cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

BBC Afaan Oromoo Official

Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koo

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
98 374
Obunachilar
+10624 soatlar
+9097 kunlar
+4 17630 kunlar
Post vaqtlarining boʻlagichi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Nashrni tahlil qilish
PostlarKo'rishlar
Ulashishlar
Ko'rish dinamikasi
01
Mootummaan naannoo Oromiyaa dararaan uummata naannichaa irra gahu daran waan hammaataa deemeef qaamonni hidhatanii socho’an gara qabsoo nagaatti akka deebi’aniif gaafatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CJeGzvp
3 7631Loading...
02
Filannoo waliigalaa Afrikaa Kibbaatti Caamsaa 29, 2024 gaggeeffameen paartiin erga sirni kolonii kufee booda aangoorra ture -ANCn sagalee caalmaa dhabaa jiraachun barame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eQ7rhua
3 6521Loading...
03
Himatni Doonaald Tiraamp 34, kan akka malee abbootii seeraa mufachiisee fi ragaa baatota hedduu hiriirsise ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JiojRK0
5 6560Loading...
04
Dureessi Kooriyaa Kibbaa Cheey Tee-woon haadha warraasaa duraaniif maallaqa biyyattii woonii tiriiliyoona 1.38 akka qoodu itti murtaahe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wCMUEXT
6 4801Loading...
05
Dorgommii dhaabbata teeknooloojii guddicha biyya Chaayinaa Huawei jedhamuun qophaa'e kana keessa akka seenuufis barnoonni inni hordofaa jiru akka bu'uura isaaf ta'e hime Biyyaa'ol. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/n1pIJ6q
7 8817Loading...
06
ukireen meeshaalee waraanaa US irraa argatteen daangaa Raashiyaa haleeluu akka hayyamaniif dhiibbaan Pirezidaant Joo Baayidan irratti cimaa dhufeera.Biyyoonni michuu US ta'an heddu Yukireen deeggarsa meeshaalee argatte fayyadamuun daangaa Raashiyaa akka haleeltu hayyamuuf mallattoo agarsiisaa jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/afx07vM
7 4342Loading...
07
Waa'ee qormaataa abjootuun nama hunda bira hin jiru, yoo jiraates hundi hin yaadatu. Namoonni waa'ee qormaataa abjootanii dhiphatan garuu mudannoosaanii qoodaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZCDFoYa
7 2428Loading...
08
Magaala guddoo naannoo Somaalee kan taate magaala Jigjigaatti dorgommiin kubbaa miilaa waggaatti si'a tokko taasifamu gaggeeffamaa jira. Dorgommii tapha kubbaa miilaa naannichatti gaggeeffamu daawwachuuf namoonni heddu bakkeewwan garaa garaa naannichaarraarraa gara magaala Jigjigaatti imalu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eycb8o1
13 5056Loading...
09
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa xalayaa A.L.I Caamsaa 19, bara 2016 koree dhaabbii dhaabbilee Dimokiraasiitiif barreesseen, erga qondaalli dhaaba ABO Battee Urgeessaa Ajjeefamee haala angaa’ota dhaabichaa mana hidhaa jiranii irratti boordichatti irra deddeebiin iyyachaa turuu eere. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rxOBEWz
13 0914Loading...
10
Olompiyaakoos dorgommii kilabootni Awurooppaa irratti hirmaatan keessaa tokko isa ta'e Koonferensi Liigii injifachuun seenaa haaraa galmeesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xRYp45L
13 8162Loading...
11
Olompiyaakoos dorgommii kilabootni Awurooppaa irratti hirmaatan keessaa tokko isa ta'e Koonferensi Liigii injifachuun seenaa haaraa galmeesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xRYp45L
12 9641Loading...
12
Wiirtuu Roobootiksii fi Teeknolooji Abugidaa jedhamu jalatti barattoonni leenji'aa turan torbee muraasaan dura waldorgommii roobootiksii ''roboo-feest'' idil-addunyaa Ameerikaatti adeemsifameen damee sadiin injifataniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x4IejDB
11 8913Loading...
13
Fakkiin Moonaa Liizaan fakkiiwwan addunyaa keenyarratti hunda caala beekamoo ta'an keessaa tokko yoo ta'u, garuu iccitiin fakkii kanaa barootaaf dhokataa ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HlCNwbE
11 60712Loading...
14
Waraanni Gaazaatti gaggeeffamaa jiru yoo xiqqaate ji'a torbaaf itti fufuu akka danda'u qondaalli olaanan Israa'el himan. "Ji'oota torbaaf waraanni akka itti fufu eegna," jedhan gorsaan nageenya biyyaalessaa muummee ministeeraa, Tzachi Haneegbii. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GyBMnkw
12 5583Loading...
15
Bara dorgommii 2023/24 keessa akkuma bara kaanii Piriimiyeer Liigii Ingiliz keessa reekardiiwwan haaraan taphattootaan, leenjistootaafi kilabootaan galhamaan jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c48JiFV
15 1664Loading...
16

