The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY
Kanalga Telegram’da o‘tish
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.
Ko'proq ko'rsatish3 514
Obunachilar
+324 soatlar
+107 kun
+3730 kun
Postlar arxiv
Ayyaanni waggaa 125ffaa Macaafni Qulqulluu gara Afaan Oromooti hiikamee seeminaara addaa fi eebba kitaabaatiin kabajameera.
* * * * * * *
Sagantaa kana irratti kitaabni Antooloojii jedhamuu kan fuula 255 qabu mata dureen isaa “ABDII DHAAN OL” (MORE THAN HOPE) jedhuu Afaan Ingiliiffaatiin barreefame kan Luba Pool Perssoniin qophaa’ee eebbifameera.
Kitaabni kun boqonnaa babal’aa ja’aa of keessaatti kan qabatee fi waa’ee seenaa jireenya Onismoos Naasib, tajaajila isaa, hojii inni hiikaa Macaafaa Qulqulluu irratti hojjetee, barreefama, Xalayaa inni dhaabbilee adda addaa waliin bara adda addaatti taasisee, imalaa inni wangeelaa ummata Oromoo biraan ga’uuf godhee, akkasumaas aarsaa fi bu’aa ba’ii wangeelaaf jedhee dhuunfaanis ta’e maatiidhaan kaffalee gadii fageenyaan qoratamee kitaabaa kana keessaatti seenefamaniiru. Barreefamoonni kitaaba kanaaf wabii ta’aani irraas barreefaman irra caalaan isaanii Afaan Siwiidiniin kan barreefaman yoo ta’u, haala kana keessaatti kitaabaa jildii tokkoo keessatti hiikuuni fi qopheessuun cee’umsa beekumsaa kan bara kanaa fi dhaloota itti aanuuf dabarsuudhaaf gumaacha guddaa akka qabu himameera.
Kitaabichiis yeroo eebbifameettis, Daayreektarri kutaa Ergama fi Tiwooloojii Waldaa Kiristiyaanitti kan ta’aan Lubni Dr. Lalisaa Dani’eel akka jedhanitti, bara kana kaayyoon itti ayyaanaa Macaafa Qulqulluu fi hiikkaa Macaafa Qulqulluu waggaa 125ffaa akka addaatti kan kabajamaa jiruu inni ijoon Dubbiin Waaqayyoo giddu galeessa tajaajilaa fi jireenya keenyaa kan bara baraa akka ta'ee, fi aangoo qabeessa ta'u isaa mirkaneessuu akka ta’e dubbataniiru.. Kana malees kitaabni mata dureen isaa “ABDIIN DHAAN OL” (MORE THAN HOPE) jedhu bu’aa ba’ii fi gatii warri Macaafa Qulqulluu hiikan kaffalan kan argisiisu ta’uu eeruun wangeelli akka salphaatti akka hin lallabamnee fi akka salphaatti nu biraa akka hin geenye ta’uu isaa ifatti kan agarsiisu ta’uu eeraniiru.
Kitaabni mata dureen isaa MORE THAN HOPE jedhu afaanota Itiyoophiyaatti hiikamee bal’inaan akka gurguramu ibsameera. Kan Afaan Ingiliffaa garuu gabaa irra kan oolee yoo ta'u, yeroo ammaa waajjira guddicha (gidduu galeessa) Waldaa kiristiyaanaa keessatti argachuu ni danda'ama.
Dabalataanis guyyaa sana kitaabni mata duree " Evangelical Faith in Ethiopia" jedhu maxxanfamee dubbistoota biyyaa alaattiif gabaa irraa oolee kan turee amma immoo baay’inaan maxxanfamee dubbistoota biyya keessaaf gurgurtaaf dhi'aachuunsaa ibsameera.
