uz
Feedback
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

Kanalga Telegram’da o‘tish

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.

Ko'proq ko'rsatish
3 511
Obunachilar
+224 soatlar
+127 kun
+3830 kun
Postlar arxiv
= = = Leenjiin Dargaggoota Bifa Hunda-galeessaan Hidhachiisuu Shaakkisootti Kenname === Guddinnikee kallattii hundumaa haa mul'atu akkuma jedhu Sagaleen Waaqayyoo (1Xim. 4:15), dargaggootni keenya guddinni isaanii karaa hundumaan, hunda-galeessa akka ta’uuf, dargaggootni kaayoo Waaqayyo isaan uumeef adda baafatanee, kennaa fi dandeettii addaa Inni isaaniif kenneen dhiibbaa dansaa uumanee dhalootaaf eebba akka ta'anuuf, jaarraa 21ffaa beekanii, baricha bituu fi baricha keessatti dhiibbaa gaarii uumuu akka danda'anii fi mata duree garagaraa irratti, dargaggootaa fi gaggeessitoota tajaajila Dargaggootaa Sinoodoosii Adoolaa Gannaalee, waldaa amantootaa Sabakaa Shaakkisoo hundumarraa dhufaneef Waldaa Amantootaa Makaana Yesuus  Shaakkisootti leenjii fi barumsi bal'aan kennameera. Leenjicha irratti dargaggoota hirmaatan dabalataan, gaggeessitoonni waldaa amantootaa garagaraa fi kan sabakaas hirmaataniiru. Leenjicha kan kennan Daarektara Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo WKWWMYI Wondmagegn Udessa Bidire  fi Pirezidaantii Sinoodoosichaa Luba Geeloo Gololchaa yoo ta'an, leenjii kana irratti dargaggoonni yeroo kadhannaa fi tokkummaa bal’aa, , yeroi barnootaa, marii garee fi muuxannoo wal jijjiiruuf bal'aa qabaataniiru. Xumura leenjichaa irratti dargaggoonni, barumsa baratan irratti hundaa’uudhaan ibsa ejjannoo kan walii baafatanii, akkaataa leenjii fudhatan tajaajila isaaniitti bifa hunda-galeessaan akka ciman ibsanii jiru. Hirmaattota leenjichaatiifis ragaan hirmaannaa qindeessitootaan qophaa'e isaaniif kennamee jira. Xumura leenjii kanaa irratti dargaggoonni leenjiicha irratti hirmaatan magaalaa Shaakisootti hojii Wangeelaa babal’isuu irratti hirmaataniiru, dabalataan fiigichaa fi qulqullina magaalaa irrattis hirmaataniiru. "Uumamni hundinuu, mul'achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru. " Roomaa 8:19 === #EECMY #Youth #Leadership #Children #Family #Empowerment #Shakiso  Photos of the training session...👇👇👇 @eecmyyouthministry

