cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Boonaa Abduu

The Only Official Channel Of Boonaa Abduu Ergaa Qabdan @BoonaaAbdullahi Inbox Ergaa! Web: https://bonaabdu.wordpress.com/ ๐™๐™ฌ๐™ž๐™ฉ๐™ฉ๐™š๐™ง https://twitter.com/BoonaaAbduu FB: https://www.facebook.com/BonaAbduu INSTA: https://www.instagram.com/boonaabduu

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
473
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
-830 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Before you judge, how about you talk to me?
Hammasini ko'rsatish...
Exactly
โค๏ธ
โœ…
๐Ÿ’ฏ.๐Ÿ‘Œ
Hammasini ko'rsatish...
Mil'uu Tibbanaa Uggura Jimaa fi Hiree Ummata Harargee Waxabajjii 4, 2023

Jechoota gaafii gaafatamu keessummeessuu diddaaf gaafattootaf moggaafamuu malan hanga tokko; Finxaaleyyii, Mankaraarisaa, Farreen Nageenyaa (Anti-peace Elelments), Amantaa Dahoo godhachuun แˆ•แŒˆ-แˆ˜แŠ•แŒแˆฅแ‰ณแ‹Š แˆฅแˆญแ‹“แ‰ฑแŠ• แ‰ แˆ€แ‹ญแˆ แˆˆแˆ›แแˆจแˆตแฃ Humnoota Badii fi kkf. Terminology kunniin Dictionary gaafa rakkoon sirna mudatte dubbifamu keessa jira. Jidduu tanas Dictionary sun Library keessaa baafamee dubbifamuu mala. Kanaaf jechootni kunniin akka haarawatti yoo biyyee hurgufatanii bakka ciisanii ka'anii social media kanarra dhufan waanuma dur barame waan taheef akka haarawa isinitti hin taane jechumaafi. Garuu Gaafii keessummeessurra gaafataa dhabamsiisuu tarsimoon jettu jaarraa 21ffaa keessa akka hin hojjannes beekun gaaridha.
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1๐Ÿ˜ 1
#humanity Be an Oromo,, Become an Islam if you want to! Be Orthodox if you want to Be a Protestant if you want Be a worshiper if you want to Be Oromo and be whatever you want But do not support any conspiracy to oppress the people under the guise of religion. Don't support it The people who are harming the people today claiming to have power are human beings They eat, live & they shall die too A man who does not know the day of his death would not commit a treachery against man Injustices is injustice no matter what or where Everlasting is Allah Only. So distance yourself from being with oppressors
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1โค 1
Oromoo ta'ii,,,, Yoo feete Islaama ta'i! Yoo feete Ortodoksii ta'i! Yoo feete Piroteestantii ta'i! Yoo feete waaqeffataa ta'i! Oromoo ta'ii waanuma feete ta'i! Garuu shiraa amantii dawoo godhatee ummata joonjessu kamuu hin deeggarin. Hin amanin. Namoonni hardha humna qabna jedhanii ummata miidhaa jiran kunis namuma. Ni nyaatu, ni udaanu, hin jiraatu ,hin du'u. Namni guyyaa du'u hin beeyne nama irrattis, waaqa irrattis silaa daba hin hojjatu. Zalalam jiraataan rabbi qofa. Isa jabaan hin cabne. Inni nu haa furu.
Hammasini ko'rsatish...
Maailf akkanatti na laalta jennaan, Akkan silaalaa jiru osoo nalaaluu baattee wahi agartaa jedhe namichi. Tiyya malee tee hin taatun, mataan isiituu hin taatu. ๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿคฃ 4
Photo unavailableShow in Telegram
#Jimaa Tarkaanfii Gaaridha Rakkoo Humnaa olii tan Jimaan walqabattee danqaa guddaa taatee jirtu ilaalchisee Ummatni ganamaafi galagala iyyaa jiru dhagahuun waan guddaadha. Koreen jedhames daddafee hojitti seenee rakkinichi akka furamuufi hojmaata badaa dhufuu malus akkaataa ittiin tohatan lafa kaahu jennee abdana. Duulli eegale hanga furmaatni waaraan dhufutti itti fufa.
Hammasini ko'rsatish...
โค 2
Gandummaan Keessoo sabaatti akka dagaagu, saboota garagaraa jidduttis hariirofi walitti dhufeenyi fayyaalessi akka hin dagaagne fi hordooftoota amantaa garagaraa jiddutti jaalalliifi kabajni akka hin waarre gochuudhan GANDUMMAA akka tarsimootti itti dhimma bahuun waan baraafi yeroon irra dabarteedha. SAbboonummaa sabootaa akka madda sodaa aangotti ilaalufi akka waan summii waliin jireenya ummatootaa tahetti balfanii dadhabsiisuf carraaqun ifis balleessanii biyyas unkuruu yoo taate malee bu'aa buusu hin qabaatu. Keessafuu Sabni keessoon isaa Daneessummaa qabu kan akka Oromoo kana Summii gandummaa jidduu isaanitti facaasanii akka tokkummaadhan waliif hin tumsine godhuuf bara hedduuf yaalamaa ture, yaalamaa jirasi. Kan dur yaalames hin milkoofne inni ammaa kunis hin milkaahu. Yaalin boru dhufuu malus akka hinn milkoofne akeeka alagaa dursanii itti dammaquu feesisa.
Hammasini ko'rsatish...
โค 3๐Ÿ˜ 2๐Ÿ™ 1
"Beekumsi dhugaa, Waan beeknu akka beeknu beekuufi waan hin beekne ammoo akka hin beekne beekudha."
Hammasini ko'rsatish...
Hubadhaa!!! Akka waan mariin PP fi WBO jiddutti eegalamee marsaan lammaffaan isaa tibbana godhamuuf jirutti ololamaa jiru soba adiidha. Marsaan lammaffaan yoomifi eessatti akka geggeeffamuuf jiru ifatti wanti beekame hin jiru. Mariin eegalame kan itti fufuuf jiru tahuu isaati malee akka amma odeeffamaa jiru torbaan kanas tahe kan dhufutti ni geggeeffama wanti jedhamu hin jiru. Kanaaf Namootni odeeffannoo sobaatin burjaajii uumtan dhiisaa.
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1