Sabansi College Nekemte Campus Pharmacy Department
Medicine is an ever changing science! Itti fayyadamaa !!
Ko'proq ko'rsatish3 015
Obunachilar
+2624 soatlar
+1057 kunlar
+49530 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Enjoy it🫵
record20240624133145.3gpp5.03 MB
00:36
Video unavailableShow in Telegram
13.18 MB
00:25
Video unavailableShow in Telegram
8.84 MB
Repost from Sabansi College
Baga gammaddan!
Eebbifamtoota Kolleejjii Sabaansii marsaa 1ffaa bara 2024 tiif
Kolleejjiin Sabaansii barattoota muummee 'Pharmacy' fi 'Nursing' tiin waggoota lamaan darbaniif leenjisaa ture guyyaa borii (Waxabajjii 22, 2024) ni eebbisa!
Eebbifamtootaa fi maatii eebbifamtootaan baga gammaddan isiniin jedha!
Kolleejjii Sabaansii!
Barrii hin darba wanti hin jijjiiramne hin jiru.Wanti murteessaan ija ofii namootaa fi wanta gaara nutti ta'e irraa kaasanii isa hin jijjiiramne, barootaa fi haalota hunda jijjiiruu danda'u Waaqayyoorra kaa'achuu dha.
Be strong your future is bright
Don't turn left and right
Akkas akkas taane egaa!
Gajamoo citte taane
Hidda muruu dadhabne
Xaddee dulloomte taane
Tabba ba’uu dadhabne
Bona nuuf darba jennaan
Hongeen lafaan nu dha’e
Ganna nuuf darba jennaan
Dhoqqeen mataa nu ga’e….
Fooyyee dhabne takkuma
Tollis - lollis yakkuma!
Quncee fo’uun nu dhibe
Duunees boo’uun nu dhibe!
Ajjeesaa imimmaan cobsu
Garaan koo maalitti haa obsu?
Boshqa reja tanlang
Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.