cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪

😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥 😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
33 126
Obunachilar
+3524 soatlar
+3177 kunlar
+1 16130 kunlar
Post vaqtlarining boʻlagichi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Nashrni tahlil qilish
PostlarKo'rishlar
Ulashishlar
Ko'rish dinamikasi
01
"Account Facebook sobaa banadheen haadha warraakoo waliin haasa'uu yoon eegalu, abbaan mana ishee baatii kudhan dura du'uu natti himte." 🙄 via Wabii Namoonni Fake Account nama arrabsuu fi waan akkasii hojjatan irraa baradha aadara. Isaa moo ishee balleese..? @segnigudeta @WABIISG
2 7008Loading...
02
The greatest evidence of love...)👇 Hariiroo namoota wajjiin qabdu keessatti... namni tokko si jaalatuu isaa ragaan guddaan ati mirkaneeffatuu dandeessu... yeroo wal dhabbii qabdanitti kabaja inni siif muldhisuudha....! Wal dhaba keessan keessattis hanga hayyamameef bira kutuu dhabuudha ...! Yeroon Wal dhabbiidhaa.... jaalala keessatti, yeroo qormaata dhugaa ati hiriyyaa kankee/tee ittiin qormaatuu dandeessuudha....! Namni hunduu yeroo nagaa fi tasgabbiin jiru... haasawa jaalalaa kana ni mimmi'eessa... garuu yeroo wal dhibdeen gidduu isaaniitti argame.. dhibee keessa isaa jiru hargufata. Jaalala keessaa inni guddaan....(The greatest degree of love is...) nama jaalattuun hanga feetes walitti buutu.... garuu nageenyii fi tasgabbiin keessa keetitti dhagahamuudha...! @jireenya_jaalalaa 💔
4 13314Loading...
03
Hariiroon koo nama wajjiin akka baala mukaati... kan na wajjiin hafe ni daraara; kan narraa kufe yoomuu hin deebi'u...! @jireenya_jaalalaa 💔
3 63916Loading...
04
"Murtiin hanga ammaatti murteesse keessaa taniin yeroo cufa itti gammadu jireenya kiyya keessaa si baasuudhaa" ✡✡✡ :¨·.·¨: 💘  `·.  @jireenya_jaalalaa 💔
3 52812Loading...
05
Namootatti kan murteessitu yoo ta'e, isaan jaallachuuf yeroo hin qabaattu. 😋 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 😍
3 6785Loading...
06
"Hidhaa umurii guutuun itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma mana jireenyaa isaa ga'een haati manaa isaa "miliquu kee television sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef. * Namichi kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota waamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee jira. Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti deebi'e😋 Via Na Ol @segnigudeta @WABIISG Shammarran tokko tokko gaafii akkasii dhiisa
4 59016Loading...
07
❤️Eid Mubaarak Hordoftoota Amantaa Muslimaa Maraaf..! Baga jala bultii ayyaana iid al-Adahaa Nagahaan geessan
5 2706Loading...
08
Bareedinni sammuu umrii wajjin dabalaa yoo deemuu Bareedinni bifaa Garuu hir'ataa deema. Waa Sadiin hin dhaadatin 1, Qabeenyaan❤️ 2, Beekumsaan❤️ 3, Bareedinaan❤️ 🎉Bareedinni dhugaa of ta'anii argamuudha. 🎉Beekumsi guddaan of bulchuu danda'udha😘 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁 🎉Qabeenyi guddaan Beekumsa biyya fayyadu qabaachuudha😘
4 90329Loading...
09
➬ Hubannoon Beekumsaa Caalaa Gadii Fagoodha Namoonni Si Beekan Baa'yeedha Garuu Kan Si Hubatan Muraasa!⬇️ ❶ Jireenyi Kennaa Jalqabaati! ❷ Jaalalli Isa Lammaffaatti! ❸ Hubachuun Immoo Isa Sadaffaadhaa! :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🌞
4 4348Loading...
10
Abdii sobaan na guuttee Daandirraa na dabsitee Kan na caalu argannaan Anaaf du'a labsitee...!!😢 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
4 40316Loading...
11
Ijji Baay'ee Arga Onneen Garuu tokko Qofa filata. Sin jaalladha...♡ :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
4 77923Loading...
12
Anarraa Fagaachuu Situ jedheef malee Sirrii-n turre beekta Na gatuun kee kalee 😏 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
4 89111Loading...
13
Rafees suman yaada hirriiban qabu ciisee Guyyaas suman laala yaadan fakkii kaasee :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
4 59120Loading...
