cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

ABDII SABAA

Hordooftoota keenyaa chanaliin kun kan hundeffameef oduu dhugaa kan biyyaa kessaafi alaa isiin biraan gaahufii

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
198
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

💋💋
Hammasini ko'rsatish...
❤️
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
🔰 BAGA NAGAAN DHUFTAN 🔰 Itiyoo-Teleekom tamsaasa telegramaa sa'aati guutuu afaan oromoodhan jalqabuu ilaalchisee hordoftoota horachuuf badhaasa qopheessera. Linkii armaan gadii fayyadamuudhan galmaa'uu keessaniif qarshii 1000 ni badhaafamtu. Namoota 30 yemmuu affeertan immoo dabalataan qarshii 3000, tokkoon tokkoon namoota affeertanif qarshii 100 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Jamaal. 🔽 https://t.me/Ethiotelecom_Afaan_Oromoo_bot?start=r01871406934 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Jamaaltiin galmaa'aa. JOIN | ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO
Hammasini ko'rsatish...
🔰JOIN | ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO 🔰
Photo unavailableShow in Telegram
🔰 BAGA NAGAAN DHUFTAN 🔰 Itiyoo-Teleekom tamsaasa telegramaa sa'aati guutuu afaan oromoodhan jalqabuu ilaalchisee hordoftoota horachuuf badhaasa qopheessera. Linkii armaan gadii fayyadamuudhan galmaa'uu keessaniif qarshii 1000 ni badhaafamtu. Namoota 30 yemmuu affeertan immoo dabalataan qarshii 3000, tokkoon tokkoon namoota affeertanif qarshii 100 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Jamaal. 🔽 https://t.me/Ethiotelecom_Afaan_Oromoo_bot?start=r01871406934 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Jamaaltiin galmaa'aa. JOIN | ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO
Hammasini ko'rsatish...
🔰JOIN | ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO 🔰
- Jaarraa Abbaa Gadaa Hojii Dipiloomaasiitiif yeroo 70 ol Dooniidhan Bahara Qaxaamuree Jira. - Haaji Aadam Saaddoo Iccitii Dabarsee kennuu diddaaf xalayaa goggogaa alanfatee garatti liqimsee jira. - Baaroo Tumsaa Aangoo Ministeerummaa Dargii dhiisee ummata kanaaf jecha gaaratti du'ee jira. - Elemoo Qilxuu Biyya Yaman magaalaa Edan irraa ka'ee qabeenyaa fi ijoollee isaa biyya ambaatti facaasee gaara gubbaa qorichaa keessatti wareegameera. ... Eeyyee! Galma ga'iinsa qabsoo Oromootiif jecha Qeerroo Ganamaa Irraa hanga Qeerroo Dhaloota Qubeetti wareegama baay'eetu bahe. Kanaaf Galfata jaallan kanaa dagannee atakaaroo gandummaa keessa galuun salphina guddaadha!! Channel kiyya Share invite like godhuu hin dagatinaa.. https://m.youtube.com/channel/UCgCt54jI5rOiUh7QKF3vIbQ/videos
Hammasini ko'rsatish...
KARAA MILKAA’INAA/#THE WAY TO SUCCESS Addunyaa kanarratti namootni jireenya isaanii keessatti milka’aan jedhaman amaloota wal isaan fakkeessu hedduudha qabu.  Amalootni isaan wal fakkeessu kunneen iccitii milka’inaa akka ta’anis irratti walii galama. 1.#Namootni milka’an ofitti amanu Jireenya keessan keessati waan abjootan milkeessuu yoo barbaadan; abjuu keessan galmaan gahuu akka dandeessan onnee keessaniin amanuudha qabdu. Ofitti amanuun kan wajjiin dhalanne osoo hin taane filannoo keenyaan kan dhufuudha. Namootni milkaawan jedhaman iccitii milkaa’ina isaanii yoogguu dubbatan yoo dhageessan ta’e milkaa’ina isaaniif sababni guddaan “wanti hunduu ni danda’ama !” Jedhaanii waan amananiif malee kennaa addaa wajjiin waan dhalataniif akka hin taane himu. Jabaadhee waanan dubbiseef,hojjadheef….bakkan hara’a jiru gahe siin jedhu. Atis bakka yaadde gahuu akka dandeessu laphee keen amani. #2.#Namootni milka’aan kaayyoo qabu. Hundi keenya uumamaan Sammuu waa kaayyeessuu danda’u qabannee dhalanna. Yoo sammuu keetti waa kaayyeffatte bakka yaade gahuuf halkaniif guyyaa carraqxa. Kaayyoon sammuu kee kessatti jiru humna siif ta’a; bu’aa ba’ii jireenya keessatti gufuun yoo si muuddata akka laayyooti akka hin kufne ; yoo kuftes kuftee akka hin hafne; miixxattee akka kaatu;akka abdii hin kutanne humna sitti hora. #3. #Namootni milkaa’an tarkaanfi tokko ful-duratti tarkaanfatu Namootni milka’an kan namootni eeganin alatti dhimma boba’an irratti cimsanii hojjatu. Barataa yoo ta’e haala gaariin qo’achuu; daldalaa yoo ta’e ammoo maamiltoota Isaa haala akamiin qabuun akka irra jiraatu ni