๐๐๐ง๐๐ก๐๐ฌ๐ญ๐๐ซ ๐ฎ๐ง๐ข๐ญ๐๐(๐๐๐ ๐ ๐๐ซ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฎ)
Channel kana keessatti odeeffannoolee kilabii guddicha Ingilizii Maanchister United Afaan Oromootiin isin biraan nii geenya. GGMU๐ช๐ช THE REDSโค๏ธโค๏ธ Odeeffannoo dabalataaf @Bsurraa https://t.me/Manunitedgoals channel gooliif video
Ko'proq ko'rsatish3 518
Obunachilar
+1124 soatlar
+1017 kunlar
+35930 kunlar
Post vaqtlarining boสปlagichi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.Nashrni tahlil qilish
Postlar | Ko'rishlar | Ulashishlar | Ko'rish dinamikasi |
01 Sangaata Piriimiyerliigii ingilaand kana manchister Yunaayitid 2024/2025
@oduu_isportii | 61 | 1 | Loading... |
02 Taphni Manchester United 2024/25 jalqana shanan (5) kanneen armaan gadii fakkaataa.
Fulham (H)
Brighton (A)
Liverpool (H)
Southampton (A)
Crystal palace (S)
@MUAfaanoromoo | 63 | 1 | Loading... |
03 Bara 2024/25 tapha primer League Ingilizii gareen kamiyyuu hiriira taphaa qabatee dirree seenu daqiqa 75 dursee beeksisuu qaba. Kana dura daqiiqaa 60 ture amma gara daqiiqaa 75 ol guddateeraa.
@MUAfaanoromoo | 123 | 1 | Loading... |
04 Sagantaa tapha Primier league 2024/25 hardha kan ifoomu yoo ta'u Manchester United torbee jalqabaatiin dirree isaa irratti Fulhamiin kan simatu ta'aa.
@MUAfaanoromoo | 114 | 1 | Loading... |
05 Itti fufuunis Manchester United yeroo boqonnaa koo na jalaa jeeqanii turan. Dhimma hojii koo irratti wabii hin argannen turee.. jedhaniiruu,haaluma wal fakkaatun dhimmi koontiraata haaraa mallatteessuuf xumura akka hin arganne mirkaneessaniiruu | 622 | 0 | Loading... |
06 Erik Tenhag ๐ฃ Geggeessitoonni Manchester United bakka koo buusuuf Tomas Tuchel faana marii akka taasisan nan beeka, dhumarratti garuu leenjisaa cimaaf filatamaa ana filataniiru jechuun yaada isaanii kennaniiru.
Tenhag Manchester United faana walii galtee haaraa mallatteessuuf marii irraakka jiru nii beekama.
@MUAfaanoromoo
What a Confidence. | 623 | 2 | Loading... |
07 Benefican kilabii Jao Neves barabaadee dhufu kamiyyuu Paawondii Mil 120 qopheeffachuu akka qabu beeksisteetti.
Manchester United taphataa kanaaf qarshii hagas mara baasuuf waan karoorfate mitii.
@MUAfaanoromoo | 711 | 1 | Loading... |
08 Breaking
Juventus ยฃ40n Mason Greenwood Manchester United irraa mallatteessifachuuf xumura irra ga'eeraa.
[ Mirror]
@MUAfaanoromoo | 736 | 1 | Loading... |
09 ย ย ย ย ย ย ย ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ โ๐ ๐ ๐ ๐
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
@MUAfaanormoo
@MUAfaanormoo | 784 | 2 | Loading... |
10 ๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐ข๐ข ๐๐ฌ๐ฉ๐จ๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข ๐๐ฃ๐๐๐ฒ๐ข๐๐๐ ๐ค๐๐ง๐ ๐ช๐๐๐๐ฎ๐ฎ ๐ฅ๐๐๐ญ๐?
๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐ถ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐
๐? | 237 | 1 | Loading... |
11 Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisaa gidduu Liil Leenii Yooroo fudhachuuf dammaqinaan hordofaa jiru.
-David Ornstein๐ฅ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย @MUAfaanormoo | 838 | 0 | Loading... |
12 Ta'us garuu Everton gaaffii Manchester United kufa godhanii jiruu. | 775 | 0 | Loading... |
13 ๐จ Maanchistar Yunaayitid Jaarod Bireezwetif gaaffii baniinsaa naannoo paawundii miiliyoona ยฃ45m akka dhiheessan gabaafameera.