14
Her şeyi açıklamak zorunda değilim💔 Dirqama waan hunda isin hubachiisuu hin qabu, Osoon hin dubbatin nama na hubatun barbaada. ☺️ :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa
4 5095Loading...
15
Sijibbee nadhiisii Fagaadhu nabiraa Ammarraa eegalii Jaaladhu kan biraa Dhungoon si dhungadhe Isa ammaan duraa 😘 Amma na dhungadhuu 😘 Naaf deebisi mara 💋 Kana ergoote "garuu" Argaa ke hin fadhuu 🙈 Fagaadhu nabiraa ✋ BY :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
5 51821Loading...
16
Deemi deemtettaa🚶🏻‍♀‍➡️🚶🏻‍♀‍➡️🚶🏻‍♀‍➡️ Gochaan kee na miidhus keessa koo na muree Barumsa naaf ta'eera Kan gadda ta'uuf turee Qarshii kee hin fedhu guuttachuuf fedhii garaa Deemun kee nan miidhu Eebbifamii beenu karaa Jedhee sin komadhu onnee irra na Lootee Keessa kee wallaalus irra keen na mootee. Dirqama koo baheera Jaalala siif Laadhee dhama'uu hin barbaadu Suma duuka kaadhee Si yaadaan jiraadhu Gaabbin of nyaadhee Tasaa sittin aaru mataa sitti baadhee Nagaatti nagaatti👐 qabaadhu yeroo gaarii Siwaliin hin qabu anwaa tokko aarii                       BY :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
5 36433Loading...
17
Si argachuuf jechaa Kan onneen gubattuu Akkan si jaalladhee Maaliif hin hubattuu ~ Sagaleekeen fedhaa Suma yaadaan bulaa Kallattii hundarraan Natti hin cufiin hulaa ~ Jette hin shakkiin tarii Kanin sitti himadhuu Miidhamuu koo barii Onnee koo simadhuu :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
4 61237Loading...
18
Utuun si jaalladhuu Onnee banaa dhiiftee Utuun si abdadhuu Summii jibbaa biiftee ~ Keessa koo waraantee Jaalalaan madeessaa Godaanuu filatte Onnee kiyya keessaa ~ Keessi koo si dhabee Halkan guyyaa fiigaa Madaan godaansa kee Kulkulee na dhiigaa ~ Akkaataan jiruu kee Sichi naaf hin ta'uu Sin jaaladhu garuu Si jibbuun danda'uu... Walaloo dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi
5 04534Loading...
19
Ana jechuun sidhaa Si jechuun anadhaa Irbuu walitti hidhaa Waadaatu kanadhaa! ~ Hunda waliin qabnaa Adda adda hin baanuu Anaaf ati wal wajjin Malee hin bareednu ~ Sin dhoksu tasumaa Dhugaan sittimaatii Anaaf ati akkumaa Fuula saantimaati..! ~ Utuu daandii hundaa Jaalalaan naaf bantuu Anaan na dhukkubaa Gaafati miidhamtu.! Walaloo dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhaa
5 90137Loading...
20
''''''''’'''''       ''''''''''''''''''''    ❤    ''''''''''''''''           ''''''''''''' Ajab damma koo damma daamu kiyya Suma barbaachaaf garaan koo na iyya Anaan na jaalattee dhiira meeqa diddee kan kee na taasiste Gammachuutti na fiddee anis eenyuufuu tolen jedhu siin alas waa tokkon fedhu Sumaaf na dhiittata onneen ciisa didee maafan rafa jedha dubbii natti fidee ati kan koo qofa si taasifadheera giiftii yoo akkas ta'e qalbiin kan koo na ciistii Adda taasiseen si ilaala hundumaa si caalchisee Naaf hubadhuu jedheen onnee kan koo si dhaalchisee Garaan koo suma yaada na dideera bar nyaata Qalbiis ta'ee Onneenis Kunoo Suma baata. Jaalalan siif qabu Barreessee hin fixu Ati amala addaa qabda eenyumtuu sin gituu Baay'en si jaaladha an yooman si Quufaa? Daqiiqaa Daqiiqaatti  qalbiin koo sibira na dhufa! Qabeenyi koo suma innii onnees ta'ee kan baankii homtuu gargar nun baasuu Osuma ta'ee taankii Wolaloo dabalataa argachuuf @Faana_beekumsaa join godhi Join 👉 @Faana_beekumsaa ..................................................
8 37456Loading...
