cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Dr Obsa GH

Join and invite your friends to this healthy educational and motivational sight channel.

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
672
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-17 kunlar
-1330 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
😔 Battala Dhiphatutti Waantota kana  Gochuu Hin Dagatiin 👌 ✔️ Nyaata Salphaa Kuduraalee Fi Muduraalee dhaan Badhaadhe Nyaadhu ✔ Haala jirenya kee sirreessuu Fknf : Karooraan Jiraachuu,  Hojii Heddumeessuu fi Jireenya salphisanii Ilaaluu ✔️ Qorichoota Ogessa Fayyaa irraa hin kennamne fudhachuu Dhiisuu Kessattu qorichota Sammuu nama dadamaksan irraa of qusadhu ✔️ Sochii Qaamaa Taasisi ✔️ Hirriba Ga'aa Fi yeroo Baratametti Rafuu ✔️ Rakkoo Keessa Jirtuuf Furmaata Barbaadi ✔ waanta si Dhipisu nama itti Siqxuuf Qoodi ✔️ Waanta Gaarii Si Gammachiisu Hojjedhu ✔️ Uumaa kee wajjin Hariiroo Uumi. Fayyaa Hin Dhabinaa Irraa Barateetta Taanan Hiriyyoota Keef Forward Godhi. Join 👉 @Drobsn @Drobsn
Hammasini ko'rsatish...
Yeroo mara wanta boqonnaa sammuu keetif gummaachan irraa hin fagaatin. Isaantu fayyaa siif laata. @Drobsn
Hammasini ko'rsatish...
Waan Hedduu Kan Barru Mana Baruumsatti Osoo Hin Taane Jireenya Jiraannu Irraadha @Drobsn
Hammasini ko'rsatish...
DAANDII namaa utuu hin taane, DANDEETTII kee faana dorgomi! ✧ Jireenyi gabaabduu dha waan taateef jireenya nama kan biraa jiraachuudhaan of hin qisaasessin! @Drobsn
Hammasini ko'rsatish...
Waan gaarii ati hojjattu duuba namni fayyadamu hedduu jira. Gaaruma hojjadhu, gaariin siif gala. @Drobsn
Hammasini ko'rsatish...
Si beeku malee dhukkuba keessa keeti hin beekan. @Drobsn
Hammasini ko'rsatish...
Ilmi nama sammuu isaa 100% keessa 4% qofa to'achuu danda'a. @Drobsn
Hammasini ko'rsatish...
Keecha garaa keeti kan itti himtee hin gaabbine uumaa kee qofa. @Drobsn
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
🍵🍋 Bishaan xiqqoo Ho'isanii cuunfaa loomii waliin dhuguun : 1. dandeetti dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa ni dabala 2. Ulfaatina qaamaa garmalee ni hir'isa 3. dhukkubii qoonqoo ykn dhukkubbii toonsiliif hir'isuuf gaariidha 4. vaayirasii ujummoo qilleensa keenya miidhan nurraa lola. 5. dhiphina hir'isa 6. Sammuu keenya si'eessa 7. nyaata nuti nyaanne akka bullaa'uu godha 8. gogiinsa garaa ni ittisa!. Fayyaa hin dhabinaa Join 👉 @Drobsn 👨‍⚕
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Dhibee Kintaarotii/baasur maaltu namatti fida? Yaallisaa maali ? 💁‍♂ ======================= Kintaarotii ykn baasuur sababa dhiita'uu hidda dhiigaa naannoo buubbuu fi munneettii argaman irraan kan ka'e kan dhufudha. Mallattoon dhibee kintaarotii maalidha? 👉Miira dhukkubbii/hoosisuu ykn gubaatii naannoo munnee 👉Dhiita naannoo munnee fi buubbuu 👉Yeroo sagaraa taahan dhiiti xiqqooo gadi bahuu ykn dhiiguu Wantooti kintaarotiif namatti fida baayyeeen sababa dhiibbaaan dhiigaa naannoo hudduu fi munnee jiranii dabaluurraa kan ka'e kan dhufan yoo ta'u wantootni kanaaf nu saaxilanis 👉Yeroo mana fincaanii ykn boolii dhaqan baayyee hittanuu 👉Yeroo dheeraaf mana fincaaniirra taa’aa turuu 👉Ulfaatina qaamaa garmalee 👉Yeroo ulfaa 👉Nyaatawwan faayiberii xiqqaa qaban kan googinnsa garaa fidan soorachuu 👉Meeshaawwann ulfaatoo tahan yeroo baayyee baachuu 👉Garaa kaasaa fi googinsa garaa yeroo dheeraa 👉Yeroo dheeraaf taa’aa turuu Fayyaa Hin Dhabiinaa Join 👉 @Drobsn 👨‍⚕
Hammasini ko'rsatish...