Kitaabni mata dureen isaa MORE THAN HOPE jedhu afaanota Itiyoophiyaatti hiikamee bal’inaan akka gurguramu ibsameera. Kan Afaan Ingiliffaa garuu gabaa irra kan oolee yoo ta'u, yeroo ammaa waajjira guddicha (gidduu galeessa) Waldaa kiristiyaanaa keessatti argachuu ni danda'ama.
Dabalataanis guyyaa sana kitaabni mata duree " Evangelical Faith in Ethiopia" jedhu maxxanfamee dubbistoota biyyaa alaattiif gabaa irraa oolee kan turee amma immoo baay’inaan maxxanfamee dubbistoota biyya keessaaf gurgurtaaf dhi'aachuunsaa ibsameera.
+2
EECMY-DASSC CS BO in collaboration with USAID, conducted a one-day Launching and networking of previously trained unemployed alumni youth on social studies, customary law and Mental Health/ Psychosocial Support (MHPSS) in Nekemte with the aim of introducing them to local institutions for voluntary service delivery. The event was attended by 118 (58F) participants who are from mayor's office, representatives of government sectors,Abbà Gadaas, EECMY DASSC CS BO DC and management team members and trained unemployed youth alumni.
Dr. Diriba Dida assistant professor from Wollega University presented a lesson on "Strenthening Youth Internship" focusing on the Role and Responsibilities of Universities, of the interns/students, and of the Target Institutions.
*Sirni Eebbaa Kitaaba Woyyichaa Afaan Oromoo, Looga Gujiitiin Hiikame Eebbifameera*
Sirni eebbaa Kitaaba Woyyichaa Afaan Oromoo, Looga Oromoo Gujiitiin Hiikame kun magaalota Godina Gujii Bahaa fi Gujii Lixaa gara garaa keessatti erga kabajamee booda, Dilbata darbe magaalaa Shaakkisootti eebbifameera.
Sirna eebbaa kana irratti amantootni Waldaa Kiristaanaa garagaraarraa dhufan, abbootiin amantaa, hoggantoonni olaanoo dhaabbata "The Word for the World", Kantiibaan Magaalaa Shaakkisoo fi magaalota ollaa garagaraa, bulchitootni bulchiinsa Godina Gujii Bahaa, fi hoggantoonni 'SEED Company', fi 'Lutheran Bible Translators' tajaajila hiikkaa Kitaaba Woyyichaa irratti woliin hojjatan garagaraa argamaniiru.
Amantootni magaalota Shaakkisoo fi naannoo ollaa garagaraa irraa sagantaa eebba irratti argaman Kitaaba Woyyichaa kana hawwii guddaadhaan eeggachaa akka turanii fi afaan garaa isaanii fi loqoda mataa isaaniitiin hiikamee dhufiisi isaa, guddinna jireenya hafuuraatiif, babal’ina hojii Wongeelaatiif eebba guddaa akka fidu dubbataneeran.
Raabsa jalqabaatiif kooppiin 200,000 kan maxxanfame yoo ta’u, raabsaa fi maxxansa itti aanu qindeessiisaaf Woldaan Kitaaba Woyyichaa Kiliftoom hundeeffamee gaggeessitoota Waldoota Kiristaanaa garagaraa irraa walitta qabamaneen hojii jalqabeera. Sagantaan xumuraa eebba Kitaaba Woyyichaa, guyyaa boruu magaalaa guddoo biyyattii, Finfinnee, irratti akka geggeeffamu ibsameera.