21
Yeroon si argu hundaa Qalbiin koo ni gammaddi Sirraa fagaannaan garuu Turteen turtu ni baddi....! ~ Dhukkuba ta'aa jedhee Himadhus ogeessatti Maqaa keetu argame Onnee kiyya keessatti Obsee si barbaadee Waan hundaa danda'ee Dhoksee si jaalladhee Dhukkuba naaf ta'ee ~ Ba'aa jaalala kee Obsees dhoksees baadhee Utuun si jaalladhuun Sitti himuu sodaadhee! Wolaloo dabalataa argachuuf @Faana_beekumsaa join godhi
5 48433Loading...
22
Homtuu gargar nun baasu Rasaasa moo basaasa Kamtu gargar nu baasa Olola moo dhukaasa Maaltu gargar nu baasa Abbaan fedhe basaasuus Waa'ee keenya odeessus Miisaa'ela dhukaasus Anaaf si'i gargar hin baasu Haa baratu hunduu kana Ani si'i situ ana Nuti waliif nafa tokko Shanis miti nama tokko Haa dhama'u kan dhama'u Addaan nu baasuu hin danda'u Ni yaala malee fiixan ba'u Gara kutii jecha dhumaa Anaaf ati kennaa dhuma💓 Walaloo dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi Join👇 @Faana_beekumsaa
5 08934Loading...
23
Sijibbee nadhiisii Fagaadhu nabiraa Ammarraa eegalii Jaaladhu kan biraa Dhungoon si dhungadhe Isa ammaan duraa 😘 Amma na dhungadhuu 😘 Naaf deebisi mara 💋 Kana ergoote "garuu" Argaa ke hin fadhuu 🙈 Fagaadhu nabiraa ✋ 😭😍______ Walaloo dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi
6 51825Loading...
24
#JAALALA |#LOVE ❍Jechi tokko ulfaatinaa fi dhukkubbii jireenyaa hunda irraa bilisa nu baasa: Jechi sun JAALALA. 𝆺𝅥━Sophocles━𝆺𝅥 ❍Addunyaa kana irratti bakki kophummaa yeroo jaalalli hin jirre onnee namaati. ❍Dirqamni waan tokko akka gaariitti akka hojjennu nu taasisa, jaalalli garuu bareedduu akka hojjennu nu taasisa. 𝆺𝅥━Filiips Biruuks━𝆺𝅥 ❍Jaalalli miira jaalalaa osoo hin taane, hanga argamuu danda’utti gaarummaa isa dhumaa nama jaallatamu sanaaf hawwii dhaabbataadha. 𝆺𝅥━C. S. Luwiis━𝆺𝅥 ❍Duraa fi hunda caalaa of jaallachuu, achiis jaalala kennuu. 𝆺𝅥━Kaatii Peerii━𝆺𝅥 ❍Inaaffaa, sirnaan yoo ilaalamu, jaalala dhugaa keessatti qaama barbaachisaa dha: innis hawwii hin dhaabbanne nageenya nama jaallatuudha. 𝆺𝅥━J. A. Motyer━𝆺𝅥 ❍Jaalalli miira osoo hin taane tajaajila. 𝆺𝅥━Joon R. W. Istoot━𝆺𝅥 ❍Jaalalli tajaajila of kennuu keessatti uumama guutuu ba’uudha. 𝆺𝅥━W. H. Giriifiit Toomaas━𝆺𝅥 ❍Jaalala irratti yoo hojjette hojii irratti jaalala argatta. 𝆺𝅥━Piitar Jaaksan━𝆺𝅥 ❍Osoo hin jaallatin kennuu dandeessa, osoo hin kenniin garuu jaallachuu hin dandeessu. 𝆺𝅥━Amy Carmichael━𝆺𝅥 ❍Bakka jaalalli jirutti wanti itti yaadee hanqatu hin jiru. 𝆺𝅥━J. C. Raayil━𝆺𝅥 ❍Kan jaalalaan hin guutamne ilaalcha jireenyaa fi wantootaaf qabu keessatti xiqqaa, goge, qalla’ee ta’uun dirqama. 𝆺𝅥━Beeniyaamin B. Warfiildii━𝆺𝅥 ❍Jaalalli akka hiriyummaa ibiddaan qabameeti. Jalqaba irratti abiddi, baayyee bareedaa, yeroo baayyee ho'aa fi cimaa, garuu ammas salphaa fi lilmoo qofa. Jaalalli akkuma guddachaa deemuun onneen keenya bilchaachaa jaalalli keenyas akka dhagaa boba’aa, gadi fageenyaan kan gubatuu fi kan hin dhaamne ta’a. 𝆺𝅥━Biruusii Lii━𝆺𝅥 ❍Chaarmiin gara laafummaa wajjin wal gitu hin jiru. 𝆺𝅥━Jeen Oostiin━𝆺𝅥 ❍Yeroo hundumaa jaalala kennuudhaan bu'aa argatta. 𝆺𝅥━Reese Witherspoon ━𝆺𝅥 ❍Yaaliin fayyisuu guddaan hiriyummaa fi jaalala. 