ወጣቶችን በሁለንተናዊ መልኩ የማስታጠቅ ስልጠና በሻኪሶ ተሰጠ === ማደግህ በነገር ሁሉ ይገለጥ እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (1ጢሞ. 4፡15) ወጣቶቻችን በሁለንተዊ መልኩ ታንጸው እንዲያድጉ: የተ
+6
ወጣቶችን በሁለንተናዊ መልኩ የማስታጠቅ ስልጠና በሻኪሶ ተሰጠ === ማደግህ በነገር ሁሉ ይገለጥ እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (1ጢሞ. 4፡15) ወጣቶቻችን በሁለንተዊ መልኩ ታንጸው እንዲያድጉ: የተፈጠሩበትን ዓላማ ለይተው: እግዚአብሔር በውስጣቸው ባስቀመጠው ልዩ የተፈጥሮ ችሎታ እና ጸጋ መልካም ተጽዕኖ ፈጥረው ለትውልድ በረከት እንዲሆኑ: በተጨማሪም የ21ኛውን ክ/ዘመን ተረድተው በመልካም ተጽዕኖ መፍጠር እንዲችሉ እና ሌሎች የተለያዩ ርዕሶች ላይ በአዶላ ገናሌ ሲኖዶስ: ከኦዶ ሻኪሶ ሰበካ ማ/ምዕመናናት ለተወጣጡ ወጣቶች እና የወጣቶች አገልግሎት መሪዎች በሻኪሶ መካነ ኢየሱስ ማ/ም ሰፊ ትምህርት እና ስልጠና ተሰጥቷል:: በስልጠናው ላይ ከወጣቶች በተጨማሪ ከኦዶ ሻኪሶ ሰበካ ማ/ምዕመናናት የተወጣጡ መሪዎቻ ተሳትፈዋል:: ስልጠናውን የሰጡት የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር Wondmagegn Udessa Bidire እና የሲኖዶሱ ፕረዝደንት ቄስ ጌሎ ጎሎልቻ ሲሆኑ በስልጠናው ወጣቶች: ሰፊ የጸሎት: የህብረት: የትምህርት: የቡድን ውይይት እና ልምድ ልውውጥ ጊዜ የነበራቸው ሲሆን: በስልጠናው ማጠቃለያም የጋራ የአቋም መግለጫ በማውጣት በተሰጣቸው ስልጠና መሰረት ለመትጋት ያላቸውን ቁርጠኝነት ገልጸዋል:: ለስልጠናው ተሳታፊዎችም በአስተባባሪዎች የተዘጋጀ የተሳትፎ የምስክር ወረቀት ተሰጥቷቸዋል:: በስልጠናውም ማጠቃለያ ወጣቶች በሻኪሶ ከተማ ውስጥ የወንጌል ስርጭት አድርገዋል: በተጨማሪም የጽዳት እና ስፖርታዊ የሩጫ ውድድር ላይ ተሳትፈዋል:: "የፍጥረት ናፍቆት የእግዚአብሔርን ልጆች መገለጥ ይጠባበቃልና።" ሮሜ 8:19

የሚስዮናዊ ርክክብ ተካሄደ * * * * * * * የማዕከላዊ ደቡብ ኢትዮጵያ ሲኖዶስ አማቶ ማህበረ ምዕመናን ለረጅም አመት የአገልግሎት ልምድ ያላቸውን ወንጌላዊ በሚስዮናዊነት በማዕከላዊ ኢትዮጵያ ሲኖዶስ የአገልግሎት ቀጠና ስር በሰሜን ሸዋ ወደ ምትገኝ ማህበረ ምዕመናን ልከዋል። የርክክብ ስነ ሥርዓቱ በቤተ ክርስቲያኒቱ ዋና ጽሕፈት ቤት የተካሄደ ሲሆን የቤተ ክርስቲያኒቱ መሪዎች ምክር ሰጥቱውና እጅ ጭነው ፀልየው ሚስዮናዊውን ልከዋል። ቤተ ክርስቲያን ልዩ ትኩረት ሰጥታ እየሰራችው በምትገኘው የሀገር ውስጥ የሚስዮን አገልግሎት በአሁኑ ሰዓት ከ250 በላይ የሚሆኑ ማህበረ ምዕመናን ከ620 በላይ ሚስዮናዊያንን ወደ ተለያዩ የኢትዮጵያ አከባቢዎች ልከው በወንጌል መስክ ላይ እንደሚገኙ አገልግሎቱን ከሚያስተባብረው የቤተ ክርስቲያኒቱ የሚስዮን እና ቲኦሎጂ ዲፓርትመንት ለመረዳት ተችሏል። በተመሳሳይ መርሃ ግብር የቤተ ክርስቲያኒቱ 70ኛ ዓመት ማስጀመሪያና የቀጣይ አምስት አመት ጉዞ ይፋ በተደረገበት መርሃ ግብር ላይ አስተዋዕጾ ያበረከቱ አካላትን እና ግለሰቦችን ቤተ ክርስቲያን አመስግናለች። - - - - - - Wal harkaa fuudhinsi Misiyoonii gaggeeffame * * * * * * * Sinoodoosii giddugaleessa Kibba Itiyoophiyaatti, Waldaan amantootaa Amaatoo, hojjetaa wangeelaa muuxannoo tajaajilaa waggoota dheeraa qabu, gara waldaa amantootaa Kaaba Shawaatti argamtu kan Sinoodoosii giddugaleessa Itiyoophiyaa jala jirtuu, hojii misiyooniitiif ergitee jirti. Sirni wal harkaa fuudhinsaas Waajjira olaanaa waldichaatti kan gaggeeffame yoo ta'u, gaggeessitoonni waldichaas gorsa kennuudhaan, harka isaanii irra kaa'anii Waaqayyoon kadhatanii misiyoonicha erganii jiru. Waldaan xiyyeeffannoo addaa itti kennitee hojjechaa kan jirtu tajaajila misiyoonii biyya keessaatiin, yeroo ammaa kanatti Waldoonni amantootaa 250 ol ta'an, misiyoonota 650 ol gara naannoolee Itiyoophiyaa garagaraatti erguudhaan, hojii wangeelaa irratti akka argaman, waldichatti tajaajila kana kan qindeessu, kutaa misiyoonii fi tijoolojii irraa hubachuun danda'amee jira. Sirna wal fakkaatuun, sirna baniinsi kabaja waggaa 70ffaa waldichaa fi imalli waggoota shanan itti aanaanii ifoome irratti, qaamotaa fi namoota dhuunfaa shora olaanaa taphatan waldaan galateeffattee jirti. - - - - - - A missionary Handover Program was held * * * * * * * Amato congregation from the Central South Ethiopia Synod send an evangelist with a long years ministry experience, as a missionary to a congregating in Semen Shoa, under a ministry area of the Central Ethiopia Synod. The handover program was held at the Church’s central office, and leaders of the Church sent the missionary with encouragement words and praying laying hands. With this ministry being considered among the priority ministry areas of the Church. currently, more than 250 congregations have sent, more than 620 missionaries to different unreached parts of the country, and the missionaries are active on the mission fields, according to the inform from the Department of Mission and Theology. On the same program, the Church thanked organizations and individuals for their immense contribution during the Church’s 70th Jubilee inauguration and upcoming five years plan announcement program.

