cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

3F Media

3F Media is Ethiopian based, Fact Finding news Portal has soon become essential reading for every Ethiopia-Africa-World-watcher since it was launched in March 2020. The blogs/newspaper's

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
4 202
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

አዲስ የተሾሙትን የክርስቲያን ቄሶችን ጨምሮ በመንግስት እና በመንግስት ኤጀንሲዎች እና ግለሰቦች ላይ ክሶች ቀርበዋል https://youtu.be/S4k1dyOpSOc
Hammasini ko'rsatish...
Breaking: Abbootii Haaraa Muudaman, Qaamota Mootummaa fi Namoota Dhuunfaa irratti Himanni baname

#breakingnews #eotc #3fmedia Manni Kiristaana Tawaadoo Itoophiyaa Abbootii Amantaa Haaraa Oromiyaa fi U/Kibbatti Muudaman dabalatee Waajiraalee Mootummaa fi Namoota Dhuunfaa irratti Mana Murtii Fededraalatti Himata banuu beeksise አዲስ የተሾሙትን የክርስቲያን ቄሶችን ጨምሮ በመንግስት እና በመንግስት ኤጀንሲዎች እና ግለሰቦች ላይ ክሶች ቀርበዋል

Godina addaa saba Oromoo Walloo Aanaa Jiillee Dhummugaatti haleellaa humni addaa Amaaraa fi gareen milishaa Faannoo uummata nagaa irratti bananiin lubbuun namoota hedduu darbuun dhagahame. https://3fnews.com/ao/oduu/sanbateen-yaaddoo-keessa-jirti-nuuf-birmadhaa-koominikeeshiinii-aanaa-jiillee-dhummuugaa/
Hammasini ko'rsatish...
"Sanbateen yaaddoo keessa jirti,....nuuf birmadhaa"-koominikeeshiinii Aanaa Jiillee dhummuugaa - Miidiyaa 3F https://3fnews.com/ao/oduu/sanbateen-yaaddoo-keessa-jirti-nuuf-birmadhaa-koominikeeshiinii-aanaa-jiillee-dhummuugaa/
Hammasini ko'rsatish...

Siinoodoosiin mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo phaaphasoota haaraa sabaafi sablammoota of keessatti hammate hundeessuu beeksiste. - Miidiyaa 3F https://3fnews.com/ao/oduu/siinoodoosiin-mana-amantaa-ortodoksii-tawaahidoo-phaaphasoota-haaraa-sabaafi-sablammoota-of-keessatti-hammate-hundeessuu-beeksiste/
Hammasini ko'rsatish...

