Creative Dev
Kanalga Telegramโda oโtish
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Ko'proq ko'rsatish2 419
Obunachilar
-124 soatlar
-217 kunlar
-9230 kunlar
Postlar arxiv
2 419
โน๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
โฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!
Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโ
Checkยป kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
2 419
๐๐๐๐ฒ๐ข๐ง๐ญ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐๐ซ๐จ๐จ ๐๐๐ฅ๐ช๐๐๐๐๐ญ๐ข๐ข๐ ๐๐ข๐ฅ๐๐ข๐ฅ๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ญ๐ ๐๐๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฎโ๏ธ
แจแณแญแแฒแตแถแฝ แแซแจแ แจแแแแชแซแ แตแแญ แซแแแ แแ แแโ๏ธ
Who among the scientists was the first person to get a phoneโ๏ธ
๐๐ก๐ข๐ฌ ๐๐ฌ ๐๐จ๐ฉ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
๐๐๐ฏ๐๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ//๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ//๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐+
๐
๐ซ๐๐ ๐๐๐ฏ๐๐ซ: @Rafiqul_Islaam
2 419
1๐๐ ๐๐๐ซ๐ ๐๐ ๐๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐จ๐จ ๐๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ซ๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐ช๐ ๐๐'๐๐โ๏ธ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
๐๐๐ฌ: ๐
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii
2 419
๐งถChaanaalota Akkamii barbaadduuโ
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
๐งถแแ แ แญแแต แปแแ แญแแแแโ
แจแณแฝ แจแฐแแจแกแตแ แปแแแฝ แญแแแแ
๐๐ก๐ข๐ฌ ๐๐ฌ ๐๐จ๐ฉ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
๐๐๐ฏ๐๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ//๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
---------------
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ//๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐+
๐
๐ซ๐๐ ๐๐๐ฏ๐๐ซ @Rafiqul_Islaam
2 419
Wantoonni tolanii bareedanii nama fuulduratti as bahan hundi haalota rakkisoo fi ijibbaachisoo meeqa keeysa erga darbanii booda kan tolanii dhufan. Qophiilee fi sagantaaleen tv adda addaa kanneen haalaan nama hawwatan daawwattootaaf akka waan salphumatti qophaa'ee fakkaachuu mala. Garuu waan sagantaa tokkicha qopheeysuun nama godhu camera man fi editor vedio sanaa osoo taanee arguu dandeenya!!
Kitaaba tokko barreeysee dubbistootaan gahuuf barreeysaan kitaabichaa maal keeysa akka darbu gaafa barreeyfamootuma gaggabaaboo illee taatu waa babarreeysuu eegalle nuuf gala. Gulaalliin isaa, baasiin maxxansaa fi kitaabicha raabsitee dubbistoota biraan gahuun abdii si kutachiisuu biraan si gahuu danda'a.
Waan isin ajaa'ibu suuraan ani maxxansa kana irratti fayyadame kun lamaan isaaniituu tokko. Amantus amanuu baattus suuruma sararoota addaaan faffaca'anii jiranii kanaatu sirnaan qindeeyfamee suuraa qindaawaa design masjiidaa fakkaatu kanatti jijjiirame. Kun ammoo salphumatti akkanatti hin jijjiiramne. Dadhabbii haala kanaan jijjiiruun kun qabu ammoo editor suuraa kanaa osoo taatanii arguu dandeeysu.
Gabaabumatti wanti hundi tolee gad bahuuf laffaatii guddaadha gaafata. Isiniis yeroo fi qabeenya barbaachisu hunda irratti aarsaa gootanii hojii itti jirtan hunda tolchaa gadiin bahaan dhaamsa barruu kanaati.
"Ni turra malee ni urra" jette ja'an boombiin.