14 9343Loading...
17
Bataskaanni Ortodoksii Itoophiyaa rakkoo cimaa keessa darbaa akka jirtu Paatiraarkin bataskaanattii Abuna Maatiyaas ibsan.Abuna Maatiyaas kana kan jedhan wal-gahii waliigalaa sinodosii bataskaanattii har'a eegalerratti yoo ta'u qormaanni alaafi keessaa bataskaanattii akka mudatan dubbatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zIk5paX
15 0421Loading...
18
Uummata Afrikaa Kibbaa keessaa %3 kan tahan [miliyoona 2.4] kan tahan baqattootadha. Baqattoota kanneen keessa ammoo lammiileen Itoophiyaa kumaatamni jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qOPh63p
14 5183Loading...
19
Waliiti bu’insa deeggartoota mootummaa Eertiraa fi mormitoota gidduutti Israa’el magaalaa Teel Aviivitti mudateen dubartiin tokko albeen waraanamuun lubbuun ishee darbe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mriPRO3
14 6454Loading...
20
Kooriyaan Kaabaa afuuffeewwan qilleensaa 90 holola siyaasaa fi balfaa bulchiinsota Kooriyaa Kibbaa daangaarratti argamanitti ergite. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DnKorQh
14 4493Loading...
21
Ameerikaan Israa'el Raafaa keessattii weerara humna guutuu geggeessiteetti waan jedhutti hin amantuu jedhan dubbiihimaan Waayit Haaus Joon Kiirbii via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dqTvQzl
14 3422Loading...
22
Iraan keessatti adabbiin du'aa raawwatame heddummaachuun, bara 2023 akka addunyaatti lakkoofsi namoota du'aan adabamanii akkaan akka dabalu taasiseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tlEpkb6
13 7482Loading...
23
Kaaba Naayijeeriyaatti shamarran 100 heerumsiisuuf karoorri qabame, erga shamarran hedduun umriinsaanii kan gaa'elaaf hin geenye ta'uun baramee booda akka dhaabbatu taasifameera via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MGgwDqC
14 6984Loading...
24
Biyyootni Awurooppaa baayyeen biyyi Filisxeem jiraachuuf beekamtii kennuun dhiibbaa uumaa jiraatanis, fedhiin isaanii kun ammallee danqaa guddaan of duratti kan isaan eeggatu ta'uu ni beeku. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eFsJ6nZ
13 8731Loading...
25
Kaampaaniwwan shittoofi wantoota bareedinaaf oolan omishan galteewwan ijoollen xixiqqoon funaanan irraa ta'uu BBC qoratee saaxile. Galteen shittoo qaalif oolu jasmiin jedhamu ijoollee xixiqqoon akka funaanamu BBCn qorannoo gaggeessen bira gaheera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CH430hi
15 1062Loading...
26
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoopihyaa kutaalee biyyattii adda addaa keessatti waraanaa fi waraanaan alatti sarbama mirgaoota namoomaa raawwatamaa jiran keessaa murtee seeraa malee ajjeesuufi hidhaan akkasumas ajjeechaan namoota nagaa akkaan dabalaa jiraachuu ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qPOLVhU
17 4145Loading...
27
Pirezidanti Siiriil Raamaafoosaan amala isaa kan namatti tolu, magaalaatti kan dhalateefi dursaa gamtaa hojjattootaarraa gara abbaa qabeenyummaa beekamaa kan qaxxaamureedha.Namni siyaasaa muxxannoo waggoota kurnan lamaa qabaniifi dursaan Afriikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaan, ofitti amanaa fi nama surraa qabaniidha. Kanarraafi dhimmoota kaaniirraa ka'unis marsaa lammaffaa akka filataman kan amanan jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/z4CX750
17 9605Loading...
28
Pirezidantiin Yukireen Volodmiir Zeleniskii nageenyi akka bu'u yoo barbaadame biyyoonni lixaa humna qaban hundaan Raashiyaa dura dhaabbachuu qabu jechuun akeekkachiisan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zDwvB46
15 9602Loading...
29