የጉጂ ኦሮሞ መጽሐፍ ቅዱስ የምርቃት ሥነ-ሥርዓት በታላቅ ድምቀት በቡሌ ሆራ ከተማ ተካሄደ
* * * * * *
ይህም መጽሐፍ ቅዱስ ተተርጉሞ ለማለቅ 20 ዓመታትን የፈጀ ሲሆን ህትመቱ አልቆ ምዕመናን እጅ እስኪደርስ በአጠቃላይ 24 ዓመታትን ወስዷል።
በምርቃት ሥነ-ሥርዓቱ የከተማው ማህበረሰብ፣ ክርስቲያን አማኞች፣ አባገዳ፣ ከፍተኛ የመንግሥት ተወካዮች፣ የሀይማኖት መሪዎች እና ከሀገር ውስጥ እና ከሀገር ውጭ የመጡ ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች ተገኝተዋል።
ክርስቲያን አማኞች መጽሐፉን በታላቅ ጉጉት ሲጠብቁ መቆየታቸውን ገልጸው በታላቅ ደስታም ተቀብለዋል። ለዚህም አገልግሎት ጊዜያቸውንና እውቀታቸውን ሰጥተው በታላቅ ትጋት ሲያገለግሉ ለነበሩ የተርጓሚ ቤተሰቦች ህብረተሰቡ የ200 ሺህ ብር ሥጦታ አበርክቶላቸዋል።
የትርጉም ሥራውን ዘ ወርድ ፎር ዘ ወርልድ የመራው ሲሆን የኢትዮጵያ መጽሐፍ ቅዱስ ማህበር እና አብያተ ክርስቲያናት በአጋርነት ተሳትፈዋል። ለዚህም አገልግሎት ላበረከቱት ከፍተኛ አስተዋጽዖ ህዝበ ክርቲያኑ ተቋማቱን አመሰግነዋል።
- - - - - -
Jilli eebba Kitaaba Woyyicha looga Oromo Gujii magaalaa Bulee Horaatti dammaqiinsa gudda'aan gaggeeffameera.
* * * * * *
Hiika Kitaaba Woyyichaa xumuruuf waggaa 20 kan fudhate yoo taʼu, harka amantootaa gaʼuuf immoo walumaa galatti waggaa 24 fudhateera.
Jila eebbaa kanarratti kolbaan magaalichaa, amantoonni kiristaanaa, abbootiin amantaa, bakka bu’oonni mootummaa olaanoo, abbootiin amantaa fi keessummoonni affeeramanii biyya keessaa fi alaa irraa argamaniiru.
Amantoonni kiristaanaa kitaabicha hawwii guddaadhaan eeggachaa akka turanii fi gammachuu guddaadhaan akka fudhatan ibsaniiru. Kanaafis waldichi maatii hiiktoota yeroo fi beekumsa isaanii kennanii of kennuu guddaadhaan tajaajilaniif kennaa birrii kuma 200 dhiyeessee jira.
The Word for the World hojii hiikkaa kan hoogganu yoo ta’u, Waldaan Kitaaba Woyyicha Itoophiyaa fi waldoonni walta’iinsaan hirmaataniiru. Dhaabbileen tajaajila kanaaf gumaacha guddaa taasisaniif ummanni galateeffateera.
ከስዊዲን ወንጌላዊት ሚስዮን የመጡ ወጣት የሚስዮን ቡድን አባላት የኢት./ወ/ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ ዋና ጽ/ቤትን ጎበኙ
* * *** * *
የስዊዲን ኢቫንጀልካል ሚስዮን በኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ አጀማመር እና ምስረታ በግንባር ቀደምትነት ከሚጠቀሱ የሚስዮን ተቋማት ውስጥ አንዷ ናት። ከአውሮፓ እና ከሰሜን አሜሪካ በመጡ ሚሽነሪዎች እና በሀገር በቀል የወንጌል አገልጋዮች በተጀመረው የወንጌል አገልግሎት: ዛሬ ቤተክርስቲያኒቱ አድጋ ከ11.5 ሚልዮን አባላቶች አፍርታለች።
የስዊድን ኢቫንጀልካል ሚስዮን በኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ አጀማመር እና ምስረታ በግንባር ቀደምትነት ከሚጠቀሱ የሚስዮን ተቋማት ውስጥ አንዷ ናት። ከአውሮፓ እና ከሰሜን አሜሪካ በመጡ ሚሽነሪዎች እና በሀገር በቀል የወንጌል አገልጋዮች በተጀመረው የወንጌል አገልግሎት: ዛሬ ቤተክርስቲያኒቱ አድጋ ከ11.5 ሚልዮን አባላቶች አፍርታለች።
ወጣቶቹ በጉብኝታቸው ከቤተክርስቲያኒቱ ፕሬዝደንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ እና ከቤተክርስቲያኒቱ ጠቅላይ ጸሐፊ ቄስ ተሾመ አመኑ ስለ ኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ታሪክ እና አገልግሎት ለወጣቶቹ ገለጻ የተደረገላቸው ሲሆን: በተጨማሪም: ከልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሳ እና የወጣቶች ክፍል አስተባባሪ አቶ ጋዲሳ ረጋሳ በኩል ስለ ልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ገለጻ ተደርጎላቸዋል:: ከገለጻውም በኃላ ከወጣቶቹ ጋራ የምክክር እና የልምድ ልውውጥ ጊዜ ተደርጓል:: ከገለጻውም በኃላ ከወጣቶቹ ጋራ የምክክር እና የልምድ ልውውጥ ጊዜ ተደርጓል::
