cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Ethiopian Press Agency/ Afaan Oromoo/

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
13 421
Obunachilar
+5124 soatlar
+3567 kunlar
+1 58430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Pirojektota diyaaspooraa kaappitaala qarshii biliyoona 17 galmeesisaniif lafti qophaa'eera *************** Gaazexaa Bariisaa Bara bajata 2016 ji’oota sagal keessatti pirojektota diyaaspooraa 210 kaappitaala qarshii biliyoona 17 galmeesisaniif naannoleetti lafti akka qophaa’eef Tajaajilli Diyaaspooraa Itoophiyaa beeksise. Pirojektonni diyaaspooraa 21 gara hojiitti galuusaaniitiin lammiilee kuma tokko oliif carraan hojii uumamuu himameera. Daarektarri kominikeeshinichaa Obbo Wandasan Girmaa DhPItti akka himanitti, hirmaannaan misooma diyaaspooraa guddisuuf miseensonni diyaaspooraa kuma tokkoofi 166 ol dameelee daldalaafi invastimantiirratti akka hirmaataniif hojiin hordoffii, deeggrsaafi gorsaa hojjetameera. Ji’oota sagal keessattis pirojektota diyaaspooraa 210 kaappitaala qarshii biliyoona 17 galmeesisaniif naannoleetti lafti qophaa’uu himaniiru.
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Pirojektoonni jallisii ijaarsarra jiran lafa heektaara miliyoona walakkaa misoomsuu danda’u ************** Gaazexaa Bariisaa Pirojektoonni jallisii ijaarsarra jiran guutummaatti wayita xumuraman lafa heektaara miliyoona walakkaatti siqatu misoomsuu akka danda’an Ministeerri Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii beeksise. Hojirawwachiisaan Kominikeeshiniifi Qunnamtii Ummataa ministeerichaa Obbo Bazzaabih Tolchaa DhPItti akka himanitti, ijaarsiwwan bu’uraalee misoomaa jallisiiwwan babal’aafi giddugaleessaa 28 hojjetamaa kan jiru yoota’u, pirojektiin misooma jallisii 25 adeemsa hojiiwwan qo’annoofi dizaayiniirra akka jiran dubbataniiru. Pirojektoonni ijaarsa jiran kunneen guutummaatti wayita xumuraman lafa heektaara miliyoona walakkaa misoomsuu akka danda’u himanii, kana xumuruufis gatii gabaa amma jiruun qarshii biliyoona 100 akka gaafatu Obbo Bazzaabiin dubbataniiru.
Hammasini ko'rsatish...
Gaazexaa Bariisaa maxxansa har'aa!! Gaazexaa Bariisaa Caamsaaa 17 bara 2016 maxxanfame https://press.et/oromifa/2024/05/25/bariisaa-sanbataa-caamsaa-17-bara-2016-2/ - Telegram Ethiopian Press Agency/Afaan Oromoo ykn liinkii https://t.me/EthiopianPressAgency_AfaanOromoo - Marsariitii https://www.press.et/afanoromo/
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
የኢትዮጵያ አየር መንገድ ከሰኔ 10 ጀምሮ ወደ ነቀምቴ በረራ ይጀምራል ******* (ኢ ፕ ድ) የኢትዮጵያ አየር መንገድ ከሰኔ 10/2016 ዓ.ም ጀምሮ ወደ ኦሮሚያ ክልል ነቀምቴ ከተማ ተቋርጦ የነበረውን በረራ እንደሚጀምር ገለጸ። የአየር መንገዱ የንግድ ዘርፍ ዋና ኃላፊ ለማ ያዴቻ ለኢዜአ እንደገለጹት፣ አየር መንገዱ እያደገ የመጣውን የሀገር ውስጥ የደንበኞች ፍላጎት ተደራሽ ለማድረግ እየሰራ ነው። ይህንንም ተከትሎ ተቋርጦ የነበረውን የነቀምቴ በረራ ዳግም ለማስጀመር ሲሰራ ቆይቷል ብለዋል። ከመጪው ሰኔ 10/2016 ዓ.ም ጀምሮ ወደ ነቀምቴ ዳግም በረራ እንደሚጀምር ገልጸው በረራው በሣምንት አራት ጊዜ እንደሚካሄድ አስታውቀዋል። የበረራ ቁጥር ለማሳደግም የቀድሞውን የመንገደኞች ተርሚናል አድሶ ወደ ሥራ ማስገባት የሚያስችል የግንባታ ሥራ በቅርቡ እንደሚጀመር ገልጸዋል። አየር መንገዱ ዓለም አቀፍ መዳረሻዎቹን ከማስፋት ባሻገር የሀገር ውስጥ የበረራ መዳረሻዎችን ለማስፋት በትኩረት እየሰራ መሆኑንም ጠቁመዋል። 2035 የሀገር ውስጥ መዳረሻዎቹን ወደ 32 ለማሳደግ እየሰራ መሆኑን በመግለጽ። አየር መንገዱ ባሉት 144 አውሮፕላኖች ከ136 በላይ ዓለም አቀፍና 22 የሀገር ውስጥ መዳረሻዎችን እየሸፈነ ይገኛል። ግንቦት 17 ቀን 2016 ዓ.ም
