cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

Engaged for Christ

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 961
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+437 kunlar
+46230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
🥰😘 Jaalalli keessan yeroo hundumaa bifa adaatiin dabalaa akka adeemu taasisuuf maal gochuutu barbaachisa!.... See More👇🏾👇🏾 👉 See More 👈   👉 See More 👈
Hammasini ko'rsatish...
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Barichi bara dhumaa akka ta'e eenyu jalaayyuu dhokataa miti ilaallachaa haa adeemnu yeroo hundumaa!
Hammasini ko'rsatish...
06:18
Video unavailableShow in Telegram
40.14 MB
Photo unavailableShow in Telegram
💋❤️ Haati manaa yookiin jaalalleen kee amala yoomiyyuu si irraa jaalattu qabdi. Kunis akka isheen jaalala addaa siif qabdu... See More 👉 See More 👈   👉 See More 👈
Hammasini ko'rsatish...
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Hammasini ko'rsatish...
Dhalli namaa gaaffilee akka, "Maaliifan dhaladhe? Hiikni jireenyaa maali?" Jedhanfaa waliin jalqabarraa kaasee wal'aansoo wal qabaa tureera; ittumas jira. Gaaffilee kanaan dhiphachuun (𝐸𝑥𝑖𝑠𝑡𝑒𝑛𝑡𝑖𝑎𝑙 𝑐𝑟𝑖𝑠𝑖𝑠) jireenya keessatti nama hunda kan mudatu ta'us, hammamtaan isaa baay'ee wal caala.Namootni dibaabee amantaa jala jiran rooba gaaffilee kanaatiin hagas mara hin dhaanaman. Akkuma falaasaa beekamaan #Bertiraandi_Ruuzel jedhe ammoo, hanga Uumaa hin giddu-galeeffannetti gaaffileen kunneen sirruma miira hin laatani. Waa'ee hiikoo jireenyaa ilaalchisuun falaasamoota si'a baay'ee ka'an sadii gabaabinaan yoo ilaalle: ❶𝐍𝐢𝐡𝐢𝐥𝐢𝐬𝐦: Yaadni kun 𝑁𝑖𝑒𝑡𝑧𝑠𝑐ℎ𝑒 faana kan ka'u yoo ta'u (Niicheen 𝐸𝑥𝑖𝑠𝑡𝑒𝑛𝑡𝑖𝑎𝑙𝑖𝑠𝑚 faanas darbee darbee ni ka'a), akka falaasama kanaatti jireenyi hiika hin qabu; gatiis hin qabu. Hiika jireenyaa gaafachuuniyyuu hiika hin qabu. Namootni yaada kanatti amanan hundi kanneen Waaqni hin jiru jechuun amananiidha; garagalchoon isaa garuu yeroo hunda dhugaa ta'uu dhiisuu mala. Gabaabumatti sababni nuti jiraannuuf sababuma jirruufi akka jechuuti. Jireenyi gaafa fayidaa hin taane ammoo duutis kasaaraa hin ta'u mitii? ❷𝐀𝐛𝐬𝐮𝐫𝐝𝐢𝐬𝐦: Akkuma maqaa isaa, falaasamni kunis isa duraa irraa hin fagaatu. Barreessaa beekamaa 𝐴𝑙𝑏𝑒𝑟𝑡 𝐶𝑎𝑚𝑢𝑠 jedhamu faana jalqabe. Akka isaatti jireenyi hiika ifaa ta'e hin qabu. "Hiikni jireenyaa inni sirriin, waan ati hojjechaa jirtu kamuu, kan akkati of hin ajjeefneef si eegaa jiruudha." Jedhee ture.Barreessichi 𝐴𝑏𝑠𝑢𝑟𝑑𝑖𝑠𝑚'dhaaf furmaata sadii kaa'a. Yookiin of-ajjeesuu, yookiin falaasama ajjeesuu, yookiin ammoo fudhachuu. Of-ajjeesuunis hiika sababa hin qabneef waan filatamuu malu miti jedha. Falaasama ajjeesuun ammoo (Duuchaatti amantaa tokko fudhachuu jechuu isaati; hanga ta'e yaada 𝑃𝑟𝑎𝑔𝑚𝑎𝑡𝑖𝑠𝑚'tti siquudha) dhugaa baqachuu waan ta'eef, bitaacha'ummaa jireenyaa mara fudhachuun daandii gammachiisaa fakkaaturra jiraachuu akka wayyu dubbata—𝐶𝑎𝑚𝑢𝑠. (Kitaabilee isaa keessaa 𝑇ℎ𝑒 𝑆𝑡𝑟𝑎𝑛𝑔𝑒𝑟 fi 𝑇ℎ𝑒 𝑀𝑦𝑡ℎ 𝑜𝑓 𝑆𝑖𝑠𝑦𝑝ℎ𝑢𝑠 yoo dubbistan bareedaadha.) ❸𝐄𝐱𝐢𝐬𝐭𝐞𝐧𝐭𝐢𝐚𝐥𝐢𝐬𝐦: Falaasamni kun miira duwwummaatiif kaan caalaatti hanga ta'e fala qaba. Akkasumas, namoota jiraachuu Uumaatti amananiinis ta'e, warra