cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Oromoo United Students

Chanaalii Kanaan Waanttootaa Armaan Gadii Argaatuu ▶Jaalaala fi Buhaartii ▶Oduu Ispoortii ▶Seennaa Haayyootaa fi Goottootaa ▶Sirbootaa Haaraa fi Artiistoo beekkamoo ▶Oduu Amee fi Haallaa Yeroo ▶Kitaabbootaa Jaalaalaf Barbaachisoo ➡Chanalii Kanaa Guddiisaa

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
228
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Wantin oolle waan hin oolle ==== "Yoo oli waliin nu fedhe Waan hin oolle Yoo firooma teenya fedhe Waan hin oolle Waan hin oolle fira ta'uun waan hin oolle; ==== Yoo oli waliin nu dide Waan hin oolle Yoo Ormuuma teenya fedhe Waan hin oolle Waan hin oolle Orma ta'uun waan hin oolle ,,,,,
Hammasini ko'rsatish...
#IRRIIRAA_MORMII_NAGAA JIGJIGAA_UNIVARSITII NAGAAN DUUTII UMMATA OROMOO IRRAA HAA DHABAATUU JEDHANII NAGAAN GALAAN Sagalee Keenyaa Dhageessinee nagaan galleerraa. #Oddeeffannoo dabalataa fi Chanalii TELEGRAM Keenyaa join Godha @Oromoo_United_students
Hammasini ko'rsatish...
Nuu off-kolchaa!! Nuu off-kolchaa Ordoofttooni Keenyaa Jechaa Rakko Tekniika Nuu Muddateef jechaa Turtii Baatii Muraasa Booda Deebbinee Jiraa. Odeeffannoo dabalata TELEGRAM Keenya kan join Chanal @Oromoo_United_students For Discuss Group @Tokkumma_barattoota_Oromoo
Hammasini ko'rsatish...
#Yaadachiisa Barattoota kutaa 12ffaa maraaf Qormaata seensaa bara 2014/15 gara mooraa itti ramadamnii yeroo imalan wanta qabachuu qaban, wantota hayyamamaniifi hin hayyamamne armaan gaditti isiniif ibsinee jirra. Wantota qabachuun danda'amu 👉Uffata qorraa 👉Uffata Firaashii fi hirkoo 👉Nyaata qooraa 👉Uffataafi Boorsaa 👉Kaardii qorumsaa, Irsaasii, Laaphisii, Qalama, daftara yaadannoo, waraqaa qulqulluu, kitaaba Wantoota qabachuu hin danda'amne 👉Wantota sagalee viidiyoofi suuraa waraaban. 👉Kaameeraa 👉Wantota sarara teeleenis ta'e sanaan ala ergaa erguufi fudhachuu danda'an,(Taabileetii, Laaptooppii, bilbila, Haard Diiskii, Filaashii Miimoorii) Barattoota Saayinsii Hawaasaa 👉26-28/1/2015 Seensa Yuunivarsitii 👉29-01/2015 Oorenteeshinii 👉30-01/2015-02/02/2015 guyyaa qormaataa Barattootaa Saayinsii Uumamaa 👉05-06/02/2015 Seensa Yuunivarsitii 👉07/02/2015 Oorenteeshinii 👉08/02/2015-11/02/2015 Guyyaa Qormaataa @oromoo_united_students @Tokkummaa_barattoota_oromoo
Hammasini ko'rsatish...
