cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
723
Obunachilar
+424 soatlar
+97 kunlar
+1430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Gosootaaf maalummaa adabbii osoo hin ilaalin dura, adabbii kennuun dura wantooti ilaalamuu qaban; 1. Seen-duubee yakkamtichaa ( the antecedent of the criminal ) Namni yakka yeroo jalqabaaf hojjeteefi namni irra deddeebiin yakka hojjetu adabni isaanii adda adda ta'uu qaba. Kunis kaayyoon seera yakkaa akka galma gahuuf kan ta'uudha. 2. Sadarkaa barumsaa yakkamtichaa Haqni akka hin dabne gochuuf nama barateefi nama hin baranne yakka walfakkaataadhaaf adaba walfakkaatu kennuun sirrii miti. Namni barate isa hin barannerra adaba fooyya'u argachuun hin malaaf. 3. Haala yakkichaa ( the gravity of the crime) Inni kun waliigala raawwii yakkichaa kan haammatuudha. Yakka ajjeechaadhuma fkn yoo fudhanne, ajjeechaan kallattiif alkallattiin  yaadamee godhamu jira, kan dagannoon raawwatamus hunduu garuu adabni yakkichaaf kennamu adda adda ta'uu akka qabu seericharraa nii hubatama. 4. Kakaastoo ykn fedhii fi faayidaa yakkichaa ( motive and purpose) Yakkichi raawwatamuunsaa fedhiifi faayidaan dudduuba jiru hawaasaaf haalaan badaa yoo ta'e, adabni isaas caaluu qaba. Fkn haaloo bahuuf yakki godhamu hawaasichaaf badaadha. 5. Haala yakkamtichaa( the dangerous disposition of the criminal) Yakkamtichi hawaasaaf balaafamaa yoo ta'e adabnisaas akkasuma isa caalu ta'uu qaba. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
Hammasini ko'rsatish...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

πŸ‘ 2πŸ’― 2
5. Inclusive theory ( tiyoorii haammataa) Tiyooriin olii hundi haga jechuun dandaa'amutti hunduu dadhabina mataa isaanii qabu. Tiyooriin inni kun garuu wantoota posative ta'an keessaa fuffudhachuun tiyoorii hunda haammataa isa ta'eedha. Fakkeenyaaf kaayyoon seera yakkaa jiruu inni ifaan barraa'ee jiru jiilchuu (deterring) fi haaromsuu (Reformation ) akka ta'e kwt 1 irraa nii hubatama Haqa yoo hin tikfne haqni nu hin tiksu πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
Hammasini ko'rsatish...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

❀ 2β˜ƒ 1πŸ’― 1
Photo unavailableShow in Telegram
Exit Exam Barattoonni Seeraa wg 5ffaa hunduu baga gammaddan baga injifattan jechuun barbaada. Qophii barbaachisaa godhaa turtanii nagaadhaan qormaatarra teessanii waan itti amantan filattanii jirtu! Kun injifannoo guddaadha. Gahanii waan danda'anu hojiitti hiikuun dhugaatti injifannoo guddaadha. Baga injifattan!!! Baga irra aantan!!! Baga Rabbi isin gargaare. Bu'aasaallee gammachiisaa isiniif haa godhu!
Hammasini ko'rsatish...
πŸ’― 6❀‍πŸ”₯ 1
3. Rehabilitation ( haaromsuu) Maaltu yakkamaan akka yakka godhuuf isa kakaase? Mee seenaa, yaadamaa fi rakkoo yakkamaa ha sakattaanu. Kaayyoon tiyoorii kanaa yakkamaa sana haaromsuudha. 4. Incapacitation ( humna dhabsiisuu) Yakkamaan yakka dabalataa akka hin hojjenneef isa ugguruu ykn humna dhabsiisuu Yakkamichi akka yakka kan biraa hin hojjenneef dhaabbataanis ha ta'u yeroodhaaf bakka ta'e tursuus ha ta'u isa diduudha. Tiyoorii kanaan wal qabatee adabbiin ka'u Adabbii du'aati. Kunis yakkamaa sana hawaasa keessaa remove gochuudhaan yakki biraan akka hin raawwatamne godhuudha. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
Hammasini ko'rsatish...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

πŸ’― 2❀ 1
2. Deterrence (gaabbisiisuu) Tiyooriin inni kun kan jedhu, yakki dabalataa akka hin raawwatamneef isa duraa yakkamaa sana jiilchuufi isa biroo immoo yakkamaa sana akka fakkeenyaatti fayyadamuun hawaasa barsiisuudha. Kanaafuu akka retribution osoo hin taane fuulduree yakkamaa tokkootti boca baasuu tiyoorii kaayyeffateedha jechuudha. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/SeenaafiseeraafHojjennan003211
Hammasini ko'rsatish...
Waa'ee Seeraa Quba Qabduu lataa

Dhimma Seeraa Qofaa

🀝 1
Share 'MOE Model with answer .pdf'
Hammasini ko'rsatish...
MOE Model with answer .pdf13.49 MB
EXIT EXAM 2023.pdf9.83 MB
This is the Law model exam prepared by the AAU.
Hammasini ko'rsatish...
AAU Model Examination.pdf2.78 KB
Law school National model exit exam given by MoE Source: Eyoba, Shelds law channel owner πŸ™Galatoomi ==============
Hammasini ko'rsatish...
imgtopdf_0507230447013.pdf22.03 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Baga geessan Hordoftoota Amantii Islaama marti baga ayyaana Arafaan isin ga’e. EID MUBAARAK
Hammasini ko'rsatish...
πŸ’― 3
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.