๐ฐ Mail Sport
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย @MUAfaanormoo | 815 | 0 | Loading... |
14 Manchester United gatii bareedaan dhiyaannaan gaaffii Aron Wan Bissakaaf dhiyaatu nii dhaggeeffataa.
@MUAfaanoromoo | 865 | 0 | Loading... |
15 Matiyas Kuniha ๐ฃ Maqaankee Yeroo United faana ka'ee dubbatamu kabaja guddaadha, Manchester Unitedf Kilaba guddaa addunyaa kanaatii. An Wolves keessatti gammadaadhaa garuu amma foddaan jijjiirraa banaa ta'e tti wanti uumamu hin beekamuu.
Matiyas dafaa na bitaa waan jechaa jiru fakkaataa.
@MUAfaanoromoo | 883 | 0 | Loading... |
16 Jijjiirraan gannaa ifatti banameera.
Manchester United eenyuun mallatteessisa laata?
@MUAfaanoromoo | 881 | 0 | Loading... |
17 ๐จLiivarpuul fi Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisa gidduu Liil Leenii Yooroo mallatteessisuuf dammaqinaan hordofaa jiru. haa ta'u malee Riyaal Maadriid taphataa kana akka fudhatan ofitti amanamummaa qabu, taphatichis dursa Riyaal Maadridif kenna.
ย ย ย ย ย ย ย ย @MUAfaanormoo | 960 | 0 | Loading... |
18 ๐จ Maanchistar Yunaayitid haala Maatiyaas De Laayit itti dhiyeenyaan hordofaa jiru, ganna kana Baayer Muuniik gaaffiin gaarii yoo dhihaatef taphaticha gadhiisuf hayyamamoodha.
Erik Ten Hag deeggaraa guddaa taphataa sarara ittisaa kanaati.
(Madda: Plettigoal)
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย @MUAfaanormoo | 921 | 0 | Loading... |
19 Erik Ten Haag kontiraata isaa Maanchistar Yunaayitid waliin dheeressuuf dhimma yeroo qofa.
Mariin gaggeeffamaa jiru haala gaariin kan deemaa jiru yoo taโu, yeroo dhiyootti waliigalteerra akka gaโan amantaan gama lachuutu jira.
Waliigaltichi waggoota lama dabalataan kan turu yoo ta'u, mariin cimaan taasifamaa jira.
[Fabrizio Romano]๐
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย โโโโกโ
ย ย ย ย ย ย ย @BurqaaIspoortii
ย ย ย ย ย ย ย ย @BurqaaIspoortii | 894 | 0 | Loading... |
20 ๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐ข๐ข ๐๐ฌ๐ฉ๐จ๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข ๐๐ฃ๐๐๐ฒ๐ข๐๐๐ ๐ค๐๐ง๐ ๐ช๐๐๐๐ฎ๐ฎ ๐ฅ๐๐๐ญ๐?
๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐ถ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐
๐? | 209 | 0 | Loading... |
21 Var bifa fooyya'een hojiirra oola!
VAR Yuuroo 2024 dhufu keessatti bifa fooyyaโeen hojiirra akka oolu ibsameera. Haaluma kanaan murtoon VAR yeroo darbu barreeffamni maaliif akka darbe ibsu iskiriinii irratti mulโatee daawwattoonni akka argan ni mulโata.
Amanamummaa hojimaataa guddisuu bira darbee falmii akka hin uumamneef gahee gaarii akka taphatu beekamaadha.
Piriimiyerliigii Ingiliiz sirna akkanaa hojiirra oolchuuf yaadaa akka jiru hubatame jira
@oduu_isportii | 1 019 | 0 | Loading... |
22 Maanchistar Yunaayitid Maarkas Raashford gadhiisu yoo barbaade ganna kana gurguruuf fedhii qabu.
[ Times ]
@oduu_isportii | 983 | 0 | Loading... |
23 Manchester United guutummaa guututti Erik Tenhag irratti amanummaa akka qaban agarsiisuufii ofitti amanamummaan akka hojii isaanii hojjataniif Koontiraataa haaraa dhiyeesuufiis akka jedhu dubbatamaa jiraa.
