cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
20 109
Obunachilar
+724 soatlar
+387 kunlar
+49330 kunlar
Post vaqtlarining boʻlagichi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Nashrni tahlil qilish
PostlarKo'rishlar
Ulashishlar
Ko'rish dinamikasi
01
Onnee koo kichuu sana Gaafa jaalalaan bantu Yooman tilmaame ani Akka turtee na gantu.
1 15611Loading...
02
Na jaallatta sin jaalladha Hunduu beekaa Fuulla kan kee ilaaleetan Kolfuun seeqaa ~ Natti himadhu siifan guutaa Wanta feetuu Jiruu kiyyaaf bar dawaadha Simboo keetu ~ Miidhagni sitti hin hafnee Kanaaf boontaa Abaaboo koo foolii gaarii Naaf arjoomtaa ~ Si jaallata onneen kan koo Siif of laatee Ammoo garuu si amanuun Natti ulfaatee....!
2 46911Loading...
03
Otuu mataatti baattuu Kabaja kee tuffannaan Akka uffata moofeetti Haaraa sirraan uffannaan Obsi kees gowwummaatti Hiikkamnaan gatii dhabee Tasuma cabdeen booyin Kan si dhabeetu cabee Irbuufi kennaan kankee Darbatamnaan lagaatti Itti dhiisi-n jijjiiruu Bishaan jigsuun dhagaatti Dammi ati abdattes Jijjiiramnaan gagaatti Gaggeessi biraa hafi Atis biyya nagaatti "Dhiisi si-n baasu" jedhiin Hulaa cubbuu bantootaaf 'Hadaraa' sitti haa ta'uu Naaf dubbisi gantootaaf
2 57517Loading...
04
"Akkana Goonee bira teenya, jedhe Gowwaan Waarra/Niitiisaa Ajjeesee" #Mammaaksa @A4mulaa_jireenyaa
1 9293Loading...
05
Namummaa..! ------♡----------- ✍ " ilaalaa Gadi jechuun kiyya, #tasgabbaa'aa ta'uuf malee ol jechuu wallaaleetii miti..Dhaga'aa duuduun kiyya, #ititaa Namaa ta'uuf malee dhageettii dhabeetii miti...Beekaa wallaaluun kiyya, #hayyoomuuf malee hubatuu hanqadheetii miti...! Naaf buli siifan bulaa jedhan jarri ..!
2 49319Loading...
06
Geggeessaan jiruu keenyaa Rabbi taanaan maleessaa Osoo akka namaatii Du'uun keenya kaleessaa ~ Ogummaaf dandeettiinkoo Nan oolchineem miliqsee Guddaatu na gargaaree Uumaa kootu na tiksee ~ Qajeelummaaf aaga koo Miti anaan kan na turse Galatoomi Gooftaakoo Sin waama hunda dursee! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
2 70018Loading...
07
Yeroo hunda waan kolfuuf Hin mullatu Gaddi_koo Wal bareen jiraadha Dhokfadhee madaa koo Ogeessi silumaa Dhukkuba hin himatu Nagaadha inni jedha Kan Alaa daawwatu Nama kolfu irraa Gaddi hin mullatu. ✍ #Seyfalislaam JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
2 73719Loading...
08
Tan Kabajamuu Qabdu Haadha Malee Guyyaa Miti.
3 0688Loading...
09
Yeroon Chokoleti 🍫 Arge Suman Yaadadha 😋
2 83810Loading...
10
Robert Mugaabee ▬▬▬▬▬▬▬▬ ⩩ "Guyyaa mindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta; ⩩ Gaafa mindaan sun xiqqoo hir'atte immoo oomisha lukkuu (hanqaaquu) nyaatta; ⩩ Yoo mindaan kee xiqqaachaa dhufu immoo nyaata lukkuun nyaattu (boqqolloo, mishingaafaa...) nyaatta ⩩ Yeroo mindattiin dhumtu, immoo atumti mataan kee lukkuu taatee oliif gadi deemtee yeroo kee fixxa!"😁 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
2 59618Loading...
11
Biyya Xaaliyaanitti, hiyyeessa taate yoo nyaata hatte, akka balleessattii akka hin ilaalamne beektu laata?!!
2 9319Loading...
12
Kan an akkana si jaalladhu Jaalladhee mitiim ☺️
3 0718Loading...
