cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Fannoo Media

Join yoo gootan Faarfannaawwan Ortodoksii haaraa bahan, barumsa viidiyoo fi barreeffamaa akkasumas sagalee ni argattu. Filannoo keessan fannoo tube godhaa! Waaqayyo biyya keenya haa eegu, haa eebbisu.

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
464
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-27 kunlar
-630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hammasini ko'rsatish...

Hammasini ko'rsatish...
Faaruuwwan Qulqulluu Mikaa'elii bakka tokkotti || Faarfannaa Ortodoksii Afaan Oromoo 2023 #xoofoo

Faaruuwwan Qulqulluu Mikaa'elii bakka tokkotti || Faarfannaa Ortodoksii Afaan Oromoo 2023 ╔═╦╗╔╦╗╔═╦═╦╦╦╦╗╔═╗ ║╚╣║║║╚╣╚╣╔╣╔╣║╚╣═╣ ╠╗║╚╝║║╠╗║╚╣║║║║║═╣ godhaa! ╚═╩══╩═╩═╩═╩╝╚╩═╩═╝ Youtube:

https://www.youtube.com/@xoofoomedia

Youtube: @fannoomedia Telegram: t.me/fannoomedia Facebook: facebook.com/ortodoksii27 Tiktok: tiktok.com/@fannoomedia Contact us: t.me/ambahg #Fannoomedia #AfaanOromoo #Oromoo #FaaruuOrtodoksii #afaan #faarfannaa_afaan_oromoo #Faarfannaa_Ortodoksii_haaraa #Faarfannaa_Ortodoksii @Orthodox. @fannoomedia @mezmurorthodox @mezmurortheorrthodox @nisebihomezmur-4298 @ortotube4605 @EOTCMK @-mahtot @Kennaatube @fannoostudio @OBNoromiyaa @fibtv1967 @EOTC-OCN @booreeentertainments3259 @yoomilaantube3175 @Dandi_Show @GoldenEthioMusic @GalaaEntertainment @TEWAHIDO @BakakkaaEntertainment @SagaleeDhugaa @firanolmosisa1240 @tesfaStudio @dagnustudio3457 @MohaOromo @ComedianEshetuOFFICIAL @comedianeshetu @QaanqeeShow @howspecialweare @wudasemedia-zemarisolomona8769 @AbbaaBooratube @ArtsTvWorld @ebstvWorldwide @seifuonebs @hopemusicethiopia @visionentertainment4507 @KeekiyyaaBadhaadhaa @gelanagaromsa6119 @DrSonaaf @VOAAfaanOromoo @Oromo1Tube @fanabroadcastingcorporate @fbcafaanoromoo9829 @beresaonlineclass @EBC @Tewahdo Media @Barrikoo Entertainment @Faaruu Daawit - ዝማሬ ዳዊት @oboro media @dhangaalubbuu @Orthodox. #Oboro_media #Faarfannaa_Ortodoksii #Faaruu_Ortodoksii #Faaruu_Afaan_Oromoo ⚠️Any unauthorized use, copying, or distribution is strictly prohibited. Xoofoo Media © 2023. All Rights Reserved.

Hammasini ko'rsatish...

Hammasini ko'rsatish...

Hammasini ko'rsatish...

Hammasini ko'rsatish...

