cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

FBC (Fana Broadcasting Corporate/Fana The Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu,

Fana Afaan oromo Kessaa Bekaa,fana the Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.የዚህ ቻናል አላማ ድምጽ ለሌላቸው ድምጽ መሆን፣ድብቅ አጀንዳዎችን ለህዝብ ማሳየት፣የህብረተሰቡን ሸክም ማጋለጥ እና ለፍትሃዊ እኩልነት ሚዛናዊ መሆን ነው። ለበለጠ Info ከእኛ ጋር ይቀላቀሉን።Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu dha

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
6 028
Obunachilar
+6224 soatlar
+3647 kunlar
+1 45630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

#Of-eeggannoo_Qarree fi Qeerroof Biyya Thailand 🇹🇭 deemtanii hojii hojjettanii jireenya keessan fooyyeffachuuf namootni yaaddan odeeffannoo kana qalbeeffadhaa. Imbaasii Thailand 🇹🇭 Finfinnee jiruu fi daldaaltota Finfinnee keessatti bobba'anii jiraniin qeerroo fi qarreen Gaangistaroota biyya Thailand 🇹🇭 tti gurguramaa jiru.Hojii dhabaan yuuniversitiidhaa bahan qarshii kuma 50 maatii isaanii irraa fudhachuun daldalaaf kaffalanii viisaa imbaasiin Thailand 🇹🇭 Finfinnee jiru kenneefiin Xiyyaaraan imalu.Yeroo biyya Thailand 🇹🇭 buufata xiyyaaraa gahan Passport fi bilbilli isaanii irraa fuudhamee gara man-kuusaa guddaa bosonaan marfameetti geeffamu. Warri dhiiraa leenjii cyber attacks leenji'uun Hanna online irratti bobba'anii hojjetu.qajeelfama isaaniif kennamu hordofuu yoo baatan adabbii reebichaa fi hidhaa ulfaataan adabamu.. Shamarran ammoo leenjii walquunnamtii saalaa,akkaataa itti abbootii qabeenyaa goyoomsanii qarshii guddaa argamiisan leenjiin kennamaaf.leenjii erga xumuranii magaalaatti bobbaafamu.Bankok bakka daldaltootni addunyaa itti baayyatanii fi magaalota birootti bobba'anii hojii sagaagalummaa hojjetu.galiin argamsiisan namticha isaan bobbaasee fi qaama mootummaa biyyattii keessaa kan waliin hojjetaniif qoodama.Namoota nusaaxilu jedhanii shakkan nii ajjeesu.kanaaf dargaggootni Ardii Afirikaa irraa haala kanaan garasitti geeffaman lubbuu isaanii oolfachuuf waan ajejaman qofaa hojjetu.suusii nama adoochan dirqamaan fayyadamu. Murni PP odeeffannoo kana sirnaan quba qabu,garuu uummata nagaa ajjeesaa odoo jirtuu yakkoota biyya hambaa keessatti lammiilee keenya irra gahaa jiruuf niifalmiti jechuun waan yaadamu miti. Thailand 🇹🇭 Biyya daldala walquunnamtii saalaan 1ffaa taate namni miyoona 2 heyyama daldaala walquunnamtii saalaa baafatee gibira mootummaa biyyattiif kaffaluudha.Abbootiin qabeenyaa biyyoota addunyaa irraa garasitti imalan bakka qubsuma Hoteela qubataniitti dhamarree Suuraa fi viidiyoon dhihaateefi filatu.
Hammasini ko'rsatish...
