cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Ahlu Sunnaa wal-jama'aa

AS_______WR________WB channel kenyaa kan jalatii wantii arkatan 🚩sunna ergaama s...a..w.. 🚩qiissaa qalbii nama hawwatu 🚩hadiissa ergaama s....a...w 🚩akkata jiruu fi jireenya bifa barrutin hunda ni arkatuu channel #join qofa GROUP 👉 @ISLAAMATUBE

Ko'proq ko'rsatish
FinlandiyaTil belgilanmaganSiyosat
Reklama postlari
1 614
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Ati Qormaata kutaa 12 NAN KUFE jettee aartaayii? Animmoo mufachuu kee fi of dhiphisuu kee kanatti nan kolfe! Baay'en sitti gaddes! @Jechootahayyoota 💥💥💥💥💥💥💥💥💥 Mee waa'ee namoota kufanii milkaa'an tokko sin yaadachiisa; na hordofi! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❍ ROBERT KIYOSAK dureessa Ameerikaa keessaa tokko. Garuu Robert yaalii investimentiin yeroo meeqaaf meeqa nama kisaaredha. ❍ TOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha. ❍ ABRAHAAM LINKEN Pireezidaantii Ameerikaa ta'uuf waggaa 22ffaa isaa irraa eegalee dorgomee moo'amaa waggaa 52ffaa isaatti pireezidantii Ameerikaa tahe. Isaan kunii fi kanneen biroo obsumaan irra deddeebi'an malee waan kufaaniif karoora isaanii hin fannifne. ❏ Kanaafuu abdii kutachuutti wanti si oofu diina kee isa karaatti si hambisuu barbaadu qofaadha. Hin gowwomin ati michuun amanamaan waaqa kee gadiitti karoora kee akka ta'e hubachuun yoo kuftellee hin gadhiisin wajjin kufii ka'i! ❏ Utuu waan meeqaaf abdatamtuu haalatti amantee karaa dhaabbattee haftaa?Matumaa hin ta'u! Ati karaatti hin haftu! Haala yeroon jijjiirutti hin hirkatin! Ati sichi ija baay'ee godhatta; balballi milkaa'inaa hedduun siif banama. ❏ Haala ilaaltee abdii hin kutatiin abdii hin kutatin ammas abdii hin kutatiin !!! Haalli har'aa hin amanamu: ➲ #Har'a hiyyessa yoo taate bor ni sooromta. ➲ #Har'a uffata gahaa hin qabdu yoo tahe bor irraa hafaa qabaatta. ➲ #Har'a miilla qullaa deemta yoo tahe bor kophee jijjirtee keewwaattam! ➲ #Har'a hojii hin qabdu yoo ta'e bor hojjetaa hedduu qacarta! ➲ #Har'a baasii geejjibaaf yoo dhabdeyyuu bor konkolaataa kee yaabdee adeemta! ➲ #Har'a nama si jaallattu hin qabdu yoo ta'eyyuu bor baay'ina fira keetif dhiphatta! ➲ #Har'a utuu biyyi kolfuu yoo boosseeyyuu bor yeroo biyyi boo'u kolfuuf jirta! ➲ #Har'a gurguddoota biyyaa hin beektu yoo ta'eyyuu bor nama guddaaf beekamaa taata. Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal'aansoo qabi, moo'ichi nama wal'aansoo qabu bira jira. Moo'ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama. Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun daawwaa milkoomina keetiti. Obbolee koo ABDII HIN KUTATIN! NEVER GIVE UP! ☆☆☆☆☆☆☆☆ 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 @JECHOOTAHAYYOOTA @JECHOOTAHAYYOOTA
Hammasini ko'rsatish...
📜🖌__||°. Beekumsi( Wanti Qalbii kee irra bu'u) Diin waan ta'eef Nama Diin keessan irraa fudhattan laalladhaa. Namni Diin isaas ta'ee barnoota qalbii isaa fii aqlii isaa Nyaachisu namuma arge hundarraa fudhachuun sirrii miti Fudhatamaas hin qabu. Keessaafuu yeroo ammaa kana Kan isa Keessa warri Fedhii lubbuu isaanii jala Gulufan baay'atan kanatti. Diin kee irra guddaa fii irra Qaalii Wanta ati qabduuti; Wanta Beekumsa Godhattee qalbii kee obaastuu fii Aqiidaa Godhattee Qalbiitti hidhattu Eessaa Akka fudhattu adda baafadhu!. 🎧الشيخ صالح بن عبد العزيز السندي وفقه الله ☘أستاذ العقيدة بالجامعة الإسلامية 📕برنامج صواب مذكرة الأسبوع الخامس تحت عنوان " فوضى القراءة والتلقي" ص ٦ https://t.me/islamtub
Hammasini ko'rsatish...
Ahlu Sunnaa wal-jama'aa