_ _ _ _ _ _
Dargaggootni Miisiyoonii Warra Wangeelaa Siwiidiniirraa dhufan Waajjira Olaanaa WKWWMYI Daawwatan
* * *** * *
Miisiyoonii Warra Wangeelaa Siwiidinii, dhaabbilee misiyoonii hundeeffama WKWWMYI gahee guddaa fi angafaa taphatan keessaa ishee tokkoodha. Mishinaroota Ardii Awurooppaa fi Ameerikaa kaabaarraa dhufanii fi Mishinaroota biyya keessaatiin tajaajilli Wangeelaa jalqabeen, har'a WKWWMYI amantoota miliyoona 11.5 oli horachuu dandeessee jirti. Dargaggootni daawwannaa isaaniitiin, Pirezidaantii Waldattii Luba Dr. Yoonaas Yiggazuu fi Barreessaa Muummicha Waldattii Luba Tashoomaa Ammanuu irraa, waa'ee seenaa fi tajaajila WKWWMYI ibsi kan kennameef yoo ta'u, dabalataan Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa waldattiirraa Daarektara Qajeelchichaa kan ta'an Wondimmaagany Uddeessaa fi qindeessaa kutaa dargaggootaa Obbo Gaaddisaa Raggaasaa irraa waa'ee tajaajila ijoollee fi dargaggootaa ilaalchisee ibsi godhameera. Ibsa godhameen booda yeroon marii fi muuxannoo wal jirjiiruu godhameera.
_ _ _ _ _ _
The Youth Mission Team from the Swedish Evangelical Mission visited the Head Office of the EECMY
* * *** * *
The Swedish Evangelical Mission is one of the leading mission organizations that played a great role in the foundation of the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus. The Swedish Evangelical Mission is one of the leading mission organizations that played a great role in the foundation of the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus. Because of the Evangelism mission started by missionaries from Europe and North America, and indigenous evangelists, today the church has grown to over 11.5 million members. Because of the Evangelism mission started by missionaries from Europe and North America, and indigenous evangelists, today the church has grown to over 11.5 million members. During their visit, the youths were briefed on the history and ministry of the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus by the President of the Church Rev Dr. Yonas Yigezu and the General Secretary of the Church Rev. Teshome Amenu. During their visit, the youths were briefed on the history and ministry of the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus by the President of the Church Rev Dr. Yonas Yigezu and the General Secretary of the Church Rev. Teshome Amenu.
In addition, they were briefed about children and youth ministry of the church by the Director of the Children and Youth Ministry Department, Wondmagegn Udessa, and the coordinator of the youth section, Mr. Gadissa Regassa. After the presentation, there was a time for discussion and the exchange of experiences with the youth mission team.
