cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

HUNDAAF CANCALA KEEYRII.

♻️Kaayyoon garee Kanaa الدين النصيه Diin irratti waan gaarii(nasihaa)Waliif dhaamuudha. Qophiileen keenya...👇👇👇 1.Gorsa gaggaarii, 2.Seenaalee Sahaabotaa,seenaa Garagaraa 3.Gaaffii Fi Deebii adda addaa Kan isiniif dhiyyeessudha. @Hundaafkeeyri11_bot

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
358
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-27 kunlar
-530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

አብሁረይራ እንዳስተላለፈው ነብዩ(ሰዐወ )እንዲህ አሉ የትንሳኤ ቀን ነብዮ ኢብራሒም(ዐሰወ ) አባቱን  አዘር ፊቱ ጠቁሮ አቧራ ለብሶ ያገኘዋል. ነብዮ አብራሀም   ተው ጥሪየን  ስማ  ምክሬን ተቀበለኘ አላልኩሁም ነበር  ይለዋል. አባቱም    ዛሬ እሰማሀለው  ይለዋል. አብራሀምም ይላል ጌታይ ሆይ በትንሳኤ ቀን እንማታሳፍረኝ  እንደማላዝን ቃል ገብተህልኘ ነበር ታዲያ ከአባቴ መረገምና መዋረድ የበለጠ የሚያሳዝነኝና የሚያዋርደኘ የበለጠ ምን ነገር አለ ይለዋል. አላህም ይለዋል እኔ ገነትን #ለካህዲያን እርም አድርጊያታለሁ. ከዛም እንዲህ ይባላል አብራሀም ሆይ ወደ እግር ስር ተመልከት  ይባላል ሲመለከትም በደም የተነከረ ወንድ ጅብ የመሰለ እንስሳ ይመለከታል  ይህም  እስሳ በእግሩ ተጠልጥሎ ወደ ሲኦል ይወረወራል. ብኻሪ 4/3350 አብረሀም ደግጦ  ይቀራል ጥያቄውን ይተዋል ተመልከቱ #የሽርክ አስከፊነት ወደምን እንደቀየረው እከሌ #ያማልዱኛል ያቃርቡኛል የምትል የአላህ  ወዳጅ የሆነው  ኢብራሂም   እንኳን  አባቱን  ማዳን አልቻለም.
Hammasini ko'rsatish...
00:45
Video unavailableShow in Telegram
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Hammasini ko'rsatish...
4.88 MB
Dhiira takka haga feete khaddamtullee yoo ta inni onnee isaa kheessaa qabu sun si tahuu baatte inuman sin galateeffatu Dhiira isii hin feeneef jaartii tahuuf tattaafatuu caalaa wanni dubartii qalbii cabsu hin jirtu. Tanaafuu hariiroo hin jirre kunuunsuu fi walitti hidhata jiraatun hin malin uumuuf tattaafatuu ofirraa dhiisi Dhugaan jirtu yeroo dhiirti dhugaa ykn dubartiin dhugaa takka jireenya khee kheessa dhufte ykn seente hariiroo fi wal dhageettin uumamumaan isaan jiddutti biqilti Namni dhugaa tokko hoggaa jireenya khee kheessa dhufe nama san biratti gatii qabda ni khabajamtasi Dhiirti hedduun yaada isaanii qofaaf amanamoodha. Jechuun jaalala onnee isaanii kheessa jirtu san qofatti amanan jechuu fedheeti. Ta oonnee isaa kheessa jirtu sun yoo si tahuu baatte ati isa biraa bakka hin qabdu maquma jaartii isaa ja'amu san ba'attee deemunii malee. Tanaaf dubartii yaada isaanii kheessa hin jirre yoo fuudhan haga feete isiin jaartii gaarii isaaf tahuuf tattaafattus tattaaffiin isii isaan biratti khabajaa fi galata hin argattu Tanaafuu dubartoonni bultiidha jettanii kha agartan hundatti nikah hidhattanii booda hiraaruu/cinqamuu osoo hin taane dhiira jalqabumarraahuu sharafa kheessan beeytee isiniin boontu laalladhaa. Ta isin qabaatun isaan gammachiistu laalladhaa Jaalala dhugaa ta walitti dhaabbattuu taate argatuutu isiniin mala. Tanaafuu dhiira yeroof isin shawwaddee hoggaa harkaan isin gahatte isinitti garagaltu ifirraa eegaa.🙏 @dubartiimuslimaa 🥰🥰
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Suuraan kun Qur’aana gadaa Sahaabticha guddaa Usmaan Bin Affaan (Radiyallaahu Anhu) keessa barreeffameeti. Hambaa seenaa makkaa Gaara Jabalannuur yeroo daawwadhetti kaasee dha.
Hammasini ko'rsatish...
ፍቅር ማለት..! ❤️‍🩹 የአላህ መልክተኛ "ረሱል ﷺ አዒሻ ሆይ ዓይንን እንቅልፍ ይወስደዋል ልቤ ግን ባንቺ ፍቅር አይተኛም እንዳሉት ነው 🥹 ከወደዱን በ REACTION ያበረታቱን! 🤍🫀
Hammasini ko'rsatish...
00:48
Video unavailableShow in Telegram
🎧❤️
Hammasini ko'rsatish...
1.38 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Dhiira Ajaa'ibaa! Daa'iin beekkamaan Ustaaz Xaaliburidallah Hussen (Abdurahmaan Hussein) naannoo Sidaamaa guutuu Islaameessaa Jira. Guyyaa arraa qofa naannoo tanatti paastara waldaa 37 ol hogganu dabalatee Nama 348 Akka gara Islaamummaa dhufaniif Sababa taheera. Islaamummaa keessatti gaala qaqqaalii kudhan sadaqachuurra Namni 1 Sababa keetiin qaceeluutu caala. Ustaazni kuni garuu biyya guutuu qacheelchuuf Sababa tahaa Jira. Rabbi Isahaa tiiysu!
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Harka isaarratti namoota hedduutu amantii isalaamaa seene.....Sochii isaa tana gufachiisuf hidhan eega mana hidhaa seene namoota 30 oltu harka isaa irratti islaamawe ‼ Obbolessa keenya kana maqaan isaa Bilaal Maydoo Ja'ama........Nama Haarawa Islaamaa tahee gosa Hamar ja'amtu tan kibba Itiyoopiyaa kessatti argamu kessaa bahe‼ Sabni Hamar kun irra guddaan isaanii Uffata hin uffatan warra amantiin Islaama hin dhaqqabin kessaa turan Rabbiin gurbaa kana sababa godhee namoota hedduutu gama Islaamaa dhufe ‼ Sochii Isaa kana laalanii da'awaa isaa qancarsuuf isa hidhan.... Inni da'awaa isaa hin dhaabne mana hidhaa kessatti Namoota 30 eega mana hidhaa seena harka isaarratti gara islaamaa dhufan...... Islaamni tuqan ni guddata jechuun hoggaa hojiin mullatu ‼ FatiiAhmed @DrZakirNaikAfaanOromoo
Hammasini ko'rsatish...
✍ Tola Rabbiin sitti ooleen boonuu fi irraa haasahuun garaagarumma guddaa qaba. 🍂🍂🍂🍂 🗣 Tola Rabbiin sitti oolerraa/si qananiiserraa haasahuu jechuun: ☘ Haalaa fi amala Rabbii tola sitti oolee sanirraa dubbataa jirta, ☘ Arjummaa fi badhaadhinna Rabbii keetirraa dubbachaa jirta, ☘ Muldhistee, ol baastee dubbachuun Rabbii kee faarfataa jirta....!, ☘ Rabbii kankee qananii isaa haasahuun galateeffataa jirta, ☘ Tola Rabbiin itti oole hawaasa keessa facaasaa jira, ☘ Kaayyoon isaa sifaata Rabbii muldhisuudha.., ☘ Rabbiin faarfatee, akka ilmi namaa Rabbiin malee nama biroo hin kajeelleef hamilee namatti horuu uf keessaa qaba. ✍ Waan Rabbiin ittiin si qananiise irraa haasahuun: ☘ Rabbiin qofarraa waa barbaaduu, ☘ Jaalala Rabbii horachuu, ☘ Rabbiin kajeeluu fi akka isarratti irkatanii fi isa qofa kajeelaniif namoota kakaasuu uf keessaa qaba... ✍ Ittiin boonuu jechuun: 🌷 Namarrattiin ittiin uf dhaaduun, 🌷 Jabeenyaa fi qabeenya kee muldhifachuu, 🌷Morma namaatiin yaabbatanii, qalbii namaa ittiin gabroomfatuuf, 🌷 Ittiin boonuu fi nama tuffachuu.... #Ibnul-qayyim (Rahimahullaah) Kitaaba Ruuh jedhamu keessatti dubbatan... 🖋 @Ibroo keessan.... Yoo isinitti toleef share godhaa👇 https://t.me/tafak_or
Hammasini ko'rsatish...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

