cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Dr. Alemayehu Hotessa๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

I preach, Teach, Guide, Advise, Motivate, and Coach! You can contact me at @DrAlemayehuHotessa Click to join https://t.me/+V1glBwIbvAZ9NF_2

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
18 713
Obunachilar
+5824 soatlar
+2887 kunlar
+1 55530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

"Ajaayiba dubbii bara kanaa๐Ÿค”! Ani kanan jedhu maal taanee garuu ijoolleen bara si'anaa kun? Even 'kiristaanonni'. Ofii keenyaf mana ijaarrachuuf jennee waaqa sobduu goonaa? Ani yoon gaafii obboleettii kanaa dubbisuu waaqayyo nattis dubbateera , karaa nama biraas jedha. Ani mee deebidhuma isin kennitanan ilaala jedheen muddame hamman gaafii ishee dubbisee fixutti. Isinis irra dhangalaaftan kaa maal itti hambifattan! Sagalee waaqafi kan namaatu gargar baasuun ulfaate jechuudha nutti. Utuu fuula mucaa hin argin duuba isaa qoratte. Kana jechuun duubaan deemaa dhufee itti garagale harkatti galfadhe jedhee/ sobuun isaayyuu ishii hin jettu jedhee erga ta'ee akka sirrii hin taane ni beeka jechuudhaam isheetu hin beekne malee. Dr eebbifamaa isin!"
Hammasini ko'rsatish...
โค 9๐Ÿ‘ 2๐Ÿ”ฅ 2๐Ÿฅฐ 2
"Dr biliyooni sammuu hikkate isayyuu cubbuun bilisuumma fakkaate hiikee :sammuu dhaloota duwwaa godhe, sammuun dhaloota cubbuu akka qulqullummaatti fudhate bilisummaan sammuu Isa guutuu soda tokko male ejju: isinnimmoo mismaaraa fi burrusaa Waaqnikoo isinitti kennateen deebistaani sammuu dhaloota biliyoona qulqullummaan kan gara qulqullummaatti geessuun hidha jirtu. Waliin Waaqayyoo qulqulluu kana qulqullummaan ni Waaqessina jechaa jirttu. Nama kutata goota hafuurri qulqulluun gootomsee Dr Ale nuuf jiraadha."
Hammasini ko'rsatish...
โค 19๐Ÿ‘ 2๐Ÿ”ฅ 1๐Ÿฅฐ 1
"Entrance dhiyaate jedhee barruu keessan irraan fagaachuun dadhabe xiqqoo qo'adheen dhangaa irbaata irratti nuuf qopheessitan hanbuuqqadheen deebi'e. Uffee nuu jiraadhaa!"
Hammasini ko'rsatish...
โค 2๐Ÿฅฐ 2๐Ÿ”ฅ 1
"Nagaan waaqayyoo isiinf haa baay'attuu jechaa eebbiffama dhugumaatii arrabaa keessaanii irraa ulfinnii waaqayyoo jiraa nama gaayilaa isaan gargaarii fagoo jiruu amma dhugaa bahee sana gaaffii isaa waaniin sirritii hubaadheefiย  baay'ee tokko gammadee galannii ulfinnii guddaan gooftaafii haa tahuu isiinis eebbiffamaa jabaadhaa ayyaansaa dachaa dachaan isiinf haa baay'attuu jedhaa obbollonnii channel kana keessaatii eebbiffama jirtaan nama waqaayyoo dibee nuuf kaseen kadhannaadhaan jabaadhuudhaaniis biraa hin hafiinaa ergaa kootii"
Hammasini ko'rsatish...
โค 3๐Ÿ‘ 1๐Ÿ”ฅ 1๐Ÿฅฐ 1
"Dr! Barrii keessan eebba waaqayyoon badhadhaa haa ta'u malee maalan jedha! ..... Ergaan gidduu kana isin biraa gara keenyaatti buubbisaa jiru dhuka namaa jabeessee abdii namaa haaressa. Eenyummaa waaqayyoo, ofii keenyaa fi namaa nama barsiisa! Bara keessan hundumaa nagaatti nuuf jiraadhaaโค๏ธโค๏ธโค๏ธ"
Hammasini ko'rsatish...
โค 5๐Ÿ”ฅ 1๐Ÿฅฐ 1
"Dr koo ebbiifam goftaan sini haa ebbiisun jedhaa wantaa biraa wantan jedhuu hin qabuu kaa baqaa ebbiifama hafaa obbooleti kanan ebbiifamaf jedhaan sabaabni isaa sennaa ishee kana ossoo hin sasaatin wan nuuf qodeef wa'ee ishetif moo waaqayyoon nan gallaatefadha isaatu ishe gargaare wan ta'eefย ย ย ย ย  bay'een sini jallaadha sini kabbaaja โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ๐Ÿ’ฏ"
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿฅฐ 5โค 3๐Ÿ”ฅ 1
"Dr. dhugaa maal isiniin jedhu? Seenaan obboletti kenyaa kan bayyee namatti dhagahamu fi akkasuma gargarsa Waaqayyoo deemsa ishee keessatti arganidha. Wal'aansi isheef godhame immoo ishee irra darbee dargaggota carraa barruu kana dubbisu argatan maraaf akka tahuu immoo abdii guddaan qaba. Dr. ani adeemsa jireenya dargaggumma koo keessatti akkamin akkan,akka kiristanaa tokkotti deemu qabu barachaan jira. Dhugaa gooftan dachaa dachaa isiin haa eebbisu!! Ayyaana ittin waan yaaddan isaaf rawwattan isiniif haa kennu๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™"
Hammasini ko'rsatish...
โค 7๐Ÿ”ฅ 1๐Ÿฅฐ 1
"Akka amala keenyaati kan nu dandahu gaariin akka waaqayyoo hin jiruu Waaqayyoo ini gara adunyaa kanati eebisee sii umee haa galatefamuuย  jechan ittin sii ibsuu qabu gooftan koo ini hunda dandahuu kanuma calati hubanaa fi ogummaanย  mana kee haa gutu Alexo eebifamii"
Hammasini ko'rsatish...
โค 7๐Ÿ”ฅ 2๐Ÿฅฐ 1
"Nagaan isinif haa baayatu Dr akkaam jirtuu .Dr waaqayoo isini haa ebbisuu bari keessan haa ebbifamu jireenyi keessan haa ebbifamu matiin keessan haa ebbifamu .Dr isin akkaam carromtani?isa carraa kana' oguumaa kana isini keene waaqayoof gaalani haa ta'u.warra yaadani dhukubsatanif'warra cubbuudhan dhukkuba jala galanif'warra ogumaa dhabanif'warra karaan harkaa badif fi k.k.f qoricha isin godhe waaqayyoo.gorsi isin guyya guyyadhan namootaf keennitan baay'ee irraa barachaa jira. Dhaloota chanali kana keessa jirtaan immoo youtube isaniย  sabsicreb fb isani follow gochudhan isani jajaabesa adara .nama waaqayoo nuf keene kana jabbefadhan dhamsa kooti ebbifama ebbaaf ta'a"
Hammasini ko'rsatish...
โค 5๐Ÿ”ฅ 3๐Ÿ‘ 1๐Ÿฅฐ 1
"Dr.Alex Saayintistii biyyaa koo.....๐Ÿ˜๐Ÿ˜Ilaalchii,Yaadnii fi Bilchinnii Sammuu keessanii kan Waqayyoon isiiniif kennee diinqiidha bar...."
Hammasini ko'rsatish...
โค 11๐Ÿ”ฅ 1๐Ÿฅฐ 1