uz
Feedback
DADHI TECH

DADHI TECH

Kanalga Telegram’da oβ€˜tish
784
Obunachilar
-124 soatlar
-97 kunlar
-1830 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilarni jalb qilish
Iyun '26
Iyun '26
+3
0 kanalda
May '26
+14
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+15
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+19
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+2
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+14
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+28
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+19
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+1
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+24
1 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+7
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+1
1 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+2
0 kanalda
Get PRO
May '25
+2
0 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+7
1 kanalda
Get PRO
Mart '25
+9
1 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+24
1 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+210
1 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+299
1 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+154
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+205
1 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+66
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+10
0 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+20
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+16
0 kanalda
Get PRO
May '24
+23
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+15
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+13
0 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+82
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+30
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+11
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+28
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+14
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+10
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+18
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+22
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+7
0 kanalda
Get PRO
May '23
+14
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+39
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+8
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+9
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+31
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+28
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+12
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+6
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+38
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+31
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+23
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+3
0 kanalda
Get PRO
May '22
+7
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+5
0 kanalda
Get PRO
Mart '22
+5
0 kanalda
Get PRO
Fevral '22
+6
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '22
+10
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '21
+4
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '21
+11
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '21
+4
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '21
+11
0 kanalda
Get PRO
Avgust '21
+21
0 kanalda
Get PRO
Iyul '21
+13
0 kanalda
Get PRO
Iyun '21
+6
0 kanalda
Get PRO
May '21
+224
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
16 Iyun0
15 Iyun0
14 Iyun0
13 Iyun0
12 Iyun0
11 Iyun0
10 Iyun0
09 Iyun0
08 Iyun0
07 Iyun0
06 Iyun+1
05 Iyun+1
04 Iyun+1
03 Iyun0
02 Iyun0
01 Iyun0
Kanal postlari
βœ… Akkaataa tikkeettii Seensa Re-Exam fudhatuuf buufachuu dandeenyu βœ… Tikeetii Seensa link armaan gadii irraa buufachuu dandee
+1
βœ… Akkaataa tikkeettii Seensa Re-Exam fudhatuuf buufachuu dandeenyu βœ… Tikeetii Seensa link armaan gadii irraa buufachuu dandeessu βœ… Tikeetii Seensa buufachuuf daldala Telebroker isin barbaachisa. Tarkaanfii 1ffaa: link https://verify.ethernet.edu.et jedhu cuqaasaa Tarkaanfii 2 : Download your exit entrance ticket jedhu cuqaasaa. Step 3: If you are second sitter(Re-Exam) cuqaasaa sana booda Telebroker transaction keessan galchaa sana booda download entrance ticket cuqaasuun tikkeettii seensaa mataa keessanii argachuu dandeessu. @

2
Dubbii hayyootaa
Dubbii hayyootaa
14
3
https://shamo.bet/?ref=ORO430
118
4
β€œJireenyi akka daandii dheeraa dha; tarkaanfii tokko tokkoon darbama.” https://t.me/jecha_hayyuu
232
5
β€œNama biraa moo’uuf dura of moo’i.”
199
6
#Update #Exit_Exam #ExitExamRegistration Beeksisa :- Liinkiin galmee qormaata bahumsaa ykn Exit Exam irra deebiin fudhattanii
#Update #Exit_Exam #ExitExamRegistration Beeksisa :- Liinkiin galmee qormaata bahumsaa ykn Exit Exam irra deebiin fudhattanii yeroo ammaa kanatti hojjechaa jira. Barattoonni kana dura isin dide kunoo amma ilaalaa! Hojjechaa jira. Link armaan gadiin seenuun wanta isin gaafatu guutaa! https://exam.ethernet.edu.et/registration Qormaanni bahumsaa ykn Exit Exam kan Waxabajjii bara 2018 Waxabajjii 2-12 bara 2018 akka kennamu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa ibsuun isaa yaadatama. Β  Barattoota irra deebiin qormaata kana fudhatan hundaaf share taasisaa! https://t.me/jecha_hayyuu
94
7

373
8

174
9
Takkaa rakkattee hin beektu taanaan, fira, hiriyaa fi diina kee addaan baafachuun si rakkisa. Rakkoon guddaan jiru hanqina gingilchaa (filter) fi daawwitiiti. Gingilchaan akka meeshaa wantoota faayidaa qabanii fi hin qabne addaan baafnuuf nu fayyada; daawwitiin ammoo akka wantoota sirriitti ilaalluuf nu gargaarti. Namni daawwitii hin qabne waanta fuula isaa dura jiru malee waan fuula isaa irra jiruu fi wanta duuba isaa jiru hin argu; akkasumas namni gingilchaa hin qabne, gingilchee osoo irraa hin qulqulleessin, marqatee wajjin nyaata. Fira dhugaatii fi diina isaa harkaa wal make jechuu kooti. Fira baayyee fi hiriyaa hedduu yeroo gammachuu horatta, garuu firaa fi hiriyaan dhugaa yeroo rakkinaa qofa beekkama. Gingilchaa fi daawwitii sirrii ofii qabaachuu dhabuun jireenya keessatti gatii guddaa si kafalchiisa. Hub: Kolfaa fi jecha babbareedaa qofaan nama hin madaalin. Gingilchaa fi Daawwitii mataa keetii qabaadhu. Qalbii jechuu kooti. https://t.me/jecha_hayyuu
252
10
Hi guys
249
11
Jalqabuuf guddaa ta'uu hin qabdu. Garuu guddaa ta'uuf jalqabuu qabda. ━━━━━━━━━━━ πŸ–Œhttps://t.me/jecha_hayyuu
207
12
https://youtu.be/2FyCxjCZPaU?si=GTRZoUsdwuyTiFg_
204
13
"Jireenya kee namoota biroo dinqisiifachuuf yaaluun hin gubin. Waan jaallattu hojjedhu, waan hojjettu jaalladhu." ━━━━━━━━━━━ https://t.me/jecha_hayyuu
208