cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Garee Nagayaa/Peace Group

Kuran; Hadith and history

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
891
Obunachilar
-124 soatlar
-67 kunlar
-830 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

✍Gurbaan Yahuuda Tokko Akkana Je'e " Dubartiin Muslimaa Yoo Waa'e Diin Isiitiif Xiyyeeffana Kennite, Dhaloota Jabaa Nutti Oomishtii...Tanaafu Diin Isii Irraa Waan Biraatiin Shaakalu Qabnaa." Dubartiin Muslimaa Waa Hunda Dura Diin Isiitiif Xiyyeeffana Kennuu Qabdii. https://t.me/GNPGP
Hammasini ko'rsatish...
Garee Nagayaa /Peace Group

Prepared by seyfedin Ebrahim

Waan Urgaa'u hunda Urgeeffadheera Waan akka Rasuulaa (S.A.W) Urgaa'u hin Agarre jedhe [Anas Ibnu malik] https://t.me/GNPGP
Hammasini ko'rsatish...
Garee Nagayaa /Peace Group

Prepared by seyfedin Ebrahim

▶️ Sunnaa guyyaa jumaa irraa ➊ ﺍﻟﻐﺴﻞ ➋ ﺍﻟﻄﻴﺐ ➌ ﺍﻟﺴﻮﺍﻙ ➍ ﻟﺒﺲ ﺍﻟﺠﻤﻴﻞ ➎ ﻗﺮﺍﺀﺓ ﺳﻮﺭﺓ ﺍﻟﻜﻬﻒ ➏ ﺍﻟﺘﺒﻜﻴﺮ ﻟﺼﻼﺓ ﺍﻟﺠﻤﻌﺔ ➐ ﺍﻹﻛﺜﺎﺭ ﻣﻦ ﺍﻟﺪﻋﺎﺀ ﻭﺍﻟﺼﻼﺓ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﻨﺒﻲ 1 Qaama dhiqachuu 2 Shittoo(waan urgaa'u) fayyadamuu dhiiraaf 3 Siwaaka(rigaa) fayyadamuu 4 Uffata gaarii uffachuu 5 Suuraa kahfii qara'uu 6 Salaata jumaatiif bariisifachuu 7 Nabiyyii (S.A.W) irratti salawaata baay'isuu (( ﻗَﺎﻝَ ﺭَﺳُﻮﻝَ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﷺ ﻣﻦ ﻗﺮﺃ ﺳﻮﺭﺓَ ﺍﻟﻜﻬﻒِ ﻓﻲ ﻳﻮﻡِ ﺍﻟﺠﻤﻌﺔِ ,ﺃﺿﺎﺀ ﻟﻪ ﻣﻦ ﺍﻟﻨﻮﺭِ ﻣﺎ ﺑﻴﻦ ﺍﻟﺠﻤُﻌﺘَﻴﻦ )) Ergamaan rabbii (S.A.W)  akkana jedhan namni guyyaa jum'aadhaa suuraa kahfii qara'e jumaa lamaan jidduutti rabbiin ifaa isaaf taasisa ♥️❣️ Join 😋♥️ https://t.me/GNPGP
Hammasini ko'rsatish...
Garee Nagayaa /Peace Group

