cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Darul Ulum Public School

In this channel we deliver important information to our Teachers ,Students,Parents & All Concerned School members

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 571
Obunachilar
+224 soatlar
+227 kunlar
+7730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Barattoota keenya kutaa 12ffaa qophii qormaatarra jiran Maraaf:-           👇👇👇 @. Barattoota keenya qaalii yeroo hafe kanatti tasgabbiin isin gootan bu'aa keessaniif murteessaadha .Ilma namaa ta’ee namni hin sodaanne hin jiru @. Garuu sodaan kun wanta dubbisaa turre akka irraanfannuuf sababa ta’uu hin qabu. @. Wantoota guyyoota hafe kana godhuu qabdan:- 1. Tasgabbii  qabaadhaa 👉. Wanti haaraan hundi nama sodaachisa garuu keessa ofii too'atanii tasgabbaa'uun iccitii warreen milkaa'niiti 💪Of tasgabbeessi, ajandaa barnootaan alaa ofirraa xiqqeessi. wantoota dhaggeeffattu filadhu yeroo kanatti wanti si barbaachisu wanta abdii sitti horuudha. 💪Ati yaa barataa wanta hedduu dubbisaa turte wanta hedduu qayyabachaa turtee qophooftee jirta; na  amani,  tasgabbooftee itti deemnaan qormaata kee numa injifatta 2. Akka hojjattu amani.... 👉Wanti ati qoramtu wantuma dubbisaa turteedha wanti haarofti dhufu hin jiru. 👉Sammuu kee yoo itti hin himne akka ati hin dubbisinii gootee si amansiisuuf yaalti Ati kana bartee jabina ofii ta'uu qabda . 💪Dhagahi baqqaa ni hojjattaa amani. 3.Dhimma qabxii gonkumaa hin yaadin. 👉Amma ati qormaata kana hojjatuudha kan sirraa eegamu!!! 👉Sammuu kee qormaataaf malee qabxiif hin qopheessin ofis hin dhiphisin. 4. Qophii kee xumuri, 👉Amma hedduu qu'achuuf of hin dhiphisin ni ga'aa, kana yoo jennu ammoo harka marii taa'i jechuu akka hin ta'in siif gala jedheen amana. Qabxiilee kutaa 9-12 barattee gabaabinaan yaadannorraa qabdu irra keessa isaa ilaali.. keessaahuu ganama yeroon ka'iitii irra babahi... Dubbisaaa jirtaamii???? 💪Ammaas hin dagatin, sitti fakkaate malee wanti ati dubbiste wanta qormaata irra dhufuu ol akka ta’e ... Guyyaa qormaataa san dhugaa kana ni hubatta wanti ati dubbiste yeroo mara qormaataa olii amanii fudhadhu..   Yeroo takka takka waan takkallee waan beektu sitti hin fakkaatuumii??? Lakki.... 5. Ati Qormaataa oli. 💪Qaqqaaliwwan kiyya qormaanni kan dhufuuf si miidhuuf yookiin si hambisuuf osoo hin taane jabina keessa kee jiru wanta dubbisaa turte kana of keessaa baaftee bu'aa barbaaddutti akka jijjiirtuufi waan ta'eef keessi qormaataa olitti yaadee jajjabaattee hojjannaan  qabxiin ati barbaaddu sumaaf dhuftii amani.  💪Sammuu kee keessatti injifattee xumurtee eegaluu qabda gaafa keessi kee shakkii sitti fide ofitti amanamummaan bakka buustee onnee guutuun qormaata keetitti gaara taatee jigsuu qabda. @ Qormaata jala geessee  of hin shakkin, keessa kee milkaa'inaaf qopheessi(Amma of shakkiteef miidhaa yoo ta'e malee bu'aan buustu hin jiru waan ta'eef). #Namoota akka hin hojjanne sitti himaniif gurra hin kennin. Qormaata gaarii!!
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Sagantaa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa
Hammasini ko'rsatish...
Sagantaa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Sagant barttoota social science
Hammasini ko'rsatish...
Guyyaa 30/10/2016 Barattootaa Qormaata Biyyooleessaa kutaa 12ffa bara 2016 qoramuuf qophii irra jirtan hundaafuu. Guyyaa 01//11/2016 jechuun boru ganama Isniina saatii 2:30 irrattii orientation fi leenjiin waan kennamuuf M/B akka argamtan isin beeksifna.
Hammasini ko'rsatish...
Sene 29/2016 E.C Dire Dawa Administration Education Bureau's 2016 E.C. Grade 12 Students Take Online and Paper-Based Exams (for Social Science and Natural Science) Students who will take the paper-based exam should stay at the university from Hamle 1 to 6/2016 for social science and from Hamle 7 to 12/2016 for natural science. Click the link below to quickly access information! Facebook፡- https://www.facebook.com/dire.educ?mibextid=ZbWKwL Telegram፦ https://t.me/DireDawa_14 Tiktok፡- https://www.tiktok.com/@diredawaeducationbureau
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Barattoonni kutaa 12 Natural hundi har'a 8:30 qormaata Modeela maths online waan qormaataniif jecha iddoo qormaata Modeela itti qormaatan sanitti admission card qabachuun akka argamtan cimsinee isin beeksifna.
Hammasini ko'rsatish...
Congratulations 🎉🎉🎉🎉
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
ሰኔ 28/ 2016ዓ.ም በ2016 የትምህርት ዘመን የ12ተኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና በወረቀት እና በኦንላይን አይሰጥም የሚል መረጃን በተለያዩ ድህረ ገጾች አወናባጆች ለመልቀቅ እየሞከሩ መሆኑን መረጃው የደረሰን ሲሆን ተማሪዎች በዚህ ከእውነት የራቀ መረጃ መሆኑን አውቃችሁ ተገቢው ጥንቃቄ እንድታደርጉ እንላለን። ስለሆነም እየተለቀቀ ያለው መረጃ ውሸት የሆነ ሲሆን በዚህም የተነሳ ምንም የተለወጠ ነገር እንደሌለ አውቃችሁ ውድ የ12ኛ ክፍል ተፈታኛ ተማሪዎች በዚህ ሳትረበሹና ሳትደናገጡ ስለፈተናችሁ ብቻ በማሰብ በመዘጋጀት በዛሬው ዕለት በተሰጣችሁ የኦረንቴሽን ገለጣ መሰረት በበየን መረብ ወይም ኦላይን እና በወረቀት የሚሰጠው ፈተና በተመደባችሁበት ቦታ እንደሚሰጥ አውቃችሁ ልትንቀሳቀሱ እንደሚገባ የድሬዳዋ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ ያሳስባል። ስለሆነም የማህበራዊ ሳይንስ ተፈታኞች ከእሁድ ሰኔ 30 ጀምሮ እሰከ ሀምሌ 1 ድረስ ወደ ዩንቨርስቲ ግቢ የሚገቡ ሲሆን ፈተናው ሀምሌ 3 ይጀምሯል። መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ! Facebook፡- https://www.facebook.com/dire.educ?mibextid=ZbWKwL Telegram፦ https://t.me/DireDawa_14 Tiktok፡- https://www.tiktok.com/@diredawaeducationbureau
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.