Ministirri Mummee Israa'el Beenjaamiin Netaaniyaahuu haleellaa qilleensaa Raafaa keessatti Dilbata darbe raawwataniin namoonni nagaa baayyee ajjeefamanillee waraana Hamaas irratti jalqaban akka itti fufan kakatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4xKdvLG
16 1212Loading...
30
Namoonni manneen nyaataa biyyattii keessaa qaban fi BBCn dubbise kunneen waan biddeena tolchuuf barbaachisu hunda: daakuu xaafii, bishaan, raacitii, eelee fi waan hunda geessanis inuma dide jedhan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qmkBglp
17 2082Loading...
31
Taphataa akkaan callisuun beekamudha. %99 callisee hojii isaa hojjeta. Yoo dubbate ammoo kallattiin dubbachuun waan beekamuuf abidda buusa. Leenjisaa ykn taphattoota kaan gammachiisuuf ykn maal na jedhu jedhee bira qabanii dubbachuu hin beeku. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l8MuVvK
19 71910Loading...
32
Ajjeechaa mucaa umuriin waggaa 14 fi tiksee hoolootaa Ebla 12 Weesti Baank keessatti raawwatmeef, qubattoonni Israa'el haaloo bahuun himame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7si0Ywx
19 1882Loading...
33
Hoggantootni Maanchister Yuunaayitid dorgommiin bara akanaa akkamiin akka xumuramee fi qabxii argatan irratti madaallii gaggeessuu jalqaban. Dhimmi mata duree jabaa tahe garuu hiree fuulduraa kan leenjisaa isaanii Erik Ten Haagidha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rgDoGIE
18 1818Loading...
34
Ministerri Fayyaa Gaazaa Hamaasiin hogganamu akka ibsetti, dho'insa dawoo baqattootaa naannoo Raafaatti argamutti qaqqabeen namoonni hedduun ajjeefamanii kaan mada'uu hin hafne. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lQ5yaDt
16 2314Loading...
35
Hoggantootni Maanchister Yuunaayitid dorgommiin bara akanaa akkamiin akka xumuramee fi qabxii argatan irratti madaallii gaggeessuu jalqaban. Dhimmi mata duree jabaa tahe garuu hiree fuulduraa kan leenjisaa isaanii Erik Ten Haagidha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rgDoGIE
15 5024Loading...
36
Ertiraan wayita guyyaa walabummaashee yaadatuutti haasaan Pirezidantiin biyyattii Isaayaas Afawarqii kan yeroo biraa miidiyaatti baayinaan hin mul’annee ni eegama.Sababiinsaas haasaa isaanitiin ejjannoo mootummaasaanii, naannichaa fi addunyaa akkasumas dhimmoota waqtaawaa ilaalchiisuun ergaa waan dabarsaniifiidha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/28lrgMh
15 8155Loading...
37
Ibsa qindaa’aa gaafa Caamsaa 22,2024 baasaniin Ispeen,Noorweeyiifi Ayarlaand Fiilisxeemiif gaafa Caamsaa 28 beekamtii biyyummaa kennuuf karoorfachuu himan.Hoggantoonni Fiilisxeem murtoo kana yoo simatan Dhaabbanni Bilisummaa Filisxeem (PLO) ‘’yeroo seen-qabeessa’’ ittiin jedhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uZEnPxB
18 3774Loading...
38
Hamaas rokeetiiwwan gara giddugaleessa Israa'el naannawa magaalaa Tel Aviivitti dhukaasuu ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/F7VzSBi
21 4598Loading...
39
Tapha Waancaa FA xumuraa injifachuuf ga'umsa Erik Teen Haag Sanbata kaleessaa agarsiisan wayita ilaaltu gaaffii kana kaasta jedhaa BBC Ispoortiif kan barreessu Alan Sheerer. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/J3As2Xq
19 9697Loading...
40
Haleellaa humnoonni Raashiyaa magaalaa Kaaba Yukireen, Karkiiv irratti raawwataniin yoo xiqqaate namoonni 12 yoo du'an 43 kan ta'an ammoo mdaa'aniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Jvz6IMl
18 1674Loading...
Mootummaan naannoo Oromiyaa dararaan uummata naannichaa irra gahu daran waan hammaataa deemeef qaamonni hidhatanii socho’an gara qabsoo nagaatti akka deebi’aniif gaafatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CJeGzvp
Hammasini ko'rsatish...