13
"No free launch" jetti Faranjiin! "Namichatu paarkii bineensotaa ijaaree gatii seensaa $300 goonaan namuu seenuu dide. Gatii kana fooyyessee $200 goonaanis homtuu dide. $10 goonaanis homtuu seenuufii dide. Dhumarra gatii seensaa tola goonaan namni martuu seene. Erga namni martuu seenuu mirkaneeffateen booda Leenca hidhaatti jiru hiikee gadi dhiisee gatii bahumsaa 500$ godhe . Martuu mormii malee kaffalaa baqatee yaa'e. Jireenya keessatti waanta rakasaafi tola ta'e jaalachuun gatii nama baasisa." Moral of the story: Waan tola jedhamee namaaf laatamu fudhachuun dura, waan duuba jiru ilaaluun shaggaadha! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
2 86415Loading...
14
#Wiilihaam shiikispeer .!! ✍ " Akkas jedha " falaasamni namoota si dudduuba jiranii quba sitti qabuu fi hir'ina kee ilaalanii kolfuudha." Quba tokko gaafa namatti qabdu afrtu sitti qabamee jira. Kanaaf quba kee gadi qabi! Ilkaan kees mana isaa afaanitti deebisi......
2 72812Loading...
15
Nan yaade! Yeroo waliin turree Waliin dabarsine Dhakaa daandiirraa san Kan irra waliin teenye Yedduu kana hin beeku Waa na yaadachiisa Seequu kee sana faa Natti deddeebisa @A4mulaa_jireenyaa
2 92515Loading...
16
Narraa Fagaattee Si malee Jiraachuu waan na barsiifteef Galatoomi!
2 78310Loading...
17
Kan Itiyoopiyaa hoo? 🤔
3 2463Loading...
18
Ifti Kee addessaa Mildhanni Kees aduu Oolmaan ke kaleessa Na kessa hin badu
3 2236Loading...
19
Iyyasuus Eenyuuf ergame ? Inni immoo deebisee, “Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii mana Israa'elii badan duwwaaf malee hin ergamne” jedheen. Maatewos 15:24 Kanaaf Oromoo Hin ilaallatu jechuudha !!
3 9286Loading...
20
Gaafa Cidha kootii kun 1 kaanis gaaf 1 jedhee balbala manaatti yoon maxxanse maal ta'a? 😁
3 6003Loading...
21
Media files
3 2980Loading...
22
Dubbiin mana barnoota bultii Addaa Beddelee dafamee dhaabsifamuu qaba. Barattoonni kun ijoollee xixiqqoo kutaa 8ffaa Xumuranii deemaniidha,dafanii rifatu ijoollee daa’ima kana yeroo achi keessatti walitti qabanu hordoffii gochuufiin barbaachisaadha. Mooraa kana keessatti barataan tokko barnoota isaa hordofaa Amantii barbaade hordofuu,waaqeffachuu danda’a. Haa ta’u malee M/barumsaa bultii Addaa Beddeleetti yeroo kanatti barattoota umurii daa’imummaatiin manaa bahan kan ammaaf waa adda baasanii hin beekne,sammuu qulqulluudhaan barusaaf of qopheessanii deeman hanga barruullee garaagaraa waan amantii islaamaa xureessu,waan sammuu namaa falmii keessa galchuufi fii Namoota hin bilchaane rifaasisu barruuleedhaan qophaa’e barataaf dhiyaate. akkasuma kun waan sadarkaa jaraatti deebii itti kennuu hin dandeenye barattootaan Raabsamuun isaa baayyee fokkisaadha Aadmaleedhas.barattoota kana hamilee jaraa hatee akka jarri xiyyeeffannoo barnootaa dhaban jara taasisa. Namni falmii Amantii barbaadu Mootummaa beeksisee karaa seera qabeessa ta’een falmuu danda’a.malee daa’ima xiqqoo manaa bahan gidduutti waan akkasii Uumanii jibbaan guddisuun barbaachisaa miti. Manni barumsaa hordoffii barbaachisu godhee Hatattamaan wanti kun utuu hin babal’atin to’achuun barattoonni sammuu nagaadhaan barnoota jaraatti akka deebi’an gochuun barbaachisaadha. Akkasuma #majlisni_Magaalaa_Beddelle guyyaa har’aa irraa Eegalee waan kana Hoogganaa mana barumsichaa waliin ta’uun waan kana ka’umsi eessa kan jedhu qulqulleeffachuun barbaachisaadha.
3 8842Loading...
23
Dubara Bara kanaammoo Abbuma Barbaadetu Akka #Raadiyootti Haa sofsiisaa Oola 😳
3 04811Loading...
24
Tokkummaa Muslimoota M/Jimmaa fi Naannoo isii **    WAAMICHA SEENA-QABEESSA ///////////////////////////////////////////// Barattoota,Barsiisota,Hojjettootaa fi Du'aatota M/Jimmaa Maraaf. ============================= Leenjii~ Mataduree~Raajii Saayinsaawaa Qur'aana Kabajamaa fi Kompaaraatiivii (Scientific Miracles of the Holy Qur'an And religion comparative course) Leenjistootaa akka Biyyaatti Beekamoo ta'an Ustaz Mohammed khadiri fi Ustaz Umar Roobee Xinnaa iftaanii (Caamsaa 03/09/2016) Waaree dura 2:30-6:00 Waaree booda 8:00-10:00 City View Hotel 0941480065/0917931970/0917239959
3 3651Loading...