โ๏ธ Peace Mohammed (Ararso Mohammed)
March 25, 2024
Ciroo, Oromiyaa
2 419
แดssแดสแดแดแดแด แดสแดสษชแดแดแด แดกแดสแดสแดแดแดแดสสแดแดสษช แดกแดสแดสแดแดแดแดแดแดสแดแด แดแดแดแดแด แดษชสแดแด สแดสสแดแด สแดสแดษดษดแดแด สแดสษดแดแดแดแด แดแดแดษดแดแดแด แดแดแดแดษชษช สแดแดแดแดแด วซแดสแด
แดแด? แดแดษดแดแดาแดแด แดแดษชษด ษขแดแดสแดแดแด
สแดแดษด ษชแดแดษช าแดสสแดแด
แดแดแดแด
2 419
๐ช๐ฏ๐จ๐จ๐ต๐จ๐จ๐ณ๐ฐ๐ฐ ๐จ๐ฒ๐ฒ๐จ๐ด๐ฐ๐ฐ ๐ฉ๐จ๐น๐ฉ๐จ๐จ๐ซ๐ซ๐ผ๐ผโ๏ธ
๐พ๐ฏ๐จ๐ป ๐ช๐ฏ๐จ๐ต๐ต๐ฌ๐ณ ๐ซ๐ถ ๐ป๐ฏ๐ฌ๐ ๐พ๐จ๐ต๐ปโ๏ธ
Channel/Group 10K+ ๐๐ฎ๐๐ฌ๐๐ซ๐ข๐๐๐ซ๐ฌ
๐
๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐๐: @Rafiqul_Islaam
2 419
๐๐ฌ๐ฌ๐๐ฅ๐๐๐ฆ๐ฎ ๐๐ฅ๐๐ฒ๐ข๐ค๐ฎ๐ฆ ๐๐จ๐ซ๐๐ก๐ฆ๐๐ญ๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐๐๐ก๐ข ๐๐จ๐๐๐ซ๐๐ค๐๐๐ญ๐ฎ๐ก๐ฎ๐ฎ
๐ข๐ฑ๐๐ ๐๐ฎ๐บ๐บ๐ฎ๐ฐ๐ต๐ถ๐ถ๐๐ฎ๐ฎ!!
๐น๐๐๐
๐๐๐๐ ๐จ๐-๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ป๐'๐ ๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐
๐๐๐๐.
๐บ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐จ๐๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐
๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐
๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐.
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐!!
2 419
๐งถChaanaalota Akkamii barbaadduuโ
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
๐งถแแ แ แญแแต แปแแ แญแแแแโ
แจแณแฝ แจแฐแแจแกแตแ แปแแแฝ แญแแแแ
๐๐ก๐ข๐ฌ ๐๐ฌ ๐๐จ๐ฉ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
๐๐๐ฏ๐๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ//๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
---------------
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ//๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐+
๐
๐ซ๐๐ ๐๐๐ฏ๐๐ซ @Rafiqul_Islaam
2 419
1๐๐ ๐๐๐ซ๐ ๐๐ ๐๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐จ๐จ ๐๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ซ๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐ช๐ ๐๐'๐๐โ๏ธ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
๐๐๐ฌ: ๐
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii
2 419
#Dhaamsa_Har'aa
โ Muka tokkicha irraa ija kibriitaa kumaatamaatu tolfama. Kibriita ija tokkichaan garuu bosona mukkeen miliyoona qabuutu gubatee baduu danda'a.
โ Akkuma kana dogoggorri yeroo tokko hojjattu waan gaarii waggaa hedduu hojjatte balleessuu danda'a waan taheef
โฌ Tasgabbaa'ii itti yaadi!
โฌ Ilaalcha gaarii qabaadhu!
โฌ Hin dhiphatin!
โฌ Waan hundaafuu yerootu jiraa beeki.
2 419
Seenaa barumsa guddaa of keeysaa qabdu.
โ๏ธ By @Riqicha_milkii
Gaaf tokko Piroofeesarri barattoota Yunivarsitii barsiisu tokko afuuffee barattoota daree keeysa jiranitti kennee akka afuufanii qilleensa itti guutan ajaje. San booda hundi isaanii maqaa isaanii irratti barreeysanii daree keeysa akka gad lakkisan itti hime. Afuuffeen qilleensaan guuttamte walkeeysa makamtee daree keeysa guutte. San booda barsiisaan barattoonni afuuffee maqaan isaanii irratti barreeyfame barbaadanii akka arkataniif daqiiqaa 5 kenne. Barattoonni hammam tattaafatanillee osoo tokkolleen hin arkatin daqiiqaan isaaniif kennamte dhumte.