mormaniin qooddatamuu ni danda'a. Akka yaada kanaatti uumamuu ykn jiraachuutu hiika ijoo ta'e qabaachuu dursa (𝐸𝑥𝑖𝑠𝑡𝑒𝑛𝑐𝑒 𝑝𝑟𝑒𝑐𝑒𝑑𝑒𝑠 𝑒𝑠𝑠𝑒𝑛𝑐𝑒). Jireenya keessatti waan hiikoo namaaf ta'u namumatu filatee kalaqata malee, dhoksaan abuuramu hin jiru jechuudha. Kanaaf, namni kamuu fedhaa fi qalbifannaa mataasaa fayyadamuun waan jireenyasaaf hiikoo ykn miira laatu kamuu akka filachuun irra jiru yaada dubbatuudha. Kishaafa namoota kanaan jireenya gaafa ilaallu miiraa fi yaada isaanii caalmaatti hubachuu dandeenya. Sababoota isaan irraa ka'uun barreessan sirriitti caqasuuf kitaabilee isaanii yoo dubbistan bareedaadha. Yaadota baay'ee akka gudunfaa yaadaatti osoo hin taane, akka ka'umsa yaadaatti kan fudhannu yoo ta'eef—yaada kamuu baruun gaariidha. Maddi: https://www.facebook.com/profile.php?id=100069335302439 t.me//Youth4Christ1
Hammasini ko'rsatish...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

👍 1
SEENAA WALDAA KRISTIYAANAA ITOOPHIYAA JAARRAA 1ffaa- 20ffaa _______ 1)NAMICHA ITOOPHIYAA:- Bara 33-45 ajajaan mootittii Kandaakee kadhannaa fi Waaqayyoof sagaduuf gara Yerusaalem yeroo deeme Ergamaa Filiphoosiin cuuphamuun fayyina argatee gara Itoophiyaatti deebi’e. Namichi sun ministeera maallaqaa fi dinagdee Itoophiyaa barasii ta’uu hin oolu jedhanii tilmaamu. (HoE 8:26-40). 2) ERGAMAA MAATEWOS:- Bara 70 DH.K.B akka barreessitootni seenaa dubbatanitti Ergamaan Maatewos gara Itoophiyaa dhufee Wangeela lallabuun Itoophiyaatti akka wareegame ni himama. 3) MOOTII IZAANAA:- Bara 330 DH.K.B mootiin Itoophiyaa Izaanaan booji’amtoota Sooriyaa irraa dhufan Edisiyusii fi Fireeminaaxos irraa Wangeela dhaga’ee itti amanee kristiyaana ta’uun, amantiin kristiyaanaa Itoophiyaa keessatti akka babal’atu dhiibbaa gochuu isaatu himama. 4) QULQULLOOTA SALGAN:- Naannoo bara 480 DH.K.B namootni Qulqulloota salgan jedhaman gara Itoophiyaa dhufuun waaqota kan biraa balleessuudhaan afaan Giriikiitiin kitaaba sirna sagadaa maxxansuun ummata Itoophiyaaf raabsaa akka turan himama. 5) JAARRAA 6ffaa-11ffaa:- Mootiin Itoophiyaa Kaaleb 514-542 kibba Arabaa injifachuun mootummaa Yaman irraa gibira fudhachuu jalqabe. Bara 700-1200 tti amantaan Islaamaa babal’achuun kristiyaanummaan dadhabaa dhufe. Bara 975 Yoodit mootiin warra Waaqayyoon hin beeknee, Itoophiyaa keessattuu amantaa Ortodoksii irratti duula bante. Mana Qulqullummaa fi meeshaalee isaas ni gubde. 6) MOOTUMMAA ZAAGUWEE:- Bara 1137-1270 DH.K.B hundeeffamuun amantii Kristiyaanaa Itoophiyaatti babal'ise. 7) MOOTII LAALIBELAA:- Bara 1190-1225 mootiin Itoophiyaa Laalebalaan naannoo Amaaraatti hundeeffamuun waldaa kristiyaanaa guddaa fi beekamaa dhaabee maqaa isaatiin moggaase. Waldichi har’a iyyuu Walloo Dasseetti argama. 8) MOOTII YUKINOO AMLAAK:- Sanyii mootummaa Zaaguwee keessaa hidda Solomooniin bakka bu’uun bulchiinsa Solomoonawaa mootummaa Itoophiyaa irratti mootomee dha. Bara 1314-1344 immoo mootichi Amde Tsiyoon mootummaa bulchiinsa Islaamaa Itoophiyaa injifate. 