Rift Valley University Nekemte Campus
1 463
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+57 kunlar
+2030 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Photo unavailableShow in Telegram
Business Management Self test questions for Exit Exam.
Join and share
https://t.me/sanyiidiribaa
https://t.me/+O9cmeT6tMG1iMjJk
Photo unavailableShow in Telegram
BEEKSISA
. Guyyaa 16/06/2015
GALMEE BARATTOOTA HAARAA.
Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii Kaampaasii Naqamtee barattoota haaraa bara 2015ti Carraa barumsa Cee'umsaa (Remedial Class) isiniif kenuuf qophii isaa xumuree Jira, kanaafuu barattooni qabxii seensa Yuuniivarsiitii hin argatiin hafttan guyyaa beeksifni kun ba'e irraa kaasee hanga gaafa guyyaa 23/06/2015ti galmaa'uu ni dandeesu.
Oddeeffannoo dabalataaf;
@057-660-0863,
@057-660-4045,
@057-661-8143
https://t.me/sanyiidiribaa
https://t.me/rvuncu
https://t.me/sanyiidiribaa
https://t.me/rvuncu
Yuunivarsiiticha irraa!
Gadaan quufa Gabina!
Focus_and_Course_for_Exit_Exam_for_Accounting,Business_mgt_and_Computer.pdf4.12 KB
Identified Competency Focus Areas and Core Courses for National Exit Examination:
Program: Bachelor of Arts Degree in Accounting and Finance.
#waliif Daddabarsaa.
Identified Competencies, BA in Accounting and Finance.docx0.48 KB
Identified Competency Focus Areas and Core Courses for National Exit Examination:
Program: Bachelor of Arts Degree in Business Management.
#Waliif Daddabarsaa.
Identified Competencies, BA in Management.docx0.47 KB
Identified Competency Focus Areas and Core Courses for National Exit Examination:
Program: Computer Science
#Waliif Daddabarsaa.
Identified Competencies, BSc in Computer Science.pdf8.48 KB
Barattoota Sagantaa Digrii bara 2015 barnoota xummurtan hundaaf.
-------'--------------------------
Ministeerri Barnootaa Qormaata Ba’iinsa(Exit Exam) Barnoota Olaanoo bara 2015 irraa eegalee hojiirra akka oolchu ibsuun isaa ni yaadatama.
Haaluma kanaan Qormaata Ba’iinsa Biyyaalessaaf Naannoolee Xiyyeeffannoo Gahumsaa fi Koorsii Ijoo Addaan bahe armaan gaditti isiniif maxansinee jirra.
#Waliif daddabarsaa.
Boshqa reja tanlang
Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.