cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

ኦሮምኛ በቴሌግራም

Afaan keenya afaan fedaraalaa haagoonu QUBEE GENERATION DHALOOTA QUBEE Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamuudhaan nuuf bareesuu dandeessu @Bulloobot

Ko'proq ko'rsatish
FinlandiyaTil belgilanmaganMusiqi
Reklama postlari
385
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

00:50
Video unavailableShow in Telegram
#Gootota Oromoo #Ad-Waa Baalchaa Safoo Garasuu dhukii Baqalaa wayyaa HabteGoorgis Diinagdee Abuna pheexeroos Balaay Zallaqaa Abdiisaa Aagaa Aluulaa Abbaa naggaa Gabayoo Gurmuu Gerba M/Gaarii Jaagamaa Keelloo Oliiqaa Dingil Abbichuu warra Jaarsoo Mohaammad Alii Mokkonnen W/D Guddisaa Gootota Aduwaa irratti hirmaatan kan as keessaa hafan comment godhaa mee
Hammasini ko'rsatish...
Repost from QAROO-MAGAZINE
Aduwaa 127ffaa Oromoon erga gootichi Hacaaluu Hundeessaa, kabaja ayyaana Aduwaa isaa isa xumuraa seenaan geeraruun boqotee booda, waggaa waggaan "Aduwaa" gaafa jedhan Hacaaluu Hundeessaa yaadata. "Gaafa gaarreen Aduwaa gaafa maqalee sanii, nuun mitii Farda keenya ni beeku gaafa sanii" Info ➡️  WWW.QAROO.ORG More ➡️ @QarooMagazine
Hammasini ko'rsatish...
Boorana Haa Baraarru! Beelli bellama namaaf hin qabdu! Uummanni keenya Booranaa beela hamaa keessa jira. Lammiin lammiif gaaddisa. Waliif haa dhaqqabnu Booranaaf haa birmannu..🙏 @oddak
Hammasini ko'rsatish...
Boorana Haa Baraarru! Beelli bellama namaaf hin qabdu! Uummanni keenya Booranaa beela hamaa keessa jira. Lammiin lammiif gaaddisa. Waliif haa dhaqqabnu Booranaaf haa birmannu..🙏 @New_Afaan_oromo_music @New_Afaan_oromo_music 
Hammasini ko'rsatish...
ቻናላችንን ሼር በማድረግ ወንድማማችነታችን እናጠናክር በአዲስ አቀራረብ ለመምጣት ስላሰብን ሁላችሁም የኦሮምኛ በቴሌግራም ቤተሰቦች ሼር ላክ በማድረግ ድርሻችሁን ተወጡ በቻናላችን ውስጥ :- 👉የፊንፊኔ 👉የአምቦ 👉የነቀምቴ፣የሻንቡ፣የነጆ፣የጊንቢ፣የደንቢዶሎ 👉የመቱ 👉የጅማ፣አጋሮ 👉የወሊሶ 👉የቢሾፍቱ 👉የአዳማ 👉የአሰላ 👉የሻሸመኔ 👉የሮቤ 👉የጭሮ 👉የአወዳይ 👉የዶዶላ 👉የድሬዳዋ 👉የቡሌ ሆራ ወጣቶች እንደምትኖሩ እናምናለን ኦሮሙማን ሳንጥል ለሰው ልጆች እኩልነት የምንቆረቆር የህዝባችንን መብት የምንጠይቅ ሲጠፋ ለምን የሚል ጠያቂ ማንነት እንዲኖረን መስራት አለብን ይህ የሚሆነው ደግሞ ስንማር ነው! ጀግናችን ታደሰ ብሩ አንድ ጊዜ እንዲህ ብሎ ተናግሯል “ Ummanni Oromoo barachuu qaba; Lammiin barate immoo mirgasaa gaafata. ” ማለት የኦሮሞ ህዝብ መማር አለበት የተማረ ህዝብ ደግሞ መብቱን ይጠይቃል ብሎ ተናግሯል ። በሁሉም አቅጣጫ ማደግን እንወቅ ለወጣንበት ህዝብ እንኑር ባህሉን እንወቅ.....
Hammasini ko'rsatish...
Jirtu ijoollee Oromoo ? "Fira fakkaatee dhadhaan wayaa xureessa. ” "ዘመድ መስሎ ቅቤ ልብስ ያበላሻል" 🌳mammaaksa oromo 🌳@oddak🌳
Hammasini ko'rsatish...
Maaliif namoonni tokko tokko caalchisanii milkaa’uu? ➛ Hawwii cimaa qabu. ➛ Guddisanii yaadu. ➛ Caalaatti fedhii qabu. ➛ Caalaatti cimanii hojjetu . ➛ Wanta godhan ni jaalatu. ➛ Wanta dursuu qabuuf dursuma kennu. ➛ Namoota isaan gorsanii irraa gargaarsa argatu. ➛ Ofii isaanii irratti hojjatu. ➛ Fayyaa isaaniif dursa kennu. ለምን አንዳንድ ሰዎች የበለጠ ስኬታማ ይሆናሉ? ⁃ የበለጠ ምኞት አላቸው። ⁃ ትልቅ ያስባሉ ⁃ የበለጠ ፍላጎት አላቸው። ⁃ የበለጠ ጠንክረው ይሠራሉ ⁃ የሚያደርጉትን ይወዳሉ ⁃ ቅድሚያ የሚሰጧቸውን ነገሮች ያስቀምጣሉ። ⁃ ከአማካሪዎች እርዳታ ያገኛሉ ⁃ በራሳቸው ላይ ኢንቨስት ያደርጋሉ ⁃ ለጤናቸው ቅድሚያ ይሰጣሉ Why some people are more Successful? ⁃ They have more ambition! ⁃ They think bigger! ⁃ They have more desire! ⁃ They work harder! ⁃ They love what they do! ⁃ They set their priorities! ⁃ They get help from mentors! ⁃ They invest in themselves! ⁃ They prioritize their health! @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
Hammasini ko'rsatish...