cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Golaa Aartii 🤘

Maal feetu? Hunduu jiruu #sirboota babbaareedo #wolaala qalbii nama hawwatu #qoosaa kolfisisoo #jechoota xinsammu #suuraawwan fuula telegramitif ta'an #kitaaboota gagaari qophessine jirra yaada yoo qabatan @kooketbot ykn @osmen6

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
352
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Qe'ee keeti godante Daangaa nama hin tuqnee Afanin habuuqatte Dhangaa nama hin dhugnee Isaa Ormaaf alaaga Taate malee gachaana Mee maliif si tutuquu Dhufaanif Qe'eefi mana Atoo f
Hammasini ko'rsatish...
Qe'ee keeti godante Daangaa nama hin tuqnee Afanin habuuqatte Dhangaa nama hin dhugnee Isaa Ormaaf alaaga Taate malee gachaana Mee maliif si tutuquu Dhufaanif Qe'eefi mana Atoo Diina hin jettu alaagafi firaa qodee
Hammasini ko'rsatish...
Akkan si jaaladhetti eenyumaanuu jaalachuu hin danda'u. Wantan si waliin raawwadhe tasumallee namoota biroof qooduun waan hin yaadamnedha. Seenaan qaama kootii hundi akkuma kan kee ta'anitti jiraatu. Hiidhii koo ati gorora keen jiiste namuu itti hin bu'u. Morma koo ati dhungoodhaan marsite, rifeensa koo quboota keen naaf filte, laphee koo kan mana keessatti ijaarratte, sarbaa koo barruu harka keen irra deddeebite, mana koo hundaaf iccitii kan ati qofaa kee keessa burraaqxe, 5, 6, 99, 111 Fi kkf hunduu kan kee qofa turan. Ammas kanuma kee qofa. Borullee akkuma kan kee ta'anitti itti fufu. Wanti hundumtuu si na yaadachiisa. Wanti hundumtuu si na hawwisiisa. Kaleessi ati na gammachiiste galaa koo baroota koo hafaniiti. Ati amma na maddii hin jirtu. Garuu na waliin jirta. Ati bar amma kan namaati. Garuu Ani kan kee qofa. Ati bar har'a uumamuu kooyyuu dagatteetta ta'a. Garuu Ani si dagachuu mitii waa'ee dagachuuyyuu yaaduuf human hin qabu. Akka dhuftu hin barbaaddu achuma bakkuma jirtutti nagaa ta'i. Iddoon ani har'a siif qabu duuwwaadha. Kaleessa kee jaallachaa har'a kee irraanfadheen jiruu koo itti fufa. Kan kee kan ture ammas kan keeti. Kan koo kan ture garuu amma kan waldaati. #Share @golaa_artii
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
øsmen unique on TikTok

#oromotiktok #osmen6 #viral

Like gochun nu jajjabessa
Hammasini ko'rsatish...
Horfoftoota channel Keenya gaafii fi deebii channel kanaratti egaluuf yadaara namnii deebii sirrii deebise package 70MB isaaf arjoomama
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
SURREE SHAMARRANII IRRATTI SURUURROON MAAF GODHAMA ? ? AF-GAAFFII KOFALCHIISAA

SUBSCRIBE GOCHUUN VIDEO NUTI YEROO YEROON GADI LAKKIFNU LAALUU HIN DAGATINAA

00:19
Video unavailableShow in Telegram
15.49 MB
Repost from N/a
Hammasini ko'rsatish...
Gaafiif Deebii Kolfisiisoo Fi Barsiisoo Karaa Irratti Goone STREET INTERVIEW

#Streetinterview #kolfisiisoo#oromocomedy

Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.