cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

MusaAbubeker

Channel kanaan, ๐Ÿ‘‰barruuwwan barsiisoo ๐Ÿ‘‰ Ergawwaan hayyootaa(qoutes) ๐Ÿ‘‰Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) ๐Ÿ‘‰Gorsa(advice) ๐Ÿ‘‰Carraawwan hojii(job opportunity) ni argattu ๐Ÿ‘‰Karaalee milkaa'inaa(ways of success) https://t.me/atobsa

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 549
Obunachilar
-324 soatlar
-127 kunlar
+1430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
03:41
Video unavailableShow in Telegram
The best business of 21th century is Network marketing @Obsaa1204
Hammasini ko'rsatish...
7.08 MB
Photo unavailableShow in Telegram
#Isa:Namni kun maaliif waakkataa? Anoo mindaan koo na gaheetuman jiraadhaa. #Ana :dhugaamoo? #isa:dhuguma an baay'ee cinqii kana hin qabu. #Ana:Basic needs warra jedhaman;Mana,Konkolaataa,uffataa fi kanneen biroo immoo warroota akka maatii kee gargaaruu,dhaabbata bor galii itti fufaa sif fidu dhaabuu faa qabdaa? #isa: hin hasoofteega amma๐Ÿ˜ Manni kiraadha Konkolaataa Zariin kooyyuu hin qaban Nyaata agabuu hin bullu galata shuroo Maatii gargaaruummoo aniyyuu gargaarsa isaanii nan barbaada! #Ana : Akkas taanaan mindaatu na gahe jechuu keerra waanti ani barbaadu hin jiru ykn Abjuun koo waanuma xixiqqaa mindaan guutumtu yoo jette gaariidha. Addunyaa kanarra iyyeessa kan jedhamu namaย  Abjuu fi Mul'ata hin qabneedha.
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ™ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Biizinaasii jeechuun maalii.? Namni tokko, matii tokko madda galii godhate, hojatee, ifaajaafi, humna isiin of jirachuu hundii biizinaasii jedhamaa. Karaalee Galii Ittiin Argannu Afran 1. ๐Ÿ… ๐Ÿ…๐Ÿ…’๐Ÿ…๐Ÿ…ก๐Ÿ…ก๐Ÿ…˜๐Ÿ…˜ Qaama ta'e wayiif qacaramtee mindaan siif kanfalama. ๐Ÿ‘‰ Bilisummaa yeroo hin qabdu! ๐Ÿ‘‰ Bilisummaa maallaqaa hin qabdu! ๐Ÿ‘‰ Birriidhaaf hojjetta! ๐Ÿ‘‰ Abjuu kee hin jiraattu! ๐Ÿ‘‰ Kisaaraa (risk) sodaatta! ๐Ÿ‘‰ Galii kee baasii xixiqqootti fixxa! 2. ๐Ÿ…ž๐Ÿ…• ๐Ÿ… ๐Ÿ…๐Ÿ…’๐Ÿ…๐Ÿ…ก๐Ÿ…ค๐Ÿ…ค Biisinasii dhuunfaa keetii xiqqoo qabda, ofumaaf hojjetta. Amaloota qacaramaa hundaa ni qabda. 3. ๐Ÿ…๐Ÿ…‘๐Ÿ…‘๐Ÿ… ๐Ÿ…‘๐Ÿ…˜๐Ÿ…˜๐Ÿ…ข๐Ÿ…˜๐Ÿ…๐Ÿ…๐Ÿ…ข๐Ÿ…˜๐Ÿ…˜ Siistamaan ijaaruu irratti xiyyeeffatta! ๐Ÿ‘‰ Bilisummaa maallaqaa qabda! ๐Ÿ‘‰ Bilisummaa yeroo qabda! ๐Ÿ‘‰ Kisaaraa (risk) hin sodaattu! ๐Ÿ‘‰ Milkaa'ina turee dhufu, kan addaan hin cinnetti amanta! ๐Ÿ‘‰ Ga'eesssummaadhaan dureessa taatee soorama baata! 4. ๐Ÿ…˜๐Ÿ…๐Ÿ…ฅ๐Ÿ…”๐Ÿ…ข๐Ÿ…ฃ๐Ÿ…๐Ÿ…ก๐Ÿ… Maallaqa qabda, siistema ijaarame bitta. ๐Ÿ‘‰ Bilisummaa maallaqaa qabda! ๐Ÿ‘‰ Bilisummaa yeroo qabda! ๐Ÿ‘‰ Daftee soorama baata! Ati kamii ta'uu feeta? Amma hoo eessa jirta? Siif biizinaasii Maali..?
Hammasini ko'rsatish...
Waan hinbeekne, hinbeekuun beekumsa!
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 2
Namoonni maal nan jedhu...? #Dhugaan ati beekuu qabdu, yeroo ati waan haaraa eegaltu, namni si deeggaru muraasa yookiin dhabamuu danda'a. Wanti kun hin fayyaduu, ni ulfaataa, miidhaa qaba, karaan kun sirrii miti, siif hin milkaa'u jedhanii sitti iyyu. #Sababni isaa ofiif #sammuu waan ati hojjechuuf kaate hojiitti hiikuu miti yaada isaayyuu hin qabani. Inumaayyuu akka ofiitti waan si ilaalaniif waan isaaniif hin danda'amneef atillee waan hin dandeenye isaanitti fakkaata.
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 8
โœ…Kaleessa keessan waliin araaramaa! โžก๏ธKaleessa waanti baay'een si mudatee Jira ta'a, har'a garuu wanti hundinuu darbee as geesse, har'a boqonnaan haaraan siif banameera. Kan guyyaa har'aa arguu dadhabe heddudha. โžก๏ธGaruu ammas waan kaleessa ta'e komachaa jirta taanaan har'a qofa osoo hin taane, boruu kees balleessaa jirta. #Yeroo gaarii isiniif hawwin
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 4
Photo unavailableShow in Telegram
Being Rich is hard Good Mooring..? Being poor is hard Choose your hard @Obsaa1204
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
โœ…Sababa qabaadhu! โžก๏ธHundi keenya sababa jiraachuu keenyaa hanga beeknutti humna keenya guutuu hin fayyadamnu.  Kanaaf warri kaan dadhabina keenya arganii dadhaboo ykn nama dhimma hin qabne nun jedhu. โžก๏ธHiriyaa koo ati sababa jireenya keetii dagatteeti malee, ati nama kamiiyyuu gadi taatee miti. Obboleettii koo dandeettii ajaa'ibaa qabda, garuu sababa jiraattuuf beekuu qabda !  #Halkaan Gaarii isiniif hawwina! @Obsaa1204
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 5
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.