Qonnaan bulaa buna kiiloo tokko birrii 47,000'tti gurgure. Laggasaa Baxoosaa Naannoo Sidaamaa Aanaa Arbegonaa, ganda Bursa keessatti dhalatee guddate. Laggasaan hojii qonnaatin jiraata. Omishaalee akka boqqoolloo, qamadii fi garbu fa'aa qotuudhaan jiraataa akka ture hima. Haati manaa fi ijoollen isaas kanumaan jiraatu. Yeroo dhiyoo as garuu buna dhaabutti fuulleffate. Waggaatti oomisha bunaa irraa gali kuma 70 hang kuma 100 tti argata ture. Osoo kanaan jiruu buna dorgommii gabaa addunyaaf dhiyeessun akka jiru dhagaha. Laggasaan dorgommiif buna kiiloo kuma tokko dhiyeesse. Kana keessaa filatamee kiiloo 480 kan ta'u dorgommiif dhihaate. Bunni Laggasaan dorgommiif dhiyeesse kun kiiloon tokko gatii guddaa dolaara 884.10tti gurgurame. Birrii 47,236 kan ta'utti jechuudha. Kunis seenaa buna Itoophiyaatti buna gatii guddaatti gurguramedha Walumaa galatti buna dorgommiif dhiyeesse birrii miliyoona 20 olitti gurgurate. Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM Chanaalii fi Gurruphii Keenyaa Nuu Qunnamaa. 👇👇👇2👇👇👇👇👇👇👇 @Oromoo_United_students @Tokkumma_barattoota_Oromoo
Hammasini ko'rsatish...
Qonnaan bulaa buna kiiloo tokko birrii 47,000'tti gurgure. Laggasaa Baxoosaa Naannoo Sidaamaa Aanaa Arbegonaa, ganda Bursa keessatti dhalatee guddate. Laggasaan hojii qonnaatin jiraata. Omishaalee akka boqqoolloo, qamadii fi garbu fa'aa qotuudhaan jiraataa akka ture hima. Haati manaa fi ijoollen isaas kanumaan jiraatu. Yeroo dhiyoo as garuu buna dhaabutti fuulleffate. Waggaatti oomisha bunaa irraa gali kuma 70 hang kuma 100 tti argata ture. Osoo kanaan jiruu buna dorgommii gabaa addunyaaf dhiyeessun akka jiru dhagaha. Laggasaan dorgommiif buna kiiloo kuma tokko dhiyeesse. Kana keessaa filatamee kiiloo 480 kan ta'u dorgommiif dhihaate. Bunni Laggasaan dorgommiif dhiyeesse kun kiiloon tokko gatii guddaa dolaara 884.10tti gurgurame. Birrii 47,236 kan ta'utti jechuudha. Kunis seenaa buna Itoophiyaatti buna gatii guddaatti gurguramedha Walumaa galatti buna dorgommiif dhiyeesse birrii miliyoona 20 olitti gurgurate. Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM Chanaalii fi Gurruphii Keenyaa Nuu Qunnamaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @Oromoo_United_students @Tokkumma_barattoota_Oromoo
Hammasini ko'rsatish...
#kutaa_12ffaa Barattoota kutaa 12ffaa maraaf Qormaata seensaa bara 2014/15 gara mooraa itti ramadamnii yeroo imalan wanta qabachuu qaban, wantota hayyamamaniifi hin hayyamamne armaan gaditti isiniif ibsinee jirra. Wantota qabachuun danda'amu ⁉️Uffata qorraa ⁉️Uffata Firaashii fi hirkoo ⁉️Nyaata qooraa ⁉️Uffataafi Boorsaa ⁉️Kaardii qorumsaa, Irsaasii, Laaphisii, Qalama, daftara yaadannoo, waraqaa qulqulluu, kitaaba Wantoota qabachuu hin danda'amne ⁉️Wantota sagalee viidiyoofi suuraa waraaban. ⁉️Kaameeraa ⁉️Wantota sarara teeleenis ta'e sanaan ala ergaa erguufi fudhachuu danda'an,(Taabileetii, Laaptooppii, bilbila, Haard Diiskii, Filaashii Miimoorii) Sagantaa ⁉️Barattoota Saayinsii Hawaasaa 🕔26-28/1/205 Seensa Yuunivarsitii 🕔29-01/2015 Oorenteeshinii 🕔30-01/2015-02/02/2015 guyyaa qormaataa ⁉️Barattootaa Saayinsii Uumamaa 🕔05-06/02/2015 Seensa Yuunivarsitii 🕔07/02/2015 Oorenteeshinii 🕔08/02/2015-11/02/2015 Guyyaa Qormaataa Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM kanaan join godha Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM Chanaalii fi Gurruphii Keenyaa Nuu Qunnamaa. 👇👇👇👇👇👇@Oromoo_United_students @Tokkumma_barattoota_Oromoo
Hammasini ko'rsatish...