የቤተክርስቲያኒቱ የቅዱሳት መጻሕፍት አጠቃቀም አስተባባሪ ቄስ አለሙ ቡሳዋ፣ ረዳት አስተባባሪ ህሊና ታደሰ ከሉተራን መጽሐፍ ቅዱስ ተጓሚዎች(Lutheran Bible Translations) አማካሪ ከሆኑ
+8
የቤተክርስቲያኒቱ የቅዱሳት መጻሕፍት አጠቃቀም አስተባባሪ ቄስ አለሙ ቡሳዋ፣ ረዳት አስተባባሪ ህሊና ታደሰ ከሉተራን መጽሐፍ ቅዱስ ተጓሚዎች(Lutheran Bible Translations) አማካሪ ከሆኑት ዶ/ር ክሪስ ፕሉገር ጋር በጋራ በመሆን በአርባ ምንጭ አቅራቢያ የሚገኘውን የዛይሴ የመጽሐፍ ቅዱስ ቋንቋ ትርጉም ፕሮጀክት እና በጊዶሌ ከተማ የሚገኘውን የደራይታ የመጽሐፍ ቅዱስ ትርጉም ፕሮጀክትን ጎብኝተዋል። በጉብኝታቸውም ወቅት ከተርጓሚ ቡድኖች፣ የቋንቋ ኮሚቴዎች፣ ገምጋሚዎች እና በአከባቢው ከሚገኘው የመጽሐፍ ቅዱስ የትርጉም አስተባባሪ ጋር ተገናኝተዋል። የጉብኝት ቡድኑም በአዲስ መልክ የተዘጋጀውን የዳሰሳ ጥናት መጠይቅ ላይ መሠረት በማድረግ ከሁለቱም የቋንቋ ማህበረሰቦች ጋር የቅዱሳት መጻሕፍት አጠቃቀም ላይ ትኩረት በማድረግ የሚስተዋሉ ተግዳሮቶች፣ ጥንካሬና ዕድሎችን ለመረዳት ሰርቷል። እናም የዳሰሳ ጥናቱ ውጤት ለሁሉም ፕሮቸክቶች በሚረዳ መልኩ የተሻሉ እና ውጤታማ የሆኑ አዳዲስ ምልከታዎችንና አካሄዶችን እንደሚጠቁሙ ይጠበቃል። ይህም ጉቡኝት በሐምሌ ወር አጋማሽ በአሶሳ ከተማ ከተደረገው የደቡብ ጉሙዝ የመጽሐፍ ቅዱስ ትርጉም ፕሮጀክቶች ጉብኝት የቀጠለ ነው።