25
Namni qofaa hasaasaa ykn haasa'aa deemu nama qalbii gatuutti siqe sitti fakkaata taanaan, anaan maraatuutti na lakkaa'uu keeti. 😕 Ani qabxii maree qabadhee manaa ba'een ho'ifachaa adeema.Hamman dhimmicha hin fixnetti karichas hin fixu!
3 1325Loading...
26
Nama anan feenee Kan argaa koo jibbu Nama gadda kootiif Akka cidhaa sirbu Nama na hamachaa Afaaniin na saadu Nama dantaasaatiif Qofa na barbaadu ~ Kabajaa kenneefiin Onnee kiyya keessa Isaaf baga jedheen Eebbisee geggeessa! @A4mulaa_jireenyaa
3 33117Loading...
27
Addunyaa kanarra Namni Sababa beelaan du'an baay'eedha. Kan Jaalalaan du'an garuu sanarra Caala. @A4mulaa_jireenyaa
3 1556Loading...
28
📢 walaloo (26) "Dhugaa lafa jiru ... " 🎙 Abdussalaam Idriis (Seyfa)                     ● 💐 ● ●● @A4mulaa_jireenyaa ●● ●● @A4mulaa_jireenyaa ●●                   ● 💐 ●
3 6074Loading...
29
📢 walaloo (20) "Siichuu si dhiba " 🎙 Abdussalaam Idriis                     ● 💐 ● ●● @A4mulaa_jireenyaa ●● ●● @A4mulaa_jireenyaa ●●                   ● 💐 ●
3 4044Loading...
30
#Oduu_Gammachiisaa😁 Fayyadamtoota #Hulepay hundaaf🙏🙏🙏 ✍Hulepay galmee  eegaleera🤙🤙🤙🤙 ✍ Hordoftoota keenya Hulepay.com amma banaadha #maallaqa argachuu ammuma eegalaa✍ ✍️#Hub👌Rabbittin siniif kakadha kijiba miti 100%dhugaadha jiatti 1000-120000 ittiin hojjachuu dandeessu👌. ✍ Galmeef step gadii kinoo laali👇👇👇 1⃣Hulepay seentani #Registration kan jedhu gubbaa harka mirgaa kan jiru tuqxu. 2⃣ Form sasalphaa inni sin gaafatu guuttu 3⃣ (KYC) Kan jedhamu nageenya account keef dhaabbatichaaf waan barbaachisuuf #mattaawqiyaa gandaa keessan keessaf duuba isaa suuraa kaasuun itti guutaa 4⃣VIP filachuun jalqabduu Jechuudha✍️ ✅👍👍👍👍👍👍👍🍀 ✍️✍️Linkii kanaan seenaa 👇👇👇👇👇👇 https://www.hulepay.com?reference=abduse https://www.hulepay.com?reference=abduse https://www.hulepay.com?reference=abduse
3 5714Loading...
31
Hojjattee duroomuurra dureessatti heerumuu woyya jedhe gurbaan woyii, Dhala taatiyoo 😁
3 20712Loading...
32
Afaan keetiin qofa "Sin jaaladha" dhiisii Akkan si amanuu gochaan na argisiisi #khalaas
3 68922Loading...
33
Bagan si Jaaladhe Kana sanaa namaa Hin dhaga'u anoo Siin filadheera ani Hoodhu lubbuu kunoo Natu si jaalate Beekeen si filadhe Natu si aanfate Bagan si jaaladhe
3 77215Loading...
34
Suma yaadni koo hin qabu yaada biraa Onneen koo onnee keef waadaa galee jira ~ Koottuu na ilaali qaamni koo kan keeti Lapheen shan shantama sumaaf na rukutti ~ #Saks😜
3 60715Loading...
35
◇ Milkaa’inni bu’aa amaleeffannaa guyyaa guyyaati malee jijjiirama jireenya keessatti al tokko qofa dhufu miti. —James Clear #Atomic_Habits @A4mulaa_jireenyaa
3 7478Loading...
