cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Galaa jireenyaa

Namni dogoogora sodaatu waan haaraa uumuu hin danda'u.

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
188
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Hiriyaa akkanaa yoo qabaatte Ati carra qabeessa Kan hin dagatamne Jaalala hiriyyummaa Daawwitii jireenyaa Mi'aayaa akka dammaa Fuulasaa ilaaltee Boqonnaa argatta Isa waliin oollaan Gammachuu sooratta :¨·.·¨:🌹  `·.  @Jaalala_qulqulluu ❤️
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Hadharra bor wayya Jennee yaannus nuti Daran itti hammaate Gaddaaf boo'ichi haadhotii Roorroon dhaabbatuu dhiisee Guyyaadhaan dabalama Ilmi haadha hiyyeessa Ammas ni wareegama Agarsiifadhee kolfee Dhoksaatti boo'ullee Inni kaleessa ture Kunoo jira Hadhallee Bifaan nama fakkaatee Kan keessi bineensaa Kan daguugaa oolu Ilmaan haadha hiyyeessaa Hadhas numa jira Kunoo numa keessa Rakkoon koo akka tulluu Mullatus fageenyatti Akka naaf hin birmanneef Dallaa dhaaban gidduutti Akkan hin iyyanneef Afaankoo lugaamanii Akkan hin baqanneef Miila na taakaalani Eegaa maal wayyaree Maal naan jettu yaa firaa Osomo isin jirtan Dhumnaaree hadaraa! Inni biraa nuun nahu Nuuntahu Inni firaa Dafaa nu qaqqabadhaa Dhumneerraa yaa firaa #Abduselam ěđřîš @A4mulaa_jireenyaa @A4mulaa_jireenyaa
Hammasini ko'rsatish...
M‌U‌L‌'A‌T‌A‌ Q‌A‌B‌A‌A‌D‌H‌U‌! M‌U‌L‌'A‌N‌N‌I‌...✍ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ⁃ Adeemsa sammuu ti. ⁃ Ta'uu dha malee taa'uu miti. ⁃ Boba'aa gaggeessaan tokko ittiin imaluu danda'uu dha. ⁃ Humna ittiin waan haaraa uumanii dha. ⁃ Kan namoonni gurguddoon addunyaa kanaa wareegamaniif dha. ⁃ Har'a caalaa fira borii ti. ⁃ Ija foonii caalaa fageessee arga. ⁃ Kutannoo fi ija jabina malee nama keessaa hin ba'u. ⁃ Haala amma keessa jirtu ganuu akka qabdu sitti hima. ⁃ Hojii tokko-shanee (garee) miti. ⁃ Ni tarkaanfata malee hin tiratu. ⁃ Wanta ati of harkaa qabdu irratti hin hundaa'u. ⁃ Biyya ati dhalatte irratti hin hundaa'u. 🔍🔍🔍🔍🔍🔍🔍🔍 "M‌U‌L‌'A‌T‌A‌ Q‌A‌B‌A‌A‌D‌H‌U‌!" #share and #join @oro_inspire @oro_inspire @oro_inspire @oro_inspire Yaadaaf👇👇™️™️✨👍 https://t.me/Oro inspire_Afan_Oromo_bot?start=r09415147420
Hammasini ko'rsatish...
Waan dharaaf waan hamaa Hundumti keenyaa beekna Kanatu rakkoo fide Hammeenyaan wal faalla
Hammasini ko'rsatish...
Fedhiin kutannoo hin qabne fedhii hawwii qofaati.fedhiin kamuu ifoomuuf ykn galma gahee mildhachuuf kutannoo fi aarsaa kafaluun nama irra jiraatu qaba. Galmi aarsaan malee gahamu hin jiruutii aarsaa si barbaachisu amumma kafali.
Hammasini ko'rsatish...
NU HIN FAYYADU HAA DHIIFNU !!! ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➲ Yoo wal fayyaduu dadhabne, wal miidhuu haa dhiifnu! ➲ Yoo waliif yaaduu dadhabne walitti yaaduu haa dhiifnu! ➲ Yoo Wajjin duuluu dadhabne walitti duuluu haa dhiifnu! ➲ Yoo walitti araarsuu dadhabne wal irratti kaasuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal eebbisuu dadhabne wal abaaruu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal jaalachuu dadhabne wal jibbuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal gammachiisuu dadhabne wal mufachiisuu haa dhiifnu! ➲ Yoo walitti siquu dadhabne wal irraa siquu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal jala deemuu dadhabne wal jalaa deemuu haa dhiifnu! ➲ Yoo dhugaa walitti himuu dadhabne wal sobuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal sirreessuu dadhabne wal jallisuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal amanuu dadhabne wal shakkuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wajjin qabsaa'uu dadhabne walitti qabsaa'uu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal jabeessuu dadhabne wal laaffisuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal gorsuu dadhabne wal dogoggorsuu haa dhiifnu! ➲ Yoo wal guddisuu dadhabne wal xiqqeessuu haa dhiifnu! Waan dubbiftaniif galatoomaa! Hiriyoota keessan biraan gahuuf share godhaa! Follow,LIKE,SHARE Join | Oro inspire Goal tips Join | Oro inspire Goal tips Join | Milkai'naa jireenyaa Galatooma wani dubbiftanif🌹🌹 Yeroo gaarii qabaadha! #share and #join @oro_inspire @oro_inspire @oro_inspire @oro_inspire https://t.me/joinchat/Bq1ntWduUpkwYmI0 https://t.me/joinchat/Bq1ntWduUpkwYmI0        #JOIN 👈☝️👉  #SHARE
Hammasini ko'rsatish...
🔱Oro inspire🔱 𝗚oal 𝗧ips🔍