EECMY Youth Ministry
የጉጂ ኦሮሞ ዘዬ መጽሐፍ ቅዱስ የምረቃ ሥነ-ሥርዓት በጉጂ ዞኖች የተለያዩ ከተሞች መከበሩን ቀጥሎ በሁለተኛው ከተማ ባሳለፍነው ዕሁድ በሻኪሶ በድምቀት ተመርቋል
* * * * * * *
በምርቃ ሥነ-ሥርዓቱም ላይ ምዕመናን፣ መንፈሳዊ ዓባቶች፣ ከፍተኛ የዘ ወርድ ፎር ዘ ወርልድ ዓመራሮች፣ የሻኪሶና የአዶላ ገናሌ ከተማ ከንቲባዎች፣ የጉጂ ዞን አስተዳደር እና በመጽሐፍ ቅዱስ ትርጉም አገልግሎት አጋር የሆኑት የሲድ ካምፖኒ እና የሉተራን መጽሐፍ ቅዱስ ተርጓሚዎች ተቋማት መሪዎች ተገኝተዋል።
በሻኪሶና አጉራባች ከተሞች የሚኖሩ ምዕመናንንም ይህንን መጽሐፍ ቅዱስ በታላቅ ጉጉት ሲጠብቁ መቆየታቸውንና በልብ ቋንቋቸው እና በራሳቸው ዘዬ ተተርጉሞ መምጣቱ ለመንፈሳዊ ህይወት ዕድገታቸው፣ ለወንጌል መስፋፋት እና ለምድሪቱ ታላቅ ፈውስና በረከት ይዞ እንደሚመጣ ገልፀዋል።
ለመጀመሪያው ስርጭት 200ሺ ኮፒዎች የታተሙ ሲሆን ስርጭቱን እና ቀጣይ ዕትመቶችን ለማስተባበር ከአብያተ ክርስቲያናትና ከሁሉም ቤተ እምነቶች በተወጣጡ አባላት የክሊፍቶም መጽሐፍ ቅዱስ ማህበር ተቋቁሞ ስራ ጀምሯል።
የምርቃቱም ማጠቃለያ በነገው ዕለት በመዲናችን አዲስ አበባ እንደሚካሄድ ከክሊፍቶም ባይብል ዮኒየን መግለጫ መረዳት ተችሏል።
- - -
Guji Oromo dielect Bible dedication celebration has been taking place in Guji Zone different cities, and the second celebration took place colourfully last Sunday, in Shakiso
* * * * * * *
Believers, religious leaders, The Word for the World international higher level leaders, Adola and Shakiso city Mayers, Guji Zone administrator and partner organizations in the ministry, leaders from Sid company and Lutheran Bible Translators has attended the celebration.
Christians in Shakiso and surrounding cities expressed their joy in completion of the translation of the Bible in to thier heart language and dielect they have been long waiting for that will bring blessings to the nourishment of thier faith, spread of gospel and healing and blessings to their land.
For the first round distribution, 300 thousand copies are printed, and in order to facilitate future distribution and reprint, a Bible union is established by the of KLIFTOM from all denominations and Churches and the Union has started the its work.
According to the announcement from KLIFTOM, the final celebration will be held tomorrow in the country's capital, Addis Ababa.
+2
The EECMY-DASSC NCES BO inaugurated a Vocational Skill Training Center in Wuchale, Ambasel district, South Wollo. This center was made possible by the "Biruk's Egg Project," which is funded by an American-based philanthropic organization.
The center aims to provide vocational skill training to vulnerable and unemployed youths, including woodwork, metalwork, tailoring, hair beautification, and Information Communication and Technology.
The inauguration was attended by Mrs. Tami Van De Stroet, Biruk (founder and CEO of Biruk Egg Project), Rev. Wagnew Andargie (NCES President and DC Chairperson), Mr. Addisu Alamirew (NCES BO Manager), Mrs. Tigist Hussien (NCES Finance and Admin Officer), & NCES BO staffs as well as other government and community representatives.
We are grateful to the donor agency for their generosity and continued commitment.
#servingthecommunity
