Gaaddisa Odaa (GO)
⚛️ BEEKSISAA YEROO YEROOTI SIN BIRAN GEENYA!! ⚛️Galmee Online Kamiyyuu nii Galmeessina ⚛️Galmee Online Passport haaraa,Kan Bade fi Haroomsuuf Direction 👉➥ https://goo.gl/maps/FGQs9mU8vgsFGrUeA For text➣ @Gaaddisa_Odaa_Text
Ko'proq ko'rsatishMa'lumot yuklanmoqda...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.Postlar | Ko'rishlar | Ulashishlar | Ko'rish dinamikasi |
01 📌 New Vacancies📌
✍️ position-1: Manager- Administration and Finance department
✍️ position-2: Network administrator-II
✍️ position-3: Customer service officer-III
🌐 How to apply
https://kiyajobs.com/job/ethiopian-bankers-association-ethiopia-12-manager-administration-and-finance-department/
https://kiyajobs.com/job/wagagen-bank-ethiopia-12-network-administrator-ii/
https://kiyajobs.com/job/goh-betoch-bank-sc-ethiopia-12-customer-service-officer-iii/ | 686 | 2 | Loading... |
02 Hidda latiinsa Oromoo
Hidda Latiinsa Gujii
Oromoo Gujii ykn Kontomaafi Daarimu
Oromoon Gujii yeroo ammaa Kibba Itoophiyaa keessa qubatee jiraata. Oromoon Gujii akkuma Oromoota biroo bakka lamatti goodee of waama. Isaanis Kontomaafi Daarimu jedhamu. Kanaafuu boqonnaa kana keessatti waa'ee hidda latiinsa Gujiiisaanii bal'inaan ibsuun yaaleera.
Gujin Gosa gurguddoo sadi qaba.
1.Uraagaa-7
2.Maatii-7
3.Hokku-7
1.Uraagaa-7
1.Galalcha-5
2.Waajituu
3.Sorboortuu
4.Agantuu
5.Daraartuu
6.Golla
7.Haloo
1.Galalcha-5
1.Diigaluu-6
2.Meettaa-3
3.Karrayyu-3
4.Doorannii-1
5.Badii-4
1.Diigaluu-6
1.Gobba
2.Hari'aa
3.Dhaahe
4.Karrayyu
5.Geeshoo
6.Arroojjii
2.Meettaa-3
1.Dambituu
2.Caluu
3.Manqaata
3.Karrayyu-3
1.Morowwa
2.Kojeekaa
3.Boqojjii
4.Doorannii-1
1.Alii
5.Badii-4
1.Iluu
2.Gobayyaa
3.Kurannaa
4. Ukkitu
Dabalata Video kana Dawwadha.
🔗 https://vm.tiktok.com/ZMMbXdjRN/ | 1 888 | 3 | Loading... |
The Manager for Administration and Finance Department is responsible for planning, directing coordinating and Controlling the finance and Administration operation of the Association: formulates policies pertaining to Finance and HR implement policy and the procedure based on the approval of the BoD and ensures the consistent implication of the same. JOB REQUIREMENT Qualification and Experience: […]
280 likes, 15 comments. “Replying to @sheleme.diriba Hidda Latiinsa Gujii Part 40 #fypシ #viraltiktok #viralvideo #viral #africa #worldtiktok #fy @Kanenus Kasa Bayisa @yomi Abebe soboka”