Barsiisaan bifa haarayaan barattoota ajaje. Amma daqiiqaa 5 kan birootiin isiniif laadha. Namni hundi afuuffee dura harkaan qabe nama maqaan isaa irratti barraaweef dabarsee haa kennu je'ee dubbate. Namni hundinuu daqiiqaa 5 keeysatti afuuffee maqaa isaa qabdu arkate.
San booda Piroofeessari akkana je'e, " Afuuffeen kunniin akka gammachuuti. Nuti martinuu yoo keenya qofa kan barbaannu tahe, argachuu hin dandeenyu. Garuu yoo kan gammachuu isa birootiif kan dhimmamnu tahe, nutiis gammachuu arkanna."
Nama koo! Atiis yeroo rakkootti nama cinaa dhaabbadhu. Gammachuu arkachuuf nama gammachuu dhabe cinaa dhaabbadhu. Gammachuun ilma namaa nama keeysaan arkamti. Gammachuun fudhachuun osoo hin taane kennuun arkamti.
ุงูุณูุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู
Seenaan tun yoo isinitti tolte share gochuun wal biraan gahaa!
@dhaamsa_koo @dhaamsa_koo
https://siifsiin.blogspot.com
2 419
โน๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
โฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!
Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโ
Checkยป kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
2 419
๐ช๐ฏ๐จ๐จ๐ต๐จ๐จ๐ณ๐ฐ๐ฐ ๐จ๐ฒ๐ฒ๐จ๐ด๐ฐ๐ฐ ๐ฉ๐จ๐น๐ฉ๐จ๐จ๐ซ๐ซ๐ผ๐ผโ๏ธ
๐พ๐ฏ๐จ๐ป ๐ช๐ฏ๐จ๐ต๐ต๐ฌ๐ณ ๐ซ๐ถ ๐ป๐ฏ๐ฌ๐ ๐พ๐จ๐ต๐ปโ๏ธ
Chaanaalii Akkamii Barbaadduโ๏ธ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
แแ แปแแ แญแแแแโ๏ธ แฅแแตแตแแแแ แฅแ แฅแแตแตแ แแแฃแธแ แแแ แ แตแแแ แปแแแฝ แ แแแข
๐๐ก๐ข๐ฌ ๐๐ฌ ๐๐จ๐ฉ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
๐๐๐ฏ๐๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ//๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ//๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐+ ๐๐ฎ๐๐ฌ๐๐ซ๐ข๐๐๐ซ๐ฌ
๐
๐ซ๐๐ ๐๐๐ฏ๐๐ซ: @Rafiqul_Islaam
๐๐๐ฌ: ๐
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii
2 419
๐ Anaa Dhufu!
Meeqa keessantu wanta mana kana keessa jiru ilaalee itti gammadee? Kanneen haftan kunooti gadi tuquudhaan ol lixaa!
๐๐๐
โโ
โโโฑโฒ OPEN
โโฑโฑโฒโฒ Anaa Dhufu!!
โฑโฑ โญโฎโฒโฒ Ol Seenaa!!
โโโโโโ
๐๐๐
๐ Manicha bantanii seenuuf itti bu'aa! Itti gammaddu jennee waan yaadne isiniif qopheessineerra itti dhihaadhaa!!
Join Our Channel
โโโโโโโโโโโฆโ
โโโโโบJOIN โบโโโโ
โโโโโบJOIN โบโโโโ
โโโโโบJOIN โบโโโโ
โโโโโบJOIN โบโโโโ
โโโโโบJOIN โบโโโโ
โโโโโโโ โฃโโโโ
โโฃโโโฌโโโโโโโ
โโโโโโโโโโฉโโ
STAY CONNECTED WITH US!!!
โ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
โ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
โ๐๐๐ ๐๐จ๐ฎ๐ซ ๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ โ
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 โ yilning asosiy insaytlari 