#Booddee_Abii_lahab ✍Dhukkuba Saffisaan daddarbu maqaan isaatis Adasaa jedhamuun qabame; Gaafa kana Abuu lahab Ijoollee dhiiraa lama (UTBAA FI UTEYBAA) qaba... ✍Sanabooda Guyyaan isaa gahee jennaan dhukkubuma kanaan Du'e; Eega du'ee booda Namni tokkochi Isatti dhihaatuu jibbee guyyaa 3'f Reeffi Isaa Bulee Foolii (shururkaa) badaa kennuu jalqabee jennaan warri biyyaa [qureysha] Ilmaan isaatiin akkas jedhaniin... ✍.."Abbaa keessan maaliif hin Awwaalinaa hamma Foooliin isaa akkanatti ajaayuu maal Eegdan jedhaniin" ijjoolleen Akkas jechuun deebiste"Nuti dhukkuba Isa qaba kana nutti dabraa waan sodaannuuf Itti dhihaatuu hin dandeenne"..jedhaniin ✍Sanabooda waan godhan dhabd anii jennaan Abbaa isaanii [ABII LAHABIIN ] Reeffa isaa fuudhanii Naannoo Makkaatti gadi baasuudhaan Dhagaatti ergikisanii Dhagaadhaan cafaqanii Daaraa bubbueen fuute godhanii biraa deebi'an...... سبحان الله ✍Kanaafuu xiqqaatuu guddatus Warra Dhiiga Ummata islaamaa dhugaa jiru karaan isaaniis kanuma.... #JOIN_US @quwwatulislaam
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.