Fabrizo Romano
@MUAfaanoromoo | 992 | 0 | Loading... |
24 https://t.me/community_bot/join?startapp=id_396
Earn Notcoin with Wallet challenge | 947 | 1 | Loading... |
25 Fabrizo Romanoon dabalataan mirkaneessee jira.
Season 2024/25 Tenhag leenjisaa United ta'uun itti fufaa. | 1 004 | 1 | Loading... |
26 Tenhag maatii isaa waliin bashannanatti jiraa.
Tenhag waggaa 2 gidduutti si'a 4 waancaadhaaf ga'uu isaafii si' 2 waancaa kaasuu isaa akka ka'umsa gaariitti ilaala, yoo yeroon kennameefis waancaa PL kaasuu akka danda'u waan amanuuf ofitti amanamummaa guddaa qabaa.
@MUAfaanoromoo | 996 | 0 | Loading... |
27 ๐จ BREAKING
Erik Tenhag Manchester United faana kan itti fufu nii ta'aa. Ineos filannoolee biraa erga ilaalaniin booda Tenhag'f carraa dhumaa laachuuf murteessaniiruu.
[David_Ornstein]
@MUAfaanoromoo | 893 | 0 | Loading... |
28 Guyyoonni murasii waan hafaaniif yeroo keessaniitti fayyadamaa link gadii kanaan seenun
https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId5448721527 | 936 | 1 | Loading... |
29 https://t.me/hAmster_kombat_bot/start?startapp=kentId5448721527 | 875 | 0 | Loading... |
30 Cheelsiin faayidaa dhuunfaa irratti Maayikeel Oliisee waliin waliigalteerra ga'eera!
@oduu_isportii | 836 | 0 | Loading... |
31 Leenjisaan haaraan Baarseloonaa Haansii Flick sararaa gidduu i Koobii Maainoo irratti ijaaruu barbaada.
Baarseloonaan ยฃ8.5M fi Rafinaa manchister Yuunaayitidf dhiyeessuuf qophiidha.
@oduu_isportii | 808 | 0 | Loading... |
32 Omari Forson gara Morza tti makameera.
HERE WE GO.
Fabrizo
@MUAfaanoromoo | 889 | 0 | Loading... |
33 Akka maddeen tokko tokkon jedhanitti Sir Alex Ferguson Potechinon leenjisaa Manchester United akka ta'aniif dhiibbaa boordii United irratti godhaa jiruu.
@MUAfaanoromoo | 938 | 0 | Loading... |
34 Sa'aatii 24 ykn 48 itti aanan keessatti turtiin ykn bahuun Tenhag ni ifooma.
[Sun Sport + Mirror Sport ]
@oduu_isportii | 1 021 | 0 | Loading... |
35 Manchester United sa'aatii 48 darbaniif Tomas Tuchel waliin marii godhaniis wali galuu hin dandeenyee.
[The Atletics ]
@MUAfaanoromoo | 1 022 | 0 | Loading... |
36 EXCL: Toomaas Tuchel hojii Maan Yunaayitid fudhachuuf hin karoorfanne, ganna kana kilabii kamiyyuu leenjisuu dhiisee boqonnaa fudhachuu barbaada.
Tuchel yeroo ammaa torbeewwan darban wal arganii booda marii Yunaayitid waliin taasisaa ture akka itti hin fufne murteesse.
Yunaayitid, yeroo dhiyootti Erik ten Hag egeree murteessaa jira.
(FabrizioRomano
@MUAfaanormoo | 1 042 | 0 | Loading... |
37 Jijjiirraan gannaa eegaluuf guyyoota 6 qofatu hafee jira. Manchester United jijjiirraa kanaan taphattoota sarara ittisaa gidduufii moggaa, taphattoota sarara jidduu akkasumas taphataa sarara fuulduraa mallatteessifachuuf karoora qaba.
Eenyuun waan mallatteessifatu isinitti fakkaata tilmaamaa.
@MUAfaanoromoo | 1 178 | 0 | Loading... |
38 Sir Jim Ratcliff Niis gurguruuf!
Abbaan qabeenyaa Maanchistar Yunaayitid kan ta'e INEOS Group kilaboota lama bulchuudhaan beekama, Kilaboonni kunneen Niis fi Maanchistar Yunaayitid Akkasumas lamaan isaaniiyyuu Liigii Awurooppaa irratti hirmaatu, UEFAn kilaboonni lamaan akka dorgoman hayyama kenneera.