AS_______WR________WB channel kenyaa kan jalatii wantii arkatan 🚩sunna ergaama s...a..w.. 🚩qiissaa qalbii nama hawwatu 🚩hadiissa ergaama s....a...w 🚩akkata jiruu fi jireenya bifa barrutin hunda ni arkatuu channel #join qofa GROUP 👉 @ISLAAMATUBE

#Bulchiinsa_Islaamaa ➛Urwaan wayta carraan hooggansaa biyya Yaman isa gahee hooggansaaf biyyattii seenu akkana jedhe : "Jiraattonni Yaman na dhageessuu!, tan isin ilaaltanii argaa jirtan tuni Yaabbii tiyya (Gaala). Gaafa aangoo gadi dhiisu yoo isii malee waan biroo qabadhee as keessaa bahe hattuudha jedhaa na qabsiisaa.." ‏لما دخل عروة بن محمد " اليمن" والياً عليها ، قال : يا أهل اليمن هذه راحلتي ، فإن خرجت بأكثر منها فأنا سارق! ➛Urwaan turtii waggaa 20f Yaman guutuu hoogganaa ture, gaafa Yaman gadi dhiisee bahus Gaala ufii qofa yaabbatee keessaa bahe. Wanti inni harkatti qabatee bahe yoo jiraate Seyfii/Albee lolaa fi Qur’aana isaa qofa. Rabbiin Rahmata isaaf haa godhu. ولي عروة بن محمد اليمن 20 سنة ، وخرج حين خرج على راحلته فقط وما معه إلا سيفه ومصحفه. ➛Hooggansa gadaa Islaamaatii fi hooggantootaa fi hattoota ammaa walbira qabdee yoo ilaaltu akka Samii fi dachee tana addaan fagaatan. Maddi isaa👇 [ المصدر : تهذيب الكمال ] kitaaba [#Tahziibul_Kamaal) Follow me👇 https://t.me/islamtub
Hammasini ko'rsatish...
Ahlu Sunnaa wal-jama'aa

AS_______WR________WB channel kenyaa kan jalatii wantii arkatan 🚩sunna ergaama s...a..w.. 🚩qiissaa qalbii nama hawwatu 🚩hadiissa ergaama s....a...w 🚩akkata jiruu fi jireenya bifa barrutin hunda ni arkatuu channel #join qofa GROUP 👉 @ISLAAMATUBE

Photo unavailableShow in Telegram
Milkaa’inna Milkaa'eenni : ➛kennaa namni namaa kennuu miti, ➛Meeshaa gadi baatee suuqii bitattuu miti, ➛Waan zariin namaa namatti dabraas miti, ➛Dhaala taatee namarraa waan dhaaltuu miti. Milkaa'inna jechuun ; ​​ ➛Firii ciminna hujii keetiiti, ➛Waan hirriba dhabdee, halkanii fi guyyaa gursaa itti bultee dhufu wahiiti, ➛ Yaaliidha, ➛Cichoomina kee boodaan, ➛Obsa bareeda boodaan, ➛Gufuu fi gufaata hedduu keessa erga dabartee booda waan Rabbiin si milkeessu wahiiti. Anaa fi sillee Rabbiin nu haa mikeessu. Follow me👇 https://t.me/islamtub
Hammasini ko'rsatish...