𝆺𝅥━Hubert H. Humphrey━𝆺𝅥 ❍Jaalalli haguuggii fuulaa isa malee jiraachuu akka hin dandeenye sodaannee fi keessa jiraachuu akka hin dandeenye beeknu ofirraa baasa. 𝆺𝅥━Jeems Baaldwiin━𝆺𝅥 ❍Wantoonni addunyaa kanarra jiran hundarra gaarii fi mimmiidhagoo ta’an mul’achuu fi dhaga’amuu illee hin danda’an, garuu onneen namatti dhaga’amu qabu. 𝆺𝅥━Helen Keelar━𝆺𝅥 ❍Kophaa keenya waan xiqqoo hojjechuu dandeenya; waliin taanee waan baay’ee hojjechuu dandeenya. 𝆺𝅥━Helen Keelar━𝆺𝅥 ❍Jajjabeessuun nama tokko haalduree tokko malee, deebisee homaa osoo hin eegin jaallachuudha. 𝆺𝅥━Maadoonaa━𝆺𝅥 ❍Si jaalladha” jedhee kan jalqabu yoo ta’u, siin garuu xumurama. 𝆺𝅥━ Chaarlis de Leusse ━𝆺𝅥 ❍Jaalalli haala gammachuun nama biraa kan keetif barbaachisaa ta’e sanadha. 𝆺𝅥━Roobart A. Heenlaayiin━𝆺𝅥 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
6 49135Loading...
25
♽Dubartoonni haala jiru mormu sababiin isaas nuti gonkumaa waan hin taaneef.”      ⌊ — Cindy Gallop⌋ ♽Namoota biroo qofa teenyee hin eegnu.  Nuti kophaa ni hojjenna, ni hojjennas.”       ⌊— Arlan Hamilton⌋ ♽“Akka mootittii yaadi.  Mootittiin kufaatii hin sodaattu.  Kufaatiin tarkaanfii guddinaa kan biraati.”       ⌊— Oprah Winfrey⌋ ♽“Dubartii tokkoof gochi cimaan of jaallachuu, of ta’uu fi warra gonkumaa akka dandeessu hin amanne gidduutti ifuudha.”     ⌊— Unknown⌋ ♽“Yeroo dubartii milkaa’aa argitan hundatti dhiirota sadii kanneen ishee ugguruu yaaluu turan karaa isaanii akka ba’an ilaalaa.”     ⌊– Yulia Tymoshenko⌋ ♽''Dubartoonni tokko tokko dhiirota hordofuu filatu, gariin immoo abjuu isaanii hordofuu filatu.  Karaa kamiin akka deemtu yoo yaadde, hojiin kee gonkumaa dammaqee kana booda akka si hin jaallanne akka sitti himu yaadadhu.”      ⌊ — Lady Gaga⌋ ♽''Wanti dubartoonni ammallee hin baranne namni aangoo siif kennu hin jiru.  Ati qofa fudhatta.  ”        ⌊ ― Roseanne Barr⌋ ♽“Dubartiin kamiyyuu dhiira Rabbiif(Allahf) hin bitamneef bitamuu hin barbaaddu!”      ⌊― T D Jakes⌋ ♽“Dubartiin qoosaa qabdu qabeenya dha;  Bareedinni qoosaa humna qaba.”     ⌊ ― George Meredith⌋ ♽“Dubartiin tokko hiriyyaa guddaa mataa ishee yeroo taatu jireenyi salphaadha.”  –    ⌊– Diane Von Furstenberg⌋ ♽“Waan tokko akka dubbatamu yoo barbaadde, nama tokko gaafadhu;  wanti tokko akka hojjetamu yoo barbaadde dubartii gaafadhu.”        ⌊– Margaret Thatcher⌋ ♽“Dubartoonni sadarkaa hundarra jiran, sadarkaa olaanaa dabalatee, wantoota jijjiirama jijjiiruuf, haasawa irra deebi’anii bocuu, sagalee dubartootaa akka dhaga’amuu fi dhaggeeffatamu malee akka bira hin dabarfamne fi hin tuffatamne mirkaneessuuf nu barbaachisa.”        ⌊– Sheryl Sandberg⌋ ♽“Sagalee horachuuf yeroo dheeraa natti fudhate, amma erga qabadhee booda callisuuf hin jiru.”        ⌊– Madeleine Albright⌋ ♽“Dubartoonni akkuma dhiirota tapha kana taphachuu barachuu qabu.”       ⌊– Eleanor Roosevelt ⌋ ♽“Jireenya koo fi jaalala kootin, yoomiyyuu nama biraatiif jedhee akkan hin jiraanne, nama biraas kan kootiif akka jiraatus akkan hin kadhanne nan kakadha.”     ⌊Ayn Rand ⌋ :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
6 04119Loading...