* *    * * *     * * Qindeessaa itti fayyadama Macaafa Qulqulluu waldichaa kan ta'an Luba Alamuu Busaawaa, gargaartuu qindeessaa Hilliinaa Taaddasaa fi Dr Chris Pluger, gorsaa hiikkaa Macaafa Qulqulluu, Hiiktota Macaafa Qulqulluu warra Luutaraanii (Lutheran Bible Translators)irraa, piroojektii hiikkaa Macaafa Qulqulluu afaan Dhirayittaa magaalaa Gidooleetti argamuu fi kan afaan Zayisee naannawa magaalaa Arbaamincitti argamu daawwatanii jiru. Yeroo daawwannaa isaaniittis, hiiktota Macaafa Qulqulluu Kan afaan lamaanii, koreewwaan afaanii, garee gamaggamaa fi qindeessaa hiikkaa Macaafa Qulqulluu naannicha irratti hojjetu wajjiin wal arganii jiru. Gaaffiilee qo'annoo dhimma itti fayyadama Macaafa Qulqulluutiif bifa haaraadhaan qophaa'an bu'uura godhachuudhaanii fi dhimma itti fayyadama Macaafa Qulqulluu irratti xiyyeeffachuudhaan gareen kun,  rakkoowwan muul'atan, jabinaa fi carraawwan jiran haala itti hubachuun danda'amu irratti garee hawaasaa afaan lamaanii wajjiin hojjateera. Kanaaf, argannoowwan qo'annicha irraa argaman piroojaktoota hundumaa bifa gargaaruu danda'aniin, kallattii fi adeemsa fooyya'aa ta'e akka argisiisan  in eeggama. Daawwannaan Kun, daawwannaa Piroojaktii hiikkaa Macaafa qulqulluu Kibba Gumuzii, magaalaa Asoosaatti walakeessa ji'a Adooleessaa keessa taasifametti aanee kan taasifamedha. * *    * * *     * * Scripture engagement coordinator of the EECMY, Rev. Alemu Busawa and Mrs. Hilina Tadesse, assistant coordinator, accompanied by the Lutheran Bible Translators consultant, Dr Chris Pluger, visited the Derayta translation team in Gedole and Zayse Bible translation projects around Arbaminch city. During their visit, they were able to meet with transition teams, language committee, reviewers committee and coordinator of the Bible translation works in the area. Based on the newly developed SE survey questionnaire, the team worked with both language communities to understand current challenges, strengths, and opportunities with an emphasis on scripture engagement. Thus, findings from the survey are expected to give new insights and directions to all projects toward effective and better achievement. This visit is a follow up visit made in Assoa to the South Gumuz Bible translation project mid of July. #EECMY_BIBLE_TRANSLATION