Dhukkuba Onnee ''''''''''''''''''''''""""""""""""""""""" "Dhukkubni onnee yeroo baayyee namoota umriidhaan raagan irratti mul'ata." Keessattuu namoota furdina garmalee qaban, namoota tamboo xuuxan, namoota alkoolii dhuganii fi namoota dhiibbaa dhiigaa qaban irratti baayyinaan saaxilama. Dhukkubni onnee dhukkuba balaafamaa waan ta’eef of eeggannoo gochuun barbaachisaadha. Dhukkubsataan dhukkuba onnee yaala argachuudhaan cinatti of eeggannoo gochuu qaba. Of eeggannoowwan gochuun barbaachisu isiniif akeekuun wajji wantoota akka shaayiitti/nyaataatti fudhachuun onnee keessan fayya qabeettii taasisu isiniif eerra. Mallattoon dhukkuba onnee: ````````````````````````````````````````` ➢ hafuura kutuu/harganuuf rakkachuu ➢ dha’annaan onnee saffisaan dabaluu ykn ➢ dhahannaan onnee tasuma gadi bu'uu, ➢ rukuttaan onnee sirrii hin taane namatti dhagayamuu. ➢ miilli dhiitayuu, keessumattuu gara waaree booda iitaan dabaluu. ➢dhukkubbiin laphee gama cinaa bitaan namatti dhagayamuu. ➢ akka nama ba'aa guddaa laphee irratti baateetti namatti ulfaachuu, ➢ qaamni tasuma dafquu, ykn qaamni tasuma qabbanaayuu. ➢ qaamni baayyee huqqatuu ykn furdina garmaleef saaxilamuu. Dhukkubsataan Onnee Maal Gochuu Qaba! ''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''''’'' A. Ulfaatina qaamaa hir’isuu. B. Nyaata cooma qabu nyaachuu dhiisuu. C. Umurii isaanii guutuu soogidda dhiisuu. D. Yeroo dhukkubni onneen namatti dhufu, bakka qabbanaatti boqochuu. E. Boqannaa gahaa fi hirriba gahaa argachuu. F. Dhiphachuu irraa of qusachuu G. Gammachuu humnaa olii too'achuu H. Miira dallansuu dafanii too'achuu. I. Beelayanii turuu fi Quufa garmalees baqachuu. Nyaata xiqqeessanii yeero yeeroon nyaachuu. Fakkeenyaaf guyyatti yeeroo 3 nyaachuu mannaa yeeroo 5 ykn 6 xixiqqeessaa nyaachuu woyya. J. Alkoolii dhuguu, tamboo xuuxuu, caatii qaamuu fi araadota biroos dhaabuu K. Fedhii foonii ofiin ofirraa baasuu dhiisuu. L. Nyaata Soodiyamii hin qabne kan akka fuduraalee, buna haphii, daabboo soogidda hin qabne nyaachuu. M. Bishaan saamsamee dhufu/bishaan hayilaandii jedhamee beekkamu dhuguun dura qabiyyee Sodium isaa xiqqaa ta'uu isaa adda baafachuu. M. Yoo xiqqaate guyyatti daqiiqaa 30 sochii qaamaa gorsa ogeessaatiin deeggarame gochuu. Dhukkuba onnee manumatti fooyya'uuf ˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝˝ ◦Qullubbii adii: • Guyyaatti fottoqqii(cloves) qullubbii adii tokko ykn lama alanfatanii nyaachuu. Yoo dhandhamni qullubbii kan isin gubu ta'e aannan burcuqqoo tokko danfisuun, qullubbii fottoqxuu takka keessa buusuun dhuguu. ◦Karkeddee/Hibiscus: • Baala ykn Daraaraa karkeddee/hibiscus daakkamaa maankaa xiqqaa tokko bishaan kooppii tokko keessatti danfisuun damma bulbula maankaa tokko itti dabaluun, torban 3 ykn 4f guyyaatti al tokko dhuguu. ◦Doobbii/nuttle: • Baala doobbii kan gogfamee daakkame irraa maankaa sukkaaraa tokko bishaan burcuqqoo tokkootiin danfisanii ganama ganama dhuguu. ◦Irdii/tumeric • Daakuu hirdii/irdii maankaa shoorbaa tokko bishaan ykn aannan kooppii tokko keessatti danfisuu.Torban sadii hanga ji’oota muraasaatti guyyaatti al tokko ykn lama dhuguu. ◦Shaayii Magariisaa: Guyyaatti shaayii magariisaa sinii sadii hanga afuriitti dhuguu. (shaayii magariisa keessaa Moriingaan hedduu filatamaadha) Hedduudhaa! ˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙˙ Dhukkubni Onnee dhukkuba kunuunsa cimaa barbaadu! Sabani isaa onneen sekondii tokkoofillee hujii ishee usuu dhaabdee, jiraachuun namaa gaafii keessa gala. Qaamni namaa hundi onnee wajjiin hidhata cimaa qaba. Kanaaf onnee keenyaa akkaataa soorataa sirreessuun, sochii qaamaa dhaabbiin gochuu(regular exercise) fi haala jireenyaa fooyyessuun(life style change) kunuunsuun barbaachisa dha. Yeeroo yaalannus gosaa dhukkuba onnee adda baafnee beekuu fi ka'umsa dhukkuba kanaa beekuun yeeroon yaalachuun barbaachisaa ta'a. Mana Qoricha Aadaa Al-Hikmaa 0928795750
Hammasini ko'rsatish...
Rakkoon ummanni keenya baha biiftuu keessa jiru waan baay'ee nama gaddisiisu. Mallaqa social media irraa guuramuunis waan furamuu miti. Mootummaan, abbootiin qabeenyaa, fi dhaabbileen gargaarsa namoomaa beelaafi dheebuu ummata kanaaf dhaqqabuu qabu.