Prepared by seyfedin Ebrahim

﷽ ✍ اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎♡♡ ✍ Yaanni kiyya gaarii ta'uu danda'a ta'uu dhabuu dand'a yoo sirrii ta'e fudhachuu ykn naaf sirreessuu isin gaafadha. ✍ Ee dhugaadha dubrummaa maal akka ta'e haala garii fi ifaa ta'een nuuf ibsitan. ✍ Garuu yeroo amma kana akka yaada kiyyaatti dubartoota baranaa fuudhuu irra dubartoota asiin duraa gursummeettii fuudhuu wayya. ✋ #DUBARTOONNI isin miidhuuufii miti.... akkasitti nan hubatinaa wahiif jedhee wanni akkas jedheef: - 👉 Dubartoonni ammaa fi dhiironni ammaa osoo hin heerumin, heeruman. Osoo hin fuudhin , fuudhan. 👌 Kana jechuun irra hedduun dubartootaa isii rabbiin rahmata godheef malee..... 👉 Dubartoota dhiirota ajnaba isaaniif tayan waliin haasawani akkasuma kophaa bayan. 👉 Dhiironnis akkasuma. Akkan ani dura ofitti himee eegasii isinii himmutti jecha rabbii hin dhageennee nuti: - 📖{ قال الله تعالى ولاتتبعو خطوات الشيطان ،ومن يتبع خطوات الشيطان فإنه يأمر بالفحشاء والمنكر۔۔۔۔۔۔۔۔} Sheeyxaanni edaa takkumaan nu hin dagu step qabaa jennee maa of eegui dhabne..... Hin dhageennee jecha ergamaa rabbii s. a. w. 📝{ قال ﷺ .......لا یخلون رجل بمرءة فإن الشیطان ثالثهما..}. ✍ hadha hedduun keena dagama jirra . Jecha kana hoo 📖{ قال الله تعالى............. والطيبات لطيبين والطيبون لطيبات...... } 🫵 Nuti hadha eessaa haadha manaa gaarii barbaadaa jirra akkasuma abbaa manaa........ ????!!! 🤔🤔 🙏🙏Dhiifama haala beekumsa hin qabneen harki kiyya adbachuu didee carraa tanatti fayyadame. Afwan lillaah. 🙏🙏🙏 https://t.me/GNPGP
Hammasini ko'rsatish...
Garee Nagayaa /Peace Group

Prepared by seyfedin Ebrahim

#Dubrummaa.....🙈 (Rabbiin haqarraa hin saalfatu) ✍ Shamarran dubrummaan jiran fuudhuu fi gursummeettii fuudhuu keessa garaagarumman gidduu jiru maali_? 1) Isheen jaarsa jalqabaa sana malee hin jaalattu... jaalalli jabaan kan jalqabarratti jaalatan sana...! 2) Abbaan manaa ishees akka malee ishee jaalata, irraa hin dheessu,... Adaamatti ilmi namaa waan tokko keessatti durfamuu hin jaalatu... Nyaata tokko irraa nyaatanii osoo siif kennanii, qalbiin tee hagam fudhatt!? 3) Tan dubrummaan heerumte, amala abbaan manaa ishee qabu hundaa almost ni fudhatti, namni isheen jalqaba bartes, namni isheen itti boohartes isuma waan taheef... Tan yaalii gootee argite garuu, Amala kan duraa irraa baratte sana kanarraa yoo dhabde hin jaalattu....!! 4) Tan dubrummaan jirtu sanatu gursummeettii caala Abbaa manaa ishee jaalata.... 5) Rabbiinis warroota dubrummaan jiran qur'aana keessatti faarsee jira... 6) Garaan ishees hin faalamne qulqulluudha... 7) Ajriinis kan dubraattu irra caala... 8) Ergamaan Aalamaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) Maaliif tan Durbummaa qabdu, tan taphattee si taphachiistu hin fuune jedhaniin Jaabiriin (Radiyallaahu anhumaa)... 9) Dubartiin dubrummaan jirtu homa xiqqotu ishee gammachiisas... Tan mana hedduu baratte... ka duraa Suni bar akkana naa tahaa jetti... 10) Kabajaa fi ulfinni isheen siif qabdus.....dachaa gursummeettiiti.... Share our link 🖇️ 👇 https://t.me/GNPGP
Hammasini ko'rsatish...
Garee Nagayaa /Peace Group