beeku. #4. #Namootni milka’an tarkaanfii fudhatu. Namootni milka’an iccitii tokko beeku ” Addunyaa kanarratti tattaafii malee bu’aan argamu akka hin jire; No gain without pain” jedhaniti amanu. Kanaaf bakka yaadan gahuuf sadarkaa garagaraatti murtii dabarsu/tarkaanfii fudhatu. Bakka yaadde gahuu yoo barbaadde afaaniin qofa haasa’uu hin qabdu;bakkayaadde kan si qaqqabsiisu tarkaanfii tokko tokko fudhachuudha qabda. Fkn barataa ciimaa ta’uu akka barbaadu odeessuu osoo hin taane hojiitti seenuu qabda…cimsitee qo’achuu !! #5. #Namootni milka’an kanneen biroo jajjabeessuu jaalatu! Milka’ina jireenyaa yoo barbaadde iddoo oolmaa keeti namoota jiraan kan sii oliis haa ta’an kan sii gadii waan gaarii isaan hojjataan hangamiyyuu xiqqa haa ta’u dinqisiifadhuuf ykn jajjabeessi. Namni dinqisiifatamuu jibbu hin jiru.Kana gochuu keetiif ammoo wanti kaasartu tokkoyyu hin jiru; bu’a garuu ni argata: isaan jajjabeessuu keef sitti gammadu ;ofii kees ni gammada. Nama wajjiin wal-qunnamtii gaarii horatta.Namoota wajjiin walqunnamtii gaarii yoo qabaate jaalalaa fi kabajaa argata.kun ammoo karaa biraan ofitti amantaa kee siif dabala.Kanarra darbee ammoo namootni waliin hojjatu kunneen kayyoo kee hubbachuun galma akka geessuu si cinaa dhaabbatu/si tumsu/ Maarree amaloota namoota milka’anii kanneen jireenya Keenya keessatti shaakaluun milka’inaaf haa hojjannu!!! Waliif #Share gochuu hin dagatiina
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
"Abdii hin kutatin carraa fuuldura kee jiruuf of qopheessi, Kufaatiin gulantaa milkaa'ina kee itti aanu waan taheef jabaadhu! Kufaatiin cimina sammuu keessanii hin ibsu karaa itti wantootni ittiin siif hojjechuu didan barta. ➨ Toomaas Ediisan namichi ibsaa elektiriikii uume yeroo 9,999 milkaa'uu dadhabe garuu yeroo gaafatamu ani hin kufne karaa ittin elektiriikiin ifu hin dandeenye 9,999 bare malee jedhe. ➨ Atihoo Abdii kutannaa keessaa baatee of jijjiruuf qophoofteettaa?? Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta. Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna" siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu. @segnigudeta @wabisegni
Hammasini ko'rsatish...
Faallaa 🤔 Bara durii keessa haayyuun cimaan tokko ka'e. Yaadota inni kaasuniifii barumsa inni kennuun hordoftoota hedduu horate. Namoota wal lolan ni araarsa, waldhabdee biyyattii keessa jiru ni fura, lammiileen biyya sanaa naamusaafi jaalala biyyaan akka ciman isaan taasisa ture. Haayyun kun sammuu ajaa'ibsiisaa qabaatus bifti isaa fokkisaadha ture. Yeroo tokko intala bareedduun tokko ennaa inni barsiisu argitee waan tokko yaadde. Gaafa inni barumsa isaa xumuree waltajjii irraa bu'u eegdee akkas jetteen "Ati haayyuu cimaadha. Animmoo bareedduu biyya kanaati. Osoo mucaa waliin godhannee bifti isaa anatti, sammuun isaa ammoo isinitti baha. Kanaan ammoo haayyuu waan hundaan guutuu ta'a" jetteen. Haayyuu kunis qalbisee erga ishee ilaalee booda akkas jedheen "Tarii bifti isaa anatti, Sammuun isaa ammoo sitti yoo bahe hoo?" jedheen. Hir'ina kee guutuf yaaluu caala jabinni guddaan hin jiru. Hir'uu ofii namootatti hirkatanii guutuu fakkeessuu caala ammoo gowwummaa guddaan hin jiru. Akkuma hayyichi jedhan wanti ati yaadde ofittummaan waan ta'eef faallaa ta'ee badii hamaa geessisuu danda'a. #Share 𝔞𝔯𝔦𝔦🙏🏽🙏🏽🙏🏽 𝙝𝙪𝙣𝙙𝙖 𝙖𝙧𝙜𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪𝙛 👇🏼👇🏼👇🏼 Waliin Taanee Wal Haa Barsiifnu!!! Barnoota Sammuu Keessan Ijaaru Argattu #JOIN Godhaa! 👇👇👇👇 #Koottaa_Nutti_Dabalamaa. 👇👇👇 @Ergaa_Barreeffamaa @Ergaa_Barreeffamaa          ⚠️JOIN⚠️ @Ergaa_Barreeffamaa @Ergaa_Barreeffamaa     ━━━━━━━━━━━━ Share Gochuun Imaanaadha!!
Hammasini ko'rsatish...
🎊Bootii Baankii #Hojii_gamtaa_oromiyaa fayyadamuun yeroo galmooftan badhaasa qarshii 1000 ni argattu! 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 50 argattu! Liinkin affeerraa kesssani ⬇️ https://t.me/Cooperative_bank_of_Oromia_bot?start=r09025631864 🎊 #የኦሮሚያ_ህብረት_ስራ_ባንክ ቦትን ተጠቅመው ሲመዘገቡ የ 1,000 ብር ስጦታ በተጨማሪም 1 ሰዉ ወደ ቦቱ ሲጋብዙ የ 50 ብር ክፍያ ያግኙ🎁 ይህ ማለት 30 ሰዎችን ወደ ቦቱ ሲጋብዙ 2500 ብር አካውንትዎ ላይ ገቢ ይደረጋል ማለት ነው! የመጋበዣ ሊንክዎ ⬇️ https://t.me/Cooperative_bank_of_Oromia_bot?start=r09025631864 Cooperative_bank_of_Oromia
Hammasini ko'rsatish...

Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.