Filannoo waliigalaa Afrikaa Kibbaatti Caamsaa 29, 2024 gaggeeffameen paartiin erga sirni kolonii kufee booda aangoorra ture -ANCn sagalee caalmaa dhabaa jiraachun barame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eQ7rhua
Hammasini ko'rsatish...

Himatni Doonaald Tiraamp 34, kan akka malee abbootii seeraa mufachiisee fi ragaa baatota hedduu hiriirsise ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JiojRK0
Hammasini ko'rsatish...

Dureessi Kooriyaa Kibbaa Cheey Tee-woon haadha warraasaa duraaniif maallaqa biyyattii woonii tiriiliyoona 1.38 akka qoodu itti murtaahe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wCMUEXT
Hammasini ko'rsatish...

Dorgommii dhaabbata teeknooloojii guddicha biyya Chaayinaa Huawei jedhamuun qophaa'e kana keessa akka seenuufis barnoonni inni hordofaa jiru akka bu'uura isaaf ta'e hime Biyyaa'ol. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/n1pIJ6q
Hammasini ko'rsatish...

ukireen meeshaalee waraanaa US irraa argatteen daangaa Raashiyaa haleeluu akka hayyamaniif dhiibbaan Pirezidaant Joo Baayidan irratti cimaa dhufeera.Biyyoonni michuu US ta'an heddu Yukireen deeggarsa meeshaalee argatte fayyadamuun daangaa Raashiyaa akka haleeltu hayyamuuf mallattoo agarsiisaa jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/afx07vM
Hammasini ko'rsatish...

Waa'ee qormaataa abjootuun nama hunda bira hin jiru, yoo jiraates hundi hin yaadatu. Namoonni waa'ee qormaataa abjootanii dhiphatan garuu mudannoosaanii qoodaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZCDFoYa
Hammasini ko'rsatish...

Magaala guddoo naannoo Somaalee kan taate magaala Jigjigaatti dorgommiin kubbaa miilaa waggaatti si'a tokko taasifamu gaggeeffamaa jira. Dorgommii tapha kubbaa miilaa naannichatti gaggeeffamu daawwachuuf namoonni heddu bakkeewwan garaa garaa naannichaarraarraa gara magaala Jigjigaatti imalu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eycb8o1
Hammasini ko'rsatish...

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa xalayaa A.L.I Caamsaa 19, bara 2016 koree dhaabbii dhaabbilee Dimokiraasiitiif barreesseen, erga qondaalli dhaaba ABO Battee Urgeessaa Ajjeefamee haala angaa’ota dhaabichaa mana hidhaa jiranii irratti boordichatti irra deddeebiin iyyachaa turuu eere. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rxOBEWz
Hammasini ko'rsatish...

Olompiyaakoos dorgommii kilabootni Awurooppaa irratti hirmaatan keessaa tokko isa ta'e Koonferensi Liigii injifachuun seenaa haaraa galmeesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xRYp45L
Hammasini ko'rsatish...
Olompiyaakoos garee jalqabaa Giriik dorgommii Awurooppaa injifate ta'e

Olompiyaakoos dorgommii kilabootni Awurooppaa irratti hirmaatan keessaa tokko isa ta'e Koonferensi Liigii injifachuun seenaa haaraa galmeesse.