9) MOOTII ZAARA YAAQOB:- Mootiin kun kristiyaanummaa Itoophiyaa keessatti babal’isuuf yaalii guddaa godhe. Gamoo waldaa kristiyaanaa hedduu ijaare. Gadaamota hundeesse. Hojii hog-barruu ni cimse. Biyya isaa waraana mootummaa Islaamaa irraa ittisaa ture. 10) LOLA MOOTUMMAA KRISTIYAANAA FI ISLAAMAA:- Bara 1506-1543 Ahimad Giraany dursaa mootummaa Islaamaa fi Libne Dingil dursaa mootummaa Kristiyaanaa ta’uun isaan gidduutti waraanni adeemsifamaa ture. Bara 1529 Ahimad Giraany bakka Shumburaa Kuree jedhamutti mootota kristiyaanaa Itoophiyaa injifate. Bara 1541 erga Libne Dingil du’een booda mootiin Galaadewos jedhamu gargaarsa Poortugaaliin dirree waraanaa Wayinadagaa jedhamutti Ahimad Giraanyiin injifate. Barri 1554 bara babal’ina uummata Oromoo ture. 11) MISHINAROOTAAF KARAAN BANAME:- Bara 1554 irraa jalqabee ergamootni biyya Poortugaal gaaffii dippilomaasii Itoophiyaan dhi’eessiteef sababeeffachuun lubootaa fi hayyoota angafa muuduun gara Itoophiyaa dhufanii amantii kristiyaanaa babal’isuu eegalan. Bara 1557 ergamaan jalqabaa kan Yesusotaa (Jesusit mission) hayyuun Andirood Ovaayid jedhamu gara Itoophiyaa dhufe. Bara 1635 ergamaan pirotestaantii kan jalqabaa Piiter Hayling gara Itoophiyaa dhufee hojii Wangeelaa jalqabe. Bara 1820 gareen ergamoota pirotestaantii gara Itoophiyaa dhufuun tajaajila hafuuraa kennuu eegalan. Bara 1840 Abirahaam Abbaroomaa Macaafa Qulqulluu Afaan Amaaraatti hike. 12) WANGEELA SABA OROMOOF:- Bara 1837 Dr. Kiraapt ergamaan biyya Jarman gara Itoophiyaa dhufee uummata Oromoo gidduutti Wangeela lallabuu jalqabe. Bara 1877-1904 ergamootni Wangeelaa biyya Siwidin uummata Oromoo Wangeelaan qaqqabuuf odeeffannoo “Akkuma Awurooppaan Jarman keessaan mul’ate, nuyis yoo saba Oromoo arganne guutummaa Afrikaa Wangeelaan qabachuu dandeenya” kan Dr. Gustav Aarnes jedhe giddu galeeffachuun gara biyya Oromootti seenuuf yaaluu jalqaban.
Hammasini ko'rsatish...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

👍 2
Biyya Oromootti seenuuf yaalii karaa biyyoota shaniin taasisaniin miixachaa Ergamoota dhalataa biyyaa ta’an kan akka Onesmos Naasib, Nigusee Taashuu, Daani’el Dabalaa, Luba Gabra-Estaatewos fi qabsaa’ota Wangeelaa biyya alaa waliin ta’uun uummata Oromoo bira Wangeelli ga’e. Bara 1899 Onesmos Naasib Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hike. Hanga bara 1931 Onesmosiif gareen isaa Wallaggaa giddu galeeffachuun mootota biyyaa kanneen akka Dajjaazmaach Morodaa, Dajjaazmaach Kumsaa fi Habte-Maariyam Kumsaa waliin ta’uun hojii babal’isuu Wangeelaatti utuu jiranii Onesmos waxabajjii 21, 1931 boqote. Qabsoon Wangeelaa ittuma fufuun saba Oromoo qofa utuu hin ta’in biyya hundumaatti tamsa’e. Madda:- Sagalee Wareegamtoota Wangeelaa fuula fb Michuu Media 👇👇👇https://www.facebook.com/profile.php?id=100069335302439 t.me//Youth4Christ1
Hammasini ko'rsatish...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Photo unavailableShow in Telegram
❏ Ati nama guddachuuf of qopheessuu jaalatuu dhaa? Karaa kamiiniyyuu of jijjiiruuf kallattii barbaadaa jirtaa? ➛ Yeroo kamiyyuu kallattiin ittiin jireenya keenya jijjiiruu dandeenyu malli ni jira... See More             👇👇👇        👉 Join Us 👈        👉 Join Us 👈
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.