)
Storage(ROM):64GB
RAM:4GB
Color:Black
Condition: New(Boxed)
Price:13,000birr
Qubee electronics: Home of every Electronics devices
Adreess: #Bole #Medihanalem #Oromia tower ground floor
Phone: 0911539515
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย 0921646364
"Atis na hin hubattuu
Gadoon koo hin si'aa'uu
Uffannaan na hin toluu
Nyaannan naa hin sifaa'uu
Takaalameen jiraa
Hin dandeenye waawuu"๐
โน๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
โฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!
Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโ
Checkยป kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
โน๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
โฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!
Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05006434010
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโ
Checkยป kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
#Dhamsaa Nama Hundaaf
๐
Jabana kana aantummaan hundaa olii quba wal qabaachuu, wal dhaggeeffachuu, achiimmoo wal jajjabeessuudha; addatti dargaggoonni !
Hin himannuuf malee namuu dhiphuu keessa jiraata.Waan hedduu waliin, waan muraasa ammoo kopha kophaa dhiphachaa fi dhukkubsachaa jiraanna. Kun amaluma addunyaati, jabannis ammoo yartuudha.
Haala kana keessa lubbuun jiraannee waliin darbuuf yeroo cinqii fi dhiphuu yaadaan wal utubuun barbaachisaadha.Meeqaatamatu kolfa sobaa kolfaa jiraata, abdii bor har'arra fooyyee qabaata jedhuun.Meeqaatamatu kumaatamaan marfamee, nama tokko kan waan keessa isaa itti himatee boqotu dhabee aada.
Kanaaf falli, akkuma walitti hiiqanitti quba wal qabaachuu fi yaada walirraa qooddachuun abdii jireenyaa walitti horuudha.
Erga darbee homaa waliif hin goonu. Quba wal qabaadhaa ๐
Sababa kamiifuu, lubbuu ofiitirratti tarkaanfii fudhachuun ammoo rakkoo dabalataa uuma, malee fala hin tahu!
Waaqni yeroo gaariitti nu haa baasu ๐
Namni isiniti tole qofti ๐Waliif #Share ,#like fi #Comment Godhaka,Hirriyoota keessanis Add Godha
๐
@JelduStar
@JelduStar
@JelduStar
Repost fromย Milki Network
Namoota siif hiika guddaa qaban bira ga'i.
Yoo namni hin argamne, hiriyyoota haaraa horadhu . Hiriyoonni argaman yoo hin jiraanne immoo namoota si caalaa rakkatan gargaari . Yeroo tokko tokko haala ofii keenyaa fooyyessuu akka hin dandeenye yeroo nutti dhaga'amu, kan nama biraa fooyyessuu irratti humna argachuu dandeenya, akkasumas jireenya ofii keenyaa irrattis ilaalcha argachuu dandeenya.
Galmi xixiqqoo guyyaa guyyaa milkaaโina guddaa fi sochii guddaa ijaaru
Jireenyi cimaadha, garuu yoo itti dhiyeenyaan ilaalte, qabsoo jiraachuu ta'us wantoota galateeffachuu qabdan daangaa hin qabne argatta. Wantoonni fi namoonni yeroo darbe si gammachiisan yoo badan illee, ammas wanti dinqisiifamuu qabdu baay'eedha. Gammachuun ati addunyaa naannoo kee jiru irraa argattu boba'aa yeroo rakkisaa keessa si dhiibu waan ta'eef waan qabduuf xiyyeeffannoo kenni, waan gatii qabuuf itti gammadi.
Yoo yeroo gadda ykn dhukkubbii to'achuu hin dandeenye gidduu jirta ta'e, cinaatti dhaabbattee yeroon sun akka ta'u godhi. Yoo yeroo dheeraa rakkina keessa darbaa jirta taโe, kunis, akka darbu of yaadachiisi. Yeroo gaarii fi hamaa jireenya kee keessatti mul'atu waan ta'eef fudhadhu malee haala lamaan keessaa tokkotti garmalee hin maxxanin. Yeroo wanti hamaa taสผu gadhiisuu, yeroo gaarii taสผus jireenya dinqisiifachuu baradhu. Kunis yeroo jireenyi sitti ulfaatu lafa akka qabaattu si gargaara.
Repost fromย Milki Network
Nama hamma dhumaatti
waliin hin taane jechaan hin sossobiin,
godaannisas irratti hin uumiin.
@MilkiNetwork share godhi
Join๐
โฅ๏ธ @MilkiNetwork
@MilkiNetwork
Repost fromย Milki Network
๐คNamoota 'ani akkasi, ani akkana' siin jedhan wajjin hariiroo hin uummatiin; isaan waa'ee olaantummaa isaanii malee waa'ee namummaa keettii dhimma homaa hin qabani.โ๏ธ๐ฅฐ
@MilkiNetwork
@MilkiNetwork
Boshqa reja tanlang
Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.