Haa ta'u malee Sir Jim Raatkiliif guutummaatti Maanchistar Yunaayitid irratti xiyyeeffachuu waan barbaaduuf qooda kilabii Faransaay Niis gurguruuf qophii ta'uun isaa himamaa jira.
Maddi_[Miguel Delaney]โญ๏ธ
@oduu_isportii | 1 142 | 1 | Loading... |
Photo unavailableShow in Telegram
Sangaata Piriimiyerliigii ingilaand kana manchister Yunaayitid 2024/2025
@oduu_isportii
Photo unavailableShow in Telegram
Taphni Manchester United 2024/25 jalqana shanan (5) kanneen armaan gadii fakkaataa.
Fulham (H)
Brighton (A)
Liverpool (H)
Southampton (A)
Crystal palace (S)
@MUAfaanoromoo
Photo unavailableShow in Telegram
Bara 2024/25 tapha primer League Ingilizii gareen kamiyyuu hiriira taphaa qabatee dirree seenu daqiqa 75 dursee beeksisuu qaba. Kana dura daqiiqaa 60 ture amma gara daqiiqaa 75 ol guddateeraa.
@MUAfaanoromoo
Photo unavailableShow in Telegram
Sagantaa tapha Primier league 2024/25 hardha kan ifoomu yoo ta'u Manchester United torbee jalqabaatiin dirree isaa irratti Fulhamiin kan simatu ta'aa.
@MUAfaanoromoo
Itti fufuunis Manchester United yeroo boqonnaa koo na jalaa jeeqanii turan. Dhimma hojii koo irratti wabii hin argannen turee.. jedhaniiruu,haaluma wal fakkaatun dhimmi koontiraata haaraa mallatteessuuf xumura akka hin arganne mirkaneessaniiruu
Photo unavailableShow in Telegram
Erik Tenhag ๐ฃ Geggeessitoonni Manchester United bakka koo buusuuf Tomas Tuchel faana marii akka taasisan nan beeka, dhumarratti garuu leenjisaa cimaaf filatamaa ana filataniiru jechuun yaada isaanii kennaniiru.
Tenhag Manchester United faana walii galtee haaraa mallatteessuuf marii irraakka jiru nii beekama.
@MUAfaanoromoo
What a Confidence.
๐ 2
Photo unavailableShow in Telegram
Benefican kilabii Jao Neves barabaadee dhufu kamiyyuu Paawondii Mil 120 qopheeffachuu akka qabu beeksisteetti.
Manchester United taphataa kanaaf qarshii hagas mara baasuuf waan karoorfate mitii.
@MUAfaanoromoo
๐ 4๐ฅ 4
Photo unavailableShow in Telegram
Breaking
Juventus ยฃ40n Mason Greenwood Manchester United irraa mallatteessifachuuf xumura irra ga'eeraa.
[ Mirror]
@MUAfaanoromoo
๐ข 3
Photo unavailableShow in Telegram
๐ ๐ ๐ ๐ ๐ โ๐ ๐ ๐ ๐
๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
@MUAfaanormoo
@MUAfaanormoo
๐ 6โค 5
Photo unavailableShow in Telegram
๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐ข๐ข ๐๐ฌ๐ฉ๐จ๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข ๐๐ฃ๐๐๐ฒ๐ข๐๐๐ ๐ค๐๐ง๐ ๐ช๐๐๐๐ฎ๐ฎ ๐ฅ๐๐๐ญ๐?
๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐ถ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐
๐?
๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฅ
๐๐๐ง๐๐ก๐๐ฌ๐ญ๐๐ซ ๐๐ง๐ข๐ญ๐๐
๐๐๐ง๐๐ก๐๐ฌ๐ญ๐๐ซ ๐๐ข๐ญ๐ฒ
๐๐ก๐๐ฅ๐ฌ๐๐ ๐ต
๐๐๐๐ฅ ๐๐๐๐ซ๐ข๐ โค๏ธ
๐๐๐ซ๐๐๐ฅ๐จ๐ง๐ โ๏ธ
๐๐ข๐ข๐๐ข๐ฒ๐จ๐จ ๐๐จ๐จ๐ฅ๐ข๐ข ๐๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐
๐๐จ๐ข๐ง ๐๐จ๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ โ