cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Finfinne Times

Reklama postlari
3 455
Obunachilar
+2824 soatlar
+647 kunlar
+42930 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

#Eeruu Hoggaansi qarsaa maallimmaatti bulchan qarsaa maallimmaa Obboo Warqiina Tafarra fi hooggantooni poolisii qarsaa maallimmaa amma aanaa s/daacciitti hooggaana Rib haaraa dhufe simaachu s/daaccii jirti. Sa'ati amma marii dhimmaa Opertion irraatti gaggeessa jirti. Konoleen haaraa dhufes marii kana keessatti hirmaacha jira...
Hammasini ko'rsatish...
#AMBOO uummanni of eeggannoo tolcha. OROMIYAAN BIYYA #መረጃ፦አምቦ ህዝባችን ጥብቅ ጥንቃቄ እንድታደርጉ እንመክራለን....
Hammasini ko'rsatish...
#Naqamtee Ppn Manarra deemte Maqaa Kireefta galmeessa oolte Of Eeggannoo. #መረጃ፦ብልፅግና ነቀምቴ ከተማ ውስጥ ቤት ለቤት እየዞረች ተከራይ ስትመዘግብ ነው የዋለችው.....
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Eeruu Tikii hamaan Gazzuu Ganyeecha jedhamu kun K/L/shaggar aanaa Toleetti ani RIB keessaa ganeen dhokadheen jira jechun hojii basaasummaa hamaatti wan jiruf hawwaasi eeruu kana waliif qoodun irraa oftiksaa hanga harka abbaa haqaa seenuuti.
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Haabadan Hin Nyaattu Suuraan kun loonii fi re'oota ummataa aanaa Martii ganda Wotaroo diinoo Ardaa Dileebaati. Caamsaa 29/2024 waraanni pp humnaan dhaanun isiin warra WBO jiraachiisu jettee erga irraa ooffatteen booda iddoo isheen itti qalachaa jirtutti irreef gaachanni sabaa jajjabeen Cibraa Hambaa Aanoolee itti shiduun heedduu ishee du'aaf madoon adabee harkaa buusuun ummaatichaaf dachaaseedha !! IUOf
Hammasini ko'rsatish...
Salaalee komaandoo 6 lafatti naqe. #መረጃ፦አሁን ቅርብ ሰዓት ሰላሌ ላይ 6 የብልፅግና ኮማንዶን ረፍርፏቸዋል.....
Hammasini ko'rsatish...
01:02
Video unavailableShow in Telegram
ዘመቻ ኢርቡ ሺኒጋ ፋሽስቱን የብልፅግና ሠራዊት ትንፋሽ እየቆራረጠ ይገኛል.....
Hammasini ko'rsatish...
Wbon giddu galeessaa haxxee isheen hiite haala hin eegameen deebisee haxxee itti hidhuun waxalaa jira. Jajjabe-duratti OROMIYAAN BIYYA #መረጃ፦ፋሽስቱ ቡድን በማዕከላዊ ኦሮሚያ የኦሮሞ ነፃነት ሠራዉትን ከበብኩ ብሎ ቃታ ከመሳቡ ከባቢው እራሱ በጀግኖቹ ተከባ እየተቆላ ይገኛል....ለጊዜው ቦታው ያልተገለፀው በምክንያት ነው!!
Hammasini ko'rsatish...
7👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Mucaan kun Ijoollee Wallaggaati. Maqaan isaa Mika’el Sagadu Atoomsaa jedhama. Waraqaan isaa ijoollee Naqamtee akka taye mul’isa. Gara Saudi Arabia osoo deemaa jiru akkuma doonii irraa bu’een dangaa Yamanii irratti du’e. Ijoolleen waliin jirtu achumatti awwaalte. Maatii isaatti bilbiluuf namni bilbila maatii beeku hin jiru. Hadaraa share godhaa maatin argee akka sabbaru.
Hammasini ko'rsatish...
👍 3
#መረጃ፦ዛሬ በሸገር ከተማ ሱሉልታ ወረዳ በቾ አባሌ ቀበሌ ላይ የህዝባችንን ቤት አቃጥለው ወደ ሱሉልታ ከተማ ሲመለሱ የነበሩ 14 የፋሽስቱ ብልፅግና ቡድን የመከላከያ አባላት ላይ በወሰደው በከካ 7 ቀርጥፎ 3 ክፉኛ አቁስሎ 3 ጨብጦ የተቀረችው ፈርጥጣለች....
Hammasini ko'rsatish...