❇️|Oromia Inspire| |Ethio|- |Afaan Oromo|❇️ ⚜Onnee milkaa'ina jireenyaa, #Kakauumsa #galma #milkaainaa qabuuf tattaaffatu uumuf gargaara.

https://t.me/joinchat/Bq1ntWduUpkwYmI0

https://t.me/joinchat/Bq1ntWduUpkwYml0

#Yadaf👇 @Gorsa_Yaadaaf_bot

Photo unavailableShow in Telegram
Dhukuba kolfaa!! Biyyaa Taanzaaniyaa keessatti baraa 1962 Weerara dhukkuba kolfaan manneen barnootaa 14 ol ta'an cufamani turan. Yeroo sanatti barattoonni weerara kanaan qabaman hojiin isaani kolfuu qofa turee...garuu dhukkuba jedhamee... Dhukkubaa kolfaan qabamuu kan barbaduu hin jiru?😜😜 @Diniqisiisoo @Dinqisiisoo @Dinqisisoo_bot
Hammasini ko'rsatish...
#Mee_Gorsa_Gabaabdu_Kana_Yaadatti_qabadha 💯Keessi kessaan gaafa dadhabu abdi kutachuu osoo hin taane, araagalfachuu baraa. 💯Namoonni isin dhiisani gaafa sookkan yaadaan isaanitti qabamuu dhiisaati, kophaa keessaaniiti yeroo ofiif kennu baraa. Yeroo ofiif kennu shakaalaa. 💯Keessa keessaanii miirri keessaan gaafa jeeqamuu, "Keessikoo yookaan miirrikoo maaf jeeqamee" jettanii yaaduun ittumaa caalchiiftani jeeqamuu osoo hin taanee, gad taa'un tasgaabbooftani ka'umsaafi furmaatasaa barbaadun argachu baraa. 💯Gaafa dogoggortaan ofii keessaan ceepha'un gaabbii waan darbeen hiidhaamani taa'u osoo hin taanee, ofii keessaniif dhiifamaa gochuun, haallicha yeroo sanarra irra immo barachuun ammas irra deddeebi'ani yaaluu danda'u baraa. 💯Namoonni isinin wal arguu keessatti gammado yoo ta'u baatan, isinis isaan irra addaan bahun gammaachuu mataa keessaani gammaaduu shakaala. 💯Haalootaan hin fudhaatamina! Haaloota hundumaa keessaa waan gaarii baasuu baraa! Baraa wanti kamu baraamu ni danda'aati!. Yeroo gaarii qabaadha! For more psychological advice please join us #share👇   @oro_inspire @oro_inspire @oro_inspire @oro_inspire @oro_inspire @oro_inspire
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
"Abdii hin kutatin carraa fuuldura kee jiruuf of qopheessi, Kufaatiin gulantaa milkaa'ina kee itti aanu waan taheef jabaadhu! Kufaatiin cimina sammuu keessanii hin ibsu karaa itti wantootni ittiin siif hojjechuu didan barta. ➨ Toomaas Ediisan namichi ibsaa elektiriikii uume yeroo 9,999 milkaa'uu dadhabe garuu yeroo gaafatamu ani hin kufne karaa ittin elektiriikiin ifu hin dandeenye 9,999 bare malee jedhe. ➨ Atihoo Abdii kutannaa keessaa baatee of jijjiruuf qophoofteettaa?? Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta. Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna" siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu. 💥share💥💥🔥 share    Share💯share💯 ✍ dabalataafJoin godhaa 👇👇👇👇👇 ▬ ▬ ▬ ▬ ▬ ▬ @forgiveMeallahKanaaTuquunMatiiTa @forgiveMeallahKanaaTuquunMatiiTa @forgiveMeallahKanaaTuquunMatiiTa          🔺JOIN🔺  💥JOIN💥           📌JOIN📌
Hammasini ko'rsatish...
Jireenya kee keessatti Yeeroo hundumaa sammuu moo'ataa qabaadhu. Namoonni moo'ichaa namoota mul'ata qaban qofaa miti, raawwii mul'ata isaaniif kan isaan deeggaru sammuu moo'ataas qabu! Sammuu moo'ichaa qabaachuu yoo baatte, mul'ata kee fiixaan baafachuu hin dandeessu. Akka nama sheekkoo haasa'uutti mul'ata kee namootaaf seenessaa hafta malee, Tarkaanfii barbaachisu fudhattee galmaan ga'achuu hin dandeessu. Hubadhu: sammuu moo'amaadhaan hojii moo'ichaa hojjechuu hin dandeessu. Dirree dorgommii kamuu seenuun mo'achuuf yaaluun gowwumaadha. Mo'achuu fi moo'amuun sammuu kee keessa jiru. Murteessaan filannoo keeti. Lachuu keessaa tokko filatta; akka filatte taatas. Namoonni hedduun mul'ata gurguddaa qabu, sammuu moo'ichaa garuu hin qaban. Rakkoo xiqqoof mo'amu. Waan amanuu qaban dhiisanii waan amanuu hin qabne amanu. Bu'aan isaahoo? Kufaatii guddaadha. Maddi Kitaaba Eebbisaa Baayisaa Daandii moo'atootaa jedhu irraa. Υєʀσσ Gααʀιι❤️      🔍🔍🔍🔍🔍🔍 #JOIN_AND_SHARE   👇👇👇👇👇👇👇 💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎 💎@oro_inspire @oro_inspire💎 💎@oro_inspire@oro_inspire 💎   💎@oro_inspire @oro_inspire 💎 💎@oro_inspire @oro_inspire 💎 💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎💎     🔺JOIN🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Hammasini ko'rsatish...