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Dhaabbii biqiltuu baranaaf lafa hektaara kuma 624f kaartaansaa qophaa’e ****** Gaazexaa Bariisaa Lafa dhaabbii biqiltuu bara kanaa hektaara kuma 624 ta’uu kaartaa mul’isu qophaa’uu Koreen Teknikaa Ashaaraa Magariisaa Biyyaalessaa ibse. Walitti qabaan Koree Teeknikaa Ashaaraa Magariisaa Biyyaalessaa Doktar Adafris Warquu Kibxata darbe Gaazeexaa Bariisaaf akka ibsanitti, lafa biqiltuun irra dhaabbatu hektaara kuma 624 kaartaan mul’isu qophaa’eera. Waliigalaan dhaabbii biqiltuu bara kanaaf kaartaa mul’istuun lafa kektaara kuma 700 qopheessuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Kan hafes yeroo hafe keessatti qophaa’a. Akka ibsasaaniitti, kaartaa kana qopheessuun qaamolee dhaabbii biqiltuu hoggananiifi raawwachiisan gidduutti yoomessaafi akaakuu biqilaa dhaabamee adda baasuun iftoominni akka uumamu taasisa....... https://press.et/oromifa/2024/05/25/dhaabbii-biqiltuu-baranaaf-lafa-hektaara-kuma-624f-kaartaansaa-qophaae/
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Beenishaangul Gumuzitti qophiin qonna gannaa taasifamaa jira ***** Gaazexaa Bariisaa Qonna ganaan qophiin lafaafi guddistuu callaa taasisaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Beenishaangul Gumuz ibse. Hogganaan biirichaa Obbo Babakir Haliifaa ibsa torbee darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin qonna gannaatiif barnaaf qophiin lafaafi guddistuu callaa akkasumas ashaaraa magariisaa taasifamaa jiraachuu eeraniiru. Akka ibsasaaniitti, barana lafa hektaara miliyoona 1.3 ol sanyiidhaan uwwisuuf karoofamee hojjetamaa jira. Qophii hanga ammaatti taasifameen lafti hektaarri kuma 193fi 238 qotamuun hektaarri kuma 350 ol ta’u ammoo qullaa’uun qonnaaf qophaa’eera. Lafa barana sanyiidhaan uwwisuuf karoorfame keessaa heektaarri kuma 370fi 229 kilaastaraan qotamuun callaa kuntaalaa miliyoona 10.4 ol akka eegamu himanii; waliigalaan qonna ganna baranaarraa callaa kuntaala miliyoona 45.1 oltu eegama. Karoorriifi raawwiin... https://press.et/oromifa/2024/05/25/beenishaangul-gumuzitti-qophiin-qonna-gannaa-taasifamaa-jira/
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Qonna arfaasaarra callaan kuntaalli miliyoona 60 argame ***** Gaazexaa Bariisaa Qonna arfaaasaatiin omisha hanga ammaatti sassaabamerraa callaa kuntaalli miliyoona 60 argamuu ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministirichatti bakka bu’aan gaggeessaa hojii dhimmoota tarsiimoo Obbo Mulugeetaa Suyyum Kibxata darbe waltajjii gamaaggama raawwii hojii ji’oota sagalii ministeerichaa wayita ibsanitti, arfaasaa bara kanaatiin lafa hektaara miliyoona 2.7 sanyii midhaan garaagaraatiin uwwisuun midhaan callaa kuntaala miliyoona 63 argachuuf karoorfamee, lafa hektaara miliyoona 2.6 misoomsuun hanga ammaatti callaa kuntaala miliyoona 60 sassaabuun......... https://press.et/oromifa/2024/05/25/qonna-arfaasaarra-callaan-kuntaalli-miliyoona-60-argame/
