cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Jama'aa Barattoota KBB Roobee Bara 2014

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
216
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
#Salaata Salaata Jabeessi Salaanni Rizqii Siif Argamsiisa •••••••••••••••••••••••••••••••• ☞ Salaanni: fayyaa kee siif tiysa ☞ Salaanni: azaa sirraa deebisti ☞ Salaanni:dhukkuba sirraa deebisti.. ☞ Salaanni: qalbii si jabeeysiti.. ☞ Salaanni: fuula si ibsiti.. ☞ Salaanni: gammachuu siif kanniti. ☞ Salaanni: hifannaa sirraa deemsifti. ☞ Salaanni: nashaaxa qaamaa siif kanniti.. ☞ Salaanni: dhihana ruuhiiti ☞ Salaanni: ni'imaa Rabbii sirratti tiksa.. ☞ Salaanni: dallansuu Rabbii sirraa deebisti ☞ Salaanni: qalbii siif ibsiti.. ☞ Salaanni: sheyxaanarra si fageeysiti.. ☞ Salaanni: Rabbitti si dhiheeysa.. ☞ Salaanni: barakaa siif argamsiiftuu dha..... .... jecha Imaam ibnul qayyim..... ☞ YAA RABBI NAMA SALAATEE HIN BEEYNE HUNDAAF SALAATA LAAFFISI.. ☞ YAA RABBI KANA SALAATUFIS QEEBALAMA ARGAMSIISI ☞ YAA RABBI SALAATA DUNIYAA KESSATTI TASGABBII AAKHIRATTI MILKIIN NU BADHAASI...............AAAAMIIIIIN.....
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Fursaan Media
Ajaa'iba!! #Gervonta_Tank_Davis jedhama.dhalataa biyya #Ameerikaati boonyoi cimaa addunyaa tanaa keessaa tokko, yeroo 29 fight godhee yeroo 29 injifannoon nama gale irraayi.fight godhe keessatti moo'atamee hin beeku karaan dhugaa kami?jedhee barbaaduu eegale.dhuma irratti qorannoo yeroo dheeraan booda karaan #islaamummaan amantiilee jiran keessaa karaa sirrii tahuu hubatee islaamummaa fudhatee jira Rabbiin abbaa ofii fedhe qajeelcha.gubbaa namaa ilaaltee namni kuni hin qajeelu hin jedhin akka ilaalcha keennaatti namoota akkanaa taatoon qaama ofii balleessan kanniin yeroo ilaallu islaamummaa waan fudhatan tasuma nutti hin fakkaatu Rabbiin biratti wanti hunduu salphaadha.kanaaf nama daandii sirrii irra hin jirre tokko jibbuu abaaruu osoo hin taane qajeeluma kadhachuufiin bareeda ani oduun Booksanyaan kuni islaamummaa fudhate jedhu hangam dhugaa jedhee laalee ture.garuu odeeffannoo sirrii tahuu hubadhee maxxanse Rabbiin irratti sabaata haa kennuufi jenna ©Hamzaa Takluu @Fursaan_media
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
“Gochi beekumsa malee hoongoodha. Beekumsis gocha malee firi-dhabaadha.” (Abuu Bakar As-Siddiiq /RadiyaAllahu anhu)
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Fursaan Media
Yakki lama adabbiin isaanii addunyuma irratti ariifata, Isaanis:-Zulmii (Nama miiidhuu) fii haadhaaf abbaatti jallachuudha. [Rasuul ﷺ] ©Gaalii Abbaa boor
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
السلام عليکم ورحمت الله 1⃣.Eessa Akka dhuftee fi eessatti Akka Deema jirtu Of gaafadhu. 2⃣.Barnoota Diin Keeti Xiqqoollee Taatu Baradhu. 3⃣.Haqaa fi Baaxila Ragaadhaan Adda baafadhu. 4⃣Yeroo Miijaaaa hin eeggatin Yeruma Kana furadhu Miijjeffadhu! 5⃣.Waan Darbe irraanfadhu garu irraa baradhuu! 6⃣.Wanti of duuba sideebisuu ilaalcha Mataa keetitti! Sirreeffadhuu. 7⃣ .Miirakee Tooadhu male hin garboominif! 8⃣.Jiruun kun Akka bishaan garbaati: inni yoomillee hin tasgabbaau sumatu Akkaata itti Daakan Baratuu qaba. 9⃣.Namni Tokko yoo ´´hin dandeessu` siin jedhe Hamma isaa sitti Agarsiise male kankee miti. 🔟.Dhaamsikoo hanganuma xiqqaatus Fudhadhu. 💟 Hiriyoota keetif Qoodu hin dagatin. ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Gorsa akka Qorsaa👇👇👇👇 ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅ Hasanal Basriin (Rahimahullaahu) Gaafataman... Duniyaa tana irratti maaltu akkas tasgabbaa'aa si taasise? Jedhaman ◆ Rizqii kiyya akka namni kamiinuu na jalaa fudhachuu hin dandeenne hubadhe...Onneen kiyya naaf tasgabbaa'e. ◆ Dalagaa kiyya akka namni kamiinuu naaf hin dalagne hubadhee...Xiyyeeffannoo itti kennee dalage. ◆ Rabbiin akka na eegu beekee...Akka yakkaan nan adabneef of sodaadhe. ◆ Duuti akka na eegdu baree...Rabbiin wal gahuuf galaa kiyya guduunfadhe. Jedhan. ... Yaa Rabbi Nu Tasgabbeessi!.🤲🤲🤲🤲 Nama Galaa Qopheeffatu Nu Taasisi!.🤲 @T.me/Sammaan
Hammasini ko'rsatish...
Dawaa Qalbii