👇👇👇👇👇👇🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍 👉❤🙌WOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA????????? 🙏CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇🌲🌲👇👇 ✅ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @ABDETUOR 🙏 @ABDETUOR 🙏 @ABDETUOR 👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Hammasini ko'rsatish...
⭕ OLMAA KORONAA
✅ SEENAA OROMOO
OMN TV
⚪KAAYYOO DHALOOTA
✅ARDII JAALALAA💞💞
🔴GALMA OROMOO 🙏
⛳Barsistuu Afaan oromo
⛳Education Tv 💯
GNN TV
✅Oromo Tv ⛳
GDO TV
OBN TV
🔴ONNACHIFTUU JIRUU ⚪
✅DHEEBUU JAALALA
🔴DHUGOOMA ABJUU
⚪MICHUU SEENAA ⛳
OROMO NEWS
ONN TV
🔴Dheebuu dhugaa ⚪
♻JIRUU FI JIREENYA
VOA TV
🌎JECHOOTA OROMOO ⚪⛳
🔴GALMA BEEKSISAA QUNAMUUF⚪
🔴HARARGE TUBE⚪
⭕ORO ADVERTISING ✅
♻ISLAMIC CHANNEL JOIN💯
♻ISLAAM HAYYATI CHANNEL
🔴CHANNALI BARATOOTA OROMOO⚪
🔴ONE LOVE CHANNEL⚪
⛳ISLAM TV
✅ GALMA QEERROO OROMOO 💯
💢GALMEE MARSAA 2FFAADHAF JOIN 🔴
🔴YAAADA YOO QABAATAN⛳
⭕CHANNALI BEEKSIFACHUUF🙏
👉 Yoo ulamaa'iin nutti himte malee waa hin kennannu jechuu dha? 👉 Yoo ulamaa'iin ajaja dabarsite malee Hojiin kheeyrii hojjetamtu hin jirtu jechuu ? 👉 Yoo Sheekh Ebaluun natti hime malee nuti hin goonu jechuudhaa? ➡️ Asiratti ani Sadarkaa ulamaa'ii gad qabuu kiyya ykn ulamaa'ii jala hin deeminaa jechuu kiyya miti . Kayyoon kiyya Sadarkaa Rabbii ulamaa'ii tana uumees akka hin daganneefi. 👉 Namni tokko gaafa Maqaa Rabbiitiin deeggarsa si gaafatee sirraa dhabe, eegasii Maqaa ulamaa'iitiin si gaafatee sirraa arkate dubbiin gara biraa deemti jedheeti. " Nuti bar sababni gafa ulamaa'iin nu gaafatte itti arjoomnuuf maallaqni sun gara biraa hin dhaqu janneeti " jechuu dandeessa. Kuni dhugaa dha. Gargaarsi ati kennitu waan biraa irratti akka sirra hin oolle ykn bakka ati itti niyatteef sun osoo hin gahin akka sirraa hin maqneefi tahuu mala. Yaadni kee yoo akkana tahe yaada bareedaa dha. Garuu, wanti ati beeku qabdu: 1) Hojiin tokko niyyaa keeti irratti rarraati. 2) Yoo dhugaa himne wantoota garii ijaa keetiin argu ykn gurra keetiin dhagahu jirta taha . Fkn, miidiyaan tokko maal akka hojjechaa jiru tarii daawwachaa jirta ykn ammoo dhagahaa jirta. Duuba ati kuni siif hin gahuu . Hojii sun agartee hin amantuu. Ragaa kana caaluu ati kan akkamii barbaadda laata? Bar warri miidiyaatiis yoo gargaarsa si gaafatanii arjoomteef isaanuma bira gala. Yoo ulamaa'iiniis si gaafatte miidiyuma saniif gala malee ulamaa'iin qarshii tokko irraa hin nyaatu bar. Garuu, sadaaqaa kee sun firraa balleessuu hin qabdu. Fakkeenyaaf, yoo ulamaa'iin Teenya nurraa boqatte Masjiidni, Madrasaan, Miidiyaan Islaamaa, kkf hin ijaaramuu? Yoo goote Rabbiif qofa jecha godhuu qabda malee...... Kanaafuu, formulaan keenya sirraawu qaba: Allah > Muhammad > Ulamaa'ii Jaalalti ati Rasuulaaf (SAW) qabdu kan Rabbii yoo caale diin keessaa akka si baasu hubachuu qabda !! 👉 Hubachiisa: ✅ Warroonni Rabbiif qofa ja'anii waa godhan akka jiraniis beekkamuu qaba. ✅ Ani waan natti fakkaate dubbadheetiin jira. Yoon dogongorees Dhiifama naaf godhuu qofa osoo hin taane anallee sirreessaa. Baarakallaahu Fiikum. https://t.me/+VxHosCU84xLve4u9 https://t.me/+VxHosCU84xLve4u9
Hammasini ko'rsatish...
Ahlu Sunnaa wal-jama'aa