Photo unavailableShow in Telegram
"Jaalalli hunda ni caala" (1Qor 13:13) Qulqulluun Phaawuloos keeyyaata kana irratti xiyyeeffaannaa kennee barumsa kana dabarse waan sadiidha. Kunis Amantaa, Abdii fi Jaalaladha. Kanneen keessaa immoo caalmaa kan qabu jaalaladha jedhe. Jaalalli furtuu ykn golaba waan hundaattidha. Jaalalli Pheexroos isa Kiristoos ganne deebiftee angafa Duuka bu'ootaa taasiste. Booddee jaalala kanaan qabamee mataan gad garagalee dhugaa bahaa Kiristoos ta'e. Jaalali Kiristoos fira fi qabeenya isaanii dhisisee, addunyaas tufatanii Kiristoos duuka bu'anii jiraadhu filatan. Jaalalli midhaagina dachee tufatanii aangoo fi of jaajummaa beekamti dachee kanaas gatii malee taasisanii Waaregamummaan Misirroo Kirustoos akka ta'an kudhama ta'eef. Yaa firaa! Amantaan qaba jettee wal yoo salphistee meerree jaalalli kee? Amantaan qaba jettee waldaa amantaa fi waldaa afuuraan adda wal qoddee taanan meerree jaalali kee? Amantaan qaba jettee isa dhabbate jecha fi gocha keen kufistee, maqaan balleessii adeemtee meerree jaallali kee? Jaalali cubbuu namaf dhiifama taasisa. Ati cubbuu nama ija keen illee hin argine lakkooftee fi itti moogaftee yoo sobdee bama sana namoota biratti gurrachite meerree jaalalli kee? Amantaan qaba jettee bifa fi hiriyuumaan aantee kee taasiftee kan biroo immoo alaagaa yoo taasifte meerree jaalali kee? Amantaan qaba jettee dawoo waldaadhaan manni amantaa abaluu fi tajaajilaa abaluu irratti dulta tanaan meerree jaalalli kee? Amantaan qaba jettee aangoo kettee fayyadamtee jibbaa keessoo keen mana amantaa irratti xiyyoo seeffii kee darbattee waranta tanaan meerree jaalalu kee? Abboottii amantaa fi jaarsaa biyyaa salphisaa amantaan qaba yoo jettee meerree firiin jaalala keettii? Boru mootummaa Waaqayyoo dhaluuf abdii godhattee isa dachee irratti jaalala caalaa arrabsoo namaaf, kabaja caalaa salphisuuf ni ariifatta tanaan meerree jaalalli Phaawuloos fi Kiristoos si barsisee? Osoo aangoo fi beekamtii dacheef ariifattuu Kiristoosin waaqessa jechaa yoo ijan argaa abboottii fi tajaajiltoota biroo hin barbadne meerree jaalali kee?
Hammasini ko'rsatish...
#Hin_Murteessiin ►Waqtii tokko kawaalawwan Gibtsi keessatti monokseen tokko, "Balleessaa raawwate, sirna kawaalaa diigeera" jedhamee himatamuun, monoksoonni hunduu balleessaa isaa kanaaf isarratti akka murteessaniif bakka qofaatti adda of baasanii jiraatan irraa waamaman! Kanneen waamamanii dhufan keessaa inni tokko lammii Itoophiyaa kan ta'e Musee Tsaliim (isa gurraacha) ture. Innis hunduu erga walitti qabamanii booda barfatee borsaa urateerutti cirracha naquun dugdatti qabatee, cirrachichis karaa qaawwa borsaa sanaa akka dhangala'e  dhufee gidduu isaanii dhaabbate. ►Monoksootni walitti qabamanis, 'maaliif kana taasista' yeroo jedhanii isa gaafatan gaddaan guutamee, "Cubbuuwwan koo lakkoofsa hin qabne, kan ani hin argine dugda kootti baadhee osoon jiruu obboleessa koorratti murteessuufan dhufeera" isaaniin jedhe. Monoksoonni sunis baay'ee ni gaabban. Walgahichis murtoo murteessuuf ture sanaa dhiisee bittinnaa'e. ►Jecha wangeelaa, "akka sitti hin murtoofneef namarratti hin murteessiin" jedhu sana gochaadhaan isaan barsiise. Barnoota isaa laphee nama tuqu kanaanis monoksoota sana cubbuu namatti murteessuu irrraa isaan oolche. Waxabajji 24 guyyaa yaadannoo boqonnaa isaati; eebbi isaa nurra haa bulu! Ameen!
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.