👆👆👆Ramaaddii barattoota kutaa 12ffaa yuunivarsitiileedhaaf ergamuun mariin irratti taassifamaa jiru guutuu isaa! ወደ ዩኒቨርሲቲዎች ለውይይት የተላኩ የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች ምደባ ሙሉ በ pdf Share 👇👇👇 https://t.me/+5UtUmeE0OYAwOGU8 https://t.me/+5UtUmeE0OYAwOGU8
Hammasini ko'rsatish...
For the University Discusion.docx0.30 KB
#kutaa_12ffaa #Ramaddii Haramaya University ‼️ Haramaya Yunivarsitiitti Barattoota qormaataman 1. Branch =Main Cumpas Intake Capacity===16850 ✅ East Arsi ✅ East Hararge ✅ Sabeta Town ✅ Burayu Town Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 17,511 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 14,731 Yunivarsitii Oda Bultumutti qormaatamu. 2 Branch = Harar Cumpas Intake Capacity =2198 ✅ Mojo Town ✅ Dukam Town ✅ East Hararge 🔭Haramaya Town 🔭 Gursum 🔭Haramaya Walumaa-galatti Barattoota Saayinsii hawaasa 2494 fi Barattoota saayinsi Uumamaa 1933 Yunivarsitii Oda Bultumutti qormaatamu. 1) Selale University =Abebech Gobana Cumpas ✅ From North Shoa 2) Selale University =General Mamo Cumpas ✅ From North Shoa ✅ From Finfinnee zuria 3) Wolkite University ✅ Woliso Town 4) Hawasa University =Main Cumpas ✅ Bishan Gurracha 5) Arbaminch University ✅ From Guji ✅ From West Guji 1) Madda Wolabu University = Gobba Cumpas ✅ From Baale 2) Madda Wolabu University = Robe Cumpas ✅ From East Bale ✅ From Arsi West ✅ Robe Town 1) Madda Wolabu University = Sshashemane Cumpas ✅ From Arsi West (Kore) Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM Chanaalii fi Gurruphii Keenyaa Nuu Qunnamaa. 👇👇 @Oromoo_United_students @Tokkumma_barattoota_Oromoo
Hammasini ko'rsatish...
#kutaa_12ffaa #Ramaddii Ambo University Ambo University has 4 Branches 1. Branch --Ambo Guder Cumpas Intake Capacity==2940 📎GalanTown (All Schools) 📎Wellega East (Guto Gida) 📎Under Horro Guduru 🩹 Guduru 🩹Hababo Guduru 🩹Horro buluk 🩹 Chomen Guduru Total 3408 Social Science Students and 2141 Natural Science Students 2. Branch --Ambo Hachalu Cumpas Intake Capacity==7140 🕔West Wellegga(Gulliso) ✅Under H/Guduruu 🩹 Abe dongoro 🩹 Amuru 🩹 Jerga jete 🩹 Jimma Ganate 🩹 Jimma Rare ✅ በ Wellegga East ስር 🩹 Ibantu 🩹 Kiramu 🩹 Haro Limu 🩹 Limu Total 9580 Social Science Students and 4993 Natural Science Students 3. Branch --Ambo Main Cumpas Intake Capacity==5640 ✅ በ West Wellegga ስር 🩹 Lalo Asabi 🩹Haru 🩹Leta sibu 🩹 Homa 🩹 Jarso 🩹 Kiltu Kera 🩹Kondala Total 7251 Social Science Students and 3312 Natural Science Students 4. Branch --Ambo Waliso Cumpas Intake Capacity==2756 ✅ በ East Wellegga ስር 🩹 Wama galo 🩹 Wayu Tuka 🩹 Gobu sayo 🩹 Guto Gida 🩹 Kiramu 🩹 Sibu sire Total 3578 Social Science Students and 3387 Natural Science Students Odeeffannoo dabaalataf TELEGRAM Chanaalii fi Gurruphii Keenyaa Nuu Qunnamaa. 👇👇 @Oromoo_United_students @Tokkumma_barattoota_Oromoo
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.