Phaaphaasota haaraa muudaman 26, Biyyaa lallaabaa isaani fi Maqaa isaani dura; ********** 1. Abbaa G/Maariyaam Negaasaa - Abbaa Gabri'eel - Wallaggaa Lixaa 2. Abbaa T/Haimaanot Wolduu - Abbaa Basiliyoos - Dirre dhawaa 3. Abbaa Gabri'eel W/Yohaannis - Abbaa Ximotewos - Guraagee Sooddoo 4. Abbaa G/Igziabher Tadele - Abbaa Phaawuloos - Arsii lixaa 5. Abbaa Mikaa'eel G/Maariyaam - Abbaa Eliyaas - Kambataa 6. Abbaa Hayiluu Indaalaa - Abbaa Gaariimaa - Harargee Bahaa 7. Abbaa T/Maariyaam Simee - Abbaa T/Haimanot - Gujii Liiban 8. Abbaa H/Yesuus Mangestuu - Abbaa Izraa - Kafaa 9. Abbaa W/Yesuus Ifa - Abbaa Iyasuu - Qeellam Wallaggaa 10. Abbaa Phaawuloos Kebede - Abbaa Daani'eel - Hadiyyaa 11. Abbaa H/Yesuus Tesfaayee - Abbaa Bersumaa - Wallaggaa Bahaa 12. Abbaa G/Yesuus Galataa - Abbaa Minaas - Horroo Guduruu 13. Abbaa Tsagazeab Adugna - Abbaa Epifaniyos - Hayyuu Kawwalaa Mihuur 14. Abbaa H/Maariyaam Geetaachoo - Abbaa Abeel - Harargee Lixaa 15. Abbaa W/Georgis H/Mikaa’el - Abba Bartolomewoos - Kamisee 16. Abbaa Isxifaanos Gebre - Abbaa Raagu'eel - Gargaaraa Phaaphaasii Baalee 17. Abaa G/Medhen G/Maariyaam - Abaa Uri'eel - Goofaa Baskeettoo 18. Abbaa H/Mikaa'el Nuguse - Abbaa Anoreos - Gindhiir 19. Abbaa Abrahaam Meskele - Abbaa Nikodimoos - Daawuroo, Kontaa 20. Aba NiwayeSelase Aklilu - Abaa H/Maariyaam - Gujii Lixaa 21. Abbaa K/Maariyaam Tolosaa - Abbaa T/Hawariyaat - Jimmaa fi Yeem 22. Abbaa W/Maariyaam Tsagaa - Abbaa Absadii - Boorana 23. Abbaa Amdemikaa'eel Haayilee - Abbaa Merkoreos - Arsii 24. Abbaa Merhatsidk H/Maariyaam - Abbaa Deksiyoos - Geede'oo, Burjii, Amaaroo 25. Abbaa Mooges H/Maariyaam - Abbaa Efreem - Hayyuu duree Menagesha.Garaa M/Alem, D/tsehay Giorgis 26. Abbaa G/Yesuus Nuguse - Abbaa Alaazaar - Buunnoo-baddallee
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#Arsenal Manchester United'n moo'achuun dursummaa liigichaa cimsate. Tapha piriyimer liigii England torbee 21ffaan Dirree isaa Fly Elmirates irratti Manchester United kan simate dursaan liigichaa Arsenal goolii 3 fi 2 injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Goolii Arsenal ittiin moo'ate Nikeetaan(2) fi ,Bukaayoo saakaan yoo galchan,galchii moo'amuu jalaa isaan hin baraarre Markas Raashfoord fi Maartineez Manchesteriif lakkoofsisaniiru. Arsenal qabxii 50 walitti qabachuun liigicha dursuu yoo jabeeffatu,Manchester United qabxii 39'n sadarkaa 4ffaa qabateera. Tapha torban dhufuun Arsenal Everton waliin yoo taphatu,Manchester United Christal palace waliin taphata.
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
17'Manchester United 1-0 Arsenal Tapha Piriimiyer liigii England torbee 21ffaa Arsenal Dirree isaa Fly Emirates irratti Manchester keessummeesseen Manchester goolii daqiiqaa 17ffaa irratti Rashford galcheen dursaa jira.
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#MaanchistarSiitiin qabxii murteessoo sadii galmeesse! Dorgommii Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 21ffaan Maanchistar Siitiin tapha Woolvis waliin taasise 3 fi 0n injifate. Goolii sadan Maansiitiin ittiin injifate Erling Haaland lakkoofsisuun, galchii isaa bara kana liigicha irratti galches gara 25tti ol guddise. Erling Haaland bara kana taphoota kudha sagal irratti hatrikii isaa 4ffaa galmeesse. Siitiin injifachuu hordofee garaagarummaa dursaa liigichaa Arsenal kan amma Manchester United waliin taphachaa jiru waliin qabu,gara lamatti gad xiqqeessuun Qabxii 45n sadarkaa 2ffaa qabateera. Mo'icha kan keessummeesse Wolvis immoo qabxii kudha torbaan sadarkaa kudha torbaffaa irratti argama. Torbe itti aanu irratti Maanchistar Siitiin Tootinaam waliin yoo taphatu Woolvis ammoo Liivarpuul waliin taphata. Odeessaalee waytaawaa birootiif YouTube: https://bit.ly/2Yyvu8B Telegram: https://t.me/FFF_Media Twitter: https://bit.ly/2VfE36G Instagram: https://bit.ly/3jN1C0o Website:3fnews.com Facebook:facebook.com/3fafaanoromo nu hordofaa!
Hammasini ko'rsatish...