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai

1
📕 Warri Carrooman Namoota Sadi: 📍Nama Addunyaa odoo Isiin isa dhiiftee hin deemne dhiise. 📍Nama haadhaa fi abbatti tola oole odoo isaan hin du'in. 📍Nama Rabbii isaa jaalachiise odoo du'ee Isa hin qunnamin dura. 📞 Yaa Rabbi! Isaan akkasiirraa nu godhi❗️
Hammasini ko'rsatish...
As wr wb Obboleewwan koo Sagantaan jama'aa Sa'aatii 10 ykn Salaata Asrii irraa akka jiru walyaadachiisaa irratti hirmaadhaa koottaa diin waliin misoomsinaa!!
Hammasini ko'rsatish...
Nama sadii waan inni kadhate Rabbiin ni kennaaf 1.Nama sooma qabuu 2.Bulcha Haqaan nama bulchuu 3.Nama namni miidhe(dabsee)
Hammasini ko'rsatish...
Deemsa Gama Aakhiraa ••••••••••••••••••••••••• Duutii deemsa gama akhiiraa hundi keenya godhaa jirruuf sadarkaa lammaffaati. Islaamni Jiruun jalqabaa fii dhumaa duniyaa jechuu hin barsiisu. Jalqabni Biyyee irraa, eegas Abbaa fii haadharraa, eegasi biyyeetti deebi'a, eegas biyyaa kaafamee galata hojii isaa fudhata. ---Akka nu hundaaf galuuf deemsi keenya akkana--- *Durri Adunyaadha, Isiin tuni Oyruu bareedduudha, bakka itti facaafatanii. *Lammeeysoon Barzakhi: Isiin tuni girdoo duniyaa fii akhiiraa jidduu jirtu. Qabriidha. Facaafata duniyaa irratti namni tolfate qabritti asheeta isaa irraa xiqqo xiqqoon murataa, oyruu Isaa ta tolte halaalaa achi laalaa gammada. Qabriin akkasi. *Sadeeysoon: Akhiiraadha, guyyaa irraa boodaati, ganda xumuraati. Asitti oyruun akka gaarii bilchaattee namuu waan facaafate murata, omisha isaa asitti argata. Ganda kanatti namni oyruu Isaa duniyaatti tolche Jannata taati wanni inni muratu. Kan duniyaatti oyruu Isaa gaffeeyse, oyruu Isaa silaa qotee tolchuu qabu waan biraatiin balleeyse wanni inni muratu Ibidda. Wanni guyyaa irraa boodaa san hin jirre: Kan tolches daran tolchuu hin dandahu. Kan balleeyses deebi'ee hin tolchu. Lamaanu ni sheenawan: *Tokko osumaan silaa hangan duraan tolche caalaa halkanis kheeysaa galuu baadhee tolche jedhee sheenawa. *Tokko ammoo omishni Isaa ni hammaatee, wanni inni murate haalaan hamtuudhaa silaa takka carraa argate deebi'ee tolchuu qofaaf sheenawa. Gaaf san sheenaan nama hin fayyaddu. Rabbiin arra dalagachuu nuuf haa laaffisu. By: Abbaa Muhammad
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.