36
#Gatiin kee Meeqa ? #Bishaan Suuqitti qarshii 15 Dirree xiyyaaraatti 70 Mana Sinimaatti 40 Hoteela Abbaa urjii shaniitti 90 Bishaan tokko tahullee garuu eddoo garagaraatti gatiin isaa wal faalleessa . #Hubatteeree Gatiin keellee akkasuma Akkaatama oolmaa keetiifii iddoo ofii filattee of keetteen gatiin keellee Madaalama. Gatiin kee qaaliidha, iddoo qaalii of kaahi . Iddoo qaalii gaafa jedhu qaalummaa qarshii osoo hin taane bakka siin maltu jechuu kooti ykn rakasa taata. JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
3 75711Loading...
37
Yaada Gabaabaa #Waa'ee Iyyasuus Macaafni Qulqulluun maal jedha. Comment jalatti Dubbisaa 👇
3 5510Loading...
Onnee koo kichuu sana Gaafa jaalalaan bantu Yooman tilmaame ani Akka turtee na gantu.
Hammasini ko'rsatish...
😢 14👍 11
Na jaallatta sin jaalladha Hunduu beekaa Fuulla kan kee ilaaleetan Kolfuun seeqaa ~ Natti himadhu siifan guutaa Wanta feetuu Jiruu kiyyaaf bar dawaadha Simboo keetu ~ Miidhagni sitti hin hafnee Kanaaf boontaa Abaaboo koo foolii gaarii Naaf arjoomtaa ~ Si jaallata onneen kan koo Siif of laatee Ammoo garuu si amanuun Natti ulfaatee....!
Hammasini ko'rsatish...
👍 17🥰 4
Photo unavailableShow in Telegram
Otuu mataatti baattuu Kabaja kee tuffannaan Akka uffata moofeetti Haaraa sirraan uffannaan Obsi kees gowwummaatti Hiikkamnaan gatii dhabee Tasuma cabdeen booyin Kan si dhabeetu cabee Irbuufi kennaan kankee Darbatamnaan lagaatti Itti dhiisi-n jijjiiruu Bishaan jigsuun dhagaatti Dammi ati abdattes Jijjiiramnaan gagaatti Gaggeessi biraa hafi Atis biyya nagaatti "Dhiisi si-n baasu" jedhiin Hulaa cubbuu bantootaaf 'Hadaraa' sitti haa ta'uu Naaf dubbisi gantootaaf
Hammasini ko'rsatish...
👍 14🥰 2🔥 1
"Akkana Goonee bira teenya, jedhe Gowwaan Waarra/Niitiisaa Ajjeesee" #Mammaaksa @A4mulaa_jireenyaa
Hammasini ko'rsatish...
👍 28🥰 1
Namummaa..!
------♡----------- ✍ " ilaalaa Gadi jechuun kiyya, #tasgabbaa'aa ta'uuf malee ol jechuu wallaaleetii miti..Dhaga'aa duuduun kiyya, #ititaa Namaa ta'uuf malee dhageettii dhabeetii miti...Beekaa wallaaluun kiyya, #hayyoomuuf malee hubatuu hanqadheetii miti...!
Naaf buli siifan bulaa jedhan jarri ..!
Hammasini ko'rsatish...
👍 36🔥 6 3
Geggeessaan jiruu keenyaa Rabbi taanaan maleessaa Osoo akka namaatii Du'uun keenya kaleessaa ~ Ogummaaf dandeettiinkoo Nan oolchineem miliqsee Guddaatu na gargaaree Uumaa kootu na tiksee ~ Qajeelummaaf aaga koo Miti anaan kan na turse Galatoomi Gooftaakoo Sin waama hunda dursee! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Hammasini ko'rsatish...
36👍 9
Yeroo hunda waan kolfuuf Hin mullatu Gaddi_koo Wal bareen jiraadha Dhokfadhee madaa koo Ogeessi silumaa Dhukkuba hin himatu Nagaadha inni jedha Kan Alaa daawwatu Nama kolfu irraa Gaddi hin mullatu. ✍ #Seyfalislaam JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Hammasini ko'rsatish...
😢 17👏 2 1
Tan Kabajamuu Qabdu Haadha Malee Guyyaa Miti.
Hammasini ko'rsatish...
👍 26🥰 8 6
Yeroon Chokoleti 🍫 Arge Suman Yaadadha 😋
Hammasini ko'rsatish...
👍 27 4
Robert Mugaabee ▬▬▬▬▬▬▬▬ ⩩ "Guyyaa mindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta; ⩩ Gaafa mindaan sun xiqqoo hir'atte immoo oomisha lukkuu (hanqaaquu) nyaatta; ⩩ Yoo mindaan kee xiqqaachaa dhufu immoo nyaata lukkuun nyaattu (boqqolloo, mishingaafaa...) nyaatta ⩩ Yeroo mindattiin dhumtu, immoo atumti mataan kee lukkuu taatee oliif gadi deemtee yeroo kee fixxa!"😁 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Hammasini ko'rsatish...
👍 23😁 5 1🤔 1