cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Filenbar Dawit

💼Business💹/Information💁/News📰

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
200
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-17 kunlar
-130 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
#Yuunivarsitii_Haramaayaa Barattoota Haaraa (Freshman) Digirii Jalqabaa Bara 2016 Yuunivarsiitii Haramaayaatti Ramadamtan Hundaaf! Bara barnootaa 2015 qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii 50% fi isaa oli galmeessisuudhaan bara barnootaa 2016tti barnoota keessan Yuunivarsiitii Haramaayaatti akka hordoftaniif kan ramadamtan barattoonni haaraa (Freshman) digirii jalqabaa fi barattoonni bara 2015 sagantaa fooyya'iinsa qabxiin (Remedial Program) barnoota keessan Yuunivarsiitii Haramayaatti hordofaa turtanii qabxii avereejjii 50% fi isaa oli argattan Muddee 05, 06 fi 07, 2016 qaamaan argamuudhaan mooraa guddicha Haramaayaatti argamuutti akka gabaastan isin beeksifna. #Yaadachiisa: 1ffaa: Baratoonni gara yuunivarsiittii yommuu dhuftan kaardii ministirii kutaa 8ffaa, tiraaniskiriiptii kutaa 9-12 ittiin xumurtaniifi Waraqaa ragaa kutaa 12ffaa oriijinaalaafi koppii, suuraa muraa 6 paasipoortiif ta'uufi, uffata qorraa, hansoolaa, uffata boraatii dhuunfaa keessaniif fayyadamtaniifi uffata jabeenya qaamaatiif isin fayyadu qabatanii akka dhuftan. 2ffan: Baratoonni kutaa ciisichaa keessan beekuudhaaf lakkoofsa galmee kutaa 12ffaa ittin qoramtan (grade 12 admission number) fayyadamuudhaan marsaaritii yuunivarsiitiirraa (www.haramaya.edu.et) beekuu dandeessu. 3ffaa: Yuunivarsiitichi barattoota guyyoota beeksifamaniin alatti dursaniis ta'ee barfatanii dhufan akka hin keessummeessine isin beeksisa. Waajjira Reejiistiraaraa, Yuunivarsiitii Haramaayaa Badhaasa guyyaa har’aa irratti hirmaachuuf, Hidha armaan gadii seenuun screenshot kaasuun erguu qofaan abba carraa ta’a! Suuraa kan ergitan hidha armaan gadii cuqaasuun maxxansa isiniif dhufu jalatti 👇👇 https://t.me/ABDII_SABAA/13717 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA t.me/ABDII_SABAA📡
Hammasini ko'rsatish...
ABDII SABAA

#Badhaasa marsaa 10ffaan eegaleera. 🏆Badhaasa marsaa 10ffaan injifachuuf liinkii/hidha armaan gadi cuqaasuun screenshot kaasuun maxxansa kana jalatti (comment) ergitu. 🏆Namni injifatu akka tasaa/randomly kan filatamu ta’a. 🏆Namni tokko hanga fedhe irra deddebiin erguu ni danda’a haa ta’u malee screenshot si’a tokko erge irra deebi’anii erguun hin danda’amu. Screenshot isin ergitan sa’atii maxxansi kun itti maxxane booda ta’uu isaa ni qulqulleeffanna sababa ta’eef irra deebiin liinkicha cuqaasuun suuraa(screenshot) kaasuu keessan mirkaneeffadhaa. Hidha armaan gadii seenuun screenshot kaasuun erguu qofaan abba carraa ta’a! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 vasteeds.net/4/6575894 vasteeds.net/4/6575894 vasteeds.net/4/6575894 Carraa Gaarii! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

Dubbisaa Waliif qoodaa!. --------------------------------------- Hubachiisa: Madaalaa/tuu “Assessor” ta’uun tajaajiluuf fedhii kan qabdan hundi Induustrii/Mana hojii keessan/ irraa ogummalee beeksiisn baheen xalayaa deegarsaa akkata armaan gadiin barreeffatanii akka dhuftan isin beeksifna. Lakk._______ Guyyaa._____ Ejeensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaatti Damee Ambootiif Amboo Dhimmi-:- Induustrii/Mana hojii keenyaa/ bakka bu’uun Madaalaa/tuu ta’anii hojechuu danda’an beeksisuu ta’a. Tarsmoo BLTO keessatti sirna madaallii gahumsa ogummaa galmaan gahuuf ogeessa madaalaa horachuu keessatti shoori induustriin fi manneen hojii taphatan daran ol’aanaa akka ta’e kallattiin ta’ee jira. Haaluma Kanaan nutis gahee keenya bahuuf ogeessa mana hojii keenya kan ta’an Obbo/Addee_____ naamuusa gaarii hojii irratti qabaniin, amanamummaa fi itti gaafatamuummaa hojiichi barbaaduu haalan baachuu ni danda’uu jenne waan itti amaneef induustrii /mana hojii keenya) bakka bu’uun ogummaa __ tiin kallatiittiin irratti hojechaa waan jiraniif ogummaa isanii kanaan madaalaa ta’uun akka tajaajilan ibsaa Mindaa ji’aa argatan Qr.__ (__________) Tajaajila hojii wagaa_____qabaniin madaalaa ta’anii hojachuu akka danda’an mirkaneessuun filuu keenya ni beeksiifna Nagaa Wajjin Mallattoo Chaappaa mana hojiichaa
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

Photo unavailableShow in Telegram
The NGO Coordination Committee plans to meet with the Election Commission of India at its headquarters to present the concerns raised by the Mizoram population and request a reconsideration of the vote counting date. https://www.eastmojo.com/mizoram/2023/11/19/mizoram-ngos-to-visit-eci-headquarters-to-appeal-for-change-in-vote-counting-date/
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
New vacancy Beeksisa Hojii Guyyaa har'a bahe kana akka isin hin dabarre irratti hirmadha. Hiriyyoota kessaniif odefannoo isa waliif dabarsa. Guyyaan galmee 8/03/2016-16/03/2016 qofa dha. Odeefannoo dabalata yo barbaadan 0975700702 irratti bilbiluun isan argatu.
Hammasini ko'rsatish...
Ittii fayyadama
Hammasini ko'rsatish...
Computer-Basics--computer_basics2.pdf5.63 KB
Photo unavailableShow in Telegram
#𝐈𝐛𝐬𝐚_𝐀𝐁𝐎_𝐖𝐁𝐎. Jilli Waraana Bilisummaa Oromoo Ajajaa Ol’aanaa Jaal Marroo Dirribaa fi itti aanaa isaa Jaal Gammachuu Abboyyeetiin durfamu marii nagaa sadarkaa olaanaaf Taanzaaniyaa seene. Marii sadarkaa olaanoo kana ummataaf beeksisuun malu fi si’a qabeessa ta’e ummata keenya irraa dhorkamee hoggansi OLF-WBO toora duraa Oromiyaa irraa gara bakka Taanzaaniyaatti nageenyi akka dabarfamuu danda’uuf. Qubsuma siyaasaa karaa nagaa hawwii ummata keenyaa dhugoomsuu fi wareegama wareegamtoota keenyaa kabaju argachuuf kutannoo keenyan itti fufna. Addi Bilisummaa Oromoo akkuma mariin nagaa xumuramutti odeeffannoo dabalataa ni taasisa. OLF-OLA Ajaja olaanaa
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
maloo kana dhageeffadha

2
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.