cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Abdu FKR 👌👍😃

@abdu_win Please share this link 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Hiriyoota kessan biran nuuf gaha link kana 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 kara kanan na qunnamu dandessu @abdii_leader

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
341
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
-1230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Dubartiin lammii Naayijeeriyaa wiigii dheeraa uffatte tarree dinqiiwwan addunyaatti makamteetti Heelen Wiiliyams wiigii meetira 351 dheeratu rifeensa mataa isheetti hojjetameen riikardii addunyaa galmeessite. Wiigiin kun meetira 351.28 (1,152 ft 5 in)kan dheeraru yoo ta'uu kan nama ajaa'ibu immoo Helen guyyoota 11 fi Naayiraa miliyoona lamaa ol (£2,031; $2,493) wiigii ajaa'ibaa kana hojjechuuf ittii fudhateraa🙈 Maloo wantaa tokkoo gonee ha bekaminuu🙏🙏🙏🙏🫶 Abdu win Barsiisaa sin Bashannansiisa🌍🙉🙈✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ ✨✨✨@abdu_win✨✨✨✨ ✨✨✨@abdu_win✨✨✨✨ ✨✨✨@abdu_win✨✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 💫💫💫💫#Join_Us💫💫💫💫 💫💫💫💫#Share💫💫💫💫💫
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Repost from Kebor Multimedia 1
Pireezidaantiin Ameerikaa Duraanii Baaraak Obaamaan, Gocha Israa'el Namoota Nagaa Gaazaa Irratti Raawwachaa Jirtu Morman. Kebor Multimedia October24 2023 Pireezidaantiin Ameerikaa duraanii Baaraak Obaamaan akka jedhanitti, "waraanaa Israa'eliifi Hamaas gidduutti deemaa jiruun, Israa'el haleellaa Filisxeemota nagaa irratti taasifteef gatii baasti" jedhan. Waggoota 8'f Waayit Haawus keessa kan turan Pireezidaantiin Ameerikaa duraanii Baaraak Obaamaan, Israa’el haleellaa Hamaas irraa of ittisuuf mirga guutuu akka qabdu dubbachaa turan. Tel Aviv, bu'uuraalee jireenyaa kanneen akka: Nyaata, Bishaaniifi humna ibsaa lammiilee Gaazaa irraa addaan kutuun ishee, qabsoo Filisxeemotaa daran akka cimsu ibsan. Tarsiimoon waraanaa Israa’el fudhachaa jirtuufi lubbuu dhala namaa gaaga'e, akkasumas mirga namoomaa dhala namaa tilmaama keessa hin galchine kun, dhuma irratti bu’aa faallaa ta’e qabaatas jedhan. "Israa'el, tajaajila bu’uuraa jiraattota Gaazaa irraa addaan kutuu ishee rakkoo namoomaa haalaan hammeessuu qofa osoo hin taane, Israa’el deeggarsa Idil-Addunyaa akka dhabduufi diinni ishee akka dabalu taasisa" jechuun dubbatan Obaamaan. Kun immoo, tattaaffii nagaafi tasgabbii naannichaa mirkaneessuuf waggootaaf godhamaa ture duubatti kan deebisu ta’uus ibsan. Pireezidaantiin Ameerikaa duraanii kun haasaa isaanii kanaan, haleellaa Hamaas balaaleffchuun, Israa’el mirga of-ittisuuf guutuu akka qabdu ibsuun, haleellaa Irsaa'el fudhachaa jirtu kanaan miidhaan lammiilee nagaa irra ga'aa jiru ilaalcha keessa galuu akka qabu cimsanii dubbatan. Obaamaan turtii waggoota saddeeteef Waayit Haawus keessa turanitti, Israa’el haleellaa Hamaas irraa Isheetti dhufuuf deebii quubsaa akka kennitu deeggaa turuu isaanii, Rooyiters gabaase. Haa ta’u malee, walii galteen Niwukilaraa bara Faranjootaa 2015 keessaa Ameerikaafi Iraan gidduutti taasifame, hariiroo Obaamaafi Netaaniyaahuu gidduu jiru laaffisuun isaa ni yaadatama. Itti Aanaan Pireezidaant Obaamaa yeroo sanaafi Pireezidaantiin biyyattii ammaa Joo Baayiden, hooggantoota lamaan walitti dhiyeessuuf yaalaa kan turan yoo ta’u, amma gaaruu michuu Netaaniyaahuu isa guddaa ta’aniiru. Baayiden, marii hooggantoota Israa’eliifi Filisxeem bara Pireezidaant Obaamaa eegalame kana xumuruu caalaa, Meeshaalee waraanaafi loltoota isaanii waraanichatti erguun waldhabdee kana hammeessaa jiru. Waraana Israa'eliifi Hamaas gidduutti guyyoota 18 lakkoofsise kanaan, lakkoofsi lammiilee Filisxeem lubbuu isaanii dhabanii Kuma 5 caaleera. Gabaasni Kan Rooyiters. T.me/kebormedia
Hammasini ko'rsatish...
Kebor Multimedia 1