AS_______WR________WB channel kenyaa kan jalatii wantii arkatan 🚩sunna ergaama s...a..w.. 🚩qiissaa qalbii nama hawwatu 🚩hadiissa ergaama s....a...w 🚩akkata jiruu fi jireenya bifa barrutin hunda ni arkatuu channel #join qofa GROUP 👉 @ISLAAMATUBE

👉 Yoo ulamaa'iin nutti himte malee waa hin kennannu jechuu dha? 👉 Yoo ulamaa'iin ajaja dabarsite malee Hojiin kheeyrii hojjetamtu hin jirtu jechuu ? 👉 Yoo Sheekh Ebaluun natti hime malee nuti hin goonu jechuudhaa? ➡️ Asiratti ani Sadarkaa ulamaa'ii gad qabuu kiyya ykn ulamaa'ii jala hin deeminaa jechuu kiyya miti . Kayyoon kiyya Sadarkaa Rabbii ulamaa'ii tana uumees akka hin daganneefi. 👉 Namni tokko gaafa Maqaa Rabbiitiin deeggarsa si gaafatee sirraa dhabe, eegasii Maqaa ulamaa'iitiin si gaafatee sirraa arkate dubbiin gara biraa deemti jedheeti. " Nuti bar sababni gafa ulamaa'iin nu gaafatte itti arjoomnuuf maallaqni sun gara biraa hin dhaqu janneeti " jechuu dandeessa. Kuni dhugaa dha. Gargaarsi ati kennitu waan biraa irratti akka sirra hin oolle ykn bakka ati itti niyatteef sun osoo hin gahin akka sirraa hin maqneefi tahuu mala. Yaadni kee yoo akkana tahe yaada bareedaa dha. Garuu, wanti ati beeku qabdu: 1) Hojiin tokko niyyaa keeti irratti rarraati. 2) Yoo dhugaa himne wantoota garii ijaa keetiin argu ykn gurra keetiin dhagahu jirta taha . Fkn, miidiyaan tokko maal akka hojjechaa jiru tarii daawwachaa jirta ykn ammoo dhagahaa jirta. Duuba ati kuni siif hin gahuu . Hojii sun agartee hin amantuu. Ragaa kana caaluu ati kan akkamii barbaadda laata? Bar warri miidiyaatiis yoo gargaarsa si gaafatanii arjoomteef isaanuma bira gala. Yoo ulamaa'iiniis si gaafatte miidiyuma saniif gala malee ulamaa'iin qarshii tokko irraa hin nyaatu bar. Garuu, sadaaqaa kee sun firraa balleessuu hin qabdu. Fakkeenyaaf, yoo ulamaa'iin Teenya nurraa boqatte Masjiidni, Madrasaan, Miidiyaan Islaamaa, kkf hin ijaaramuu? Yoo goote Rabbiif qofa jecha godhuu qabda malee...... Kanaafuu, formulaan keenya sirraawu qaba: Allah > Muhammad > Ulamaa'ii Jaalalti ati Rasuulaaf (SAW) qabdu kan Rabbii yoo caale diin keessaa akka si baasu hubachuu qabda !! 👉 Hubachiisa: ✅ Warroonni Rabbiif qofa ja'anii waa godhan akka jiraniis beekkamuu qaba. ✅ Ani waan natti fakkaate dubbadheetiin jira. Yoon dogongorees Dhiifama naaf godhuu qofa osoo hin taane anallee sirreessaa. Baarakallaahu Fiikum. 👉 Yoo ulamaa'iin nutti himte malee waa hin kennannu jechuu dha? 👉 Yoo ulamaa'iin ajaja dabarsite malee Hojiin kheeyrii hojjetamtu hin jirtu jechuu ? 