cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Robsan🥀ko

👍channel keenya jalatti Jechoota jaalala 🥀 Jechoota kaka'umsa Jechoota hayyoota ✅ Ni argatu 👋 Nu qunnamuf 🙏 Join 👇👇👇👇👇 https://t.me/Robsan_ko https://t.me/Robsan_ko Nuqunnamuuf @Robsan_ko tiktok.com/@robsan_ko15 https://www.youtube

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
464
Obunachilar
+124 soatlar
+37 kunlar
+2330 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Jireenya Dhuunfaa Keessan Dhuunfaa Taasifadhaa. 1. Gaa'ela gammachuu keessan miidiyaa hawaasaa irratti hin beeksisinaa 2. Bu'aa ba'ii ijoollee keessanii Social media irratti hin beeksisinaa 3. Bittaa qaaliin keessan miidiyaa hawaasaa irratti hin beeksisinaa Dhugaan jiru... 1. Namni hundi siif gammaduuf hin deemu 2. Yaadonni "Nice" isin argattan irra caalaan isaanii sobaa qofa 3. Ija hamaa siifi maatii kee irratti qofa harkifta 4. Jireenya kee keessatti namoota hinaaffaa qaban hawwataa jirta 5. Suuraa keessan eenyu akka save godhee update keessan check godhu hin beektu 6. Dhuguma kana dhaabuun si barbaachisa sababiin isaas jireenya kee, maatii kee, gaa'ela kee fi hojii kee balleessuu danda'a. Social Media jechuun seexanaa ija, gurraa fi afaan, kiyyoo seexanaa keessa hin kufin. Jireenyi dhuunfaa kee dhuunfaatti haa hafu.
Hammasini ko'rsatish...
1
Dubartoonni mootii hin barbaadan garuu dhiirri guyyaa jalqabaa kaasee hanga guyyaa dhumaatti akkasuma akka ta'u barbaadu.❤️
Hammasini ko'rsatish...
1
jireenyi sirraa na fageessus yaada kee numaan baha insha allah ummii hayaatii..♡ @Robsan_ko @Robsan_ko
Hammasini ko'rsatish...
1
⭐️ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇 ⭐️ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇 https://t.me/major/start?startapp=1465066407 Source: Abdisa Bancha Jara
Hammasini ko'rsatish...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

https://t.me/major/start?startapp=1465066407 👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major
Hammasini ko'rsatish...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=iJsmDA 🎁 +100k Yescoins as a first-time gift 🎁 🎁 🎁 +500k Yescoins if you have Telegram Premium
Hammasini ko'rsatish...
Yescoin

Yes, It is…

guyyaan koo hangamile hamaa ta'us yeroon siyaadadhu nin dagadha my 🖤
Hammasini ko'rsatish...
1
Maal naan jedhan utuu hin taane maalan jedhe jechuu irratti xiyyeefadhu Atti yeroo hunda 💎
Hammasini ko'rsatish...
4
Wontin miidhagaan addunyaa kanaa nama dhugaan jaallatan argachuudha.😑
Hammasini ko'rsatish...
2
Jaalala fi gammachuun akka jiraanu kan nu taasise amanamumma fi waliif yaaduudha. mootii Jalalaa my❤️
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.