cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈

“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6). ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
2 326
Obunachilar
+224 soatlar
+27 kunlar
-330 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
#Barabbaan sababii fincila magaalaa keessatti kaÊŒeetii fi ajjeechaa namaatiin mana hidhaa keessa buufamee ture.    =Luqaas 23:19 - #Hiika maaqa isaa « Barabbaan» jechun Jecha Afaani ❝Aramikki tti❞ -kunis jechoota lama irra walitti dhufe.  #Βαραββ៶Μ= #Bar(Βαρ) jechun #ilma jechudha #Abbaan(αββ៶Μ) jechun immo Abbaa jechudha. jechoonni laman kuni yoo walitti dhufan "ilma Abbaa" jechudha. ➛Haata’u malee Kiristoos namicha kana harka Seexanaa baasee jira Namichi Barabbaan jedhamu tokko #finciltoota goolii kaasanii nama ajjeesan wajjin mana hidhaa keessa ture.   =Maarqos 15:7 Isaan amma illee iyyanii, “Lakki, Barabbaan malee isa miti!” jedhan. Barbaan kun #saamtuu ture.    =Yohannis 18:40 Luboonni hangafoonnii fi maanguddoonni garuu akka Barabbaan gad dhiifamee, #Iyyaasus(kiristoos) immoo ajjeefamu akka isa kadhataniif namoota sossoban.     =Maatewos 27:20 telegrama https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Hammasini ko'rsatish...
👍 7
#Barabbaan sababii fincila magaalaa keessatti kaÊŒeetii fi ajjeechaa namaatiin mana hidhaa keessa buufamee ture. =Luqaas 23:19 - #Hiika maaqa isaa « Barabbaan» jechun Jecha Afaani ❝Aramikki tti❞ -kunis jechoota lama irra walitti dhufe. Βαραββ៶Μ= #Bar(Βαρ) jechun #ilma jechudha #Abbaan(αββ៶Μ) jechun immo Abbaa jechudha. jechoonni laman kuni yoo walitti dhufan "ilma Abbaa" jechudha. ➛Haata’u malee Kiristoos namicha kana harka Seexanaa baasee jira Namichi Barabbaan jedhamu tokko #finciltoota goolii kaasanii nama ajjeesan wajjin mana hidhaa keessa ture. =Maarqos 15:7 Isaan amma illee iyyanii, “Lakki, Barabbaan malee isa miti!” jedhan. Barbaan kun #saamtuu ture. =Yohannis 18:40 Luboonni hangafoonnii fi maanguddoonni garuu akka Barabbaan gad dhiifamee, #Iyyaasus(kiristoos) immoo ajjeefamu akka isa kadhataniif namoota sossoban. =Maatewos 27:20 telegrama https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha https://www.facebook.com/100022425215290/posts/pfbid0XuVGjYg7mDEo3VmYLiR2NZcJSVgzvYbXgWcvPunyHxUKntg6VJwnY9KTyan6YdxWl/ #Barabbaan sababii fincila magaalaa keessatti kaÊŒeetii fi ajjeechaa namaatiin mana hidhaa keessa buufamee ture. =Luqaas 23:19 - #Hiika maaqa isaa « Barabbaan» jechun Jecha Afaani ❝Aramikki tti❞ -kunis jechoota lama irra walitti dhufe. Βαραββ៶Μ= #Bar(Βαρ) jechun #ilma jechudha #Abbaan(αββ៶Μ) jechun immo Abbaa jechudha. jechoonni laman kuni yoo walitti dhufan "ilma Abbaa" jechudha. ➛Haata’u malee Kiristoos namicha kana harka Seexanaa baasee jira Namichi Barabbaan jedhamu tokko #finciltoota goolii kaasanii nama ajjeesan wajjin mana hidhaa keessa ture. =Maarqos 15:7 Isaan amma illee iyyanii, “Lakki, Barabbaan malee isa miti!” jedhan. Barbaan kun #saamtuu ture. =Yohannis 18:40 Luboonni hangafoonnii fi maanguddoonni garuu akka Barabbaan gad dhiifamee, #Iyyaasus(kiristoos) immoo ajjeefamu akka isa kadhataniif namoota sossoban. =Maatewos 27:20 telegrama https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Hammasini ko'rsatish...
🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈

“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6). ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)

🙏 2
✍dhifama wajjin kana booda wanta wali arginuu nati hin fakkaatu.🙈 -Nama bira iddoo isin busee jira. -Waaqayyo isin fana Haata’u. turti gaarii isiniif Haata’u 🙏🙏
Hammasini ko'rsatish...
😢 20👍 6
Sanyiin akka gaarii biqila; mukni wayiniis ija naqata; lafti midhaan kenniti; samiiwwanis fixeensa isaanii coccobsu. Ani waan kana hunda dhaala godhee hambaa saba kanaatiif nan kenna. Zakkaariyaas 8:12
Hammasini ko'rsatish...
👍 10❀ 2