Prepared by seyfedin Ebrahim

▶️ Sunnaa guyyaa jumaa irraa ➊ ﺍﻟﻐﺴﻞ ➋ ﺍﻟﻄﻴﺐ ➌ ﺍﻟﺴﻮﺍﻙ ➍ ﻟﺒﺲ ﺍﻟﺠﻤﻴﻞ ➎ ﻗﺮﺍﺀﺓ ﺳﻮﺭﺓ ﺍﻟﻜﻬﻒ ➏ ﺍﻟﺘﺒﻜﻴﺮ ﻟﺼﻼﺓ ﺍﻟﺠﻤﻌﺔ ➐ ﺍﻹﻛﺜﺎﺭ ﻣﻦ ﺍﻟﺪﻋﺎﺀ ﻭﺍﻟﺼﻼﺓ ﻋﻠﻰ ﺍﻟﻨﺒﻲ 1 Qaama dhiqachuu 2 Shittoo(waan urgaa'u) fayyadamuu dhiiraaf 3 Siwaaka(rigaa) fayyadamuu 4 Uffata gaarii uffachuu 5 Suuraa kahfii qara'uu 6 Salaata jumaatiif bariisifachuu 7 Nabiyyii (S.A.W) irratti salawaata baay'isuu (( ﻗَﺎﻝَ ﺭَﺳُﻮﻝَ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﷺ ﻣﻦ ﻗﺮﺃ ﺳﻮﺭﺓَ ﺍﻟﻜﻬﻒِ ﻓﻲ ﻳﻮﻡِ ﺍﻟﺠﻤﻌﺔِ ,ﺃﺿﺎﺀ ﻟﻪ ﻣﻦ ﺍﻟﻨﻮﺭِ ﻣﺎ ﺑﻴﻦ ﺍﻟﺠﻤُﻌﺘَﻴﻦ )) Ergamaan rabbii (S.A.W)  akkana jedhan namni guyyaa jum'aadhaa suuraa kahfii qara'e jumaa lamaan jidduutti rabbiin ifaa isaaf taasisa ♥️❣️ Join 😋♥️ https://t.me/GNPGP
Hammasini ko'rsatish...
Garee Nagayaa /Peace Group

Prepared by seyfedin Ebrahim

Keeyrii Zul-Hijjaa keessaa Kutaa #2ffaa .. 26) Salaata towbaa salaatuu, 27) Raka'aa lamaan wuduu'a booda salaatuu, 28)Nasihaa ykn dhaamsa gaggaarii waliif dabarsuu... 29) Wallaalaa waa barsiisuu, 30) Gaarittii Wal ajajuu hamtuu irraa wal seeruuf, 31) Miidhamaadhaaf tumsuu, 32) ija gadi qabachuu, 33) Obboleewwan Rabbiif jecha wwal jaalattuun ziyaaruu, 34) Salaata Janaazaa deemuu, 35) Dhibamaa gaafachuu, 36) Yaamicha siif godhame awwaachuu, 37) Nama yaada keessa jiru tokko booharsuun, 38) Salaatarraa baatee... hanga salaanni gahuuf teessee eeggachuu, 39) Masjida deemtee halaqaata Ilmiidhaa dhageeffachuu, 40) Ulmaa'ii kabajuun, 42) Islaamummaa keessatti namoota waan islaamummaa nama shakkisiisaa fidan irratti deebii gahaa laachuu.... 43) Sunnaa Rasuulaa facaasuu, 44) Kennaa adda addaa waliif kennuun Wal gammachiisuu 45) Fuula Rabbiitiif jecha obboleessa muslimaa tokko deemtee harka fuudhuu... 46)Manguddoo kabajuun... 47) Deyni ykn Idaa namarraa kafaluu... 48) Mallaqa nama haajaa qabuuf, namaaf liqeessuun..., 49) Nama mallaqa liqeessiteefii siif kafaluu dadhabee yeroo kennitee eeggachuun, 50) Idaa nama irraa qabdu tokko, dhiisuufiis baattu hamma wahii qarqaaruu.... 51 ..#Itti_fufa.... Share godhaa👇 https://t.me/GNPGP
Hammasini ko'rsatish...
Garee Nagayaa /Peace Group

