cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Moyisan Tube

Chaanaaliin kun keessani! πŸ‘‰Walaloo πŸ‘‰Faaruu πŸ‘‰Barreeffamoota garagaraa fi kanneen biroo argattu Contact me: @Poet_chimdi Join πŸ‘‰ @moyisan Youtube keessan kana Subscribe godhaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtube.com/@moyisantube

Ko'proq ko'rsatish
Finlandiya1 259Til belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
1 125
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-67 kunlar
-4330 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hammasini ko'rsatish...
Solomon Alemu Dhangaa Vol2 Full Album 2023

Hammasini ko'rsatish...
Amansiisee Mo'a Dawit Morka New Gospel Song 2023

02:52
Video unavailableShow in Telegram
53.07 MB
Yoon gaaf tokko gaaromee gaaf tokkommoo budoome Gaaf tokko seexanoomee gaaf tokkommoo luboome Yoon gaaf tokko arjoomee gaaf tokkommoo guugadhe Yoo gaaf tokko sorooree gaaf tokkommoo duufadhe Yoon gaaf tokko qajeelee gaaf tokkommoo jalladhe Yoon gaaf tokko qaqqabee gaaf tokkommoo hanqadhe Yoon gaaf tokko dubbadhee gaaf tokkommoo callise Yoon gaaf tokko qajeelchee gaaf tokkommoo jallise Yoon gaaf tokko qasa'ee gaaf tokkommoo dallanne Gaaf tokko tasgabbaa'ee yoon gaaf tokko banbane Yoon gaaf tokko eebbisee gaaf tokko si abaare Yoon gaaf tokko si jajee gaaf tokkommoo si nyaare Maal kun dinqii maal qaba addunyaatoo akkasii Si jaaladhee siif du'ee maalin buuse ammasi Hammaadhus mataakoofi gaaromus anumaafi Dhiisi itti qoramtee of hin jeeqiin kanaafi
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
Akkamitti Akkakkamitti Solomon Alemu Worship

#Egaa... πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ Ibidda qabsiifatte san ofiimakee qaqqaammadhu Tarii yoo sirraa hafemmoo firakees itti waammadhu Ofii keessan jala taa'aa karaa mirgaaf karaa bitaa Barbaachisaa yoo ta'emmoo funyaaniin gad itti lixaa #MAAL_NA_DHIBE! Hayyuun waan hundaa sumadha si caalaa namni hin beeku Seerrikee mudaa hin qabu haasaakee namni hin qeequ Waan sirrii qofa hojjetta herreegnikee sirrii dhufa Hunduu ati kaasnaan ka'ee yoo ati kuffiste kufa Kanaafuu maal na dhibeeree harka siin reeba jabaadhee Bishaan ati yaastu jala hin goru danqaraa baadhee Abbaa barbaade haa nyaatu abbaa barbaade haa dhiisu Iddoo barbaaderra deemee iddoo barbaade haa ciisu
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘‰ELAAMEE MUKA QOREEπŸ‘ˆ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ Qoreekeen waraanamee natti cabus qarrisaa Hin taa'u quxuuxxadhee nan fiiga nan barrisa Dhoqqee keessa dhokattee yoo lixxeyyuu miilakoo Nahee kaayyoo hin gatu naaf hin ta'u jiilakoo Shantama waraanamee yoon ta'eyyuu mammadaa Fuula guuruu hin dhaqu daddabaleen gammada Digdamnis natti cabu jaatamnis natti cabu Hamileenkoo na bu'ee mataakoo gad hin qabu Ol jedheeman curruuqa abdii garaa guuttadhee Keessikoo gabbataadha yoo dudduubaan huuqqadhe πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/waadaa_tube https://t.me/waadaa_tube πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ Youtube keessan kana Subscribe godhaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtube.com/@moyisantube
Hammasini ko'rsatish...
#SABNI_MIRGASAA _HIN_DHABU πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ Erga boossanii boohaakaa maal siniif goona kan biraa Daaraa mataatti naqadhaa dhaqna keessanfaa cicciraa Xurumbaa gaddaa afuufaa wacaa wacumaaf wal kaasaa Namniyyuu sin hin sossobu hanga dandeessan albaasaa Harkuu dabaree wal dhiqa osoo hin boohiin haftuuree Jaarraa dhufee darbu hunda sinitti tolee raftuuree Leencatu dammakee ka'e qabaanuu gadi hin qabu Boossan dhiiga boohaa malee sabni mirgasaa hin dhabu πŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€WAROMOO DHUFEE πŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€ DABTARAA KUFEπŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€
Hammasini ko'rsatish...
Ammumayyuu akka durii na hordoftaa raftee kaatee Maaf jiruukoo hadamsita Maalin si godhe maal taate Yoo nagaakoo nyaatte malee siif hin hojjetuu dhiignikee Anumaan hunkuruufiiree hafuura citaa fiignikee Xiyyakee tokkorraa hafnaan Kan biraa natti darbatta Gammachuunkoo Maal si miidha, gaddakoorraa Maal argatta Lafan sitti dhiphisemoo afaankee qadaadeen nyaadhe Ba'aan sitti fe'adhemoo anuuf siif waan meeqan baadhe Maaf jiruukoo bukeessita harkaaf miillaan itti lixxee Maaliif qubaan na horfita narraa siiqxee natti siiqxee Haaf hafu!!! Chaanaaliin kun keessani! πŸ‘‰Walaloo πŸ‘‰Faaruu πŸ‘‰Barreeffamoota garagaraa fi kanneen biroo argattu Join πŸ‘‰ https://t.me/waadaa_tube https://t.me/waadaa_tube https://t.me/waadaa_tube Youtube keessan kana Subscribe godhaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtube.com/@moyisantube
Hammasini ko'rsatish...
KEOL NEGESA Faarfataa ture. FaarfaΓ±naa ajaa'ibaa ergaa baay'ee jabaa dureen isaa #Waamicha jedhu ergaa baay'ee guddaa Kan of keessaa qabu hojjeetee ture. FaarfaΓ±naa Kan biraatiin osoo eegamaa jiruu sirba #Jamaree jedhuun as bahee lafa sochoose. Icciitiin dudduuba jijjiirama kanaa jiru maali laata. Deebiinsaa isuma bira jira. Namootni faarfannaasaa hin dhaggeeffanne kunooti dhaggeeffadhaa https://youtu.be/hmkGTVCy4ro
Hammasini ko'rsatish...
Faarfataa fi Weellisaa Keol Negasa ll Waamicha ll Jamaree

Faarfataa ture. Waamicha jedhee eegalee osoo Faarfannaa biraan Isa eegniu sirba Jamaree jedhuun as bahee lafa sochoose