ተፅዕኖ ፈጣሪ ወጣቶችን የማፍራት ስልጠና በቡሌ ሆራ ተሰጠ === ማደግህ በነገር ሁሉ ይገለጥ እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (1ጢሞ. 4፡15) ወጣቶቻችን በሁለንተዊ መልኩ ታንጸው እንዲያድጉ: የተፈጠሩበትን ዓላማ ለይተው: እግዚአብሔር በውስጣቸው ባስቀመጠው ልዩ የተፈጥሮ ችሎታ እና ጸጋ መልካም ተጽዕኖ ፈጥረው ለትውልድ በረከት እንዲሆኑ: በተጨማሪም ስለ ቅድመ ጋብቻ ዝግጅት እና ድህረ ጋብቻ ህይወት ዙርያ እና ሌሎች የተለያዩ ርዕሶች ላይ በቡሌ ሆራ መካነ ኢየሱስ ማ/ም ለወጣቶች; እንዲሁም በልጆች አስተዳደግ ዙርያ ለወላጆች ትምህርት ተሰጥቷል:: በስልጠናው ላይ በቡሌ ሆራ ከተማ ከሚገኙ ማ/ምዕመናናት የተወጣጡ ወጣቶች እና የወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ተሳትፈዋል:: "የፍጥረት ናፍቆት የእግዚአብሔርን ልጆች መገለጥ ይጠባበቃልና።" ሮሜ 8:19 ==== Leenjiin Dargaggoo Dhiibbaa Uumu Horachuu Bulee Horaatti Kenname === Guddinnikee kallattii hundumaa haa mul'atu akkuma jedhu Sagaleen Waaqayyoo (1Xim. 4:15), dargaggootni keenya guddinni isaanii karaa hundumaan, hunda-galeessa akka ta’uuf, dargaggootni kaayoo Waaqayyo isaan uumeef adda baafatanee, kennaa fi dandeettii addaa Inni isaaniif kenneen dhiibbaa dansaa uumanee dhalootaaf eebba akka ta'anuuf, waa'ee hariiroo gaa'elaan duraa fi boodaa irratti fi mata duree garagaraa irratti Waldaa Amantootaa Makaana Yesuus Bulee Horaatti dargaggootaaf, akkasumas haala guddisa ijoollee irratti maatiidhaafis barumsi kennameera. Leenjicha irratti dargaggoonni magaalaa Bulee Horaa, waldaa amantootaa garagaraa irraa dhufan hirmaataniiru. "Uumamni hundinuu, mul'achuu ijoollee Waaqayyoo dhimmanii eeggachaa jiru. " Roomaa 8:19 #EECMY #Youth #Children #Family #Empowerment #BuleHora https://t.me/eecmyyouthministry EECMY Youth Ministry

EECMY Tabor Evangelical College Crash Course started on August 05, 2024. Entrance Exam will be given on August 19, 2024 Regis
EECMY Tabor Evangelical College Crash Course started on August 05, 2024. Entrance Exam will be given on August 19, 2024 Registration of Block A&B will be on August 26, 2024 The New Academic class will be start on August 27, 2024 Don't Miss it. Apply Now, Hawassa, Ethiopia!

Sochii Dhuga Ba'umsa Wangeelaa Yeroo Gannaa Waggaa Waggaadhaan Godhamu #Guyaa_2faa #EECMY_Summer_Evangelism_2024
Sochii Dhuga Ba'umsa Wangeelaa Yeroo Gannaa Waggaa Waggaadhaan Godhamu #Guyaa_2faa #EECMY_Summer_Evangelism_2024

አመታዊ የክረምት ወንጌል የማዳረስ ንቅናቄ #ቀን_2 #EECMY_Summer_Evangelism_2024
አመታዊ የክረምት ወንጌል የማዳረስ ንቅናቄ #ቀን_2 #EECMY_Summer_Evangelism_2024

ኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስትያን መካነ ኢየሱስ ደቡብ ኢትዮጵያ ርሆቦት ሲኖዶስ ጽ/ቤት በጎፋ ዞን ገዜ ጎፋ ወረዳ ለተጎዱ ወገኖች ከ 300 ሺህ ብር በላይ የዓይነትና የገንዘብ ድጋፍ አደረጉ የሲኖዶ
+3
ኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስትያን መካነ ኢየሱስ ደቡብ ኢትዮጵያ ርሆቦት ሲኖዶስ ጽ/ቤት በጎፋ ዞን ገዜ ጎፋ ወረዳ ለተጎዱ ወገኖች ከ 300 ሺህ ብር በላይ የዓይነትና የገንዘብ ድጋፍ አደረጉ የሲኖዶሱ ፕሬዝደንት ቄስ ከተማ ካሚሌ በደረሰው ጉዳት እጅግ ማዘናቸውን ገልፀው ለተጎጂዎች የ250 ሺህ ብር ገንዘብ እና 120 ሺህ ብር የሚገመት የእህል ድጋፍ ማድረጋቸውን ተናግረዋል። ቤተክርስትያኗ ፈጣሪ የሞቱት ወገኖችን ነፍስ እንዲማር ስትፀልይ መቆየቷን የገለፁት ቄስ ከተማ በቀጣይ የሚደረገው ድጋፍ ተጠናክሮ ይቀጥላል ብለዋል። የጎፋ ዞን ዋና አስተዳዳሪ ኢንጂነር ዳግማዊ አየለ በበኩላቸው ቤተክርስትያኗ በደረሰዉ አደጋ ከማዘን ባሻገር ድጋፍ ስላደረገች አመስግነዋል።

