cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Kiyya Technologies

Oduu fi Odeeffanoo Technology guyya guyyaan argachuuf filannoon keessan Website : coming.soon Namni cross promotion barbaadan ๐Ÿ‘‰ @adem_deko Gaaffii qabdan Karaa Group: @kiyyatech_group Yaadaa : @adem_deko

Ko'proq ko'rsatish
Finlandiya1 424Til belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
970
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-107 kunlar
-4530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost fromย Kiyya Technologies
Oduu fi Odeeffanoo Technology guyya guyyaan argachuuf filannoon keessan kana malees akkaata online irra galiin itti argamu hunda isa achi irraa argattu!!๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Website : Simalee.com
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1๐Ÿคฉ 1
Repost fromย Kiyya Technologies
Oduu fi Odeeffanoo Technology guyya guyyaan argachuuf filannoon keessan Website : Simalee.com
Hammasini ko'rsatish...
Oduu fi Odeeffanoo Technology guyya guyyaan argachuuf filannoon keessan Website : Simalee.com
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1
๐Ÿ’ธ๐Ÿ’ธโ˜‘๏ธ%100 dhugaadha link asii gadii kana seenaa #start godhaa chanala lamaanuu join godhaa namootaaf share godhaa https://t.me/hulepay_official_bot?start=r00305891040 Steps 1, Link asii gadii kana seentu 2, Start kana jedhu tuqxu. 3, chanala Lamaan sii dhufu join goota. 4, of duuba deebitee bot haaraya irra banta san booda link mataa keetii soif Kenna isana namootaaf share goota gaafa nama tokko bira dhaqqabe 3birr siif lakkaawa hoggaa 10birr gahe lakkoobsa kee itti naqaxee gara telebirr siif erga. Xumurame Link kee fuuree freindota keef share goota nama 1 irraatti 3 Brr Kunoo link ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/hulepay_official_bot?start=r00305891040
Hammasini ko'rsatish...

#๐Š๐ข๐ฒ๐ฒ๐š_๐“๐ž๐œ๐ก_๐๐ž๐ฐ๐ฌ Keenna bilisaa ethio telecom 1GB fi daqiiqaa 25 fi erga gabaabaa 50 bilbilisaan torbee tokkoof fayyadamu dandeessan jedha ethio telecom
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย TIKVAH AFAAN OROMOO
#Booranaa Hawaasa seenaa #Booraanaa keessatti gogiinsa hamaan miidhame gargaaruu kanneen barbaaddan karaa " #ALCHIISOO_PASTORALIST_UP " tiin gargaaruu dandeessu. Herrega Baankii dhaabbata miti-mootummaa kanaa: ๐Ÿ‘‰ Baankii Daldalaa Itoophiyaa - 1000522499823 (Swift Code: CBETETAA) ๐Ÿ‘‰ Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa - 1011800084313 (Swift code: CBO RETAA) ๐Ÿ‘‰ Baankii Awaash - 013081084782900 (Koodii swiiftii: AWINETAA) ๐Ÿ‘‰ Baankii Oromiyaa - 1548414100001 (Koodii swiiftii: ORIRETAA) Booranatti Rakkoo jiru lakkoofsan yoo ibsamu:- - Godina Booranaatti namoonni #kuma_807 gargaarsa barbaadu. Kanneen keessaa namoonni 167,000 deeggarsa hatattamaa fi itti fufiinsa qabu barbaadu. - Loon Godinicha keessa jiru keessaa %10 baraaruuf marga hidhaa miiliyoona 4.4tu barbaachisa. - Sababa gogiinsa kanaan beeyladootni miliyoona 3 ol Godinicha keessatti kan duโ€™an yoo taโ€™u, isaan keessaa %85 loon taโ€™uu ibsameera. - Loon kuma 230 Godinichaa keessatti hafaniiru, jiโ€™oota 3'f Loon kanneen tursiisuuf yoo xiqqaate marga hidhaa miliyoona 4.4 dhiyeessuun barbaachisaadha. Kana malees nyaata horii kuma 135 kan barbaachisu yoo taโ€™u, Godinicha keessatti haga amma dhibbantaa tokko qofatu dhiyaate. - Gogiinsi kun aanaalee Godinicha 13 kan miidhee yoo ta'u, Uummata Godinichaa keessa jiran keessaa gara dhibbeentaa 60 deeggarsa ni barbaadu. @tikvahethafaanoromoo

แˆŒแˆ‹ แŠ แˆ›แˆซแŒญ แŠฎแŠ”แŠญแˆฝแŠ• แŠ แˆแˆฐแˆซ แ‹ซแˆ‹แ‰นแˆ… แ‹ญแˆ…แŠ• VPN แŠ แ‹แˆญแ‹ณแ‰นแˆ… แˆžแŠญแˆฉแ‰ตแข      ๐ŸŽ–๐Ÿ“–๐ŸŽ– @APlusAcademyy @APlusAcademyy โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Hammasini ko'rsatish...