#KEBORMEDIA #Ibsaa_Daandii_Dhugaa Tajaajila Keenna •Odeeffannoo Qulqulluu •Buhaartii •Dinqisiisoo •Barnoota Adda addaa •Gaafi fi Deebii #Keebor Toora Miidiyaa Hawaasaa kan akka FB, ▶

https://www.youtube.com/@kebormultimedia3271

t.me/kebormedia fi kkf ir

1
Photo unavailableShow in Telegram
Amantus Amanu battus billachi ija 1200 qaba.kallatti hundaanu arguu danada'a. @abdu_win
Hammasini ko'rsatish...
1
Abjuun keenyaa ni dhugoomaa 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 Yaa tokkittii waan ofii   Kan baayyee na marartuu   Onnee kiyya hatattee   Kan yaadaan na darartuu!   💞💕💕💕💕💕💕💕   Erga dirqama jiruun   Ati fagaattee narraa   Onneen koo si gaafatti   Kunoo haguma har'aa   ❤❤❤❤❤❤❤❤   Oksijiinii somba koo   Sabboontuu beektu safuu   Osoo akka garaatii   Silaa sibiraan hafuu   💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕   Yeroon #online irraan   Sagalee kee dhaga'u   Akka garaan na na'u   Sitti himuun danda'u 💞💞💞💞💕💕😍   Borii keenya bareechuuf   Halkaniif guyyaa kaattaa   Beelaaf dheebuu hin jettu   Waanuma argatte nyaattaa   💞💞💞💞💞💞💞   Ati naaf qaama kooti   Muddama koo gaggabdaa   Gammachuus ta'ee rakkoo   Dursitee na qaqqabdaa!   💕❤💕❤💕❤💕   Gubaan jaalala keetii   Akka giimiif rasaasaa   Na bira jirta se'een   Utubaatti asaasaa   💕💕💕💕💕💕   Abshir woluma geenyaa   Yoo fagaates karaanii   Takkaayyuu addan baane   Nuti qalbiif garaanii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤   Yoomuu gargar hin baanu   Abdii kunnee jiruurraa   Bulchinee bubbulchinee   Lafee uumna tiruurraa!   ❤❤❤❤❤❤❤❤   Ati gama jiraattee   An jiraadhus gamana   Abjuun keenya-n dhugooma   Hin shakku nan amana     share 👉 @abdu_win 👈 👉 @abdu_win 👈
Hammasini ko'rsatish...
ፈለስጢን እንደት አደረች⁉️ ================== ✍ እውነት ለመናገር በትናንቱ የሐማስ ጥቃት ደስታ ቢሰማኝም የወራሪዋን አጸፋ ሳስብ «ምን በላእ አውርደውባቸው ያድሩ ይሆን?» ብዬ ሰግቼ ነበር። ያው የተለመደውን የቦምብ ጥቃት በጋዛ ከተማ ላይ አውርዳለች። እስካሁን ከወትሮው የተለዬ ብዙም አስደንጋጭ ነገር የለም። ለወደፊቱም አላህ ይጠብቃቸውና! ሐማስም ተጨማሪ ሮኬቶችን አስወንጭፏል። አሁን ነገሩን የከበደ ያደረገው ግን የእስራኤል ግጭት ከሐማስ ጋር ብቻ አለመሆኑ ነው። በሰሜኑ ክፍል የሊባኖሱ ሒዝቦላህ ከባድ ጦርነት ከፍቶባታል። እርሷም ገጥማለች። ቀስ በቀስ የጦርነቱ አድማስ ወደ መካከለኛው ምስራቅ ከተስፋፋ ነገሩ ሳይከብድ አይቀርም። መሃል ላይ ሳንድዊች አድርገው በቀጠቀጡልኝ'ማ ይህቺን ጢንዚዝ የሆነች ጭራቅ! አሜሪካን ለዘመናት ደም አስለቅሶ በመጨረሻም በዝረራ የሸኛት የአፍጋኒስታኑ ጣሊባን፤ ኢራቅ፣ ኢራንና ጆርዳን በግዛታቸው ላይ እንዳልፍ ይፍቀዱልኝና ሂጄ እየሩሳለምን ነፃ ላውጣ ብሏል። የሃገራቱን ሉአላዊ ድንበር እስኪፈቀድለት ድረስ በተጠንቀቅ ላይ ነው። እስራኤልን አይደለም እነዚህ በሙስሊም ማዕከል ውስጥ ያሉ ተዋጊ ኃይሎች፤ የትኛውም ሙስኪም ያልሆነ አካል ጭምር ተረባርቦ ቢያወ'ድማትና ዓለም ከዘርፈ ብዙ ፈሳዷና ጭቆናዋ እፎይታ ቢያገኝ ደስታዬ ነው። ዲል ለፈለስጢን! ውርደትና ሽንፈት ለወራሪዋ! √ ፎቶ ①: የሚሊዮን ሐፊዞች ሃገር የሊቢያ ህንፃዎች በፈለስጢን ሰንደቅ አሸብርቀው! √ ፎቶ ②: የኢራቅ ዋና ከተማ ህንፃ በፈለስጢን ሰንደቅ አሸብርቆ! @abdu_win @abdu_win
Hammasini ko'rsatish...
Irra deddeebiin yaalaa Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa,2015 ifoome jira. Haaluma kanaan barattoonni fi maatiin sa'aatii ammaa irraa eegalanii ilaaluu ni danda'u. • Websitee https://eaes.et ykn • Telegiraamidhaan 👉  https://t.me/eaesbot ilaaluun ni danda'ama. Hubachiisa፡- • Barattoonni komii qaban Qaaman dhufuun osoo hin barbaachisin weebsitidhaan hanga Onkoloolessa 5/2016, sa'aatii 11:00 qofa 👉 eaes.et  'Compliant' Kan jedhu tuquun iyyachu ni danda'u. @abdu_win @abdu_win
Hammasini ko'rsatish...
EAES 🇪🇹 Result bot

EAES: Educational Assessment and Examination Service Official Bot. Use this bot to check your Result.

👍 3🙏 1
Link kana isin hunduu gadi tuqudhan waan inni isiniin jedhu guuta abba carra taha isa dhugaati
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
💵 Earn $200 a day with youtube without investment! 💵 🎉

No one knows yet, this is the easiest way to make money in 2023!