Attawhiid
Join https://telegram.me/tawhiid66
Ko'proq ko'rsatish- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Ma'lumot yuklanmoqda...
Sobaa fi dhaaddachuu dhaan Bakka kamillee gahuun hin danda'amu. #Haa_ta'u_male_Garuu Beekumsaa fii sodaa rabbiitiin eessayyu gahuun ni danda'ama. Rabbiin Iimaanaa fi beekumsa nuuf haa kennu.
https://t.me/haqni1maa/361«ijjollen Enyu» Akkuma beekamu guyyaa mursaf onilen irra hin turre Akka carraa tahe har'a yeroon onilen seenu Dubbin akka biraati silas jarri yoom rafte bulti shira xaxu bira #Abadan hin milkooftuبأدلة القرءآن والحديث Gara yaada kiyyatti yeron deebi'u namni ani maqa isa kaasuu hin barbaanne tokko akka fedhef akka jarri feete balaqqame jira Meerre haqa maal godhe re!? Jechoota inni dubbate keessa qabxii lama qofan isiniif fide 1: "Ijjoollen maqa Salafi male muslima ifin jechuun hin tahu jetti " jedhe ❌ Deebii Subhaana allah Namni kijiba akkana guddatu kana yeroo kijibu xiqqishumalle hin qaanfatu!? ijoollee yeroo jedhu Enyufa akka jedha jiru nibektu? Tokko #ibntemiya dha Akkamitti kan jedhuuf ijmaa'iy kan naqqale isa waan taheef Akkamitti ibn temiya fayi dha !? Jettu yoo tahe Akka nama ibnu temiya jaallattu if fakkesse maqa kana if yaamu lagachu isati 100%100 Ammas nama ittin if yaamu tuffachu isaati Namni inni ijjoolle jedha jiru Ulamai sunna kan akka 👉Imaamul al baani 👉Ibnu usaymiin 👉Ibnu baaz…
❛❛ Assalamu Aleykum warahmatullaahi Wabarkaatuh 【Seenaa Sheikh Abdulhamid Awal Urgessa 】 Sheekh Abdulhamiid Awwal - Kan dhalatan Godina jimmaa, Magaalaa Asandaabootti . Joollummaa isaanirraa Qur'aana erga Baratan booda Magaaluma Asandaabotti sheekh Mahmuud irratti ilmii hadiisaa Barachuu eegalan. Kitaabban akka:- ✅️ Usuulu As-salaasa ✅️ Buluugul Maraam ✅️ Riyaadu As-Saalihiin ✅️ Tajriida hanga Juuza tokkoo Sheekh mahmuuduma irrati baratan. Eega tajriida Juuza tokko irra Qara'an Booda, Gaaf…
Assalaamu alykum warahmatullahi wabarakaatuhu Rahmaan nama Aamiin ♥️ jedhe hundaf haqebalu 🤲🤲🤲🤲🤲 ~~~ #Yaa_Rabbii_Kiyyaa √√√√√√√~\\||\\><<>>{❤} #Aamiin jettu male bira hin darbin! ✍️Jiruu kiyyaaf keyrii ✍️Qalbii kiyyaaf Imanaa❤ ✍️Qomaa kiyyaaf Qur'anaa ✍️Biyyaa kiyyaaf wolaabummaa ✍️Lammii kiyyaaf Bilsummaa ✍️Ibadaa kiyyaaf ciminaa ✍️Hawii kiyyaaf milkii ✍️Sammuu kiyyaaf Beekumsaa ✍️Qabeenyaa kiyyaaf barakha ✍️Jirachuuf kiyyaaf nageenya ✍️kanachuuf kiyyaaf sawabaa ✍️Dhibdee kiyyaaf wal'ansaa ✍️Yaadoo kiyyaaf furmataa ✍️Rakkoo kiyyaaf obsa ✍️Kahtimaa kiyyaaf tollaa ✍️Lubbuu kiyyaaf #janata ~ Dangaa biyyaa lamanii kan Addunyaa fi Akiraa,Jalala ilma nama naaf kennii.!!!!!!!!!!!!!!!! Allahumaa Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin yaa Rabbiiyaa Allaah Issiin hundafuu Rabbiin haa kennuu obbolleyaan tiyyaa Issiin haa milkesuu duniya Akkirattii — #Sherwalifgodhaa JZK
https://t.me/haqni1maa/330Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.