Prepared by seyfedin Ebrahim

Keeyrii Zul-Hijjaa keessaa Kutaa #3ffaa 51) Namoota Idaan irra jiru deeggarsi akka godhamuuf kallattii hundaan tattaaffii taasisuu, 52)Manguddummaa teessee namoota Wal dhaban gidduu seentee araarsuu... 53) Nama Sheenaweef Irra dabruu, 54) Azaa fi wantoota nama miidhan karaa irraa kaasuu, 55) Bittaa fi gurgurtaa keessatti walitti laaffisuu, 56) Muslima sattaruu ykn hirdhinna isaa isaaf dhoksuu, 57) Yatiimaaf uf qabuu, 58) Dubartoota Abbaa manaa hin qabne too'achuu, 59) Masjida ijaaruun, 60) Keeyrii irratti wal qajeelcuu, 61) Kitaabota adda addaa maxxansuu, 62) Social Mediadhaan keeyrii faffacaasuu, 63) Gorsuu fi gorsa adda addaa dhageeffachuu... 64) Hiyyeessaaf hoolaa Udhiyyaa erguu, 65) Fuudhuu fi fuudhaa fi heeruma irratti wal qarqaaruu, 66) Namoota Wal dhaban gidduu seentee walitti araarsuu, 67) Namoota gaggaarii wajjiin ooluun... 68) Waqfii kennachuun, 69) Hajjii qulqulluu hajjuu, 70) Irra waliif dabruu, 71) Rabbiif jecha Wal jaalachuu, 72) Nama waa dalagu tokko qarqaaruun, ykn tola ooltummaa dalaguun. Bilisaan akkaataa namni waa itti dalagatee jiraachuu danda'u nama barsiisuun. 73) Wal gammachiisuun, 74) Wal yaamanii nyaata Wal affeeruun, 75) Wuduu'a keenya sirritti too'achuun keeyrii hedduu saamachuu ni dandeenya.... 76) #Itti_fufa.... Share gochuun ajrii saamadhaa👇 https://t.me/GNPGP
Hammasini ko'rsatish...
Garee Nagayaa /Peace Group

Prepared by seyfedin Ebrahim

✍ #Zul-Hijjaa keessa keeyrii armaan gadii saamachuu dandeessu. Keeyrii 50 ol dalagachu ni dandeessa:👇 1) Salaata fardii irratti jajjabaachuu, 2) Soomana Sunnaa fi gaafa guyyaa Arafaa soomuu, 3) Laa ilaaha illalllaah, Subhaanallaah, walhamdulillaah, Wallaahu Akbaru jechuun zikrii hessummeessuu, 4) Azaana irratti mu'azzina Jala deemuun deebii kennuu, 5) Istigfaaraa fi Du'aa'ii hessummeessuu, 6) Salawaata Ergamaa Aalamaa irratti buusuu (Sallallaahu aleyhi wasallam) 7) Qur'aana qara'uu; qur'aana xiinxalluu; qur'aana waliif eeguu fi Wal barsiisuun keeyrii saamachuu... 8) Towbaa heddummeessuu..., 9) Haadhaa fi Abbaa keenyatti tola ooluu.... 10) Rahimaa fi firoottan keenya sufachuu ykn jajjabeeffachuu... 11) Hiriyyoottan haadhaa fi Abbaa keenyaa bira deemnee jajjabeessuun.... 12) Keessummaa mana Kee dhufte keessummeessuu fi yeroo inni manatti galu kabaja isaaf malu isaaf godhuun ajrii saamachuu... 13) Ollaatti tola ooluu... 14) Salaama facaasuudhaan ajrii saamachuu... 15) Beelahaa fi rakkataa nyaata nyaachisuun..., 16) Dubbii gaarii dubbachuun sadaqaadha... 17) Salaata leylii ykn halkanii irratti jajjabaachuu.... 18) Sunnaa waajiba Jala deemtu hundaa dhiisuu dhabnee... too'achuun... 19) Salaata duhaa salaatuu... 20) Azkaara ganamaa fi galgalaa irratti jabaachuu.... 21) Xahaaraa irratti rafuu... 22) Azkaara bakka gara garaatti qara'amu hundaa yeroo hunda qara'uu... 23) Jum'aaf dhiqachuu; urgeeffachuu; ganamaan gara Masjidaa deemuu; Imaamatti dhihaattee saffaa duraa irratti salaatuu... Qaawwa cufuun iddoo duwwaa hanbisuu dhabuu; saffii guutuu... 24) Seeqachuu.... 25) Addunyaa tana gubbatti uumaawwan Rabbiin uume xiinxalluu.... 26) #itti_fufa.... hanga 50.... yoo jaalattan Share godhaa👇 https://t.me/GNPGP
Hammasini ko'rsatish...
Garee Nagayaa /Peace Group

Prepared by seyfedin Ebrahim

💎عن أَبي هريرة رضي الله عنه عن النَّبيّ ﷺ قَالَ: ((لاَ يَسْتُرُ عَبْدٌ عَبْدًا في الدُّنْيَا إلاَّ سَتَرَهُ اللهُ يَوْمَ القِيَامَةِ)). 📚رواه مسلم.
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.