26
JECHOOTA ajaa'ibaa taaksii keessatti barreefamanii jiran. ❶Ni jiraanna jenneeti malee balleesinee baduun nun dhibu. ❷Umurii nuti qabnu jeequmsaaf miti jaallachuufuu nun geessu. ❸Qophummaan kan bareedu mana fincaanii keessatti qofa. ❹Aangoon kan ittiin uummata bulchan malee kan ittiin uummata doorsisan miti. ❺Kanan rafuuf kan hin rafne gooftaa waanan qabuufi. ❻Hangam yoo tureyyuu harmii fi mootummaan kufuunsaa hin oolu. ❼Fuula inaaffaan guraachesse dibatni hin cululksu! ❽Utuu durbi lafa qotuun argamti ta'ee dhiirri hunduu qote bulaa ta'ee dhuma. ❾Nama hin tuffatin inni jiraanniyyuu surree nama hiikachiisti. ❿Bara re'ee ta'aamutti hoolaa hin ta'in. ⓫Utuu barnootni uleedhaan namaa gala ta'e harreen piroofeesera taati turte. ⓬Utuu baalli mukaa qarshii ta'ee dubarri qalamee jaallatti! ⓭Anaan hiyyeesa nan jette atimmoo boorsaa duwwaaf daalleekee malee maal qabda. ⓮Utuu daawitii (of ilaallee) dhaaf ni kaffalama ta'ee dubartootni meeqa kaffalu? ⓯Hangafti tooftaa jireenyaa wal danda'uudha!! :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
8 20569Loading...
27
Bareedina nama tokko gubbamarra laaltee jaalalaan irraa qabamuu ni Malta. Garuu hubadhu! Kan waliin jiraattuu haalaaf Amala malee fuulaa miti. Uffata kee caala onneen kee akka hin xuroofne of eeggannoon qabi. Onneen takka xurooftu hin miicamtu waan ta'eef. :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
11 64238Loading...
28
Bareedduu too, Yoo sitti tole Halayyaa(Qilee) Seeni Gammachuu kee Gammachuu kooti. 😄😳😂😁😘 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
10 16317Loading...
29
wantoota Argachuuf namatti ulfaatan⁉️ 📶 WiFi password hin qabne 👩‍💼 Dubartii Jaalallee hin qabne 🙍‍♂ Dargageessa suusi hin qabne 😍😳😂😂😁😁 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
9 75525Loading...
30
Amma Yeroon kan Amalaati wantoota biraa hunda faashinni itti dabreera. :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
8 75514Loading...
31
Gammadaa ta'uuf 🗣Hafuura Baafachuun gahadha. :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
9 04916Loading...
32
Beekumsi tokkichi ani qabu, Akkaan Beekumsa hin qabne of Beeku kooti.😏 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
9 05521Loading...
33
Jaalalti uumamaan qulqulluudha Garuu wallaalaatu jaalala booressa malee 😁😁😭😭🥲🥲😍😍🥰🥰 🪙@jireenya_jaalalaa ⛓‍💥
9 80811Loading...
34
Afaan keetiin qofa "Sin jaaladhaa" dhiisii Akkan si amanuu gochaan na argisiisi #ShowMe :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
9 66321Loading...
35
Addunyaa kanarra Namni Sababa beelaan du'an baay'eedha. Kan Jaalalaan du'an garuu sanarra Caala.
7 95715Loading...
