cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Jaalala Dhugaa

Jaalala dhugaa kana keessa yeroo seentan aadaa Duudha Seera Seena Gammachuu Tolaan argattu #JOIN #SHARE WALIIF GODHA WAL HAA GUDDISNUU

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
3 006
Obunachilar
+1224 soatlar
+477 kunlar
+13030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Kaneen hin jalqabiin jirtaan dhaabata guddaa Kana 25nan isa 1.33usdt Kan ta'ee kunoo link isaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_R1wKK3BeFq Kan isiin hojjechuu qabdaan tokko πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/hamster_kombat_bOt/start?startapp=kentId982362116 Dhaabatin Kun immoo avacoin jedhama list ta'ee kaffaluu qofatu hafee nama afferu fi task hijjechuun Hammad innii list ta'uuttii hojjedha yoo bay'eete torbe lamaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/avagoldcoin_bot?start=242f9b17455463a1bae3
Hammasini ko'rsatish...
Blum

Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team 🌸

❀ 2
Erga sanaa Ani... Nagaan dhaame waloomatti, lagaafi gandi wal goomatti. Wal qusadhee, banuu'n jiilu, qaawwa balaa, badii booddee, boo'uun... iyyuun, naaf amala! Erga sanaa... Ofan dhiiba cinaachaani, obbolummaan ilaalchaani. kan mannaagu, xiqqoo ciisnaan, cinaachisaa, daban raaga, bakka'n jirren, jiraachisa! Doofaan gurrisaa arraba, afaan fuggisoo lallaba. Hayyuun kiyyas, hin soroorsu oduu doofaa, jibbamuurra, birkii baasee, waliin oofa! Erga sanaa... Billaa qaraan wal eeggachaa, jal'aaf karra banee galchaa, Wal soqolee, majaa ripheef, yoon akeeku, sitti duuluun, bu'aa dhufe, yaadee'n beeku! Eeyyee... Wal laalessuu, utuu'n dhiisin, waariif guyyaa, waggaakeetti, dungoo ibseen, waliin iyya, nan taajjabin, argii dhiisi, qaalii kiyya! Aga Guda NL βœοΈπŸ™ Share Like Comment gochu hin dagatiina https://t.me/jalalaadhuga
Hammasini ko'rsatish...
Jaalala Dhugaa

Jaalala dhugaa kana keessa yeroo seentan aadaa Duudha Seera Seena Gammachuu Tolaan argattu #JOIN #SHARE WALIIF GODHA WAL HAA GUDDISNUU

πŸ™ 1
Ilillii fi simbirroo! Simbirroo koo! Anatu si hawwatee Bareeda koo dhodhoosee Foolii koo sitti urgeessee Ofitti si dhiyeesse Eenyummaa koon, anatu si macheesse Garuu... Maal godharee? Ariitiin ani ittiin ofitti si dhiyeesse Urgaa koo, bifa koo, mi'aa koo_ hunda fudhatee Anarraa si fageesse Taliilee https://t.me/jalalaadhuga
Hammasini ko'rsatish...
Jaalala Dhugaa

Jaalala dhugaa kana keessa yeroo seentan aadaa Duudha Seera Seena Gammachuu Tolaan argattu #JOIN #SHARE WALIIF GODHA WAL HAA GUDDISNUU

πŸ™ 4πŸ‘ 2
NAAF KAKACHIISAA! Tarii jaalalakootu Qabaatemoo xurii Ishiitu jijjiirrate Ilaalcha ishii durii? Osoo anaan oodduu Gabaatti haasofti Waayee jiraachuukoo Yoo yaaddu ni qaanofti Ollaatti wacuudhaaf Tasa yeroo hin dhabdu Anatti hasaasuuf garuu Sakoondii tokko hin qabdu Ani osoon hin qabne Badiin ishii hale Waanuman jibbamuuf Garuu nan wallaale Badii ishiin agartee Ittiin na jibbitu Mee naaf gaafadhaa Sinitti haa himtuu Jedhaa naaf gaafadhaa β€œMaali badiin isaa?” Yoon badii qabaadhe Jiraachuufaan dhiisa! Waanta ishiin jettemmoo Naaf kakachiisaa! https://t.me/jalalaadhuga
Hammasini ko'rsatish...
Jaalala Dhugaa

Jaalala dhugaa kana keessa yeroo seentan aadaa Duudha Seera Seena Gammachuu Tolaan argattu #JOIN #SHARE WALIIF GODHA WAL HAA GUDDISNUU

πŸ‘ 5😁 1
Hamster notcoin ittii aane Kan iddoo guddatti eegama jirudha linkiin isaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘ https://t.me/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId982362116
Hammasini ko'rsatish...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

πŸ‘ 2
Ammalle isin hin dabaree hojii kana hojjedha please
Hammasini ko'rsatish...
Invite your friends and get bonuses for each invited friend! 🎁 Your referral link: https://t.me/avagoldcoin_bot?start=242f9b17455463a1bae3
Hammasini ko'rsatish...
AVACOIN

Gold is where you find it.

Hammasini ko'rsatish...

πŸ‘ 1
Baay'een keenya, Akkatti gubannu Beeknee hin dubbannu Fixannee hin himannu Himannee hin fixannu! Akkuma gaafasiiti har'a Hin sirreeffannu miira Suma yaadna Inuma aadna. Gubaa garaa, Dhibee baraa, Yeroo maraa! Namni qaroo dhabe, maaliin tasgabbaa'a? Aarii muddaan qabee waa sagal hakaa'a Yaadaan labneerra Malas dhabneerra gadduu...gadduu... harquu... harquu Dhugaakee imimmaanni hin argu Xaxamneerra dadhabneerra Ofii keenyas taajjabneerra! Gubaa garaa, Dhibee baraa, Yeroo maraa! Otoo carroomtee, maal jetta laata? Hireen keenyas haqakee fakkaata! * 2024 Kanaa'ol https://t.me/jalalaadhuga
Hammasini ko'rsatish...
Jaalala Dhugaa

Jaalala dhugaa kana keessa yeroo seentan aadaa Duudha Seera Seena Gammachuu Tolaan argattu #JOIN #SHARE WALIIF GODHA WAL HAA GUDDISNUU

Amalli kee kaanitti bitaa; Ana keemmoo isatu bita! Calleensa kee dhaggeeffadhee, Addeessa kee dhugeeffadhee; Tasgabbii keetti madaqee, Ariitii koo ofirraa haqee; Aarii keetiin of adabee, Kolfa keetti of sababee; Gochoota kee jechaan ibsee, Karoora koo keetiin kiphsee; Akkan eegetti dhabu sirraa; Akkan seeqetti waliin jirraa! #AnSiiF πŸ–‹ πŸ–€ https://t.me/jalalaadhuga
Hammasini ko'rsatish...
Jaalala Dhugaa

Jaalala dhugaa kana keessa yeroo seentan aadaa Duudha Seera Seena Gammachuu Tolaan argattu #JOIN #SHARE WALIIF GODHA WAL HAA GUDDISNUU

πŸ‘ 1❀ 1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.