Creative Dev
Kanalga Telegram’da o‘tish
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Ko'proq ko'rsatish2 423
Obunachilar
-724 soatlar
-217 kunlar
-9230 kunlar
Postlar arxiv
2 423
Guyyaa tokko yeroon ati amma keessa jirtu tun #Seenaa taatee hafti!. Kanaaf seenaa gaarii taatee akka haftu godhi !!
Keeyrii baay'ifadhu, hamtuurraa fagaadhu. Hariiroo Rabbii keetii wajjiin qabdu sirritti tolfadhu.
@ararsomd
2 423
Repost from OBU Muslim Students Jema'a
+2
Shabaaba mirqaana ibaadaa qabu kanaa wajjiin salaatuun akkam nama gammachiisa. Maatiiwwan OBU Muslim Students Jema'a ammallee nuuf barakhadhaa!!
2 423
2 423
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
✍️ Rabbiin uumaawwan isaa kana sadarkaa wal caalchisee uume, guyyootaa fi baatiiwwan garii garii irra caalchisee uume. Baatiiwwan hunda keessaa Ramadaana caalchise, torbaan keessaa Jum’aa filate, ....
Guyyoota kurnan duraa ji'a Zul-Hijjaa irra caaltuu guyyoota addunyaa tanaa taasise, keessaahuu guyyaan Yomun-nahrii guyyaa sadarkaa guddaa qabuudha..! Akkuma halkanoota hunda keessaa, halkanoota kurnan xumura Ramadaanaa filate, keessaahuu halkan Leylatul-Qadrii….!!
Kanaafuu kurnan kana keessa ibaadaan haa jajjabaannuun dhaamsa keenya.
@ararsomd
2 423
Rabbiif jecha dalaguu
Hojii hojjannu fi kidmaa diinal islaam kaddamnu kamiiyyuu keeysatti akki tahuu qabnu wanta dalaynu san Rabbiif jecha dalaguudha. Dalagaa dalaynu Rabbiif qulqulleeysinee yoo dalayne, fedhii fi faaydaa dhuunfaa keeysa barbaaduu dhiifnee of kenninee yoo raawwanne, addunyaa fi aakhirattillee ni milkooyna.
Tahuu baannaan dalagaan dalaynu yoo xiqqumallee na argaa fi na dhagayaatti rarraate, yoo faaydaa fi fedhii dhuunfaa guuttachuuf kan carraaynu taate, yoo kallattii fedhii lubbuu keenyaa qofa kan hordofsiifnu taate, sababa hojii saniitiin milkaa'uun haa hafuutii deebinee itti adabamuun keenya shakkii hin qabu.
Kanaafuu dalagaan teenya (keeyriin boru fuula Rahmaan duratti nu fayyaddi jennee abdannu) hundi ikhlaasa qabaachuu qabdi. Ikhlaasa jechuun dalagaa Rabbi qofaaf qulqulleessuu dha. Yoo kana qabaanne qofa milkooyna.
Fedhiin lubbuu, bololaa fi jaalalli addunyaa, hawwiin aangoo fi maallaqaa qalbii teenya too'atanii dalagaa keeyrii teenya kallattii biraa nu jalaa qabsiisuu hin qaban. Of quba qabaachuu qabna.
Gabaabumatti, akka tahuu hin qabne taanee akka nuuf hin malle akkan taaneef, akka nuuf tahu kan dharraanuuf san argachuf akka silaa tahamuu qabu haa taanuun dhaamsa kiyya.
✍️ Ararso Mohammed
@ararsomd
@ararsomd
2 423
Naaf jirtaan beeka
Na tiyfattaan beeka
Abbaa rakkataa akka taateen beeka
Naaf irra dabartaan beeka.
Tanaafiin fuula guutuun kolfee "Alhamdulillah' ja'a Ilaahii kiyya.🤍
2 423
https://t.me/ToNowAppBot/App?startapp=ii_5034841284
TO DO NOW!⭐️ Start your online work journey and earn extra income.
2 423
After journey of two months, I completed the Advanced Digital Marketing Course (52 hours) from the Online courses offered by Upcourses.org and got a verified Certificate.