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Almaaz Baalaa Ciraa/አልማዝ በለጭራ(Herpes zoster) ~~~~~~~~ ☞ Dhukkubni kun gartokkee qaamaa ykn guutummaa qaama nama kanneen akka dugdaa, mataa, naannawa afaanii, naannawa qaama saalaa, garaa irratti ykn fuula irratti mul'atuu danda'a. Jalqaba gogaan keenya, bakki dhukkuba kanaan miidhame finniisa/shiffitaa akka sarara xiqqaa kan bishaan kuufatu qabu yoo ta'u miira gubaa cimaa,miira hoosisuu fi miira dhukkubbiis qaba. Akka adaatti,Sababni dhukkuba kanaa: ➽boombii halkan halkan barristu ➽raammoleen xixiqqoon nama ciniinuu, ➽meeshaa qara qabuun woraanamu ➽summii/hadhaa ilbiisotaa ykn ➽fincaan allaattii/simbiraa, uffata miicamee lafatti afamu irratti fincaanamu irraa dhufa jedhanii amanu Akka saayinsiitti ammoo dhukkubni gogaa 'Herpes zoster' jedhamu kun, vaayirasii Vaariseellaa Zoster(Varicella Zoster Virus) jedhamuun dhangala’aa akka tasaa dhufu yoo ta’u(ka'umsi isaa sirritti kan hin beekamne), yeroo baay’ee bishaan qaama irratti waan akka sararaa uumuun jalqaba" jedhu. Mallattoolee Dhukkuba Kanaa ▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰ * Yeroo baay'ee qaama gama tokkoon/gama mirgaa ykn bitaa irratti mul'ata,jalqaba iita diimaa uuma. Sana booda babaldhataa deema. * Qaama hooqsisuu, gurraachessuu fi luqqisuu qaba. * Gogaan dirmammaayuu, xiffisuu/kulkiluu fi hadooddii qaba. * Dhukkubbiin maashaalee. Sababa bakki dhukkubu sun wolitti harkifamuuf sochii dhoogga,miira dhukkubbii, miira gubuu fi Miira laalchuu namtti fida. * Bowwoo mataa/dhukkubbii mataa, miira gammachuu dhabuu, qorraafi hoo'as dadhabuu. * Gogaan naannawa dhukkuba kanaan miidhamee wolitti shuntuuruun waan ibiddaan gubate fakkaata. * Hoo'a aduufi ibiddaa dadhabuu namatti fida. ▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰ Of-eeggannoo godhamuu qabu: ➫bakka miidhame san yeeroo hundaa jiidha akka hin arganne gogaa taasisu. ➫dibata adda addaa bakka sanatti dibuu dhiisuu. ➫harkaan tuttuquu dhiisuu. ➫nyaata akka loozii,chokoleetii, paastaa, makaronii, barbaree/qaaraa, baradoo/waan diilallaaye fayyadamuu dhiisuu.
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
#Labsii_nageenyaa_Naqamteerraa labsame ***** Gaazexaa Bariisaa Ummata bira dhaqaniis ta’e gara waajjirasaaniitti affeeranii mariisisuun, yaadota biyya ceessisan, maddisiisuun harkaafi sammuu qulqulluudhaan hojiirra oolchuun, biyya qarree diigamaarra turte baraaruun, hawaasa seenessa qeenxeetiin burjaajii adda addaa keessa ture yaadasaa jijjiiruun, dallaa jibbiinsaa diiganii riqicha jaalalaa falaasama Ida’amuutiin tokkummaa sabdaneessummaa labsuufi hojiin agarsiisuun kan beekaman. Saba guddaa, Oromoo keessaa bahanii duudhaa Oromummaatiin afaansaa dubbachaa, ittiin barreessaafi mariisisaa waltajjiilee argatan hundatti nagaa lallabuun kan beekamaniifi kanaanis badhaasa noobeelii nageenyaa kan fudhatan. 👇 https://press.et/oromifa/2024/05/11/labsii-nageenyaa-naqamteerraa-labsame/
Hammasini ko'rsatish...
Abbaan qabeenyaa Obbo Fayisal Abbaa Maccaa (Godina Jimmaarraa) qarshii kuma 200 Itoophiyaa qulqulluuf arjooman.
Hammasini ko'rsatish...
Pirezidaantii Ittaanaan MNO Obbo Awwaluu Abdii waamicha Ministira Muummee #Daandii_Qulqulluu_Jireenya_Fayyaa jechuun teletoonii karaa dijitaalaa taasisan fudhachuun gumaacha taasisanii jiru.
Hammasini ko'rsatish...
Naannoo Itoophiyaa Jiddugaleessaatti inisheetivoonni haaraan bocamanii bocamanii hojii keessa jiru (Biiroo Qonnaa Naannichaa)
Hammasini ko'rsatish...