የምሥራች ድምፅ የመገናኛ ዘደዎች አገልግሎት የየዕለቱ ጥቅሶች ከ1/12/2016-30/12/2016 ዘመነ ዮሐንስ ወንገላዊ 👉 Telegram:- https://t.me/YDRadio 👉 Our You tub
+1
የምሥራች ድምፅ የመገናኛ ዘደዎች አገልግሎት የየዕለቱ ጥቅሶች ከ1/12/2016-30/12/2016 ዘመነ ዮሐንስ ወንገላዊ 👉 Telegram:- https://t.me/YDRadio 👉 Our You tube :- https://www.youtube.com/@Yemisrachdimtsradio/videos

Chaalenjii Macaafa Qulqulluu 100,000 tolaan walitti qabuu akkumaa itti fufeetti jiraa * * * * * * * Har’a bakka bu’oonni waldaa amantoota Gafarsa Gujii irraa dhufan Macaafa Qulqulluu amantoota irraa walittti qabaman kennaniiru. Hogganaan waldichaa kan ta’an Lubni Sisaay Abdataa, amantoonni hundi chaalenjii naannoo Sagaleen Waaqayyo bira hin geenye fi warra bituuf humna hin qabne bira ga’uu irratti dammaqinaan akka hirmaatan waamicha dhiyeessaniiru. Kutaan hiikkaa Macaafa Qulqulluu fi akkaataa fayyadama Macaafa Qulqulluu Waldaa Kiristiyaanaa akka beeksisetti, ayyaana Macaafa Qulqulluu kana sababeeffachuun warri chaaleenjii bara Macaafa Qulqulluu kana irratti hirmaachuu barbaaddan amantoonni Wangeela biyya keessaa fi alaa, Herregaa Baankii Awaash waldittiin tajaajila kanaaf bante irratti kennaa galchuudhaan qaama tajaajila kanaa ta’uu akka danda’an beeksiseera. Macaafa Qulqulluu walitti qabuun alattis hojiin tamsaasaa naannoowwan filatamaa fi akkaataa sagantaa qabameen yeroo uh akka jalqabamu kutaa tajaajila kana irraa hubachuun danda’ameera. Gatiin Macaafa Qulqulluu tokkoo Qarshii Itoophiyaa 500 (Dhibba Shan) dha. Ssagaleen Waaqayyoo hundaaf! Bank- Awash Bank Account Name – EECMY Bible For All Account Number – 01352871125600 Swift Code – AWINETAAXXX - - - - - - - - The challenge of collecting 100 thousand free Bibles continued * * * * * * * Today, representatives from the Gefersa Guji congregation handed over Bibles collected from members. Senior pastor of the congregation, Reverend Sisay Abdeta, called on all members of the church to actively participate on the challenge of reaching out people who has no access and can’t afford to buy the word of God. The church’s Bible translation and scripture engagement division also announced Awash Bank account information opened for this ministry in order all evangelicals from within the country and abroad to participate on the challenge opened in celebration of the national Year of the Bible. Along the Bible collection works, the distribution will start soon to the identified areas and schedules made. The price of one Bible is 500 Ethiopian Birr only. #Bible_for_All! #Bible_for_the_Bibleless! Bank- Awash Bank Account Name – EECMY Bible For All Account Number – 01352871125600 Swift Code – AWINETAAXXX #BibleforAll #YearoftheBibe #EECMY