👉 Yoo Sheekh Ebaluun natti hime malee nuti hin goonu jechuudhaa? ➡️ Asiratti ani Sadarkaa ulamaa'ii gad qabuu kiyya ykn ulamaa'ii jala hin deeminaa jechuu kiyya miti . Kayyoon kiyya Sadarkaa Rabbii ulamaa'ii tana uumees akka hin daganneefi. 👉 Namni tokko gaafa Maqaa Rabbiitiin deeggarsa si gaafatee sirraa dhabe, eegasii Maqaa ulamaa'iitiin si gaafatee sirraa arkate dubbiin gara biraa deemti jedheeti. " Nuti bar sababni gafa ulamaa'iin nu gaafatte itti arjoomnuuf maallaqni sun gara biraa hin dhaqu janneeti " jechuu dandeessa. Kuni dhugaa dha. Gargaarsi ati kennitu waan biraa irratti akka sirra hin oolle ykn bakka ati itti niyatteef sun osoo hin gahin akka sirraa hin maqneefi tahuu mala. Yaadni kee yoo akkana tahe yaada bareedaa dha. Garuu, wanti ati beeku qabdu: 1) Hojiin tokko niyyaa keeti irratti rarraati. 2) Yoo dhugaa himne wantoota garii ijaa keetiin argu ykn gurra keetiin dhagahu jirta taha . Fkn, miidiyaan tokko maal akka hojjechaa jiru tarii daawwachaa jirta ykn ammoo dhagahaa jirta. Duuba ati kuni siif hin gahuu . Hojii sun agartee hin amantuu. Ragaa kana caaluu ati kan akkamii barbaadda laata? Bar warri miidiyaatiis yoo gargaarsa si gaafatanii arjoomteef isaanuma bira gala. Yoo ulamaa'iiniis si gaafatte miidiyuma saniif gala malee ulamaa'iin qarshii tokko irraa hin nyaatu bar. Garuu, sadaaqaa kee sun firraa balleessuu hin qabdu. Fakkeenyaaf, yoo ulamaa'iin Teenya nurraa boqatte Masjiidni, Madrasaan, Miidiyaan Islaamaa, kkf hin ijaaramuu? Yoo goote Rabbiif qofa jecha godhuu qabda malee......
Hammasini ko'rsatish...
Kanaafuu, formulaan keenya sirraawu qaba: Allah > Muhammad > Ulamaa'ii Jaalalti ati Rasuulaaf (SAW) qabdu kan Rabbii yoo caale diin keessaa akka si baasu hubachuu qabda !! 👉 Hubachiisa: ✅ Warroonni Rabbiif qofa ja'anii waa godhan akka jiraniis beekkamuu qaba. ✅ Ani waan natti fakkaate dubbadheetiin jira. Yoon dogongorees Dhiifama naaf godhuu qofa osoo hin taane anallee sirreessaa. Baarakallaahu Fiikum.
Hammasini ko'rsatish...
Allah > Muhammad > Ulamaa'ii Jaalalti ati Rasuulaaf (SAW) qabdu kan Rabbii yoo caale diin keessaa akka si baasu hubachuu qabda !! 👉 Hubachiisa: ✅ Warroonni Rabbiif qofa ja'anii waa godhan akka jiraniis beekkamuu qaba. ✅ Ani waan natti fakkaate dubbadheetiin jira. Yoon dogongorees Dhiifama naaf godhuu qofa osoo hin taane anallee sirreessaa. Baarakallaahu Fi
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.