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Mariin Biyyaalessaa furtuu rakkoolee barootaa biyyattii ta’uun ibsame ***** Gaazexaa Bariisaa Mariin biyyaalessaa furtuu rakkoolee walxaxoo barootaa biyyattii raasaa jiranii ta’uu Komishinni Marii Biyyaalessaa ibse. Waltajjiin ajandaa marii walitti qabuurratti fuulleffate Caamsa 21-27 akka adeemsifamus ibsameera. Kun kan ibsame Waltajjiin marii mata duree, “Miidiyaa Itoophiyaa bu’a qabeessummaa marii biyyaalessaaf” jedhuun Dhaabbata Pireesii Itoophiyaan Roobii darbe Finfinneetti taasifamerratti. Komishinar Ambaasaaddar Mahaammud Diriir waltajjicharratti haasawaa taasisaniin, marichi furtuu rakkoolee walxaxoo barootaa Itoophiyaan ittiin raafamaa jirtuudha. Garaagarummaa yaadaa humnaan furuuf qawweetti maayii ba’uun biyya gatii kaffalchiisaa..... https://press.et/oromifa/2024/05/25/mariin-biyyaalessaa-furtuu-rakkoolee-barootaa-biyyattii-tauun-ibsame/
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Godinichatti namootni Finxaaleyyiin buqqa’an kumni 89 gara qe’eesaaniitti deebi’an **** Gaazexaa Bariisaa Tarkaanfii qindaa’aa milishaa, ummataafi Raayyaa Ittisa Biyyaan inxaaleyyiirratti fudhatameen namootni kuma 89 qe’eesaaniirraa buqqa’anii turan gara qe’eesaaniitti deebi’uu Bulchiinsi Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ibsan. Bulchaan godinichaa Obbo Mirreessaa Fiixee kaleessa Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, tarkanaafii qindaa’aa Finxaaleyyiirratti fudhatameen namootni qe’eerraa buqqa’an kumni 89 qe’eesaaniitti deeb’aniiru. Kanneen hafanis qe’eesaaniitti deebisuuf xiyyeeffannan hojjetamaa jira. Ammaan tana nageenyi godinichaa haala gaariirratti argama. Waggoota lamaan sadan darban keessa finxaaleyyiin Amaaraafi Shanee gochaa suukanneessaa godinicha keessatti...... https://press.et/oromifa/2024/05/25/godinichatti-namootni-finxaaleyyiin-buqqaan-kumni-89-gara-qeeesaaniitti-deebian/
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Itoophiyaatti tiraanisfoormeeshiniin dijitaalaa jijjiirama gaarii fidaa jira”-Obbo Tamasgeen Xurunaa **** Gaazexaa Bariisaa Ekispoon Istiraayidii Itoophiyaa (‘Strid Ethiopia Expo’) mataduree ‘Saayinsiin balbala bana, Teknolojiin walitti hidha, Kalaqni fuulduratti tarkaanfachiisa’ jedhuun Caamsaa 10-18 bara 2016tti Finfinnee, Godambaa Saayinsiitti adeemsifamaa jira. Ekispoo qindeessummaa Ministeera Inoveeshiniifi Teknolojiitiin qophaa’eefi Ministira Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmadiin ifatti baname kanarratti bu’aaleen kalaqa teknolojii imala biyyattiin gara dinagdee dijitaalaatti ce’uuf taasisaa jirtu mul’isan agarsiisaaf..... https://press.et/oromifa/2024/05/25/itoophiyaatti-tiraanisfoormeeshiniin-dijitaalaa-jijjiirama-gaarii-fidaa-jira-obbo-tamasgeen-xurunaa/
Hammasini ko'rsatish...