36
Dubara Bara kanaammoo Abbuma Barbaadetu Akka #Raadiyootti Haasofsiisaa Oola 😳
7 37819Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
"Account Facebook sobaa banadheen haadha warraakoo waliin haasa'uu yoon eegalu, abbaan mana ishee baatii kudhan dura du'uu natti himte." 🙄 via Wabii Namoonni Fake Account nama arrabsuu fi waan akkasii hojjatan irraa baradha aadara. Isaa moo ishee balleese..? @segnigudeta @WABIISG
Hammasini ko'rsatish...
😱 43😁 36👍 15 3
The greatest evidence of love...)👇 Hariiroo namoota wajjiin qabdu keessatti... namni tokko si jaalatuu isaa ragaan guddaan ati mirkaneeffatuu dandeessu... yeroo wal dhabbii qabdanitti kabaja inni siif muldhisuudha....! Wal dhaba keessan keessattis hanga hayyamameef bira kutuu dhabuudha ...! Yeroon Wal dhabbiidhaa.... jaalala keessatti, yeroo qormaata dhugaa ati hiriyyaa kankee/tee ittiin qormaatuu dandeessuudha....! Namni hunduu yeroo nagaa fi tasgabbiin jiru... haasawa jaalalaa kana ni mimmi'eessa... garuu yeroo wal dhibdeen gidduu isaaniitti argame.. dhibee keessa isaa jiru hargufata. Jaalala keessaa inni guddaan....(The greatest degree of love is...) nama jaalattuun hanga feetes walitti buutu.... garuu nageenyii fi tasgabbiin keessa keetitti dhagahamuudha...! @jireenya_jaalalaa 💔
Hammasini ko'rsatish...
💯 40 23👍 16🥰 4👏 4😱 3😁 1
Hariiroon koo nama wajjiin akka baala mukaati... kan na wajjiin hafe ni daraara; kan narraa kufe yoomuu hin deebi'u...! @jireenya_jaalalaa 💔
Hammasini ko'rsatish...
👍 23
"Murtiin hanga ammaatti murteesse keessaa taniin yeroo cufa itti gammadu jireenya kiyya keessaa si baasuudhaa" ✡✡✡ :¨·.·¨: 💘  `·.  @jireenya_jaalalaa 💔
Hammasini ko'rsatish...
👏 21👍 8😁 6
Namootatti kan murteessitu yoo ta'e, isaan jaallachuuf yeroo hin qabaattu. 😋 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 😍
Hammasini ko'rsatish...
😘 23👍 5 4🥰 4
Photo unavailableShow in Telegram
"Hidhaa umurii guutuun itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma mana jireenyaa isaa ga'een haati manaa isaa "miliquu kee television sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef. * Namichi kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota waamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee jira. Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti deebi'e😋 Via Na Ol @segnigudeta @WABIISG Shammarran tokko tokko gaafii akkasii dhiisa
Hammasini ko'rsatish...
👍 56🤣 29 12😁 9😱 3
❤️Eid Mubaarak Hordoftoota Amantaa Muslimaa Maraaf..! Baga jala bultii ayyaana iid al-Adahaa Nagahaan geessan
Hammasini ko'rsatish...
55👍 7🤩 3👏 1
Bareedinni sammuu umrii wajjin dabalaa yoo deemuu Bareedinni bifaa Garuu hir'ataa deema. Waa Sadiin hin dhaadatin 1, Qabeenyaan❤️ 2, Beekumsaan❤️ 3, Bareedinaan❤️ 🎉Bareedinni dhugaa of ta'anii argamuudha. 🎉Beekumsi guddaan of bulchuu danda'udha😘 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁 🎉Qabeenyi guddaan Beekumsa biyya fayyadu qabaachuudha😘
Hammasini ko'rsatish...
38👍 15🥰 1😱 1
Photo unavailableShow in Telegram
➬ Hubannoon Beekumsaa Caalaa Gadii Fagoodha Namoonni Si Beekan Baa'yeedha Garuu Kan Si Hubatan Muraasa!⬇️ ❶ Jireenyi Kennaa Jalqabaati! ❷ Jaalalli Isa Lammaffaatti! ❸ Hubachuun Immoo Isa Sadaffaadhaa! :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🌞
Hammasini ko'rsatish...
👍 14💯 9 1💔 1
Abdii sobaan na guuttee Daandirraa na dabsitee Kan na caalu argannaan Anaaf du'a labsitee...!!😢 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
Hammasini ko'rsatish...
24👍 5🤩 5
Kirish qilib, tafsilotli ma'lumotlarga ega bo'ling

Biz sizga ushbu hazinani tasdiqlashdan so'ng ochamiz. Va'da qilamiz, tezroq!