I want to thank Allah
Imala ji’oota lamaa booda, Koorsii Gabaa Dijitaalaa Sadarkaa Ol’aanaa (sa’aatii 52) koorsii Online Upcourses.com dhaan kennamu irraa xumuree Ragaa mirkanaa’e argadheetiin jira.
#Alhamdulillaah
2 423
Deebii ajaa'ibaa
●●●●●
Hanga xumuraatti obsaan dubbisaa!!
Yeroo kana intalti gaaffii isii itti fuftee "Rabbiin tumsaa fi gargaarsa isaatiin warra isatti amanee wajjiin dhabbataa mii?" jettee gaafatte. Sheektichiniis "eeyyen Rabbiin tumsaa fi gargaarsa isaatiin abbaa fedhe cinaa dhaabbata" je'ee deebiseef. Intalti ammaas gaaffii isii itti fuftee "Rabbiin isin irratti nu hin injifachiifnee?" jetteen. Dhugaan jirtuus sanuma ummanni Tattaar mootummaa Abbaasiyyaa cabsanii seenanii kaliifaa Abbaasiyyaa kan yeroo sana ture ajjeesanii magaalaa Bagdaad too'atanii qabatanii turan. Kanaaf sheektichiniis "eeyyen dhugaadha, Rabbiin nu irratti isin injifachiisee jira" je'ee deebiseef.
Yeroo kana intaltinis "kana jechuun mallattoo Rabbiin nu jaalachuu hin tahuuree? jetteen. Sheektichiniis "lakkii kun mallattoo Rabbiin isin jaalachuu hin tahu" je'ee deebiseef. Intalti Hoolaakoo suniis "maaliif, akkamitti hin taane?" jettee gaafatte. Sheektichiniis gaaffii tana deebisuun dura gaaffii biroo isii gaafate. "Tiksitee (tiksee) re'ee tiksitu ijaan argitee beeytaa?" je'een. Intaltiniis "eeyyen, tiksee hedduun arge, hedduun beeka" jetteen.
Sheektichi ammaas itti fufee gaaffii biroo isii gaafate. "Tiksiteen re'ee eegu sun yoo re'een isaa ija isaa duraa fagaattee ooyiruu (midhaan) namaa seenuuf deemte maal godha?" jedheen. Intaltiniis deebistee "Saree isaati re'ee sana faana erga" jetteen. Sheekticha ammaas itti fufee "Sareen isaa sun hoo hangam takka (hanga yoomitti) re'ee san ariiti?" je'een. Intaltiniis "hanga re'oonni sun gama abbaa isaaniitti (daangaa isaa keessatti) deebitutti ari'uu hin dhiiftu" jettee deebisteef.
Yeroo kana sheektichiniis gaaffii intalti duraan isa gaafatte deebisuuf dubbii ajaa'ibaa takka dubbate. Akkana jedheen "Isin ummata Tattaar jechuun saroota Rabbiin addunyaa tana irratti uumeedha. Nuti ummanni muslimaa daangaa Rabbii irraa baanaan, karaa isaa dhiifnee fagaannaan gama isaatti nu deebisuudhaaf saroota akka keeysanii kana gama keenya erge. Nuti ammoo gaafa gama Rabbii keenyaa deebine, gaafa daangaa isaa cabsuu dhiifnee ajaja Rabbii tokkichaatiif booji'amne nutiis isin injifachuun keenya hin oolamu" je'ee deebiseef.
Nutiis adawwii teenya warra yeroo injifannoo xiqqoo argatan akka waan Rabbiin isaaniif tumseetti oliif gad fifiiganii gammadaniif deebiin nuti deebisnu deebisuma sheektichi kun intala Hoolaakootiif deebise tana.
Dubbistoota keenya kabajamoo seenaa tana irraa barnoota hedduu akka argattan abdii qabna. Hiriyoonni keeysaniis akka irraa fayyadamaniif barruu tana share gochuun isaan biraan gahuun gahee keeysan bahadhaa. rgi
2 423
💰 Per Refer: 10 BIRR
📝 Total Referrals: 0 users
🔍 Your Referral Link: https://t.me/HALALPAYYBOT?start=5034841284
2 423
As wr wb akkam jirtan ahbaabii irra deebinee baga ayyaana iid Al Fixrii kan bara 1446 tiin isin gahe.
2 423
Repost from OBU Muslim Students Jema'a
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 — yilning asosiy insaytlari 
